eeggattoota.xlsx
17.7 KB
Eeggattoota.
#Beeksisa
Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa hundatti guca jijjirraa gaa’eelaa guttanii kanneen eeggattoota turtan hundaaf
Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee barsiisota guca jijjirraa gaa’eelaa guutaniif jijjirraa rawwachun isaa ni yadatama.
Haaluma kanaan kanneen eeggattoota turtanii maqaan keessaan armaan gaditti ibsame gosa barnoota Afaan Oromoo, (Baayoolojiifi Ji’oograafi kutaa 11ffaafi 12ffaa) gosa barnootaa Qonnaa(Agriculture) barsiisuuf kanneen fedhii qabdan qofti Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gamoo 4ffaa lakk. 408tti qaaman dhihachun guyya beeksifni kun bahe irraa eegalee guyyaa 2(lama) keessatti xalayaa jijjiraa akka fudhattan isiin beeksifna
https://aacaebc.wordpress.com/2023/10/17/ማስታወቂያ-beeksisa/
@segnigudeta @wabisegni

🎴Jakandsons PLC🎴
▪️1 - Junior Accountant
▪️2 - Operation Manager
▪️3 - Sales
▪️4 - HR Manager
▪️5 - Assistant Baker
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/jakandsons-plc/
▪️Deadline: October 29/2023

Barattoonni Kuma 164fi 242 Bara Kana Sagataa Fooyyeffannaa Dandeettii (Remedial Program) Akka Fudhatan, Ministeerri Barnootaa Hime.
Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaan ibsa Paarlaamaaf kennan irratti haasaa taasisaniin akka jedhanitti, bara kana Barattoonni lakkoofsaan Kuma 164fi 242 ta'an sagantaa fooyyeffannaa dandeettii (Remedial Program)'n akka haammataman dubbatan.
Barattoonni kunneen, Dhaabbilee Barnootaa Dhuunfaafi Mootummaa keessatti Barnoota fooyyeffannaa dandeettii (Remedial Program) akka fudhatanis ibsanii jiru.
Piroofeerar Biraanuun ibsa isaanii kanaan, Barattoota bara 2014 keessa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii, sagantaa fooyyeffannaa dandeettiin Yuunivarsiitota Mootummaatti ramadamanii turan Kuma 100fi 500 keessaa, Barattoonni Kumni 63fi 33 qormaaticha darbuu ibsan.
Barattoota Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Dhuunfaatti ramadamanii saganticha hordofaa turan Kuma 44fi 500 keessaa immoo, Barattoonni Kumni 27fi 587 qormaaticha milkaa'uu heeran.
Walumaagalatti Barattoonni Kumni 145 ta’an sagantaa fooyyeffannaa dandeettii (Remedial Program)'n Dhaabbilee Barnoota Olaanoo seenuun, qabxii dhaabbaticha keessatti argachuu qaban, dhibbeentaan 30 (30%)fi qormaata fooyyeffannaa Ministeera Barnootaan kenname irraa immoo, dhibbeentaa 70 (70%) argachuun, firii qormaatichaa dhibbeentaa 50fi isaa ol fidan, Barattoota Kuma 90fi 620 akka turan heeruun, Barattoonni kunneen bara kana (2016) keessa Barattoota waggaa tokkoffaa Dhaabbilee Barnoota Olaanuu ta'uun barachaa akka jira himan.
Barattoonni bara 2015 keessa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa darban dhibbeentaa 3.2 (Barattoota Kuma 27fi 267) qofa akka ta'an heeruun, Barattoonni kunneenis bara kana Barnoota (Fresh Man) yookaan Barattoota waggaa jalqabaa akka ta’an heeran.
Walumaagalatti, Barattoota sagantaa fooyyeffannaa dandeettiin bara 2014 keessa qormaaticha milkaa'an Kuma 90fi 620 dabalatee, Barattoota qormaata bara darbee (2015) dhibbeentaa 50fi isaa ol fidan Kuma 27fi 267, waliigalaan, Barattoonni Kumni 117fi 887, Barattoota waggaa tokkoffaa Dhaabbilee Barnoota olaanoo bara kanaa (2016) ta'anii jirus jedhame.
Bara kana immoo, Barattoonni Yuunivarsiitota Mootummaafi Dhaabbalee Barnoota Olaanootti ramadamuun Barnoota isaanii hordofuuf jiran waliigalaa Kuma 191fi 509 akka ta'aniifi kanneen keessaa Barattoonni Kuma 164fi 242 Barattoota Sagantaa fooyyeffannaa dandeettii (Remedial Program)'n kan haammataman ta'uu, Piroofeesar Biraanuun ibsa isaanii kanaan himanii jiru. Via Qubee TV @segnigudeta

