Sanyii Guddataa
197K subscribers
15.9K photos
229 videos
530 files
14.4K links
Download Telegram
Siinqee BankS.C  
Siinqee Bank List of IT Graduate Trainee Candidates selected for written Examination.  
Date 25 August 2023  
Venue Kazanchis, Siinqee Bank Head Office (ODA Tower)  
Note - You're required to bring your ID card - Mobile phone is strictly prohibited - Please check list of applicants to seat for the written exam using the following links  
Call for written Exam  
Dear candidates,  
Thank you for your application to the position of IT Graduate trainee for Siinqee Bank S.C. we're pleased to invite you for a written Exam to be conducted on friday 25 August 2023 starting at 300 original time (Morning) at Kazanchis, Siinqee Bank Head Office (ODA Tower).  
Exam Place Kazanchis, Siinqee Bank Head Office( ODA Tower)  
Exam Date 25 August 2023  Time 300 local time (Morning)  
kabajamoo hordooftoota toora miidiyaa hawwasaakoo kan taatan martuu ani toora Facebookiis ta'e telegiramii kan isin dura ittin na beektan #SanyiiGuddataa kan jedhun kanaan addatti akkan hin qabnee akka naaf hubattan kabajaanin isin gaafadha.

Namoota maqaa nama daldaluu  irraa of eeggannoo godha saaxila


Kayyoon koo. Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha..


➦➣Facebook Page #follow godha

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820

@segnigudeta @segnigudeta
Eegale jira hordofa

https://www.facebook.com/KiyaLemm/videos/244418431910492/


Galmee leenjii/qacarrii Daandiin Qilleensa Itiyoopiyaa gegessaa jiru ilaalchisee gama adda addaatiin yaada fi gaaffiin nuuf ka'aa jira.

Yaada fi gaaffii qabdan irraa dubachuuf  galgalaa harraa sa'aatii 2:00 tti gama #Live eegale jirra
🎴Grant Thornton🎴🚩For Fresh Graduates

▪️Position - Audit Associate I
▪️Education: Degree in Accounting and Finance.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/grant-thornton-august-24-23/

▪️Deadline: september 08/2023
Of kakaasii┃ Motivate Yourself

Namoota birootti hirkatanii si kakaasuun hojii kee keessatti bakka fooyya’aa si hin galchu. Kan si kakaasuu danda'u si qofa. Hogganaan kee hojii tokko akka xumurtu si dhiibuu dandaʼa ykn namni wajjin hojjettu tokko pirojektii isaanii irratti akka isaan gargaartu barbaaduu dandaʼa. 
Haa ta'u malee, dhumarratti hojii tokko xumuruuf kan si gammachiisu ofuma kee qofa.

JIREENYA KEETIF WARRAAQSA FIDUU KAN DANDA’U SI QOFA. 
Gammachuun kee,
Dhugoomsa kee fi
Milkaa'ina kee irratti dhiibbaa kan godhu si qofa. 
Namni of gargaaruu danda'u si qofa. 

❁JIREENYI KEE
Yeroo hogganaan kee jijjiiramu
Yeroo hiriyyoonni kee jijjiiraman
Yeroo hiriyaan kee jijjiiramu
Yeroo dhaabbati kee jijjiiramu hin jijjiiramu.

❁JIREENYI KEE KAN JIJJIIRAMU
Yeroo ATI jijjiiramte,
Yeroo ati amantii kee isa daangeffame bira darbitu,
Yeroo ati jireenya keetif itti gaafatamummaa kan qabu si qofa ta’uu hubattudha. 

✪"Hariiroon ati qabaachuu dandeessu inni guddaan isa ofii keetii wajjin qabdudha" .


Jireenyi wantoota yaada kee jeequu fi wantoota galma hojii kee irraa si fageessuu dandaʼan hedduu siif dhiheessa. Wantoonni yaada kee jeequ kun karaa kee irraa akka si hin gufachiifne yeroo hin hayyamne, kaayyoo kee galmaan ga’uu fi waan galmaan ga’uuf eegdu hunda bira darbuu akka dandeessu ni hubatta. 

