Beka Academy
647 subscribers
4.6K photos
123 videos
798 files
34 links
Beka School official Telegram channel Knowledge For Life!
Barnoonni Bu'uura Jireenyaati.
ትምህርት የህይወት ስንቅ ነው።
Download Telegram
Subscribe ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️this you tube channal
Forwarded from @ÑÆĤTÄ
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Happy mothers day from our students
by Nu Na liyrics
2
ማስተካከያ

የ2018  ዓ.ም የ2ኛ ሴሚስተር ሞዴል ፈተና ፕሮግራም

የ6ኛ ክፍል

✔️የ8ኛ ክፍል
ግንቦት 17&18/2018 ዓ.ም በ ከተማ ደረጃ የሚዘጋጅ ሞዴል ፈተና የሚፈተኑ  ይሆናሉ ።

።።።።።ቤካ ት/ቤት።።።።
Beeksiisa
Qorumsa modeelaa sem 2faa bara 2018

Kutaa 6ffaa fi 8ffaa
Caamsaa 17 fi 18 qorumsa modelaa akka bulchinsa magaalaatti qopha'ee ni qoramu
M/b Beekaa
Forwarded from Oromia Education Bureau (Oromia Education News)
#Beeksisa
08/09/2018
Qormaatni Kutaa 6ffaa, 8ffaafi Moodeelaa Kutaa 12ffaa #Guyyaan_Fooyya'e.
----------------
Haaluma kanaan;
Qormaatni Kutaa 6ffaa #Waxabajjii 8-9/ 2018 ,
Qormaatni Kutaa 8ffaa
#Waxabajjii 11-12/2018 fi
Qormaatni Moodeelaa Kutaa 12ffaa immoo,
#Caamsaa 13 -17/2018 tti fooyya'uunsaa beekameera.

Dhumarratti, Haala Waliigalaa Qormaata Kutaa 6ffaafi 8ffaa bal'ina isaa qabannee kan dhihaannu ta'a.
#Yeroo_Qophiifi_Carraa_Gaarii_Barattoota_Keenyaaf_Haata'u.

💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠

|
|📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 📱 Instagram / / 🤖 Bot | |
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
10/9/2018
========
Sagantaa Qormaataa Naannoo
1))Kutaa 6ffaa Waxabajjii 8_9/10/2018 e.c
2)Kutaa 8ffaa Waxabajjii
11_12/10/2018e.c
10/09/18
ክልል አቀፍ የ 6ኛ ክፍል ፈተና
ሰኔ 8_9/10/2018
የ8ኛ ክፍል ክልል አቀፍ ፈተና
ሰኔ 11_12/10/2018
ስለሚሰጥ ከወዲሁ ልጆቻችሁን ያዘጋጁ
1
Ergaa Baga Geessanii

Manni barumsaa Beekaa hordoftoota amantaa Musliimaa hundaaf   baga ayyaana Iid al-Adha (Arafaa) 1447ffaa bara 2018 geessan jedha.  Ayyaanichi kan nagaa, fayyaa fi gammachuu akka isiniif ta'u hawwa!
Hubachiisa:- Kamisa Caamsaa 20/2018  barnootni idilee kan itti fufu ta'a.

።።።።M/B Beekaa።።።።

እንኳን አደረሳችሁ መልዕክት

ቤካ ትምህርት ቤት ለመላው እስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለ 1447 ኛ /2018 ዓ.ም ኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ  እያለ፤ በዓሉ የሰላም ፣ የጤና እና የደስታ እንዲሆንላችሁ ይመኛል!
ማሳሰቢያ :-ሐሙስ ግንቦት 20/2018 ዓ.ም  መደበኛ ትምህርት መርሃ ግብር ይቀጥላል ።

።።ቤካ ትምህርት ቤት ።።
ቀን 22/09/2018 ዓ.ም
     ማስታወቂያ (Notice)
ሰኞ ማለትም ግንቦት 24/2018 ዓ.ም  የ 7ኛ ጠቅላላ ሀገር አቀፍ ምርጫ ስለ ሆነ  መደበኛ ትምህርት አይኖርም ።

ማሳሰቢያ :-ማክሰኞ ግንቦት 25/2018 ዓ .ም መደበኛ ትምህርት ይቀጥላል ።

።።።።።ቤካ ት/ቤት ።።።።።


         Guyyaa 22/09/2018
      Beeksisa
Guyyaa Wixataa Caamsaa 24/2018 Filannoo Waliigala  Biyyaalessaa  Marsaa 7ffaa waan ta'eef Barnoonni Idilee  guyyaa sana hin jiraatu.

