SAGALEE GAMMACHUU🌀
7.55K subscribers
1.15K photos
41 videos
5 files
2.4K links
Kaayyoon channel kanaaπŸ‘‡ Ogummaa fi kennaa waaqayyo nuuf kenneen jecha sagalee isaa wal hubachiisuu fi barachuu dha!πŸ‘‡
Yaada qabdaniifπŸ‘‡ fb. https://www.facebook.com/an.dhuguma!

You tubeπŸ‘‡
https://youtube.com/channel/UCqh0fkKnSO1m29JGoH2Ohnw
Download Telegram
Ayyaanoonni Gurguddaa Gooftaa Keenyaa Iyyesus Kiristoos Meeqa? Isaani Caqasa waliin barreessi??
Anonymous Quiz
69%
A.Gaffiin nu barsiisa
31%
B.Yaalun nu hubachiisa
         #Deebii
  Ayyanotni gurguddoo gooftaa keenyaa 9 dha
Isaanis:-

1. Ayyaana misiraachoo.Luq 1:26

2.Ayyaana dhaloota. Luq.2:-1-20

3. Ayyaana cuphaa.w/mat 3:-13-17

4.Ayyaana Dabra taabor!.w/mat 17:-1-9

5. Ayyaana hosaayi'inaa!.Luq.19:-29

6. Ayyana fannoo(αˆ΅α‰…αˆˆα‰΅).w/mat 27:-35

7.Ayyaana du'aa Ka'uumsa.w/mat 28:-1

8.Ayyaana ol bahuu! Yoh. 1:-9

9.Ayyaana phiraqilxoos ykn Ayyaana guyyaa shantammaffaa

Waaqayyoo isiin haa ebbisuu!
#Gaaffiin hin barbaachisa jettanii yoo itti amantan yoo gaafatamtan yaala,yaalii taasisa.....!
#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
      πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡         
 https://vm.tiktok.com/ZMjD9dJ3c/
            SubscribeπŸ‘‡
https://youtu.be/gxIRDGyVvxg
                Join
πŸ‘‡
https://t.me/sagaleegammachuu
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
#Abbaa_AreegaawiiπŸ™
Jiini Galee Guyyaa 14ttii Yaadannoo Abbaa keenyaa Abune Areegaawii dha!!
Abbaan isaanii mooti yisihaaq,haati isaanii qiddist idinaa jedhamuu.
Kan dhalatanis roomitti maqaan warri isa basaniif #Zemika'eel jedhama.Akasumitti ammoo #Aregaawi jedhama jalqaba ijoollummatti kitaba baratan.sana boodas,warra jalaa badanii gadamitti galan.kawaala msarii daawunas jedhamutti duuka bu'aa phaakumis ta'anii seera moloksummaa aabba teewodroos waliin baratan ergasis gara biyyaatti deebi'anii Room namoota maatii moototaa keessa namoota 7(torba)gara kawaalaa akka galan taasisaniiru.Eessan deema jedhanii osoo yaadani ergaman waaqayyoo Aksum fidee itti agarsiise.sana booda deebi'anii warra hafan 8n fidanii dhufaniiru.Yeroo kanatti haati fi abban isaa waliin turan.
Abbaan Aregaawii erga qulqulloota biraatiin adda bahanii booda iddoo dhoksaa kadhannaaf mijatuu barbaada baay'ee dadhaban.boodas dabra daamoo arganii jaalatan.haa ta'u malee.,tabbi isaa ba'uudhaaf rakkisaadha.
Waaqayyoos ammoo,jawwee ciqilee 60 dheeratu tokkoo ajajajeefii akka tabba sana gubbaa baasu ni ergeef.Isanis ciqilee jawwee irra ta'uudhan ol bahan.yemmuu ol bahanis "Hallee Luyaa Abbaaf hallee luya ilmaaf hallee luya afuura Qulqulluuf"jedhanii Akkuma galateeffataniin,Hibistiin gubbarraa gadi bu'eefi soorataniiru.dirreen sunis kanumaan "Dirree Haalle_Luyaa"jedhamte.Gadaamichi erga hundeffamee booda,maqaan isaa garmalee waan olka'eef iddoo gara garaa irraa namoonni moloksummaa feshanii dhufan garmalee baay'atan.harka abba aragaawitti qofa monoksoonni kuma jaha ta'an sirni moloksummaa akka raawwatameef qabsuurri isanii ni ibsa.
Kanaaf abbaa monoksoota itiyoophiyaa jedhamuunis waamamu.kitaaba qopheessudhanis baay'ee dadhabaniiru.kanaanis Qulqulluu yaarediifi mootin Gere-mesqel jedhamu,yeroo hunda isaan akka gaafatan ni himama.Luka tabbichaa jalattis kawaala kidanemihireti hundeessudhan haadha isaanii dursituu monoksoota kan jalqabaa taasisaniiru.
Abba Aragawwin dhalatanii waggaa 99 booda,kallattii gadaamichi itti argamurraa bahaan dhokatan,/miliqanii/gara dachee jirattoota galajiiru.Guyyaa fudhatamuu isaanii kanas manni kiristaanaa keenyaa onkololessa 14 ni kabajji.Gooftaanis waadaa guddaa, dhiifaama hanga dhaloota 15ttii argamsiisu abba kanaaf kenneeraaf.
    Galannii Waaqayyoof
      Dessuu haadha isaaf
Ulfaata fannoo isaaf haa ta'uu hangaa bara barattii ameen!
#Ebbii fi kadhannan ararsumman kennan abbaa keenyaa abune areegawwii nu waliin haa ta'uu ameeen!!
---πŸ™#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡         
 https://vm.tiktok.com/ZMjD9dJ3c/                                                                                                                                                  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ“ŒJiini Galee Guyyaa 15ttii yadannoo haadha keenyaa qulqullettii iyeeluxa fi qulqulluu Qirqoos dha.Ebbii isanii nurraa haa buluu πŸ™

