Dawaa Qalbii
6.67K subscribers
1.23K photos
20 videos
10 files
1.94K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Wantoota 10n kan du'aa'ii qeebalamuu dhoorgan.
•••••◇◇•••••••••••◇◇••••••••••••◇◇••••••••
Ibraahim ibn Adaham gaaf tokko magaalaa Basraa dhufe.yeroo kana ormi akkana jedhanii gaafii isa gaafatan:

Rabbi ni khadhanna garuu nuuf hin qeebalamtuu maali jedhaniin?

Innis akkana jedheen:
Qalbiin teessan waa 10niin duutee jirti.

1-Rabbi ni beeytan garuu haqa isaa hin guunne.

2-Rasuula afaaniin  ni  jaalanna jettan, garuu karaa isaa ni lakkiftan.

3-Qur'aana ni qaraatan, garuu itti hin daleeydan.

4-Ni'imaa rabbii nyaachaati galata isaa galchuu diddan.

5 Sheeyxanni xilaata keenya jettan, garuu isa hin faalleeysitan.

6 Jannanni dhugaadha jettan garuu isiidhaaf hin carraaqqattan.

7.Ibiddi dhugaadha jettan,garuu isii irraa hin baqattan.

8 Duuti dhugaadha jettan garuu isiidhaaf hin qophooytan.

9 Hirriibarraa kaataniiti rakkoo/eeybii namaatiin shaakhalamtan rakkoo teeysan ammoo of hin agartan.

10 Du'aa keessan ni awwaaltan, garuu hin gorfamtan.
~~
YAARABBI warra du'aa'iin irraa qeebalamtu nu taasisi.

#SHARE Godhi👇👇
Channel kanaaf haaraa yoo taate #Join godhi!
@ija_milkii
@Sammaan
Breaking...

ቀጠር ትልቁን እና ታዋቂውን የእስልምና ዳዒ ዶር ዛኪር ናይክን ጋበዘች .. ዛኪር ናይክ በአለም ዋንጫው በሙሉ በኳታር ዲናዊ ትምህርቶችን ይሰጣል 💙

Qaxar daa'ii beekamaa guddicha Addunyaa dr zaakir naayik gara biyya ofiitti afeertee hanga waancaan addunyaa xumuramutti muhaadaraa keessummootaaf iddoowwan gara garaa irra naannawaa akka kennu ibsamee jira.

Guyyaa kaleessaa dr kiyar sheek hajjii Ibraahim isa wojjiin kan ka'an..
اللهم انصر هذه البلدة الصغيرة في إيصال دعوتك للبشرية جمعاء..

Qatar brings Zakir Naik, the largest and most famous Islamic preacher in the largest gathering .. Zakir Naik will give religious lectures in Qatar throughout the World Cup moments 💙

#share
https://t.me/tafak_or
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Sheeyni kun Warra walloo ta'anillee dhimmi isaanii nu mara ilaalchisa. Sheek Abdulaxiif har'a gadhiifama boru gad dhiifama osoo jeennuu yeroo dheeraa mana hidhaa keessatti lakkoofsisee jira. Sheekaaf sagalee haa taanuu pls. Yaa Rabbi hidhaa baasi!

Muhammad Sabaah Sheikh Sa'iid Muhammad Siraaj Husseen yeroo baay'ee waan Sheekhaa kana nuuf dhaamaa turan. Har'a anis isiniifin dhaama

Ulamaa'ii Rabbii wanni mana hidhatti hiraarsaniif hin jirtu. Ammatti gad dhiisaa
#FreeSheikhAbdulaxiif

#Share_Waliif_godhaa
@Hakaan1
Seenaa Ajaa'ibaa tan qalbii tiyya dhoyte !!

♻️Gurbaan Gaariin tokko osoo karaa deemu jiruu gurbaa foon waadu (Bilcheessu) jiru tokko tti dhufe. gurbaan gaariin kun namticha foon waadu kana yeroo arge akka malee rifatee booye !!

♻️Gurbaan foon waadaa jiru kunis Ajaa'ibsiifatee "Hay maaliif boocha ?? Foon barbaaddee ti moo maaliif boocha ?? Je'ee gaafate !! gurbanis "lakkii foonii fii miti wahiitu na Ajaa'ibsiise malee !!" Je'ee deebiseef .... Maaltu si ajaaibsiise jennaan .... gurban gaariin kunis deebii Ajaa'ibaa deebiseefii Akkana je'een "foonii fii miti ilma nama kanafin boya, beyladoonnii foon isaanii nyaadhaman kun hundi erga lubbun du'ani booda ibiddarratti gubatan .... ilmi namaa garuu guyyaa qiyaama osoo lubbuun kessa jirtuu ibidda kessaatti gubatan ja'een !!!

