Dawaa Qalbii
8.09K subscribers
1.36K photos
24 videos
12 files
2.06K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
♥️QOPHII RAMADAANAA 🌹
□□□□□□□□□□□□□
Kutaa 4ffaa
••••••••••••••
by Abdulaziz Ahmeddiin
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu kabajamtootaa fi jaalatamtoota obboloota koo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

Tokko lama otuu jennuu jiini kabajamaa fi jaalatamaan kan kheeyriin hedduun keessa jirtu dhufuuf guyyoota muraasa qubaan lakkaawamantu hafe. Nutis sagantaa keenya #qophii_Ramadaanaa jettu tana xumuruuf jirra. Qophii irraa gara ji'a kanaatti seenuuf jechuudha.

Isinoo obboloota koo!! Erga sagantaa kana hordofuu jalqabdani hammam qophaawaa jirtuu!?.

👉Jiini Ramadaanaa ji'a araaramaati, ji'a Rahmata Rabbii itti argatanidha. Ji'a ibidda jahannam irraa itti bilisoomanidha. Araaramni, Rahmanni fi bilisa bahuun ji'a guutuu keessatti argamu malee akka namoonni tokko tokko jedhan tartiibaan kurnan duraa, kurnan lammataa, fi kurnan boodaa wanti jedhu hin jiru. Hadiisni bifa sanaan dhufe sadarkaan isaa laafaa(da'iifa) waan ta'eef.

👉Jiinii Ramadaanaa kun ji'a keessa lubuu(nabsiyyaa) ofii akkaan leenjifatanidha. Sababni isaas Sheeyxaanni jallataa fi jallisaan waan hidhamuuf yeroo kanatti lubbuu teenya harkatti galfannee hojiiwwan kheeyrii wajjiin wal barsiisuu fi itti madaqsuu dandeenya.

👉Jiini kun ji'a Araaramaa waan ta'eef nutis nama kanaan dura nu miidheef dhiifneefii kan akka carraa miines yoo jiraate xiyyeeffannee dhiifama gaafachuu qabna. Sababni isaas ibaadaan namoota lama wal lolanii waliin oodanii jiranii hanga jarri araaramanitti hin fuudhamtu. Kanaaf ibaadaa keenya qulqulleeffachuuf jalqaba obboleessa ykn obboleettii teenya wajjiin araaramnee qulqullaa'uu qabna.

👉Akka Rabbiin garaa nuuf laafuufis nuti lubbuu teenyaaf, maatii keenyaaf, firaa fi ollaa keenyaaf, ummata muslimaa hundaaf , Dhala namaa cufaaf garaa laafnee bakka rakkatanitti birmachuu fii qabna. Namaaf birmachuun qabeenya guddaa qofaan osoo hin taane waanuma qabaniin ta'a. Yeroo nuti xiqqoo qabnuun waliif birmanne Rabbiin baankii isaa dhuma hin qabne irraa rahmata nuuf godha waan ta'eef!!!

♥️Keessumaa yeroo rakkisaa addunyaan keessa jirru kanatti furmaanni jiru bakkaa fi haaluma jirruun wal bira dhaabbachuudha♥️

Rabbiin balaa dhabaa fi dhukkubaa tana hunda jalaa bilisa nu baasee Ramadaan nuhaa gahu, warra irraa fayyadamus nuhaa taasisu!!!!!!!!!!!!
#Aamiin_Aamiin_Summa_Aamiin!!!!!!!!!!!!!!!!!
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Haqa Haadha - Xiyyeeffannoon Haa Dubbifnuu !

Namni Saaliha Tahe Tokko Waa'ee Haqa Haadhaa Gaafatamee Yommuu Deebisu Akkana Jechuun Gorsa Kennee Jira;

