🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Fulbaana 14/2016 Manneen Barnootaa Guutuu Oromiyaatti Ni Banamu.
-----------------
BBO-13/01/2016,
Fulbaana 14/2016 ganama sa'aatii 2:00 irraa jalqabee manneen barnootaa Naannoo Oromiyaa keessatti argaman hundi hojii baruu barsiisuu ni eegalu.
Kanaafuu, maatiin barattootaa ijoollee keessan gara mana barnootaa akka ergitan dhaamsa dabarsina.
Baniinsa Manneen Barnootaatiin wal qabatee #daa'imman_kutaa 1-4 jiran #barreessuu_dubbisuu_lakkoofsota qoyyabachuufi herreguu dandeessisu #duula_torban_6f turu barsiisotaafi manneen barnootaa hunda keessatti ni gaggeeffama.
Rakkina barreessuu, dubbisuufi shallaguu barattootaa hambisuuf barsiisotni gosa barnoota barsiisaniin otuu wal hinqoodiin(#barsiisotni_hundi) duula kanarratti hirmaachuu akka qaban qajeelchi Biiroon Barnootaa Oromiyaa baase agarsiiseera.
#Baga_Bara_Barnootaa_2016_Nagaan_Geessan!
https://t.me/oeb_book_store
https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau
@Sammaan

Telegram
Students Books-(BBO)
#Jion_gochuu_hin_dagatina
Channel kun kitaaba barattoota qofa kan qabudha!
Oromia Education Bureau