🎴Ethiopian Commodity Exchange🎴
▪️Position - Purchaser
▪️Education: MA/ BA in Procurement & Supplies Management/Business Administration/Economics or related field.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-commodity-exchange-oct-19-23/

Addis Ababa Science and technology University @segnigudeta @wabisegni
🎴Berhan Insurance S.C🎴
▪️Position - Senior Claims Officer
▪️Education: BA/BSC/MA/MSC/MBA degree in Business Administration, Accounting, Economics, Management, Statistics, mathematics or related field of study
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/berhan-insurance-s-c-oct-19-23/
▪️Deadline: October 25/2023

🎴World Bank Group🎴
▪️Position - Procurement Specialist
▪️Education: Master’s degree in a relevant field (e.g. business administration, engineering, commerce, law, procurement, etc.)
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/world-bank-group-oct-19-23/
▪️Deadline: October 31/2023

“Dhibaa'ummaan gatii nama kanfalchiisa!” “Dhibaa'ummaan siif maali...? @segnigudeta
"#Imalli Milkaa'inaa yeroo
hundaa ijaarsa irraa jira.
#Chaanalii Telegiramii @segnigudeta Kan irratti beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuun, Odeeffannoo beeksisa addaa addaa wayitawaa maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa. ergaa kana #waliif qooda
#Kayyoon koo. Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha.
Hiryoota keessan afferraa.

Beeksisa Bakka Qormaata Afaanii
-----------------
(Onkoloolessa 8, 2016 MMWO)-Dorgomtoonni gita hojii banaa Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaaf dorgomaa jirtanii fi qormaata afaaniif dabartan qormaata afaanii (interview)f gaafa 9/2/2016 ganama keessaa sa'aatii 3:00 irratti magaalaa Adaamaatti akka argamatan isin beeksisuun keenya ni yaadatama.
Bu'uuruma kanaan bakki qormaanni afaanii itti kennamu Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa(ILQSO)tti ta'uu beeksisaa, argamni Inistiitiyuutichaa Galma Abbaa Gadaa cinaa ta'uu ni hubachiifna. @segnigudeta

Oduu gammachiisaa Yeroo/ dhiyooti
#Yuutuubii Sanyii odeeffannoowwan beeksisa wayitawaa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf
https://youtube.com/@sanyiitube7700?si=Flo7WmzI3XCPGZns

Bu'aa qorumsa biyyaalessaa kutaa 12 rifaasisaa baroota walitti aanan lamaaf galmaa'e hordofee koreen dhaabbii Paarlaaamaa Itoophiyaa Ministeerri Barnootaa gaafatamummaa akka fudhatu, qorannoon walabaas akka gaggeefamu gaafate.
BBCn walitti qabaa Koree Dhaabbii Misooma Humna Namaa, Bobbii Hojiifi Dhimmoota Teeknoolojii, Nagarii Leencoo(PhD) waliin turtii taasiseera. @segnigudeta

🎴AMG Steel Factory🎴
▪️1 - Senior Auditor
▪️2 - Lubes Engineer
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/amg-steel-factory-oct-20-23/
▪️Deadline: October 28/2023

🎴Commercial Bank of Ethiopia🎴
▪️1 - Administrative Assistant III
▪️2 - Administrative Assistant IV
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/commercial-bank-of-ethiopia-oct-19-23/
▪️Deadline: October 25/2023
▪️1 - Administrative Assistant III
▪️2 - Administrative Assistant IV
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/commercial-bank-of-ethiopia-oct-19-23/
▪️Deadline: October 25/2023
#Jireenyi karaa dha karaa eeggannaan irra adeemamu. Ati immoo imaltuu karaa kana gubbaa ti.
Akkuma highway armaan gadii kana takkaa irraa kaatnaan itti deebi’uun baay’ee ulfaatu, jireenyis akkasuma. Takkaa sarara gadhiifnaan, iddoo maleetti yaabnaan, ykn iddoo maleetti buunaan aarsaa kafalteetu itti deebita.
Yoo gara kallattii tti hin deebi’iin ammoo imaltuu kallattii hin qabne waan taatuuf gatii baaftu baafteedhuma karaatti deebita. Yoo ogeessa taate garuu akka aarsaa hin barbaachifne hin kafalleetti eeggattee sarara kee keessa adeemta.
#Dubbisaa_irraa_baradhaa
Ergaawwaan barsiisoo yeroo yeroon Akka isin qaqqabuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0