1. Sagalee kee sagalee ishee irra ol kaaftee hin haasawiniin
2. Mormii hin barbaachifne hin morminiin
3. Osoo isheen dubbattee hin xumurin hin dubbatin
4. Maqaa isheetiin ishee hin yaaminiin
5. Hirriba ishee osoo hin xumuratin ishee hin dammaqsiniin
6. Sababa yoo qabaatte malee ishee dursitee hin socho'in
7. Akkuma gabrichi Rabbii Rabbii isaatiif of gadi qabu sana atis golga of gadi qabiinsaa kee gadi qabiif
8. Osoo si yaamtee hin xumurin "Yaa" jechuun dafii jalaa awwaadhu
9. Manaa baatee alatti jalaa hin turin qalbiin ishee ni rifattiiti
10. Yommuu ishee ilaaltu ija itti hin bobaasin
11. Haasawa kan keetiin itti hin jabaatin
12. Yommuu siin loltu ati garuu hin lolin
13. Haasawa ishee hin tuffatin
14. Yommuu dhiphatteenii agartuun mari'adhuun
15. Yommuu rakkatte itti dhihaadhuu qarqaariin
16. Yommuu dhukkubsatte ishee yaalchisiin
17. Yoo daaromte daara ishee baasi
18. Dhimma ishee hunda dhimma kooti jedhi
19. Yaadaa fii karoora ishee qoodami
20. Rahimoota isheetti hidhami
21. Jaallota ishee jaaladhuuf
22. Abaarsa ishee irraa of eeggadhu
23. Ishee mufachiisuu irraa fagaadhu
24. Suuta jedhi ishee hubachiisi
25. Haasawaa fii haala ishee hubatuu dandeessuun isheen haasawi
26. Du'aa'ii ishee barbaadadhu
27. Eebba ishee irratti wal dorgomi
28. Kaayyoo kan kee hin dhoksiniin
29. Osoo isheen hin teenye dursitee hin taa'in
30. Salaata hunda irratti du'aa'iin ishee hin irraanfatin

Harmee koo Rabbiin teessoo kee jannata haa godhu! #Aamiin jedhi!

Barnoota dabalataaf Chanaali keenya armaan gadii join godha.
@Sammaan
#Aamiin_jettu_malee👇

Yaa Rabbi hordoftoonni garee kiyyaa kuni, nama ani amala isaanii, bifaa fi yaada isaanii beekuu miti. Garuu yaa Rabbi :

➛Isaan keessaa dhibamaan yoo jiraate, fayyistuun malee,
➛Rakkataan yoo jiraate rakkoo baastuun malee,
➛hajamaan yoo jiraate haajaa isaanii baaftuuf malee,
➛ kan yaadaa fi gaddaan guutame, irraa deemsistu malee,
➛ kan Deynii qabu irraa kafaltu malee,
➛Kan dalagaa barbaadu, Rizqii halaalaa bantuuf malee,
➛ kan ijoollee barbaadu, firii gaarii kennituuf malee,
➛ nama haajaa si malee hin beekne qomaa qabu, kennituuf malee,
➛ waan keeyrii ta’e hunda isaaniif filattu malee hoongoo isaan hin galchin Yaa Allaah

➛ Yaa Rabbi hordoftoota garee kooti :

➛ laga kowsarii sana dhuguu,
➛ Hariira Jaannataa sana uffachuu,
➛Fooqii Jannataa keessa gangalachuu,
➛Ataakiltii Jannaataa sana guurachuu,
➛ Balbala Jannataa saddeettaniin seenuu,
➛ Jannatulfirdositti qanani'uu,
➛ Jannata keessatti maatii fi jaalalleewwan keenyaan walarguu,
➛ Jaalala Rabbiitiin gammaduu,
➛ Ollaa Nabii keenyaa jiraatuu,
➛ Fuula Rabbii arginee gammachuu irraan gammachuu dabalatuu, nuu fedhi yaa Allah
#Nurraa_qeebali_Yaa_Allah

أللهم اغفر لنا ولوالدينا، ولجميع المسلمين والمسلمات، والمؤمنين والمؤمنات الأحياء منهم والأموات......آمين يا رب العالمين

Follow me👇
@tafak_or
@tafak_or
Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (Telegram)
#Aamiin_jedhaa....

🤲 Rabbiin waa sadi isinirraa haa fageessu:
hiyyummaa; dhiphinnaa fi yaaddoo..
🤲 waa sadi Rabbiin isiniif haa tiksu:
lubbuu teessan; maatii fi Diinii keessan..!
🤲 Rabbiin gammachuu sadii isiniif haa hiru:
Rizqii baldhoo; Qananii qabdutti Rabbiin galateeffachuu fi umrii dheertuu...
🤲 Rabbiin waa sadi jalaa isin haa baasu:
Ibidda Jahannam; ija hamtuu fi qalbii waanyitu...!

