Sanyii Guddataa
197K subscribers
15.9K photos
229 videos
530 files
14.4K links
Download Telegram
Note:
•Interested and qualified applicants should apply through Rammis Bank career website (https://forms.gle/czeSN71oDuhVPHRR8) and please attach Degree document, curriculum vitae, 8th grade certificate, cost sharing document or Student Copy and other credentials within 5 (five) consecutive working days from the date of this announcement. However, the Bank has full right to cancel or take any other alternative in this regard.
• Please specify your place of assignment on application unless it will be rejected.
•Only shortlisted applicants will be communicated for exam and interview.
•All documents should be scanned in pdf or docx formats only and the size of each document should be less than 2MB. Incomplete document is not acceptable.
•A detailed guide on how to apply is available on our Bank public website’s (www.rammisbank.et ) vacancy section. @segnigudeta
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Seenaa Nick kana irraa!
    
❏ Mee ati maal hin qabdu? Miila ittiin deemtu moo kophee ittiin deemtu hin qabdu? Harka ittiin hojjatani moo hojii hojjatan hin qabdu? Sammuu ittiin yaadanii? Fayyaa fi nageenya guutuu dhaa kan ati hin qabne? Moo isaan kana hunda osoo qabduu Waaqa komachaa jirtaa? Isaan kana qabda taanaan mee komii Waaqaa dhiisi sirriidhaa. Isaan kana dhabuu keetiinis immoo kan ati ta'uuf dhalattee osoo hin ta'in akka ati hin hafneef immoo kunoo ragaan tokko jira isa irraa baradhu malee gonkumaa abdii hin kutatin!

➲Jireenya keessatti wantoonni too'annoo keetiin ala ta'anii ati jijjiiruu hin dandeenye, kan waliin jiraachuuf dirqamtu jiru.
Filannoon qabnu immoo lama; (1) Abdii kutachuu yookiin
(2) Deemsa keenya itti fufuu. Kanaaf yennaa kuftu maal goota? Deebitee kaata mitii, kana namni hundi beeka. Garuu sittan hima yeroon tokko tokko jira kan yeroo kufte deebitee ka'uuf jabina itti dhabdu. @segnigudeta
Qacarrii barsiisota

Bakki Horro Guduruu Wallaggaa
Biiroon Haqaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Abbootii Alangaa 40 (afurtama) muuxannoo kan hin gaafanne, qacaruu waan barbaaduuf ogeeyyiin seeraa ulaagaa armaan gadii guuttan itti dhiyaadhaa ⚖️

1. Eebbifamtoota bara 2014 fi 2015 yemmuu ta'u dhiiraaf GPA 3.5, dhalaaf 3.25 akkasumas qaama miidhamtoota dhiiraaf 3.25, dhalaaf 3.00.
2. Qormaata ba'umsaa (Exit Exam) kan darban eebbifamtoota bara 2014 qabxii 51 fi isaa ol, eebbifamtoota 2015'f ammoo qabxii 64 fi isaa ol.
3. Leenjii hojiin duraa leenji'uuf fedhii kan qabu/qabduu fi leenjicha ga'umsaan xumuruu akkasumas iyyata qacaramuuf fedhii qabaachuu isaa/ishee ibsu kan dhiyeessu/dhiyeessitu.

3. Bakki Galmee:- Kutaa Bulchinsa Magaalaa Lidetaa (Caffee Muudaa) Marfata Meeksikoo (Caffee Aannanii) Gamoo Phillips jedhamee beekamu cinaa Biiroo Haqaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee gamoo 5ffaa Kutaa Bulchinsa Abbootii Alangaatti.

Guyyaa Galmee:-  Guyyoota hojii itti aanan 15 keessatti ta'a.