Hubachiisa:-Kibxata Caamsaa 25/2018 Barnoonni Idilee itti fufa.

።።።።MB Beekaa።።።
Forwarded from Roobalee Wagii Hundee .
Wal-Yaadachiisuu!
#Qormaatni_Naannoo_Xumura Barnoota Sad.1ffaa  Kutaa 6ffaafi  Xumura Barnoota Sad. G/G  Kutaa 8ffa #Guyyoota_13 Qofatu_Hafe.
----------
BBO- Caamsaa 25/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Bara 2018  Kennamuuf Torban Lama Hafuu Wal Yaadachiisuun Barbaachisaadha.

Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad.1ffaa  Kutaa 6ffaa bara 2018 #Manneen_Barnootaa_Sad_1ffaa  12, 211 barattoota isaanii dhiira -285,857 dubara- 260,935  #Walitti,_Barattoota 546,792 qorsiisuuf qophaa'aniiru.
Guyyaan Qormaataas , #Waxabajjii 08 -09/2018 ta'uu sagantaan qormaataa kanaan dura maxxanfame ibseera.

#Haaluma_walfakkaatuun, Qormaatni Naannoo #Xumura_Barnoota_Sad_Giddu_Galeessaa Kutaa 8ffaa bara 2018 #Waxabajjii 11 -12/2018 kan kennamu yoo ta'u,  #Manneen_Barnootaa_Sad._Giddu_Galeessaa  10, 857 barattoota isaanii dhiira - 224,090 dubara - 205,911 #iWalumaagalatti_Barattoota 430,001 qorsiisuuf qopphii xumuraniiru.

Walumaa galatti, #Waxabajjii 08 - 12/2018tti Naannoon Oromiyaa #Barattoota  976,793 Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. ffaa(kutaa 6ffaa)fi  Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa(kutaa 8ffaa) bara 2018 qoramuuf galmaa'an qorsiisuuf qophii hunda galeessa taasisee kan xumure ta'uu ragaan Godinaaleefi Bul. Magaalotaa irraa dhihaatan agarsiiseera.

Kanaafuu, barattootni keenya, yeroo gabaabduu qabdan kana  otuu hinqisaasessin kutannoon akka qophooftan jechaa, qabxii olaanaa galmeessisuun  gara sadarkaa barnootaa itti aanutti  akka ceetan abdii guddaa qabna.

Hawaasni Manneen Barnootaafi Maatiin Barattootaas, barattootni keenya  yeroo isaanii haalan akka itti fayyadamam hordoffiifi deeggarsi keessan daran akka cimu kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.

#Barattoota_Keenyaaf_Yeroo¥Qophii_Gaarii Akka Ta'u Hawwi keenya.
# Barattoota keenya Hundaaf Carraa Gaarii Hawwina!
Forwarded from Tolaa Bariisoo Gadaa
Akkam jirtan Barattoota keenya ?
Boqonnaan kun boqonnaa isin frii ifaajjii bara dheeraa ittiin sasaabdanii dha .Bara kana Oromiyaa keessatti barattootni miliyoona 1.1 olitu qormaata kutaa 6,8fi 12 fudhata jedhamee eegama

Kanaafuu gorsi xiqqoon armaan gadii yoo isin gargaare itti fayyadamaa

[1] Yeroo qormaataa hojii keessan irratti xiyyeeffachuufi tasgabbooftanii qophaa’uun baay’ee barbaachisaa dha.
[2] Karoora dubbisaa baafadhaatii yeroo keessan sirnaan qooduun barnoota hundaaf yeroo kennaa
[ 3] Sammuufi yaadannoo cimsuuf halkan sa’aatii gahaa rafuun barbaachisaa dha.
[ 4] Hanga danda'ametti nyaata fayya qabeessa nyaachuun humna fi xiyyeeffannoo dabala.
[5] Gaaffilee duraanii hojjechuufi waan baratan irra deebi’anii ilaalufi shaakaluu qabdan
[6] Billbilafi jeequmsa irraa fagaachuu qabdu .Waan akka miidiyaa hawaasaafi taphaa xiqqeessuu qabdu
[7] Yeroo qormaataa gaaffii sirriitti dubbistanii eega hubattaniin booda deebisuu qabdu
[ 8] Wanti qoramatan hedduun waanuma barattan waanta'eef sodaafi dhiphina hir’isuun gaafillee tasgabboftanii hojjechuu qabdu
[9] Yeroo qormaataa sirnaan fayyadamuuf gaaffilee salphaa irraa jalqabanii gara jajjaboo deemuu qabdu
[10] Waraqaa deebii keessan qulqullinaan qabuufi iddoo deebii of eegannoon dibuu qabdu .