Sooma_nagahaa...! 👇
https://t.me/tafak_or
طالب رضي الله-የአሏህን ውዴታ ፈላጊ:
HAQA HAADHAA
••••••••••••••••••

Namni Saaliha Tahe Tokko Waa'ee Haqa Haadhaa Gaafatamee Yommuu Deebisu Akkana Jechuun Gorsa Kennee Jira;

1. Sagalee kee sagalee ishee irra ol kaaftee hin haasawiniin
2. Mormii hin barbaachifne hin morminiin
3. Osoo isheen dubbattee hin xumurin hin dubbatin
4. Maqaa isheetiin ishee hin yaaminiin
5. Hirriba ishee osoo hin xumuratin ishee hin dammaqsiniin
6. Sababa yoo qabaatte malee ishee dursitee hin socho'in
7. Akkuma gabrichi Rabbii Rabbii isaatiif of gadi qabu sana atis golga of gadi qabiinsaa kee gadi qabiif
8. Osoo si yaamtee hin xumurin "Yaa" jechuun dafii jalaa awwaadhu
9. Manaa baatee alatti jalaa hin turin qalbiin ishee ni rifattiiti

10. Yommuu ishee ilaaltu ija itti hin bobaasin
11. Haasawa kan keetiin itti hin jabaatin
12. Yommuu siin loltu ati garuu hin lolin
13. Haasawa ishee hin tuffatin
14. Yommuu dhiphatteenii agartuun mari'adhuun
15. Yommuu rakkatte itti dhihaadhuu qarqaariin
16. Yommuu dhukkubsatte ishee yaalchisiin
17. Yoo daaromte daara ishee baasi
18. Dhimma ishee hunda dhimma kooti jedhi
19. Yaadaa fii karoora ishee qoodami
20. Rahimoota isheetti hidhami

21. Jaallota ishee jaaladhuuf
22. Abaarsa ishee irraa of eeggadhu
23. Ishee mufachiisuu irraa fagaadhu
24. Suuta jedhi ishee hubachiisi
25. Haasawaa fii haala ishee hubatuu dandeessuun isheen haasawi
26. Du'aa'ii ishee barbaadadhu
27. Eebba ishee irratti wal dorgomi
28. Kaayyoo kan kee hin dhoksiniin
29. Osoo isheen hin teenye dursitee hin taa'in
30. Salaata hunda irratti du'aa'iin ishee hin irraanfatin

Harmee koo Rabbiin teessoo kee jannata haa godhu! #Aamiin jedhi

Qur'aana, Hadiisa, Gorsaa Adda Addaa. Irraa Haa Baraatuu Odeyfaano Qabsoo Hawaas Muslimaa Hordofuu Yoo Barabaddee page tana like godhii.
https://t.me/islamicknowledgeforallhumanbeing

▪️🍃.

