Salam Dawa Group
344 subscribers
282 photos
50 videos
8 files
242 links
โžกErgamaan Rabbii S.A.W
Akkana Je'an

"Keeyyata (Ayaata) takkallee taatu waan narraa dhageeysan dabarsaa"

๐Ÿ‘‰Dandeeytuma qabnuun amantii teenyaaf waan gaarii takka Waliif haa dabarsinuu!!!

Join_Us๐Ÿ‘‡
@Salam_dawagroup
Download Telegram
Forwarded from . via @like
"Bilbila"Kee Qofa Odoo Hin Tahin Jiruu Teetiis "Pattern"Itti Godhi
Nama Gaariif Malee Nama Badaaf Hin Banin.Nama Tuttuqani Nama Balleeysuuf Kan Barbadan Heddutu Jiraa.
๐Ÿ˜Kan Galteef Qofti๐Ÿ‘๐Ÿ‘
@Toltuu1
Forwarded from Fuad Mohammed
๐Ÿ“Œ *ู…ู† ู‡ู… ุงู„ุฅุฎูˆุงู† ุงู„ู…ุณู„ู…ูˆู†* ุŸ
๐Ÿ“Œ *Ikhwaanal Muslimiinaa jechuun eenyu jarri* ?
โฌ… ู‚ุงู„ ุงู„ุดูŠุฎ ุงู„ุนู„ุงู…ุฉ ุงู„ู…ุญุฏุซ ุฃุญู…ุฏ ุจู† ูŠุญูŠู‰ ุงู„ู†ุฌู…ูŠ ุฑุญู…ู€ู‡ู ุงู„ู„ู‡ู ุชุนุงู„ู€ู‰ :-
โžก Aalimni , Muhaddisni shaykh Ahmad ibn Yahyaa Annajmiin Rabbi isaan haa mararfatuu akkana jedhan :-
๐Ÿ“ุฌู…ุงุนุฉ ุงู„ุฅุฎูˆุงู† ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู†
ู‡ู… ุฃุชุจุงุน ุงู„ู…ุจุชุฏุน ุงู„ุถุงู„ ุญุณู† ุงู„ุจู†ู‘ุง ูˆู…ู†ู‡ุฌู‡ู… ุนู„ูŠู‡ ู…ู„ุงุญุธุงุช ุฃู‡ู…ู‡ุง ู…ุงูŠู„ูŠ :-
๐Ÿ“ Jama'aan Ikhwaana Muslimaa jarri hordoftoota namticha mubtadi'a, jallataa ta'ee Hasanul Bannaati. Manhaja/karaa jaraarratti ilaalcha hedduutu jira.
erra yaachisaan isaa kan armaan gadiiti :-
โถ ุงู„ุชู‡ุงูˆู† ููŠ ุชูˆุญูŠุฏ ุงู„ุนุจุงุฏุฉ ุ› ุงู„ุฐูŠ ู‡ูˆ ุฃู‡ู… ุดูŠุก ููŠ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุŒ ูˆู„ุง ูŠุตุญ ุฅุณู„ุงู… ุนุจุฏ ุฅู„ุง ุจู‡
1) Tawhiida ibaadaa keessati laaffisuudha ; tawhiidni ibaadaa kun immoo islimnaa keessatti erra yaachisaa dubbii kan ta'e, islimnaan garbichaa kan isaan male nagaa ta'ee hin argamneedha.
โท ุณูƒูˆุชู‡ู… ูˆุฅู‚ุฑุงุฑู‡ู… ู„ู„ู†ุงุณ ุนู„ู‰ ุงู„ุดุฑูƒ ุงู„ุฃูƒุจุฑ ุ› ู…ู† ุงู„ุฏุนุงุก ู„ุบูŠุฑ ุงู„ู„ู‡ ุŒ ูˆุงู„ุชุทูˆู ุจุงู„ู‚ุจูˆุฑ ุŒ ูˆุงู„ู†ุฐุฑ ู„ุฃุตุญุงุจู‡ุง ุŒ ูˆุงู„ุฐุจุญ ุนู„ู‰ ุฃุณู…ุงุฆู‡ู… ุŒ ูˆู…ุง ุฅู„ู‰ ุฐู„ูƒ