@segnigudeta Waliif #Share godha
🎴Wallet Microfinance Institution SC🎴

▪️Required No:18
▪️1 - Junior Sales Officer
▪️2 -  Sales Officer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/wallet-microfinance-institution-sc-oct-17-23/

▪️Deadline: October 20/2023
Beeksisa Qacarrii  Barsiisotaaf
✍️Guyyaan galmee 05-16/2/2016
✍️Bakki galmee Waaj.barnoota G/H/W
✍️Guyyaan calallii 19-20/2/2016
✍️Waraqaa hojii dhabdummaa kan qabu
✍️Baay'ina namoota 150 ol
✍️Hiriyyoota keessaniif "share" godha @segnigudeta
#loading

Chaanalii Telegiramii @segnigudeta Kan irratti beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuun, Odeeffannoo beeksisa addaa addaa wayitawaa maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa. ergaa kana waliif qooda

#Kayyoon koo. Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha.

Hiryoota keessan afferraa.
Manni guddaan ati keessa jiraattu
#sammuu keeti.#Nama jechuun bu'aa #yaada isaati. liinkii armaan gadii dubbisaa.

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/356878056677849/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj
🎴GIZ Ethiopia🎴

▪️Position - Internship
▪️Education: bachelor in Forestry; Natural resource management, Agriculture or Rural Development
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/giz-ethiopia/

▪️Deadline: October 26/2023
#Beeksisa
*****
Finfinnee, Onkololessa 6/2016 ( AHG)
Kaampaaniin ‘African Holding Group’ waggoota kudhan itti aanan keessatti hojjetaa 155,000 qacaruuf karoorfate keessaa marsaa jalqabaaf Bulchiinsota magaalaafi godinaalee irratti biiroo banuun hojii gurgurtaa irratti hojjechiisuu waan barbaaduuf namoonni yuunivarsiitii beekamtii qabu irraa eebbiffamtan guyyoota hojii itti aanan (10) keessatti iyyata (CV) keessan toora WhatsApp 0993414141irratti galchuu dandeessu.

Hubachiisa:Saalli barbaadamu Dubartii yoo ta'uu, bakkeewwan hojii bahan irratti nama tokkotu barbaadama. via AHG odeeffannoo dabalataaf t.me/segnigudeta

Odeeffannoo dhaabbata argachuuf
https://youtu.be/Erl2pDl6q-c
🎴East Africa Bottling Share Company (EABSC)🎴🚩For Fresh Graduates

▪️1 - Graduate In Trainee Bussiness
▪️2 - Graduate In Trainee/Engineering
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/east-africa-bottling-share-company/
#Hubachiisa fi #Akeekkachiisa Namoota maqaa namaan daldalaniif;
Sababa malee, dubbii olii kana hin kaafne.  Gidduu kana odeeffannoo hedduutu na qaqqabaa jira
Namoonni maqaa namaan daldaltan salphachuuf jirtu waan ta'eef akka adabattan isanan hubachiisa.
Guyyaan isin salphisa!

#Telegiramii koo @segnigudeta
#Feesbuukii koo. https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
🎴Wallet Microfinance Institution SC🎴

▪️Required No:18
▪️1 - Junior Sales Officer
▪️2 -  Sales Officer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/wallet-microfinance-institution-sc-oct-17-23/

▪️Deadline: October 20/2023
Beeksisa Qacarrii Alaa Hojii Abbaa Seerummaa Manneen Murtii Oromiyaa
-------------------
(Onkoloolessa 6, 2016 MMWO)-Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa hanqina humna namaa sadarkaa manneen murtii sadanittuu jiru furuuf bu'uura Dambii Bulchiinsa Abbootii Seeraa Oromiyaa lakk. 7/2011, keewwata 15(6) fi bu'uura Qajeelfama Fo’annoo fi Filannoo lakk. 17/2015, keewwata 6(3)tiin haala addaatiin ogeessota naamusaa fi gahumsa ol'aanaa qaban calalee gara Manneen Murtii Oromiyaatti fiduun hojjachiisuu barbaada. Waan ta'eefis kunneen ulaagaa guuttan akka dorgomtan affeeramtaniittu.