Sanyii Guddataa
195K subscribers
15.6K photos
226 videos
505 files
14.3K links
Download Telegram
🎴Tsehay Bank SC🎴

▪️1 - Customer Service Officer
▪️2 - Senior Customer Service Officer I
▪️3 - Senior Auditor
▪️4 - Branch Manager I
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/tsehay-bank-sc-sept-18-23/

▪️Deadline: September 22/23
#New#🎴Ethiopian Airlines🎴 🚩Call For Priliminary Assessment

▪️Position - School of finance Trainee
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-call-for-priliminary-assessment/
#New#🎴Ethiopian Airlines🎴 🚩Call For Priliminary Assessment

▪️Position - School of finance Trainee
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-call-for-priliminary-assessment/
"Ani #Oromoof qaaliidha!" akkuma jette, har'as ati nuuf qaaliidha!  Qaalii uummata oromoo! #Gootni seenaa dheeraa malee umurii dheeraa hin qabu. Dhugaadha jechi goota jedhu siif ni xiqqaata!

Dorgommi badhaasaa qabu

#Liinkii kan irraa #Comment koo #like godha #hiryoota keessan #mention godha galatoomaa.


https://www.facebook.com/100016831146881/posts/pfbid0h5yhaKQ7ByZGQVPdEyYmZzSCSZrmtGW3gZqzPyYuj4yaTiENNHwr1A7vfiGEpuSal/?app=fbl
New NGO JOBS at People in Need Ethiopia[ For Fresh Graduate]

Position:  LISEC intern

Experience: 0 year

 Qualification: BA degree in Sociology, Social Work, Community Development, Psychology, Gender and other related social science fields of study


Job Requirements

Minimum BA degree in Sociology, Social Work, Community Development, Psychology, Gender and other related social science fields of study from a recognized higher education institutionOnly Graduates of 2014 or 2015 E.COnly zero years of work experience requiredGood interpersonal communication skillsBasic knowledge of Human Resource ManagementOrganizational skills and attention to detailGood judgment regarding confidentiality and respect for sensitive materialsAbility to work in a team environmentExcellent knowledge of spoken & written Amharic and English3 strong references (will be crosschecked/contacted.

How to Apply

Interested applicants for the position should send their CV and Cover letter as soon as possible via the following link Apply to LISEC Intern Position untill September 22, 2023.

https://airtable.com/appv10fBLJAseB4Fp/shrr6mI5gO1LkSZs5

Should any information needed please contact using: hr.ethiopia@peopleinneed.cz
Naflet Hotel

Hoteela Bareedaa akkanaan Sadarkaa isaa eeggate, Magaalaa Oromoo Adaamaa keessaa qabaachuun keenya gammachuudha. Erga eebbifamee hojii eegalee yeroo muraasaa as ta’us maqaan isaanii fi tajaajilli akkasumas kunuunsi isaanii kan baay’ee namatti toluu fi Ajaa’ibsiisudha.

Egaan yeroo ammaa kana badhaasa[award🏆] Oromia Tourism Week-dhaan qophaa’e irratti kaadhimamamuun dorgomuu irratti argama. Egaan isinis hojii gaarii fi qulqullina qabu akkanaa jajjabeessuuf,

Geessituu[link] armaan gadii kana cuqaasuun damee Best Hospitality Service Hoteela Naflet filachuun fedha keessan haa tahu. 

https://www.oromiatourismweek.org/oromia-tourism-week-public-vote/

#NB. ammaa 2ffaa irraa jira

Dubbichi dubbii tajaajila kennuu qofa osoo hin taane, dubbii ol’adeemtota diinagdee Oromoo jajjabeessuu ti.

Haaluma kanaan, Hoteelli Naafleet dargaggoota ilmaan Oromoo Abbaa Warraa fi Haadha Warraa bu’aa ba’ii hedduu keessa darbanii, Mana Ciree Fala Jireenyaa jedhu irraa eegaluun har’a Hoteela Abbaa Urjii Afurii dha
🎴Berhan Insurance S.C🎴

▪️1 -  Claims Supervisor
▪️2 - Branch Manager
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/berhan-insurance-s-c-sept-19-23/

▪️Deadline: September 25/23
#Ajandaan "Irreechi #Aadaa moo #Amantii dha?" jedhus dhiyooma kana dhufe. Erga #dhaloonni #seelfii 🤳 malee #saalfii hin beekne kun dhufee waa meeqatu gara bade. via Wakuma galatoomi @segnigudeta
🎴Abay Insurance SC🎴🚩For Fresh & Exp

▪️1 - Junior Underwriting Officer
▪️2 - Cash Collector I
▪️3 - Cashier/Secretary I
▪️4 - Accountant I
▪️5 - HRM Officer II
▪️6 - Mechanical Engineer I
▪️7 - Senior Mechanical Engineer
▪️8 - Senior Auditor
▪️9 - Manager, Underwriting & Branch Operation Division
▪️10 - Manager, Claim Recovery Division
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/abay-insurance-s-c-sept-18-23/

▪️Deadline: September 26/23
Namni #admin fuudhachun dhan

👉Barreeffamoota Xiinsammuu,
✍️ Jeechoota nama onnachiiftu,
✍️Seenaa barsiisoo fi barruuwwan
gaggabaaboo maxxansuun namonni Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu akkka qaban nu waliin hojjechuu barbaadan keessan na dubbisaa #Galatoomaa/Thankyou.


Positive mind find opportunity in everything.

https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0