2) Callisanii shirkii gurguddaarratti nama dhiisuu jaraati ; shirkiin gurguddaan kun kan akka Rabbii gaditti waan Rabbiin male jiru waammachuu , qabriitti xawwafuu(naanna'uu), abbaa qabrii sanaatiif nazrii nazaruu, maqaa jaraarratti goorra'uu fii w.k.f
โธ ุฃู† ู‡ุฐุง ุงู„ู…ู†ู‡ุฌ ู…ุคุณุณู‡ ุตูˆููŠ ุ› ู„ู‡ ุนู„ุงู‚ุฉ ููŠ ุงู„ุตูˆููŠุฉ ุ› ุญูŠุซ ุฃุฎุฐ ุงู„ุจูŠุนุฉ ู…ู† ุนุจุฏุงู„ูˆู‡ุงุจ ุงู„ุญุตุงููŠ ุนู„ู‰ ุทุฑูŠู‚ุชู‡ ุงู„ุญุตุงููŠุฉ ุงู„ุดุงุฐู„ูŠุฉ
3) Karaa ikhwaanaa kana namni hundeesse suufiyyaadha ; suufiyyummaa keessatti hidhannoo qaba ; karaa hasaafiyyaa shaaziliyyaa kana kan inni bay'aa/ribuu seenuu fudhate harka Abdalwahhaab isa hasaafiyyaa ta'e irraayyi.
โน ูˆุฌูˆุฏ ุงู„ุจุฏุน ุนู†ุฏู‡ู… ุŒ ูˆุชุนุจุฏู‡ู… ุจู‡ุง ุจู„ ุฅู† ู…ุคุณุณ ุงู„ู…ู†ู‡ุฌ ุ› ูŠู‚ุฑุฑ ุจุฃู† ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ูŠุญุถุฑ ู…ุฌุงู„ุณ ุฐูƒุฑู‡ู… ูˆูŠุบูุฑ ู„ู‡ู… ู…ุงู‚ุฏ ู…ุถู‰ ู…ู† ุฐู†ูˆุจู‡ู… ุ› ููŠ ู‚ูˆู„ู‡
ุตู„ู‰ ุงู„ุฅู„ู‡ ุนู„ู‰ ุงู„ู†ูˆุฑ ุงู„ุฐูŠ ุธู‡ุฑุง
ู„ู„ุนุงู„ู…ูŠู† ููุงู‚ ุงู„ุดู…ุณ ูˆุงู„ู‚ู…ุฑุง
ู‡ุฐุง ุงู„ุญุจูŠุจ ู…ุน ุงู„ุฃุญุจุงุจ ู‚ุฏ ุญุถุฑุง
ูˆุณุงู…ุญ ุงู„ูƒู„ ููŠู…ุง ู‚ุฏ ู…ุถู‰ ูˆุฌุฑุง
4) Bid'aan Jara biratti argamuu, bid'aa kanaan immoo Rabbiin gabbaruu jaraa , hinumaahuu hundeessaan jama'aa kanaa wolaloo isaa keessatti akka ergamaan Rabbii sallallaahu alayhi wasallam bakka taa'umsa zikrii jaraa dhufee nama bakka sana jiru hundaaf badii jararraa argamee dabarfate hunda keessatti jaraaf araarame/dhiise raggaasisaa ture.
- Nuura/Nabiyyii mul'ate kanarratti Rabbi rahmata haa buusu
- Nabiyyiin kun aduu fii ji'a caaleera
- Nabiyyiin jaallatamaa ta'e kun jaalalloota isaatii wojjin dhufee haddareera
- badii waan dabarfate hunda keessatti hudaafuu araaramee jira.
๐Ÿ‘†Nabiyyiin Rabbii sallallaahu alayhi wasallam du'anii Madiinaatti awwaalamanii jiru akkamitti dhufanii bakka mawlida jaraatti argamuu danda'u?
