✅Galateeffadhu!
"#Addunyaa kana irratti wanti ulfaataa ta'e isa jaallattu dhabuudha, wanti baay'ee ulfaataa ta'e immoo isa jaallattu argattee dhabuudha," jedha barreessaan #Joorji Bernaard Shaaw.
#Wantoota tokko tokko akka qabduyyuu erga dhabdee qofa beekta. Mee maal faa qabda beektaa? #Ani sitti himuu mee? Fayyaa qabda, qaama guutuu qabda, Sammuu yaadu qabda Nagaa qabda... #Kan qabdu kanaan isa hin qabu jettee yaaddu sana bituu ykn fiduu ni dandeessa; garuu isa hin qabu jettee yaaddu sanaan isa amma qabdu kana bituu hin dandeessu. #Argitee? Hiriyaa koo amma waan gaarii harka kee jiru hunda ilaalii galateeffadhu!
#Waan si hanqate garmalee yaadda yoo ta'e hanqina biraatu sitti dabalama!
@saayikolojii