Milkii gaarii ijoollee koo

እንዴት ናችሁ ውድ ተማሪዎች?

ከረጅም የትምህርት ዓመታት በኋላ ውጤታችሁን ለማየት በወሳኝ ምዕራፍ ላይ ትገኛለችሁ ። በ2018 ዓ. ም በኦሮሚያ ከ1.1 ሚሊዮን በላይ ተማሪዎች የ6ኛ፣ 8ኛ እና12ኛ ክፍል ፈተና እንደሚወስዱ ይጠበቃል። ስለዚህ የሚከተሉት አነስተኛ ምክሮች ከረዱአችሁ ተጠቀሙባቸው።
[1] በፈተና ጊዜ በትምህርታችሁ ላይ ማተኮርና በተረጋጋ ሁኔታ መዘጋጀት በጣም አስፈላጊ ነው።
[ 2] የንባብ መርሃ ግብር አውጡና ጊዜያችሁን በአግባቡ በመከፋፈል ለእያንዳንዱ ትምህርት በቂ ጊዜ ስጡ።
[ 3] አእምሮና የማስታወስ ችሎታን ለማጠናከር በሌሊት በቂ ሰዓት መተኛት አስፈላጊ ነው።
[ 4] አቅም በፈቀደ መጠን ጤናማ ምግብ መመገብ ኃይልና ትኩረትን ያጨምራል።
[ 5] ያለፉ ፈተናዎችን መስራትና የተማራችሁትን ደጋግማችሁ መከለስና መለማመድ ይኖርባችኋል።
[ 6] ከሞባይል ስልክና ከሚያውኩ ነገሮች ራቁ። እንደ ማህበራዊ ሚዲያና ጨዋታዎች ያሉ ነገሮችን ቀንሱ።
[ 7] በፈተና ጊዜ ጥያቄዎችን በጥንቃቄ አንብቡና ከተረዳችኋቸው በኋላ መልሱ።
[ 8] አብዛኛው የፈተና ጥያቄ የተማራችሁት ስለሆነ ፍርሃትና ጭንቀትን በመቀነስ ጥያቄዎቹን በተረጋጋ ሁኔታ ሰስሩ።
[ 9] የፈተና ጊዜያችሁን በአግባቡ ለመጠቀም ከቀላል ጥያቄዎች ጀምሩና ወደ ከባድ ጥያቄዎች ቀጥሉ።
[10] የመልስ ወረቀታችሁን በንጽህና ያዙና መልሶቹ ለይ በጥንቃቄ ምልክት አድርጉ።

መልካም ዕድል ልጆቼ።

How are you, dear students?

This is a very critical moment, as you are now expected to reap the rewards of many years of hard work and dedication. In Oromia, more than 1.1 million students are expected to sit for the Grade 6, 8, and 12 examinations in 2026.

Therefore, if the following small pieces of advice help you, make use of them:
[ 1] During examination time, it is very important to focus on your work and prepare calmly.
[2 ] Prepare a study schedule and divide your time properly, giving enough time for every subject.
[ 3] Sleeping enough hours at night is important to strengthen your mind and memory.
[ 4] As much as possible, eating healthy food increases energy and concentration.
[5 ] You should practice previous exam questions and review what you have learned repeatedly.
[ 6] You should stay away from mobile phones and distractions. Reduce things such as social media and games.
[ 7] During exams, you should read questions carefully and answer only after understanding them.
[ 8] Most exam questions are based on what you have already learned, so reduce fear and stress and work calmly on the questions.
[ 9] To use exam time properly, start with easy questions and then move to difficult ones.
[ 10] Keep your answer sheet neat and mark answers carefully.

Good luck, my children.

Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
1