- inni kun bid'aa/khuraafaata suufiyyaati.
_ immoo badii namaa kan namaaf dhiisuu danda'u Rabbiin male jaraa? hin jiru. Rabbiin guddatee ol ta'e qur'aana isaa keessatti akkana jedha :-(ูˆู…ู† ูŠุบูุฑ ุงู„ุฐู†ูˆุจ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡)
- kanaafuu kun immoo shirkiidha.
โบ ุฏุนูˆุชู‡ู… ุฅู„ู‰ ุงู„ุฎู„ุงูุฉ ุŒ ูˆู‡ุฐุง ุจุฏุนุฉ ุŒ ูุฅู† ุงู„ุฑุณู„ ูˆุฃุชุจุงุนู‡ู… ู…ุงูƒู„ููˆุง ุ› ุฅู„ุง ุจุงู„ุฏุนูˆุฉ ุฅู„ู‰ ุงู„ุชูˆุญูŠุฏ ุ› ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู€ู‰: (ูˆู„ู‚ุฏ ุจุนุซู†ุง ููŠ ูƒู„ ุฃู…ุฉ ุฑุณูˆู„ุงู‹ ุฃู† ุงุนุจุฏูˆุง ุงู„ู„ู‡ ูˆุงุฌุชู†ุจูˆุง ุงู„ุทุงุบูˆุช) [ุงู„ู†ุญู„ : 36]
5) Gara mootummaatti waamuu jaraati , kun immoo bid'aadha , ergamtoonnii fii namoottan ergamtoota hordofan gara tawhiidaatti nama waamuutti malee kanatti hin giddisiifamne ; Rabbiin guddatee ol ta'e akkana jedhe :-
(dhugaatti ergamtoota erginee jirra ummattoota hunda keessatti, Rabbiin qofa gabbaraa, waan Rabbii gaditti gabbaramu irraammoo fagaadhaa jechuudhaan. ) [ Nahl : 36 ]
โž ุนุฏู… ุงู„ูˆู„ุงุก ูˆุงู„ุจุฑุงุก ุนู†ุฏู‡ู… ุฃูˆ ุถุนูู‡ ุŒ ูˆูŠุชุจูŠู† ุฐู„ูƒ ุ› ู…ู† ุฏุนูˆุชู‡ู… ู„ู„ุชู‚ุฑูŠุจ ุจูŠู† ุงู„ุณูู†ู‘ุฉ ูˆุงู„ุดูŠุนุฉ ูˆู‚ูˆู„ ุงู„ู…ุคุณุณ ุ› "ู†ุชุนุงูˆู† ููŠู…ุง ุงุชูู‚ู†ุง ุนู„ูŠู‡ ุŒ ูˆูŠุนุฐุฑ ุจุนุถู†ุง ุจุนุถุงู‹ ููŠู…ุง ุงุฎุชู„ูู†ุง ูููŠู‡ู" ุงู†ุชู‡ู‰
6) Aqiidaan walaa'ii fii baraa'ii(nama muslima ta'e jaallatanii nama muslima hin taane irraammoo qulqullaa'uun) Jara biratti dhabamuu ykn dadhabaa ta'uu isaati, kun immoo waamicha jarri jidduu ahlassunnaa fii shii'aa wolitti dhiheessuudhaaf waamaa turan irraa namaaf gala, ammas jecha hudeessaa jama'aarraa ifa namaaf gala ; kan inni akkana jedhaa ture :-
" waan erratti wolii gallerratti wol gargaarra , waan erratti wol dhabnerrattimmoo uzrii woliif keenya "