Kaayyoo kee barreessitii hordofi. Kaka’umsa ofii eeguuf jecha kufaatii kee akkasumas milkaa’ina kee yeroo hunda irra deebii'i madaali. Hojii qormaata ta’e tokko yeroo raawwattu dandeettii kee irratti ofitti amanamummaa ni argatta. Yeroo baayʼee hojiiwwan rakkisaa taʼan xumuruun namoonni milkaaʼina argachuuf akka itti fufan kan kakaasudha. Wantoonni kaka’umsa si taasisan warra naannoo kee jiran kakaasuu hin danda’an, kanaaf kaayyoo mataa keetii irratti xiyyeeffadhu. 
Hojii kee karaa kaka’umsa hin qabneen hojjechuuf yoo yaalte milkaa’uuf rakkatta. 

Galma kee ykn hojii keetiin garamitti akka deemtu hordofuu yoo jalqabde, wantoota armaan gadii yaali:
■Ofiif yeroo fudhadhu.
■Sababa hojii kee itti gammaddu ilaali.
■Hojii tokko haala haaraa ta’een xumurii.
■Namoota sii deeggaran waliin haasa'ii yaada kee qoodiif. Via jechoota_kakaumsaa
#New#🎴East Africa Bottling S.C🎴

▪️Position - Team Leader Stock
▪️Education: Degree in Accounting/ Logistics & supplies Chain Management/Management/Business Administration or related field of studies
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/east-africa-bottling-s-c-august-24-23/

▪️Deadline: August 32/2023
🎴Siinqee Bank SC🎴🚩Call For Exam

Date: 25 August 2023
Venue: Kazanchis, Siinqee Bank Head Office ( ODA Tower)

Note:
-You are required to bring your ID card
-Mobile phone is strictly prohibited
-Please check list of applicants to seat for the written exam using the following links: t.me/segnigudeta
Good morning!!
May today bring you the joys of yesterday’s hopes!” Ganama kee akkamitti jalqabda?

Qulqullinni guyyaa keenyaa haaloota guyyaa sana nu mudatan hammam akka dandamanne irratti hundaʼa. Guyyaa keenyaan walitti hidhamuudhaan sammuu keenya deebisnee kaasaa, tasgabbii fi yaada gaggaarii ishee keessatti uumaa dandeettii qaamaa fi sammuu keenya guddisuun waan layyoo miti.

Namoonni baay'een guyyaa isaanii qunnamtii elektirooniksiitiin jalqabu. Jeequmsi addunyaa sammuu jeequmsa, osoo ati guyyaa kee hin jalqabin sammuu kee jeequudha. Sammuu jeeqamte kan to’achuufi irra aanuun rakkisaa ta’a.

Jeequmsa addunyaa kanaan sammuun kee jeeqamnaan ni mufatta, ni gaddita, gammachuu hin argattu kuniis hariiroo namoota biroo wajjin qabdu irratti dhiibbaa qaba.

Guyyaa kee galateeffachuun jalqabi, jireenya guyyaa biraatiif galateeffadhu. Kadhannaa fi xiinxaluudhaan sammuu kee tasgabbeessi.

Deeminsa kee uumama waliin wal qunnamaa karoora guyyaa keetiif uumi. Guyyaan kee caalaatti bu’aa qabeessaa godhi
Yooyyaa
#Yaada fi gaaffii #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka dorgoman gochuu qabdan irratti waan sirreessu, itti dabalu barreessa galatoomaa.

Kayyoon koo. Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha..


