Forwarded from Deleted Account
#Dhiifama
#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM
♡ wan ofii koo akkam naf jirta
♡ as gennee rabbiif galata
♡ eynee waggaa hamdi goytaa
♡ enyutu waggaa dhibba jiraata
♡ wa jedha hayyama naf goota
♡ namni sanyii gaarii murata
♡ nama malee laftii na dhipata
♡ garaan koo jaalala kee filataa
♡ na jaladhu galani kee jannata
~
beka amala koo heddun qoosaa
tokko mitii nama hunda aarsaa
garuu hin qabuu garaa keessaa
an nama namni ni balleessaa
afoown jedhii na gammachiissa
nu ha ka'uu caayaa gaaddisa
~
yon dhugaa kee dhokse si sobe
utu na hamatu walalan si darbe
hunda ol ana jalatee an si jibbe
sababa koo hamileen kee cabee
afoown an badii koof gaabbe
naf dhiisi badii rabbiin si qabee
~
sif ha godhuu baatii jijjirama
rokko keef raawwiin beellama
dhibeen fayyaan sirra dhuma
qunnamii milkii ganda lama
afoown afoown hundii nama
an jedhee naf godhii dhiifama
#RAMADANA_KARIIM
#RAMADANA_KARIIM
baga Ramadan bara 1441 ittiin isinin gahee warra baran kan bara heddu isan ha godhuu
walaloo kana hiriyoota kee kan jalatuu obbolaa keessanif share godha wallahii rabbiif jechaa isinin jaaladha
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙
👇👇. 👇👇

🌙🌙#RAMADAAN#🌙🌙
☆•☆•☆•☆•☆•☆•☆•☆•☆•
Keessummaa guddaatu nutti dhufaara. Simannaa jabaa nurraa barbaada. Simannaa addaatiin isa simatuu qabna. Osoo nutti hin dhufin qophoofnee eeguu qabna.
Keessattuu obboleettiiwwan keenya kan shamaraa ammuma dafaa of qopheessaa. Akka uumaa ta'ee namni hedduun qadaa qabaachuu mala. Namni gariin ammoo irraanfatee #ramadaanni itti deebi'a.
Kanaafuu warra sababa dayuumsaa fi dhiiga aadaatiin akkasumas dhibee garagaraatiin qadaan isinirra jiru ammuma itti yaadaa ofirraa baasaa.
"YAA RABBI JI'A ULFAATAA KANAAN NUUN GAHI"
اللهم بلغنا رمضان
A great guest is coming to us. Need a strong welcome from us. We should welcome him with special welcome. We have to wait before we come.
Especially our sister get ready soon. As a creature many people can have lunch. A good person forgets and #ramadan will return to it. So those of you who are in the blood of culture, blood and suffering from different diseases, think about it now.
"DEAR GOD LET US REACH THIS DIFFICULT MONTH"
Share👇👇
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
Barnoota Soomana Ramadaanaa
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
Kutaa {14ffaa}
Seera Zakaa Fixrii
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
▪️Zakaa fixrii jechuun sadaqaa yeroo soomana ramadaanaa xumuran dhuma isaarratti keennamtu jechuudha. Faaydaan isiitis dogoggoraafii badii irraa soomana namaaf qulqulleysiti.
~Zakaan Fixriidha muslima hundarratti dirqama.
~Isiin midhaan suguda tokkootu (k.g 2.40) yoo kiiloo lamaaf cinaa
godhan haalaan gaariidha.) nama tokkorraa baasuu barbaachisa.
ٍ
📚Hadiisatti Abdallaa ibnu umar(r.a) akki jedhe “Nabiin(s.a.w) tokko tokkoo muslimtootaa irratti zakkaa fixrii tan ramadaanaa dirqama godhe, hunduma muslimaarratti bilisa tahuu ,gabra tahuu, dhiira tahuu dubartii tahuu, guddaa tahuu xiqqaa tahuu, suguda (kooboo) takka timirarraa yookaan garburraa nama tokkorraa kafalama jedhe.”