#yaa_Allaah !! ni dandeessaa najaa nu baasi .... qaama kenyarratti ibidda jahannam haraam godhii !

Seenaa Ajaa'ibaa tana Nama
SHARE Godhe Cufa rabbiin Qaama isaa Ibidda Jahannamirratti HARAAM haa godhu !!

#SHARE_WALIIF_GODHAA_JZ
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (said Leader)
Dhiifama namaa godhuu baradhu,garuu miidhama kee irraanfattee,yeroo lama akka hin iddamne uf tiksi, Biyyi lafaa tuni,nama kufe irra ijjattee dabarti malee, uf duuba garagaltee,harka qabdee,nama hin kaaftuu hubadhu!

ila
Rakkoo hin sodaatin,rakkattu malee rakkoo keessaa hin baatuu xiinxalli,rakkoo ija isii waraantee hinjifattu malee,ija kee waraantee sijaamsitii quba qabaadhu.

Ekaa
“Miila deemeefi nama deegetu waa arga”jedha Oromoon,ati kan biyya kee jirtu kun,joollee bahratti dhumaa jirturraa waa baradhu,hiyyummatti harka kennuu diddaaf,lubbuu takkitti qaban qabdii kennanii, abbaa biyyaatiin kokkee wal-qabaa hojjatanii,maatii ufii jiraachisaa jiruu,maa al tokkoo gadi laalii xiinxalli.

Jaaloo
Miidhama keetiif mataa keettu itti gaafatamaa beeki, laalaa kee,namni sii laalatu hinjiruu ufitti himi,seequu ormaa,dhugaa hin sehin,”Filiitii”raammoo ajjeesuuf oomishamerra “fotoo” jiru sana jaalalaaf gubbatti hin fannifnee taajjabi,lubbuu isii balleessina laalii summii kana nurraa biti jedhanii sitti himuuf,summii filiitii irratti, suuraa arraabbii”bararoo”fannisanii argi!

Obbolaa
ija namaa keessa laaluu dhiisii,waan harkaa qabdu guddifadhu,haati manaa kee,nama bultii hin qabneef hawwiidhaa beeki,Joolleen tee,nama ilmoo dhabeef hawwiidhaa argi,manni kee,nama mana kiraa galuuf hawwiidhaa laali,hujiin kee,nama hujii hin qabneef hawwiidhaa xiinxalli,fayyaan kee,nama siree irra ciisuuf hawwiidhaa taajjabi,imalli kee,nama mana hidhaa jiruuf hawwiidhaa uf qusadhu.

Hey
Rooba dheettee,aduu jalaa gortee,humna qusattee, ufitti qoosaa,bilbila qabattee gurri si ho’aa bulaa,falli ati argattu hinjiruu,muldhii kee hidhadhuu,hujii kee hojjadhuu,nama tahi.

Hojohoo
Namni ati eeggattuufi erkataa taatee komattu sun, walumaan guddattee,waliin ooltee bultee,si biraa kutee,atis kutadhuu hujii keetitti bobba’ii nama tahi malee,weedduu komii keetiitiif,namni gurra sii laatu hinjiruu,abdii kutii,hiyyummaa kee keessaa bahi!

Namana
Ardiin baldhoon deemtee fixuu hin dandeenne tuni, wanti sitti dhiphatteef,yaada keettu dhiphaadhaa, yaada kee baldhifadhuu laali! Santu Seera!
https://t.me/Alrisala1
Forwarded from Quwwatul Islaam (Anal-muslim)
Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜
🔐🔐🔐🔐🔐🔐🔐🔐
#Maqaa:Abdulkariim Awwol
#Biyya:Jimmaa
#CODE_22
🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙
YEROO HUNDA YAADADHU !!

Jiruun Addunyaa jalqabaa fi Xumura Qabdi.
Jalqabni isii guyyaa haadha kee garaa baatee

Qilleensa addunyaa kana fuunfachuu jalqabde yoo ta'u.

Xumurri ishee immoo Guyyaa malakul mowtu (malaayikaan du'aa) Lubbu kee fudhatee dha.

Jireenyi Aakhiraa immoo jalqaba malee Xumura hin qabu, Jalqabni isaa Guyyaa duutee qabrii seenti irraa eegala garuu xumurri isaaf hin jiru.

Kanaafuu yaa ilma namaa Jireenya kee kan jalqaba malee xumura hin qabne sana bareeffachuudhaaf, Jireenya kee kan har'aa gabaabaa kan Jalqabaa fi Xumura qabu kana keessatti waan Rabbiin sirraa jaalatu hunda Akkaataa Rabbiin si Ajajeen, haala Rabbiin sirraa jaalatuun hojjedhu.