➦➣Facebook Page #follow godha

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820

@segnigudeta  @segnigudeta
New vacancy oromia bank south finfinnee district Melba,ansar,tullu bolo and ameya branch position cash AId/ messenger
#New#🎴Awash Bank SC🎴

▪️Education: Accounting, Baking & finance,
Management, Economics, Marketing Management, Business Administration, Finance, Business or related fields with experience.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-bank-sc-august-25-23/

▪️Deadline: August 31/2023
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mul’atakeef jiraachuu yeroo eegaltu daandii cufsiisuu dandeessa.Inni hubate waan guddoo sirraa barata Hawi Habtamu jabaadhu✊🏽❤️ Hawi Modeling Academy Daandii Buraayyuu cufsiisanii agarsiisa isaanii hojjechaa jiru kun waan baayyee dinqiidha👯

Dhugaan ati beekuu qabdu, yeroo ati waan haaraa eegaltu, namni si deeggaru muraasa yookiin dhabamuu danda'a. Namonni sii arrabsa turanni yoon dhaabbatanni Ilaaluu aja'ibaa

#Erga koo
Nama kammiyyuu arrabsuu fi cabsuuf itti gamuun sirrii miti. Yoo dogongora qabaattees keessaan gorfachuu osoo qabnuu arrabsuu fi cabsuuf itti fiiguun sirrii miti.
➠Bakki si hin madaalle gatii Kee rakkisa!

Manguddoo tokkotu dulloomanii yommuu lafa kanarraa darbuuf gahan ilma isaanii ofiiti waamanii "yaa ilmakoo sa'aatii harkaa kana abbaa kootu naaf kenne, isaaf immoo Abbaa isaatu kenneefii ture. Amma sa'aatiin kun gara waggaa dhibba lamaa darbeera anis ilmin qabuufii waan gati jabeessa dhaalchisu si waan ta'eef siifan kenna, Garuu dursa deemiitii manneen daldalaarra naanna'ii hangamiin akka sirraa bitan gaafadhu" ittiin jedheen.

Mucichis suuqii garaa garaa irra naanna'ee gaafachuutti ka'e,Daldaltoonnis 'sa'aatiin kun moofaadha, sanumaayyuu ammoo
ligidii qaba qarshii shan caalaadhaan yoo binne nuuf hin baasu jedhaniinii baay'ee rakasiisani.

Daldaltoota jijjiree biyyaa biyyatti deemee yoo gaafatus kan gatii isaa rakasiisu malee Kan gatii madalawaa kennuuf dhabe.

Sana booda deebi'ee Abbaa isaatiin "Abbaakoo daldaltoota hedduu suuqii qaban gaafadhee qarshii shanii oliin hin binnu jedhaniiru jedheeni. Abbaan isaas "amma immoo gara god-hambaa yookan muuziyeemii biyyoolessaa dhaqitii gaafadhu" jedheen.

Mucichis gaafa hooggantoota muuziyeemii biyyoolessaa dhaqee gaafatu qarshii miiliyoona lamaan sirraa binna jedhaniin.

Mucichis gammadaa gara abbaa isaatti deebi'ee, "abbaakoo kunoo reefan bakka ta'u deeme, isaan qarshii miliyoona lamaan sirraa binnaa fidi" naan jedhan jedhee itti hime.
Isaa booda taa'anii ajaa'ibsiifataniitu gorsan siif laadha jedhaniin.

Egaa yaa ilma ko bakka sin madaalleefi eenyummaa Kee yookiin gatii Kee hin beekne yoo oolte ati rakkasa taata. Kanaaf yaa ilma koo bakka Oolmaa keefi gatii Kee hin madaalle hin ooliin warra sin beekne biratti akkuma sa'aatii kana rakkasadha taata, warra si beekan birattis akkuma sa'aatii kana qaalii taata jechuun gorsa ajaa'ibaa Umurii dhumtetti galaa taasisaniifii darban.

#qeerricha ✍️ via Fayisaa D
🎴Suba Engineering PLC🎴

▪️1 - Project Coordinator
▪️2 - Office Engineer
▪️3 - Office Engineer
▪️4 - Site Engineer
▪️5 - General Forman
▪️6 - Accountant
▪️7 - Cashier Accountant
▪️8 - Loader Operator
▪️9 - Excavator Operator
▪️10 - Rolo Operator
▪️11 - Grader Operator
▪️12 - Dump Truck Driver
▪️13- Truck Helper
▪️14 - Assistance Mechanic
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/suba-engineering-plc-august-23-23/

▪️Deadline: August 30/2023
Namoota hedduu barabaada