ሕይወት በጀነት

 ቅዱስ ቁርአን ጀነት ውስጥ ያሉ ሰዎች ወንድሞቻቸውንና የቅርብ ዘመዶቻቸውን እንደሚገናኙ ይገልፃል ።

مُّتَّكِئِينَ فِيهَا عَلَى الْأَرَائِكِ ۖ لَا يَرَوْنَ فِيهَا شَمْسًا وَلَا زَمْهَرِيرًا
በውስጧ በባለ አጎበር አልጋዎች ላይ ተደጋፊዎች በውስጧ ፀሐይንም ጨረቃንም የማያዩ ሲኾኑ፡፡
وَدَانِيَةً عَلَيْهِمْ ظِلَالُهَا وَذُلِّلَتْ قُطُوفُهَا تَذْلِيلًا
ዛፎችዋም በእነርሱ ላይ የቀረበች፣ ፍሬዎችዋም (ለለቃሚዎች) መግገራትን የተገራች ስትኾን (ገነትን መነዳቸው)፡፡
(አል_ኢንሳን 1⃣3⃣1⃣4⃣)
هُمْ وَأَزْوَاجُهُمْ فِي ظِلَالٍ عَلَى الْأَرَائِكِ مُتَّكِئُونَ
እነርሱም ሚስቶቻቸውም በጥላዎች ውስጥ ናቸው፡፡ ባለ አጎበር አልጋዎች ላይ ተደጋፊዎች ናቸው፡፡
(ያሲን 5⃣6⃣)
وَالَّذِينَ آمَنُوا وَاتَّبَعَتْهُمْ ذُرِّيَّتُهُم بِإِيمَانٍ أَلْحَقْنَا بِهِمْ ذُرِّيَّتَهُمْ وَمَا أَلَتْنَاهُم مِّنْ عَمَلِهِم مِّن شَيْءٍ ۚ كُلُّ امْرِئٍ بِمَا كَسَبَ رَهِينٌ
እነዚያም ያመኑትና ዝርያቸውም በእምነት የተከተለቻቸው ዝርያቸውን በእነርሱ እናስጠጋለን፡፡ ከሥራቸውም ምንም አናጎድልባቸውም፡፡ ሰው ሁሉ በሠራው ሥራ ተያዢ ነው፡፡
(አጥ_ጡር 2⃣1⃣)
 ሲገናኙ ሞቅ ባለ ሁኔታና በንፁህ ልብ ነው ፦
وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ تَجْرِي مِن تَحْتِهِمُ الْأَنْهَارُ ۖ وَقَالُوا الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي هَدَانَا لِهَٰذَا وَمَا كُنَّا لِنَهْتَدِيَ لَوْلَا أَنْ هَدَانَا اللَّهُ ۖ لَقَدْ جَاءَتْ رُسُلُ رَبِّنَا بِالْحَقِّ ۖ وَنُودُوا أَن تِلْكُمُ الْجَنَّةُ أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
በደረቶቻቸው ውስጥ ያለውንም ጥላቻ እናስወግዳለን፡፡ ወንዞች በሥሮቻቸው ይፈሳሉ፡፡ «ለዚያም ወደዚህ (ላደረሰን ሥራ) ለመራን አላህ ምስጋና ይገባው፡፡ አላህ ባልመራንም ኖሮ አንመራም ነበር፡፡ የጌታችን መልክተኞች በእውነት ላይ ሲኾኑ በእርግጥ መጥተውልናል» ይላሉ፡፡ ይህች ገነት ትሠሩት በነበራችሁት ተሰጣችኋት በማለት ይጠራሉ፡፡
(አል_አዕራፍ 4⃣3⃣)
وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
«ባልጋዎችም ላይ ፊት ለፊት የሚቅጣጩ ወንድማማቾች ኾነው በደረቶቻቸው ውስጥ ከቂም ያለውን ሁሉ እናስወግዳለን፡፡
(አል_ሒጅር 4⃣7⃣)
مُتَّكِئِينَ عَلَىٰ فُرُشٍ بَطَائِنُهَا مِنْ إِسْتَبْرَقٍ ۚ وَجَنَى الْجَنَّتَيْنِ دَانٍ
የውስጥ ጉስጉሳቸው ከወፍራም ሐር በኾኑ ምንጣፎች ላይ የተመቻቹ ሲኾኑ (ይንፈላሰሳሉ)፡፡ የሁለቱም ገነቶች ፍሬ (ለለቃሚ) ቅርብ ነው፡፡
(አር_ረህማን 5⃣4⃣)
۞ وَيَطُوفُ عَلَيْهِمْ غِلْمَانٌ لَّهُمْ كَأَنَّهُمْ لُؤْلُؤٌ مَّكْنُونٌ
ለነርሱም የኾኑ ወጣቶች ልክ የተሸፈነ ሉል መስለው በእነርሱ ላይ (ለማሳለፍ) ይዘዋወራሉ፡፡
(አጥ_ጡር 2⃣4⃣)
يَدْعُونَ فِيهَا بِكُلِّ فَاكِهَةٍ آمِنِينَ
በእርሷም ውስጥ የተማመኑ ኾነው፤ ከፍራፍሬ ሁሉ ያዝዛሉ፡፡
(አድ_ዱኻን 5⃣5⃣)