โž ูƒุฑุงู‡ุชู‡ู… ู„ุฃู‡ู„ ุงู„ุชูˆุญูŠุฏ ุŒ ูˆุฃุตุญุงุจ ุงู„ุทุฑูŠู‚ุฉ ุงู„ุณู„ููŠู‘ุฉ ุŒ ูˆุจุบุถู‡ู… ู„ู‡ู… ุŒ ูˆูŠุชุจูŠู† ุฐู„ูƒ ู…ู† ูƒู„ุงู…ู‡ู… ููŠ ุงู„ุฏูˆู„ุฉ ุงู„ุณุนูˆุฏูŠุฉ ุ› ุงู„ุชูŠ ู‚ุงู…ุช ุนู„ู‰ ุงู„ุชูˆุญูŠุฏ ุŒ ูˆุชุฏ
Forwarded from Fuad Mohammed
ุฑุณ ุงู„ุชูˆุญูŠุฏ ููŠ ู…ุฏุงุฑุณู‡ุง ุŒ ูˆู…ุนุงู‡ุฏู‡ุง ุŒ ูˆุฌุงู…ุนุงุชู‡ุง.
7) Worra tawhiidaa fii karaa salaftootaa qabatan jibbuu jaraati , kun immoo kan inni ifa namaaf galu dubbii jarri biyya su'uudii, biyya tawhiidarratti ijaaramte, kan madrasaa, ma'ahadaa fii yunivarsiitii isii keessatti tawhiida barsiiftu tuquu jaraatiini.
โฝ ุชุชุจุนู‡ู… ุนุซุฑุงุช ุงู„ูˆู„ุงุฉ ุŒ ูˆุงู„ุชู†ู‚ูŠุจ ุนู† ู…ุซุงู„ุจู‡ู… ุ› ุณูˆุงุก ูƒุงู†ุช ุตุฏู‚ุงู‹ ุ› ุฃูˆ ูƒุฐุจุงู‹ ุŒ ูˆู†ุดุฑู‡ุง ููŠ ุงู„ุดุจุงุจ ุงู„ู†ุงุดุฆ ู„ูŠุจุบุถูˆู‡ู… ุนู†ุฏู‡ู… ุŒ ูˆู„ูŠู…ู„ุคุง ู‚ู„ูˆุจู‡ู… ุญู‚ุฏุงู‹ ุนู„ูŠู‡ู…
8) Mucuca worra mootolee hordofanii, aybii jaraa qoqqotanii barbaaduu jaraati, fedhee dhugaa ta'us soba ta'us, kana jidduu dargaggoo reef lafaa ol ka'aa jiruutti diriirsuu, dargaggoo kana biratti jara mootolee kana jibbisiisuuf jecha, qalbii dargaggoo kanaa jibbaa jaraatiin guutuuf jecha.
โพ ุงู„ุญุฒุจูŠุฉ ุงู„ู…ู…ู‚ูˆุชุฉ ุ› ุงู„ุชูŠ ูŠู†ุชู…ูˆู† ุฅู„ูŠู‡ุง ุŒ ููŠูˆุงู„ูˆู† ู…ู† ุฃุฌู„ ู‡ุฐุง ุงู„ุญุฒุจ ุŒ ูˆูŠุนุงุฏูˆู† ู…ู† ุฃุฌู„ู‡
9) Garee islimnaa keessatti jibbamtuu taatetti wol baasanii garettiitti of hirkisu, garettiidhuma kanaaf jedhanii jaallatu, isiidhumaaf jedhanii jibbus.
= egaa namni garee jaraatti seene fedhee Shii'aa,Raafidaa,Khawaarija, Ahbaashaa fii k. k. f ta'us ni jaallatu, nama immoo garee jaraa keessa hin seenne fedhee rabbi sodaataa,aalima akkamii ta'us ni jibbu.
โฟ ุฃุฎุฐ ุงู„ุจูŠุนุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ุนู…ู„ ู„ู„ู…ู†ู‡ุฌ ุงู„ุฅุฎูˆุงู†ูŠ ุจุงู„ุดุฑูˆุท ุงู„ุนุดุฑุฉ ุงู„ุชูŠ ุฐูƒุฑู‡ุง ุงู„ู…ุคุณุณ.
10) Manhaja/karaa ikhwaanaa kanarratti hojjechuurratti
sharxiwwan kurnan hundeessaan jama'aa dubbateen shaneedhaan bay'aa,waadaa/ribuu seenuu fudhachuudha.