🌹#Yaa qulqullettii iyeluuxa nagaan sif haa ta'uuπŸ›
maarta isheen dadhabdees maariyaam isheen hin dadhabnees ijollee ishee waregamummaf kan kennitee sofiyaanis si waliin wal hin fakkaatan hin qixxaatan .

πŸ“Yaa Qirqoos!Nagaan sif haa ta'uuπŸ›
ilmaa fi haadha isa fuldurattii yeroo dhabbatuttii sa'atii hundumattii ergamaa kadhannakoo  kanatii nan jedhii .Nagaan sif.... .
....Ebbii, kadhannaan,sugnii haadha keenyaa qulqullettii iyeluuxa fi qulqulluu qirqoos bakkaa jirruu hundumattii nu waliin olee haa buluu!ameen amen amen!!πŸ™πŸ’•πŸ™
πŸ™#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
❇#Baga_GessanπŸ™πŸ’
          #Ayyaana_Gaarii
☞ Hagayyaa 16 Baga Ayyaana Ol Ba'uu giiftii keenyaa Qulqullettii Durboo Maariyaamin Isiin gahee
☞Du'arra kan ajjeete ilmii kee si waliin jiraa
☞Liqimsee kan si hambiisu awwalchaa isa kamiidha.
☞Oduu ol ba'uu kee tomas irraa dhageenyerra
☞Du'aa ka'umsii dhugaa dha addaa dhas yoo nutii argineerra
☞Dutii du'an mo'ameera
☞Sirrattii humna akkamiin argataa.
☞Yaa giiftii qulqulleettii durbee awwalchaa na banaa kafanaa narra hiika osoo hin jedhiin
Fakkeenyaa du'aa du'a ka'uu kiristoos kan ta'ee du'aa ka'uumsa foon keef nagaan ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo qulqullettii durbee maariyaam amalaa isa ta'ee kessaa ishee dhoksee du'aa kan ittiin ka'ee lakkuu du'a ka'umsaa iyesus kiristoos kan tatee du'a ka'umsaa foon keef nagaan  ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo qulqulleettii durbee maariyaam Namoota qulqulloota si galateffaatan hundumaaf fakkeenyaa du'a ka'uumsa isanii kan ta'ee ol ba'uu foon keef nagaan  ni ta'aa.
yaa giiftii koo maariyaam hangafaa lubaa kan jedhamee miidhaginnii aroon sidha!!
firiin Galatakee nutii arraba keenyaa dubbannuu hundumtii uffaata kee kessaa fi alaan jiruu irrattii bifa fakkiin bocamee haa jiratuu.
☞Yaa giiftii koo qulqulleetti durbee maariyaam waaqayyoo kan Qoddatee fi sirna ishee kan hirmatee mul'achuu foon keef nagaan ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo maariyaam Yeroo mul'achuu foon keettii biyyaa/dandii yihuuda fi dirree iyyerusaleemitti mootonni tarseesi fi diisiyat wa'ee ulfinaa fi kabajaa keef foolin isa kan bareede harkaa fuudhii addaa addaa sif dhiyessanii sif sagadaniis.
☞Yaa giiftii koo qulqulleetti maariyaam Rajjii seelo..mul'achuu eliyaas caala waaqayyoo ol ol kan taasisee mul'achuu foon keetiif nagaan ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo qulqullettii durbee maariyaam kana duraa foon ilma kee kan ittii mul'atee gara gamoo jireenyaa haaratti kan nanna'ee mul'achuu foon keetif nagaan ni ta'aa.
☞yaa giiftii koo qulqulletti durbee maariyaam eyyeema waaqayyoon gara gammachuu miidhagan jiruttii kan mul'atee mul'achuu foon keetiif nagaan ni ta'aaፑፑ Du'aa  bay'ee hamaa ta'ee jalaa anaa mucaa kee bilisaa na baasi mootiitti samii fi lafaa yaa maariyaam atii yoo jallattee cubbamaa qulqulluu gochuun sif ni danda'amatii.