•Jecha bukhaarii keessatti “nabiin (s.a.w) zakaa fixrii dirqama godhe …jedhee hadiisa oofee achi keessatti.. osoo namni gara salaata iidaa hinbaane duratti akka kennamtu ajaje.” jedhe.
⚡️Faayidaan(Hikmaan) zakaan Fixrii dirqama godhamteef?
~Nama soomane dogoggoraa fii badii irraa qulqulleessiti, hir’ina isaati guutti, bakka jallate diriirsiti.gargaarsa namoota hiyyeeyyiiti taati, guyyaa iidaa kabajamaa kana keessatti kadhaadhaaf hula namaarra deemurraa isaan duroomsiti. Akkuma ummanni kuun gammachuun iida godhanitti hiyyeessinis quufee beela bahee ummataan wajjiin gammachuu iidaa akka hirmaatu gargaarti .
📩Yaadaa fi Gaaffif 👉 @Baytal_Nur_bot
🌙#Ramadan 28,1443H
🌺#Share🌺
|| @Baytal_Nur ||

Anoo si yaadeera.....
Erga gargar baanee
Waggaa tokko geenyee
Yaaddoon kee na miidhe
Si obsuu hin dandeenyee
Sekondiin daqiiqaa
Guyyaan torbii ta'ee
Tokko lama jechuun
Torbiinis naanna'ee
Wal arguuf geenyeerra
Kunoo waggaan ga'ee�
Bareeda akka kee
Hin argine takkaa
Haalaaf amalli kee
Qalbii nama rakkaa
Waa garaa hin jabaattuu
Tasa garaa laaftaa
Jaalalaan moo'attee
Hunda qalbii raaftaa
Waggaatti al tokko
Naaf taatee keessummaa�
Osoo si jaaladhuu
Si dhabus tasumaa
Amma wal arguufi
Alhamdulillaahi
Kan waliin nu gaheef
Galata ilaahi
Kan qabattee deemtun
Gumaata gurguddaa
Osoo adda hin qoodin
Isa xiqqaaf guddaa�
Hundumaaf kennita
Nama qabuuf qalbii
Jaalallee koo dhugaa
Yaa badhaasa rabbii
Nama waliin oodus
Walitti araarsitaa
Jaalalaan moo'attee
Qalbii xahaarsitaa
Ahriibuu ramadaan
Jaalallee koo haqaa
Qalbiin koo gammaddee�
Si arguuf na cinqaa
#Ramadan loading....
Erga gargar baanee
Waggaa tokko geenyee
Yaaddoon kee na miidhe
Si obsuu hin dandeenyee
Sekondiin daqiiqaa
Guyyaan torbii ta'ee
Tokko lama jechuun
Torbiinis naanna'ee
Wal arguuf geenyeerra
Kunoo waggaan ga'ee�
Bareeda akka kee
Hin argine takkaa
Haalaaf amalli kee
Qalbii nama rakkaa
Waa garaa hin jabaattuu
Tasa garaa laaftaa
Jaalalaan moo'attee
Hunda qalbii raaftaa
Waggaatti al tokko
Naaf taatee keessummaa�
Osoo si jaaladhuu
Si dhabus tasumaa
Amma wal arguufi
Alhamdulillaahi
Kan waliin nu gaheef
Galata ilaahi
Kan qabattee deemtun
Gumaata gurguddaa
Osoo adda hin qoodin
Isa xiqqaaf guddaa�
Hundumaaf kennita
Nama qabuuf qalbii
Jaalallee koo dhugaa
Yaa badhaasa rabbii
Nama waliin oodus
Walitti araarsitaa
Jaalalaan moo'attee
Qalbii xahaarsitaa
Ahriibuu ramadaan
Jaalallee koo haqaa
Qalbiin koo gammaddee�
Si arguuf na cinqaa
#Ramadan loading....