*BARNOOTA DIINAL ISLAAM(1 )*
๐ŸŒ t.me/barnootadiinalislaam
โ™ฅTv islaamaaโ™ฅ

Dhufaa jira guyya muraasa hafaaf
Forwarded from Suheyb shek Amin
#TOWBADHU...
Haga feete #Diliin tee guddattus, Towbaachuu hin dagatin, huccuun tee yeroo #qoshaashowte mara numan dhiyxuu/miiccituu/..? akkasuma yeroo dilii hojjatte cufa gama rabbii kheetii deebi'i, Towbadhu, diliirraa qulqullaawi.

ยคGosayyo Rahmata Rabbii irraa Garaa murtee #Hin_khasaarin!
โ™ฅHadiisaa Eergaama Rabbii {S_A_W}โ™ฅ

๐Ÿ‘‰"Nama Dubartii Abbaan mana irraa du'ee fi hiyyeessa gargaaruutti fiigu akka namticha jihaada karaa Rabbii irraatti duuluuti ykn akka namticha halkan dhaabbatee guyyaa Soomaanuti"....

#SAHII_[B fi M]

@NesruuAbd
https://telegram.me/Salam_DawaGroup
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
BAGA AMATA HIJRAA 1441 ISIN GAHE ... AMATA GAMACHUU AMATA TOKKUMMAAFII JAALALAA NUUF HAA TAHU ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

โ–ถNabbiiyi Keenyaa Akkan je'ee [S_A_W]
๐Ÿ‘‰"Irra caalaan wanti isin mindaa itti Aargatan Qur'ana Rabbiiti"...SAHII[B]

๐Ÿ‘‰"Namni heeraa isaa Eegee Qur'aana Qara'uu, Malea Kabajamoo Qulqulloota Ta'anii Waajjiin Ta'aa; Namni Odoo Inni itti Jabaatu itti Rakkachaa Qara'ee Ammoo Mindaa Lama [2] Argataa"....[B fi M]

๐Ÿ‘‰Rabbiin (S_W_) akkana ja"a :

*๏ดฟูˆูŽู…ูŽู† ูŠูŽุนู’ุดู ุนูŽู† ุฐููƒุฑู ุงู„ุฑูŽู‘ุญู…ูŽูฐู†ู ู†ูู‚ูŽูŠูู‘ุถู’ ู„ูŽู‡ู ุดูŽูŠู’ุทูŽุงู†ู‹ุง ููŽู‡ููˆูŽ ู„ูŽู‡ู ู‚ูŽุฑููŠู†ูŒ๏ดพ*

๐Ÿ‘‰Nama Qur'ana Rabbitirraa Gara Gale Sheeyxaana Isattii Hiina ,
Kan Sheeyxaanni Sun Isaaf Saahiba Tahuuf "

๐Ÿ‘‰hanguma qur"anarraa fagaatte sheeyxaanatti achi dhihaatta.

๐Ÿ‘‰Namni yeroo qur"ana hedduu qara"e kessa gad lallaale sababa guddaa dilii irraa ittiin if dhoorku arkatee jira.

๐Ÿ‘‰Yeroo tee wan sih hin faayyaane irraatti hin fiixin..

๐Ÿ‘‰Irraa caaltu Zikrii Qur'ana Rabbii Qara'uu dha..

๐Ÿ‘‰Yeroo tee baayye'ee Qur'ana qara'uun daabbaasi...!

โžกYaa Rabbiin Warra Qur'ana kee barattee itti hojaattuu Nu Haa Godhii....
#Aamiiiiiiin...

#Forward_&_Share_Godhaa

https://telegram.me/Salam_DawaGroup
Forwarded from Abdulatif Man Official ๐Ÿ“ (Abu Ali)
Manguddoon biyya Egypt ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌ kun Amata 82 tti Warra isaa kan Amata 61 irraa ilmoo Argatan Du'ai takkaa Addaan hin citinin Amma Abbaa ilmoo tahan.

Guyyaa tokkolle du'ai tiyya Addaan muree hin beeku kan jedhan Hawwin isaan Abbaa tahuuf qaban guutameefii jira

Rabbiin keenya S,W,A Yoo Abdii irraa muruu baatte atummaan yoo hifachuu baatte Harka qullaa si gad hin deebisu Rabbiin "Nabi Zakariyyaaf ilmoo kanne" dullumatti Arras kunoo Mu'umintootaafis Manguddummatti kanneef... #Allaahu_Akbar
@Naiftube @abdulatifman
Jiilli Da'awaa Fi Iyyaafannoo Hojii Idilee Isaatti Deebi'ee Jira, Bara Kana Dhaadannoo "Kalawa Qur'aanaa Deebisuu" Jedhu Qabatee Akka Socho'u Sheikh Amiin Ibroo Dubbatanii Jiru

Ballina Isaa Daawwadhaa
https://youtu.be/BWwykPu6bEU

Share Godhaa
โžกNama Rabbi sodaatu Rabbiin Waa ๐ŸŒน4 ๐ŸŒนisaaf
taha...

1_๐Ÿ‘‰Kharaa furmaataa isaa godha..

2_๐Ÿ‘‰Amrii isaa isaaf laaffisa..

3_๐Ÿ‘‰Dilii isaa isaaf dhiisa/Maara..

4_๐Ÿ‘‰Sawaaba isaa isaaf guddisa..

โžกNamni Waa 4 Dalage isaaniif nageenyi
tahaadha isaan warra Qajeelerraahi..

1_๐Ÿ‘‰Nama kennaa argate irratti galata galchu..

2_๐Ÿ‘‰Mokkoramee/Balaa adda addaa itti buutee
Obse/Sabbare...

3_๐Ÿ‘‰Nama nama Miidhee Araarama gaafate..

4_๐Ÿ‘‰Nama ofii Miidhamee Irra namaaf kute
ykn Dhiifama godheef...

โžกNamni waa 4 dalage Imaanni isaa guutame..

1_๐Ÿ‘‰Rabbiif jecha jaalachuu..

2_๐Ÿ‘‰Rabbiif jecha jibbuu..

3_๐Ÿ‘‰Rabbiif jecha kennaa kennachuu..

4_๐Ÿ‘‰Rabbiif jecha Dhoowwachuu..

โžกWaa 4 Sabachiiftuu/Raggaasiftuu Jannataa ti..

1_๐Ÿ‘‰Nyaata Nyaachisuu..

2_๐Ÿ‘‰Salaamtaa facaasuu..

3_๐Ÿ‘‰Jecha gaarii/Haasawa toluu..

4_๐Ÿ‘‰Salaata Halkanii dhaabbachuu..

โžกNamni 4 jannata hin seenu...

1_๐Ÿ‘‰Doqna/Doyna.

2_๐Ÿ‘‰Ganaa Namaa / Nama Baaylama diigu..

3_๐Ÿ‘‰Mootii Ummatatti Hamtuu yaadu..

4_๐Ÿ‘‰Nama Horii walitti qabaa tahe kha Haqa
isaa irraa hin baafne...

๐Ÿ‘‰Inshaa Allaah Rabbiin Toowfiiqa Nuuf haa
khennu..

โ–ถYaqiina Dhugaa san Rabbiin nuuf haa kennu..

โ–ถNuti dhiihaachufโ—€
#Join_Godhaa๐Ÿ‘‡
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
๐Ÿ‘‰RABBIIN EESSAA JIRAA_____

โ–ถNu ol samiwwan torbatu jiru...

โ–ถSamiwwan torbanii ol immoo Arshii guddinnaa fi balโ€™innaan uumamtoota hundaa caalutu jira...
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
โ–ถRabbiin oltaโ€™iinsa Isaan malu Arshii ol Oltaโ€™ee jira_
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–

@Salam_dawagroup
Abbootii fii Haawwaniif......
#Zamana (yeroo kheysa jirru) Qofa #komachaa ooluun furmaata hin tahu.
Abbootiin ilmaan Kheysan #Fatanaa fii #Fitnaa zamanaa jalaa akka najaa bahan godhuu qabdan. Khana immoo akki itti godhuu dandeysan Gaafa yeroo ilmaan kheysaniif khannitanii , ifitti dhiheysitanii, wajji marihattanii, iccitii isaanii akka isiniif qoodan gootanii jaalalaan isaan hoggantan qofa!
Khana tahuu baannan Ilmaan kheysan Erga #badiirra bu'anii #sheenawuun kheysan waan hafan qabne!

Copy_Suheyb
@Salam_dawagroup
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Baabaa kiyya (Sheikh Bakrii Said)
Akkamitti Akka gara ilmii imale(Rabbiin haa rahmatuuf) hiriyoonni isaa yoo na taphachiisan.
โ€œInni nama akkaan jabaa ture hanga namummaatti kana warri dur wal'aansoo faa waliif bahan inni yoo wal'aansoo isaaf bahan yeroo hunda in injifata ja'an.

Guyyaa tokko nama tokkoo WAJJIIN wal'aansoo qabanii namni sun Injifate. Ergasii Khitaaba guurateetuma kara ilmii qajeeleโ€ ja'an.

Waan hedduu na ajaa'ibu guyyaa tokko namni tokko farshoo dhugee gara fuulduree mana kheenyaa dhufe ja'an gad ba'eetuma afurtam garafe ja'an muka hulaa teenya duratti hidhee.

Waa hundaafuu Rabbi haa araaramuuf.
Nutiis warra kitaaba inni dhiisee Ganda aakhiraa biraa dhaqe kana warra qajeellotti baru nu haa godhu.

Yaa Rabbi jannatatti wal nu garsiisi
@JemalSheikhBakri1
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
Namni Hundii Waanuma Faacafatee Murataa...
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–

@Salam_dawagroup
WANTOOTA ARMAAN GADII KANNEEN NI BARBAADDAA !!

1. Rabitti dhihaachuu ni barbaaddaa?..

๐Ÿ‘‰_Irra dhihoo gabrichaa gama Rabbii yaroo sujuudu..

2. Mindaa hajjii argachuu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Umraan baatii ramadaana kessa godhan Hajjitti qixxooyti..

3. Jaalala Rabbii barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Rabbiin gabrichi yaroo nyaata nyaate ifii bishaan dhuge booda isa galatoomfatu nijaalata..

4. Duaโ€™iin kee akka sirraa qiibalamu
barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Duaโ€™iin azaanaa ifii iqaamaa jidduu godhamtu hindeffamtu...

5. Minda yk ajrii ganna guutuu akka siif katabamu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Baatii hundda kessaa guyyaa sadii soomanuun akka nama ganna guutuu soomaneeti..

6. Rasuulaa(SAW)wajjiin jannata kessa jiraachuu barbaadda?

๐Ÿ‘‰_Namni yatiima qabee guddise Rasuulaa waliin jannata kessa taya..

7. Minda ykn ajrii karaa Rabbirra lolee barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Namni harmallaaf if qabee fuudhe akka nama karaa Rabbirra loleeti...

8. Rasuulli(SAW)akka jannata if sii qabu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Namni arraba ifii qaama saalaa isaa haraam irraa if qabe Rasuulli(saw)jannata if qabaaf..

9. Eega duutee qabritti akka mindaan siif dhufu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Sadaqaa jaariyaa kannadhu,ilmii nama barsiisi,ilmoo siif duaโ€™ii gootu dhali...

10. Harka 1/3 quraana qaraโ€™uu barbaddaa?

๐Ÿ‘‰_Qulhuwallahu ahad qaraโ€™i..

11. Minda nama halkan guutuu dhabbattee salaatee argachuu barbaaddaa?..

๐Ÿ‘‰_Namni salaata subii jamaaโ€™aan salaate akka nama halkan guutuu salaateeti..

12. Dilbii jannataa barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Laahawla walaa quwwata illaa billaah dilbii jannataati..

13. Akka miizaanni kee minddaan ulfaatu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Subhaanallahi wabihamdihii subhaanallahi laโ€™aziim jadhi..

14. Akka umriin sidheerattee rizqiin sitti ballatu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Rahima yookaa aanaa kee maxxanfadhu..

15. Akka Rabbiin sitiiysu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Namni salaata subii salaate tika Rabbii jala jira..

16. Akka Rabbiin Rahmata siif godhu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Rasuularra(SAW)rahmata buusi.

17. Akka Rabbiin ol sifuudhu barbaaddaa?

๐Ÿ‘‰_Rabbiif if gadqabi...

โ™ฅYaa Rabbiin Nuf Haa Laffiisu...โ™ฅ

Nuti Dhiihaachuf
#Join_Godhaa_๐Ÿ‘‡
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
Forwarded from Suheyb shek Amin
Ifumaaf ja'ii Tiradhuutii Riqicha jiruu khan bu'aa bahiin guutame khana Gubbaa Cahi malee hin #khufin.....yoo khufte Dhaaloonni Ammaa Khun #Phootoo ๐Ÿ“ธ
Si khaasa Malee #Lafaa_si_ol_hin_khaasu!
๐Ÿ™‚
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Telegram khana jalatti namoonni tokko tokko maqaa islaamaa baafatanii yeroo yeroon promotionaa geesse waanni achi jalatti argitu waan biraati.

Fknyaaf warreen Muuziqaa, Artii islaamaan alaa wantoota nuti afaaniin dubbachuufuu qaanfannu faa barreessanii ergasii promote godhan.

Namni muslima warreen akkasii sanii wajjin yoo cross promotion kun isinirraa hafe yoo!? Maal qaba.
@DrZakirNaikAfaanOromoo