Rabbiin (s.w) warra dalagaa garii boruuf isaaf toltu ol kaawwatu irraa Nu haa taasisuu inshaa allaah.

Obboleewwan keenya kan birootiif
#Share gootu malee bira hin darbin jazakallaahu kheyr...
🏆🏆🏆🏆🏆🏆

🟠🟠🟠🟠🟠🟠
@quwwatulislaam
  @quwwatulislaam
   
@quwwatulislaam
👇👇👇👇👇👇👇
1⃣ffaa kan baheef 500MB🎁🎁🎁
2⃣ffaa kan baheef 400MB🏅🏅🏅
3⃣ffaa kan baheef 300MB🎊🎊🎊
4⃣ffaa kan baheef 200MB
5⃣ffaa kan baheef 100MB📶📶📶
🚦🚦🚦🚦🚦🚦🚦

#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
🏆🏆🏆🏆🏆🏆
👇👇👇👇👇👇
#JOIN_SHARE 🎋🎋🎋
@quwwatulislaam
  @quwwatulislaam
    @quwwatulislaam.

  🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (said Leader)
القبر باب كل الناس داخل
QABRIIN BALBALA ILMI NAMAA HUNDUU SEENU
🌴Gandi Duniyaa Ganda Jalqabni Isii Booyichaa , Walakkaan Isii Ciinqaa Xummurri Isii Dhabamiinsaati .
🛎Duniyaa Keessatti Hanga Feetes Turtu Ni Dhabamta , Hanga Feetes Guddattu Ni Dhokatta , Hanga Feetes Gabbattu Ni Nyaatamta .
Duniyaan Ganda Itti Jiruu Aakiraa Itti Dalagatan .
Duniyaan Ganda Jiruu Aakiraatiif Keessa Dabran .
Duniyaan Ganda Dalagaati Aakiraan Ganda Galataati .

🌴Namni Duniyaa Keessatti Rakkatus , Qananiin Jiraatus Xummurri Ilma Namaa Hunduu Qabrima .
Qabriin Balbala Ilmi Namaa Hunduu Irra Dhufuun Isaa Hin Hafneedha .
لماذا نتكلم عن الموت
📝Waa’ee Du’aa Maaliif Dubbanna ?!
لأن كل مخلوق يموت ، ولا يبقى إلا ذو العزة والجبروت ، والليل مهما طال فلا بد من طلوع الفجر ، العمر مهما طال فلا بد من لزوم القبر ، فإذا حملت الى القبور جنازة فاعلم بأنك بعدها محمول .

🌛Waa’ee Du’aa Wanni Nu Dubbachiise , Wanti Rabbiin Uume Hunduu Ni Du’a , Rabbi Uumamtoota Argamsiise Qofatu Jiraataa Dha .
🌓Halkan Hanga Fedhes Turu Bari’uun Isaa Hin Oolamu ,
💪🏾 Umriin Ilma Namaas Hanga Fedhes Dheeratu Qabrii Seenuun Isaa Hin Oolamu .
Ati Gara Qabrii Nama Du’e Yoo Baatte .. Boru Situ Gara Qabrii Baatamaa Beeki !

الإنسان بضعة ايام كل ما انقضا يوم انقضا بضع منه ، إذا فأنت زمن ، أو رأس مالك هو الزمن ، لذا أقسم الله بالزمن ( والعصر إن الإنسان لفي خسر اي خاسر ، فال سائل لما الخسارة يا الله قال : لأن مضيع زمنه وحده يستهلكه إذا فأنت زمن ،
🌔 Ilmi Namaa Cittu Guyyaa Irraa Taate , Hunda Yeroo Guyyaan Tokko Darbuu Umriin Kee Dhumaa Deemaa , Kanaaf Ati Guyyaa Dha Jedhame.
Kanaaf irra caalaan wanti ati handhuurfattuu yeroo dha . kanaaf rabbiin yeroodhaan kakate
( والعصر إن الإنسان لفي خسر اي خاسر )
yeroon irra guddaa qabeenya ati handhuurfattuuti .

Yeroo kee hin balleessin umrii kee balleessutti jirta .
sagantaa itti aanu keessatti Nu eeggadhaa
@Alrisala1
share waliif godhaa Hojii gaggaarii du'a booda isin fayyadduf ittiin gorfamaa .
https://t.me/Alrisala1
liinkii kana kutaa itti aanu hordofaa !!
https://www.youtube.com/channel/UC0lfP1IZwIMrUmXpFpxLX7g
Forwarded from Jama'aa Muslima Torban Diida'aa (Abdulhakim Nemo)
#Waliif_Qooduun Deeggarsa keeyrii irratti wal hirmaachisaa.

