Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
👉XIINXALUU✍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
✍Abdulaziz Ahmeddiin
@AbdiiBiyyaa
وَمَن کَانَ فَي هَٰذِه أَعمَیٰ فَھُوَ فِي الاؑخِرَتِ أعمَيٰ
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Namni harra asitti(duniyaa irratti) ballaa(Jan ija ittiin haqa argu hin qabne) tahe , ganda aakhiraattis ballaadhuma taha,(Suuraa israa'i 72)
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota chaanaalii #KENNAA akkam jirtu, Alhamdulillaah an nagaa kooti, mee harra immoo dhimma "Xiinxaluu" jedhu kana qabadhee dhiyaadheen jira.
Akkuma beekamu dhalli namaa martinuu carraan jireenya addunyaa kanaaf qabu tokko duwwaadha, isiiniyyuu akkaan gabaabaadha. Kaayyoon gara biyya lafaa kana dhufneefis carraa gabaabduu kana fayyadamnee waan gaarii hojjennee jireenya bara baraa kan zalaalam #jannata dhaaluudha. Hedduun keenya garuu kana dagachuun addunyaa dhumtuu kanaan yeroo sobamu argina. Rabbiin ergamtoota qajeelfamoota guutuu jireenya kana namaaf mijeessu qaban nuuf ergee jira.
Baayyeen keenya garuu heeraa fi seera Shari'aa (halaal fi haraam) otuma nutti himamuu ,otuma dhageenyuu akka nama hin dhagahiniitti callifnee bakkumaa fi haaluma nuhin fakkaanne keessa oolla.
Harra addunyaa irratti aangoodhaan, qabeenyaan, firoomaan, beekamtiidhaan,...waan hedduun sobammee haqaa dhagahuu fi arguu didnee jallataa jirra.
Kan itti ajajamne dhibaa'ummaadhaan fi hubannoo dhabuun hojjechuu dhiisaa
Kan irraa dhoorgamne immoo tuffii fi maal na dhibdeedhaan yeroo keessa boorannutu hedduudha.
✍Ijji harra haqa arguu didde kun garuu guyyaa boruus haqa hin argitu.
Kanaafuu obboloota koo otuu carraa qabnuu, otuu yeroo qabnuu, otuu dandeettii qabnuu, harra of haa dhaqqabnuu!!
Wantoota itti ajajamne hamma humna keenyaa fi akkaataa duraaduuba isaaniitiin(waajibummaa fi sunnummaa) haa hijjennuu.
Wantoota irraa dhoorgamne immoo harra boru jechuu dhiifnee xiqqoo fi guddoo isii irraa haa fagaannuu. Sababni isaa guyyaan deemsa keenyaa hin beekamu.
Dogoggoroota kanaan dura hojjenneef immoo ulaagaa(shuruuxa) towbaa guunnee Rabbii keenya araarama(dhiifama) haa gaafannuu!!
Rabbiin keenya warra qajeelfama isaatiin hogganamee bor jahannam najaa bahee daangaa jannataa badhaafamu nu haa taasisu!!
Aamiin Aamiin summa Aamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Yoo isinitti tole hiriyyoota keessaniif share godhaa!!
T.me/Kennaapost

Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Rabbiin keenya warra qajeelfama isaatiin hogganamee bor jahannam najaa bahee dhangaa jannataa badhaafamu nu haa taasisu!!

@Kennaapost @Kennaapost

Forwarded from Keyralumma
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
♻️قَالَ اللَّهُ تَعَالَ:« إِنَّ ٱللَّذَّينَ ءَامَنُوٱ وَعَمِلُوٱ آلصَّـٰلِحَـٰتِ كَانَتْ لَهُمْ جَنَّـٰتُ ٱلْفِرْدَوْسِ نُزُلًا» الكهف:١٠٧✏️
[Rabbiin_ol_tae_akkana_jae👇
✅Isanoowwan rabbitti amanan isaannan gaarii dalagan ni taati isaaniif #Jannatal_firdowsitu isaaniif ta'a📿 bootaa qumsuma (tessuma) isaanii isaaniif ta'a…✍. Suratul kahaf:108.
😭yaa rabbi warra dhugaan sitti amanee #Jannata keetii saniin milkaa'uu nu taasisi
☘ Aamiiiiiiiiiiiiiin
🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊

Obsaan akkasuma Xiinxallaan Dubbisi👇👇👇👇
#DHAAMSA_BARATTOOTAAF
◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Barattoonni dhiyeenya kana qormaata biyyooleessaa seensa Yuniversiitii (entrance) fadhattan ergaa kana xiinxalaa waliifis share godhaa!!!
Obboloota koo kabajamoo fi jaalatamoo, ati nama muslimaati, nama fedhii Rabbii isaatiif butamedha, jireenyi addunyaa kanaa bu'aa fii bahii hedduun guutamaadha. Qormaanni diinii fi duniyaa sirratti dabaree eeggata. Hammuma ati cimtee kaayyoo kee galmaan ga'uuf imala fageeffattuun gufuun sitti heddummaata. Qormaanni duniyaa dhuma hin qabu, gaddi ykn kufaatiin tokko gammachuu ykn milkaa'ina birootiif karra saaqa. Rabbiin balbala tokko yoo sijalaa cufe balbala biraa siif bana.
Ati qormaataa entrance darbuu dadhabde jechuun kana booda Yuniversiitii hin seentu jechuu miti. Inumayyuu hunda caalaa hanqina kee fooyyeeffattee fuulduraaf onnattee jabaatta. Hiriyoonni kee kanneen harra qormaata darban irra caalatti hin ciman taanan bor deebi'anii galu. Kanaafuu ati abdii hin kutin, nama jabaa tahi, olola ganda keessaa sirratti haasa'amuuf gurra hin kennin, hariiroo siifii Rabbii kee gidduu jiru jabeeffadhu. Kaayyoo kee sana irra deddeebi'ii ilaali, karaa ittiin milkeeffachuu dandeessu xiinxalii tarreessi. Wanti Rabbiin fide hunduu kheeyrumaafi waan ta'eef yeroo bilisa(free) harkaa qabdu tana akka itti fayyadamtu yaadi. Murtee Rabbii jaaladhu. Irra deddeebi'ii Rabbii kee gargaarsa kadhadhu, aqiidaa keetis qajeelfadhu. Inshaa Allaah waggoota muraasa booda bakka gaarii geessee si argina.
Atis yaa kan Rabbiin si gargaaree qormaata kana darbite, gammachuu kee daangaa itti godhi. Rabbii carra kana siif mijeessetti faallaa hin deebi'in . Yuniversiitii seenuun #Jannata seenuu miti, inumaa mooraa sheeyxanaan guutame, Kan jallinni keessatti heyyamamee fi nama gaarii ta'uun akka haraamaatti ilaalamudha. Ati hawaasa Muslimaa bakka buutee Yuniversiitii deemta waan ta'eef ofii keetiif ajajaa tahi, ofii kee, maatii kee, ganda kee, akkasumas guutuu hawaasa Muslimaa tajaajiluuf qophaa'i. Qormaanni sheeyxaanaa fi ciminni barnootaa of duuba si deebisuu fi si gufachiisuu hin qabu.
Obboleessa koo ati obboleettii too
Ba'aa guddoo dhalootaa dhalootatti darbetu gateettii keessan irra jira, barattanii qabxii bareedaan eebbifamtanii, rakkoolee nam-tolchee fi uumamaa hawaasni Muslimaa qabu kana furuuf ammumaan qophaawaa.
Jama'aatti maxxanaa, Rabbitti hirkadhaa, onnadhaa, karoorfadhaa, Du'aa'II fi zikrii galaa godhadhaa!!! Inshaa Allaah warra milkaa'ina ummata keenyaatiif sababa tahu taatanii argamtu!! Rabbiin gargaarsa isaatiin isin bira haa dhaabbatu!!!!
Ergaa kana share godhaa
@kennaapost
@Sammaan

Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu
Obboleessa koo obboleettii too
Hojii duniyaa kamiyyuu keessatti bu'aa ba'ii tu jira, guyyaan tokko bari'ee hamma dhihutti gammachuu qofa of keessaa hin qabu. Sababni isaa kun #Duniyaa dha. Boo'ichaan jalqabnee dhukkubbii fi cinqamaa keessaa deemna.
Nuti Kan jiraannuuf Allaahaaf qofa. Jireenyi leenya guutuun isaa isaafi. Sababni isaa immoo duniyaa qormaataan guutamte kana keessatti fedhii isaatiin ajajamnee jiraannee booda #Jannata dhaaluufi. Jannatni bakka gammachuu fi haara-galfii zalaalam waan ta'eef.
Kanaafuu ati Allaah qabda, Kan waan sitti jabaate siif laaffisu, Kan yeroo dadhabdu humna siif ta'u, Kan uumamni hundi harka isaa jirtu, .........
Ati qofti ajaja isaatiin jiraannaan , qajeelfama isaatiin bobbaatee gallaan, inni siif gahaadha.
Kanaafuu yaa gamna koo , bu'aa fi bahii jireenyaa kanaaf jettee hin cinqamin, ati Kan dhiphachuu qabduuf, yoo faallaa Allaah jiraatte qofa, ati isatti of kenni, inni siif gahaadha!!