☞Yaa giiftii koo qulqulleetti durbee maariyaam jirattuu kan tatee lubbuu kee waliin simuu gonkaan kan rawwatee mul'achuu foon keetiif nagaan gonkaa ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo qulqulletti durbee maariyaam gara gaddii fi dadhabbiin ittii hin yaadamnee gara bakka gammachuun kan adeeme mul'achuu foon keetiif magaan ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo qulqulleettii durbee maariyaam gidduu gannata gara bahaa dukkanonni ifaa godoon ifaa gara dhabbatanittii/jiranittii kan ol ba'ee foon keef nagaan ni ta'aa.
Yaa durbee maariyaam arraaba hundumaan galateffamuun kan sif malee wan ta'eef Ergamoota samii irraa jiran irraa fi ilman addam biyyaa lafaa irraa jiran irraa yeroo hundumaa galannii kee sif dhiyaachuu qaba.
☞Yaa giiftii koo durbee maariyaam Ifaa aduu fi biiftuu caala gonka kan ifuu galannii gonka kan ta'uuf mul'achuu foon keetif nagaan sif ni ta'aa.
☞Yaa durbee maariyaam atii urgooftuu Qenanim jedhamu dha argama urgooftuu addaatis kanaafis ifa uffaatanii gonfoo ifan gonfatanii ayyaana mul'achuu kee ergamonnii ni kabajuu.
☞Yaa giiftii keenyaa qulqullettii durbee maariyaam michuu gooftaa kan ta'ee mul'achuu yaa'iqob caala kabajnii fi galannii  kan kennameef mul'achuu foon keetif nagaan ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo durbee maariyaam kabajnii isa kan hin bannee ulfinnii isa kan ittii hin hir'annee Laphee namoota kan gammachiisu mul'achuu foon keetif nagaan ni ta'aa.
☞Yaa giiftii koo maariyaam Galmaa galata waaqayyoo wan tateef yeroo mul'achuu foon kee kan si simatan ergamonnii hundumtuu samii fi lafaa irratti mariyaam kan kabajamtee dha waliin jedhan.
☞Yaa qulqulleettii durbee maariyaam kan filatamaniif ijollee addami fi hewaniif haadha akka tatuuf seregella ifan kabajan ta'ee kan ol ba'ee mul'achuu foon keetif nagan ni ta'a.
https://t.me/sagaleegammachuu/1616
☞Yaa giiftii keenyaa durbee maariyaam arraaba foonumma fi dhiigaa hundumaan galannii sif ni ta'aa.
Arrabaa ergamoota irra sif galannii ni ta'aa. yaa giiftii koo maariyaam waadan kakuu haara si'iin kan rawwatee bultoo/taabota/isa sif galannii ni ta'aa.
Ulfinaa gooftaa kan ta'ew walga'ii qulqulloota fuldurattis si'iif galannii ni ta'aa.
Ameen Baga Geessan!
☞(Melki'a Filseeta maariyaam)
☞Yaa giiftii keenyaa maariyaam kadhanna nuyii ijollee kee warra cubbamoota gara samitti ol nuf baasii.
☞Yeroo kanattii rakkotti daftee kan qaqqabduu sidhatii jiraa nun jedhii.
☞Qaana Galilattii bishan gara, dadhii wayiinitti akka jijjiramuu ilma kee ka yaadachistee gollii isanii qulla ta'aa wan nyaatan wan ciniinan kan dhaban gootaran isanii masoobin isanii ebban akka guutu yaadachiisi.
πŸ™#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
❢➏ Haati Koo Kidanemihireetin Isiniif Haa dhaabattu ❣️
..........................................

"β€œYaa Waaqayyo, ati gara iddoo boqonnaa keetti ka'i! Sanduuqi kakuu inni aangoo kee mul'isus sii wajjin haa dhaqu!”
  β€” Far. 132:8
.



🌹Baga Ayyaana Waggaa Du'a ka'u fi ol bahuu Qulqulleetti Dubroo Maariyaamin Nagaan isiin gahee nu gahee,Arjummaa isaatin haadhumma isheetin nama waggaa nu haa taasisuu. Ameen.

Baga Geessan Maatii Keenyaa🩷
    Eegumsii ishee nurra Adda hin bahiin🀲      

  🌹.Hagayyaa...❢➏ Ol bahuu Maariyaamiin baga nu gaheeπŸ•―

πŸ™#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
🀲🀲Nu Gahii🀲🀲
Harmee koo Qulqulleettii Dubroo Maariyaam yaa giiftii koo waggaa kanan nagaa fi fayyaan jaalalaan nu gahii, Jaalala ilma keen nu gahii, Jaalala keen nu gahii, Jaalala qulqullootan nu gahii , waamicha gabbiif/qalbii jijjiirannaaf nu gahii.

🌹 Kadhannaa fi Araasummaa keen ,Arjummaa ilma keen Nama Waggaa dhufuu nu taasisi πŸŒ·πŸŒΈπŸ’— πŸ™#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
#Akkamitti_duute_malee akkamitti kaate jettee hin ajaa'ibsiifatin.
Gooftaan namoota hundumaa keessaa ishee filatee haadha isaa godhate, namoota hundumaa keessaa ishee filatee du'aa kaase. Ol ishee baase.
Umama hunda keessaa filatamte, gooftaa samii fi lafti hin dandeenye, ji'a sagali fi guyyaa shan garatti batte isaa deesse jirti miti? Yoo si ajaa'ibe, Isa kana ajaa'ibsiifadhu.
dubartiin Haadha fi durba, durbaa fi haadha ta’uu dandeessu lafa/Addunyaa kanarra hin turre; Gara fuulduraatti hin jiraattu. Garuu Qulqulleettii Dubroo Maariyaam waan dubartoonni addunyaa kanarra jiran hundi hin taane taate. Durbee/Durbas haadhas. du'aa ka'uu ishee caalaa kun nama hin ajaa'ibuu?
kabajni Du’aa ka’uu fi ol ba’uu namoota amantii fi naamusan jabaatanii hundumaaf yeroon isaa ga’u ni ta’af/ni raawwatamaaf. Ni ka’anii,Ol ni bahuu . Addunyaa irraa adda baatee ,waaqa ishee ilma koo jettee Waaqa waamuu kan dandeesse,Haati jireenyaa, du'a ishee malee du'aa ka'uun ishee maal nama ajaa'ibsiisa??. Biqiltuu Museen Siinaatti arge ishee dha ,yoo itti dhiyaatanii ishee argan malee abiddichii kan ishee gube fakkaatti .
Warra akka Musee itti dhiyaatanii ishee ilaalaniif garuu ibiddi yoo isheetti boba'eyyuu #Biqiltuun_sun hin gubatu.
Abiddi kun hayyoota mana kiristaanan fakkeenya waaqummaatti jedhamee hiikame ture. Har’a garuu abiddi kun mallattoo/fakkeenyaa du’aa ta’ee mul’ata. Biqiltuun/baalli Abiddan hin gubanne immoo giiftii keenya dha.
Kana hubachuuf gaara Siinaatti ol bahuun qofti gahaa miti.
Akka Musee kophee ofirraa baasuunis gaarii dha.
Hayyoonni:- kophee Museen uffate gogaa bineensota du’n irraa kan hojjetame waan ta’eef uffatee akka hin dhiyaanne dhorkame jedhanii hiikaniiru.
Kopheen gogaa bineensoota du'an irraa hojjetame , namoota qalbiin/yaadan du'an bakka bu'a.
Lapheen ajaa'iba Gooftaan keenyaa Iyyeesus Kiristoos,haadha isaatin, haadha isaaf godhetti hin amanne, Kophee Musee dha,Bahuu qaba. miila osoo hin taane dukkanaa/gufuu ija nama haguuguudhati.
Taabota musee biqiltuu ishee siinaa kan jedhamtee yaa durbee:-akka Musee warra kophee keenya hiikkanne taane ulfina isaa akka arginuuf nuf kadhadhu. πŸ™#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
HoE. 7
Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―
⁡⁸ Mandara keessaa daddarbachaa gad baasanii, dhagaadhaan in rukutan; warri dhuga-baatuunis uffata isaanii miilla dargaggeessa Saa'ol jedhamu tokkoo jala naqatanii turan.
⁡⁹ Utuma isaan dhagaadhaan isa rukutaa jiranii, Isxifaanos, "Gooftaa iyesus, hafuura koo fudhadhu!" jedhee kadhate.
⁢⁰ Jilbeenfatee sagalee guddaadhaan, "Yaa gooftaa, cubbuu kana isaanitti hin lakkaa'in!" jedhee iyye; kana jedhees kufee in obbaafate.
   #Baga_Gessan!
#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
Yeroo Tokkoo "Kiyyoo Diinni/daabiloos Adduunyaa hundumaa irrattii kiyyeessee ilaalen 'Kiyyoo kana kessaa enyuu Ooluu danda'aa?' Jechuun gadda kessa ta'ee yeroon gafadhuu 'Namnii Garramii ni oola/jalaa ba'aa!'  sagalee jedhuu nan dhaggeffadhee."jechuun Abban Inxonsii dubbataniiru.

Garramoota nu haa taasisuuπŸ€²πŸ’—πŸ§Žβ€β™€
#Biyyaa_Nagaa_Kessa_Oola❀
#Yeroo_GaariiπŸ’•πŸ™
  #Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
✀Dubartiin Gooftaan Keenyaa Iyyeesus Kiristoos Isheen Carraa Gaarii Filatte.Jedhen Eenyuu Jedhamtii??
Anonymous Quiz
8%
A.Aster
61%
B.Maariyaam Meqdelawwit
3%
C.Daliila
21%
D.Maarta
6%
E.Deebii hin qabu
Nama abdii yoo godhattan ni sodattuu, Qarshii abdii yoo godhattan ni dhumaa ni kassartuu,  yeroo abdii yoo godhattan ni dadhabduu, mataa kessan yoo abdii godhattan ni duutu.Abdiin nama hin qanessinee waaqayyoo gooftaa qofaa dha.

🌹Guyyaa gaarii🌹
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
#Qormaata!!
Anii lapheen koo qulqulluu dha,namaa gaarii dha garuu maaliif qormannii jabaan akkasii na mudataa yoo jettee"anii foon hin sooradhu kanaafuu bosonaa kessaa yoon deeme leencii yookin qabaroon maalif na ariyaatu ?"jedhanii akkaa gaafachuu dha.
Hundumtuu ni qoramaa enyufuu hin oluu ,garaagarummaan isaa Qormaaticha ogummaa fi obsan kan darbuu enyuu dha isa jedhuu dha.
Yaa michuu koo tokkoo si'ii akkaa ta'ee shakkii hin qabuu!! 🌹Guyyaa gaarii🌹
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
#Bareedina Mana Kiristaanaa❗️
......
Mana kirsitaana ijaaramte keessatti gaheen keenya gaaddidduu seeraa ishee jalatti boqochuun jiraachuu dha. Kiristoosiin kan hundeeffamte,raajii raajotaan, barsiisa ergamootaatiin kan ijaarame,kabaja isheetin kan kabajamnuu,miidhagina isheetin kan miidhagnu,baay'atee haa xiqqatu,dheerate haa gababbatuu kan hin jedhamnee ,Qulqulleettii manni kiristaana uffata hoolicha Kiristoos dha. Misirroon Mana Kiristaanaa Ortodoksii Iyyesuus dha.  Kiristoos ofii isaati mataa ta'e isheen (manni kiristaana) ammoo qaama isaati.  Foon isaa qulqulluu fi dhiiga isaa qulqulluu kan ishee sooru - ayyaana isaatiin kan ishee qulqulleessu - dubbii isaatiin kan ishee obaasuu fi ishee guddisu qaama isaati. Dogmaan,Darbaa fi qannoonan, qajeelfamni ishee seera Waaqayyooti. wiirtuun sirna ishee, waaqeffannaa fi barsiisaa iyyesuusidha. Bareedinaaf jenne sirna itti daballu,sirna foyyeessinu hin qabdu.Bareedinni ishee hin darbinee,miidhaginni ishee hin dulloomne iyyeesusidha.mana kiristaana ulfina qabeetti/kabajamtee keessatti kabajamuuf ariifachuun gatii qaba. Nuti mana kiristaana faaya keenyaan kabajamtuu osoo hin taane, mana kiristaana itti kabajamnuu fi ulfina argannuu dha kan qabnu. Dogmaa wal irraa hin cinne, duudhaa/darba hin cabne, fi sirna (Qannoona) hin boorofne kan qabdu manni kiristaana Ortodoksii tewaahidoo Itoophiyaa, warra kaan barsiisti, malee warra kaan irraa hin fudhattu.
Jaalala Mana Kiristaanaa, Eebba Durbee maariyaam nuf haa baay'isuu.
     #Dilbata_Milkii
🌹Guyyaa gaarii🌹
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
      #Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
      #Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€
πŸŒΉβ– #Qulquuu_Gari'eel Enyuu dha ⁉❖

♨‒‒βœ₯Gabri'eel jechuun" αŠ₯αŒα‹šαŠ₯ α‹ˆαŒˆα‰₯αˆ­β€α¦ Tajaajila waaqayyoo jechuu dhaፒ umamaa umuu yeroo jalqabettii guyyaa dilbataa waaqayyoo ergamoota ergaa umee booda isan jalaa dhokatee ergamonniis ፦Enyuutu nu umee?” yeroo jedhan daabiloos/Saxna'eel anatuu isin umee isaniin jedhee yeroo ergamonnii jeeqamanittii β€œisa nu umeeβœ₯waaqa keenyaa hangaa barruttii/beknuttii bakkuuma jirruu jabannee haa dhaabannuu” jedhee ergamaa  ergamoota  tasgabbessee dha.sababaa kanaafis gooftaan durbee maariyaamif misrachoo himee akkaa ishee gammachisuu carraa isaf kenneera.
#Bagaa_GessaanπŸ™πŸ’•πŸ™
..DubbiisaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/sagaleegammachuu/1001
❗#Yeroo_Kadhannaan_Sirnii_Qulqullessaa_Gaggeffamu❗
#Kadhannaa_Dhunfaa_Godhachuun_ni_Danda'amaa ?
,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,

πŸ”΄πŸ‘‰Egaa akka barnoota mana kiristaana ortoodoksi tewahidootti yeroo kadhannan sirna qulqullessa gaggeffamuu kadhanna dhunfaa godhchuunis ta'ee geesisun hin eyyemamuu/hin danda'amuu.

πŸ”·πŸ‘‰Kadhannaa guddaan mana kiristaana keenyaa sirna Qulqullessaa dha. Kadhannaa biran kan taasifamuu bishaan tsabalaa gochuuf, dhukkuubsata fayyiisuuf,Seexana basuuf,Galataa fi kadhataa dhiyessuu fi kanen kana fakkataniifi dha.

πŸ”ΆπŸ‘‰ Kadhannaan Sirna Qulqullessaa garuu Hibistii sana garaa qulqulluu foon isattii jijjiiruuf wayinii sanaa gara qulqulluu/kabajamaa dhiiga isattii jijjiiruuf ta'uu isan kadhannaa hundumaa irraa kadhannan sirna qulqulleessa ni caala. Kanafuu kadhannaa guddan kun yeroo gaggefamuu kadhannaa dhunfaa keenyaa gaggessuun/tasisuun nurra hin jiruu hin eyyemamuu.

πŸ”΅πŸ‘‰ Hubannerra yoo ta'ee Macaafa kakuu haaraan alaa dirsaniin ergamoota qabsurrii qulqulloota hin dubbifamanii kunis kan ta'uu danda'eef kayyoon kadhannaa sirna qulqullessaa sirnaa qurbaana dhiyessuu wan ta'eefi dha.

πŸ”΄πŸ‘‰Sirna Qulqulleessa irrattii kadhannaan dhunfaa hin eyemamuu. /
Sirnii Qulqullessa Ahadu (αŠ αˆα‹±) jedhee hangaa Ngaan gara mana kessanittii galaa hangaa jedhamuttii kadhanna illee yoo ta'ee kadhannan osoo hin hafiin jalaa qabuun alaa callisuu dhaggefachuun ta'uu qabaa. Andimtan sirna qulqullessaa.

πŸ”·πŸ‘‰ kanaafuu Kadhanna sirnaa qulqullessaa irrattii mitii kadhannaa galgaala(αˆ›αŠ…αˆŒα‰΅)yookiin kadhanna gamtaa irrattii illee kadhannaa dhunfaa tasisuun seera mitii beektoota gurguddoota mana kiristaana waliin mahiletii, warabii,kidanii, sa'atatii waliin ta'uun kadhachuudha malee kadhanna dhunfaa godhachuun seeraa mitii hin eyyemamuu.

β—πŸ‘‰Yeroo sirna qulqullessa kadhannan godhadha jechuun guyyaa ifaa aduu saafa kessattii shaama(dungoo)akka ibsuu dha. Iftii dungoo(shamaa)sanaa ifa aduu saafa kessatti ifa mul'isaa malee ifa aduu irrattii ifaa hin dabaluu.

πŸ”·πŸ‘‰ Kadhannaa gamtaa irrattii kadhannaa dhunfaa gochuun kadhannaa gamtaa kana irraa kadhannan dhunfaa koo foyyaa'a dha dhagettii qaba akka jechuuti wan ta'eef hin eyyemamuu seeras mitii.

❗Kanaafuu sirnii qulqullessaa ergaa rawwatee kadhannan gamtaa ergaa xumuramee kadhannaa dhunfaa godhachuu qabnaa/nurraa egamaa ❗

πŸ”΅πŸ‘‰Dubbistee yoo jallatee qoodii+
share !
#Galannii waaqayyoof.
#Hadhaa isaa durbee maariyaamif.
#Ulfaata Fannoo isaafhaa ta'uu ameen.
🌹Guyyaa gaarii🌹
#Subscribe_Share_LikeπŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/Quh16sGyOH8
#Join_Share
https://t.me/sagaleegammachuu
#Torban_milkii
πŸ§Ώπ’π‘πšπ«πžπŸ€