JAMA'AA MUSLIMA TORBAN DIIDA'AA.

Kabajamtoota MISEENSOTA, DEEGGARTOOTA FI HAWAASA MUSLIMAA kanneen Biyya keessa fi Biyyoota Adda addaa jiraattan hundumaaf

Kanaan dura yeroo hedduu baay'een keessaan Kaayyoo Misooma islaamummaa kan Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Karoora fi Tarsiimoo cimaan Lafa qabsiisee Hojjachaa jiru kana tumsuuf jecha Mee karaa kamiin Akkamittii fi Herrega kam irratti tumsina jettanii gama keessootiin yeroo dheeraaf nu gaafachaa kan turtaniifii kan osoo nu hin gaafatin bakkuma jirtanii karaa kamiin deeggarsa goonaf jettanii yaadaa turtaniif
Kunoo Jama'ichi Deeggartoota fi Jaalattoota diin islaam hundaaf iddoo fi biyyaan osoo hin daangofne kan irratti Jama'icha tumsitan #HERREGA_BAANKII_SEERAWAA Lakkofsa baankiwwan kurnan armaan olii kana Seeraan banuudhaan yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu guddaa waliini.
Kanaaf hundi keessanuu Herrega kanaan keeyrii akka dalagattan hulaa keeyrii sininiif saaqneerra.

#SHARE
#SHARE
#SHARE
YEROO HUNDA YAADADHU !!


Jiruun Addunyaa jalqabaa fi Xumura Qabdi.
Jalqabni isii guyyaa haadha kee garaa baatee

Qilleensa addunyaa kana fuunfachuu jalqabde yoo ta'u.

Xumurri ishee immoo Guyyaa malakul mowtu (malaayikaan du'aa) Lubbu kee fudhatee dha.

Jireenyi Aakhiraa immoo jalqaba malee Xumura hin qabu, Jalqabni isaa Guyyaa duutee qabrii seenti irraa eegala garuu xumurri isaaf hin jiru.

Kanaafuu yaa ilma namaa Jireenya kee kan jalqaba malee xumura hin qabne sana bareeffachuudhaaf, Jireenya kee kan har'aa gabaabaa kan Jalqabaa fi Xumura qabu kana keessatti waan Rabbiin sirraa jaalatu hunda Akkaataa Rabbiin si Ajajeen, haala Rabbiin sirraa jaalatuun hojjedhu.

Rabbiin (s.w) warra dalagaa garii boruuf isaaf toltu ol kaawwatu irraa Nu haa taasisuu inshaa allaah.

Obboleewwan keenya kan birootiif #Share gootu malee bira hin darbin jazakallaahu kheyr.
T.me/Sammaan
# Dhukkuba sammuu irraa fayyuun ni danda’ama.? EYYEN

Dhukkubni sammuu akkuma dhukkuba biroo dawaa kan qabuu fi irraa fayyuun kan danda’amudha.

Namni tokko yeroo jalqaba dhukkubni irratti argame ykn akkuma mallattoo dhukkubichaa of irratti argeen yoo
dafee wal’aansa argate carraan dafanii fayyuu olaanaadha.

Garuu dafanii kan hin yaalamne yoo ta’e namatti cimuun gara dhukkuba sammuu cimaa isaa olitti jijjiiramuu danda’a.

Kanaaf namni mana wal’aansaa deemee gorsaa fi dawaa barbaachisu ogeessa fayyaa biraa fudhate ni
fayya

Feyisal G.

Channel kana yoo isinitti tole hiryoota kessanif #share godha.

@feyisalpsych
@feyisalpsych
Forwarded from Biiroo Barnoota Oromiyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Biiroo Barnoota Oromiyaa
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (said Leader)
💕GUYYAA GUDDAA
❤️SANBATA
🧶Baalee Roobee
☘️Eebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan
Barattoota kennaa fi Dandeettii addaa Horatan Ifaajee isaanii kan Waggaa Lamaa Gaafa Guyyaa Sanbata #Muharram /14/1446 Magaalaa Roobee Masjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Bakka Ulamaa'onni Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
🌿#Eebbi Eebba Qur'aana Olii hin jiru Eebba Duniyaa fi Aakiraati
📍Baga itti Geettan !!!
🙏#Rabbiin Qur'aana kanaan Abbaa Fedhee ol fuudha jedhan Rasuulli .
🌼#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata Baalee Roobeetti .
🌱Namni Waan ofii kana lafa Buusa Jabeessaa Guyyaa Kana Qur'aana Urgeessaa .
https://t.me/Alrisala1
Forwarded from Biiroo Barnoota Oromiyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM