Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa)
#Kan Ati qabduyyuu gahaa dha!
#Kennuun waan adda ta'e qabachuu hin barbaadu!. #Nuti nama tanee uumamnee dhiisiitii dhagaan illee dhala namaatiif bu'aa hedduu kenna!
#Maallaqa hin qabu hin jedhiin, maal qabaadhen maal fayyada, maalin kennuus danda'a hin jedhiin! namootni harka keen qaqqabattee jabaadhu jechuun gahaa ta'eef baay'eedha! #Qabeenya kee caalaa kan jaalala kee argachuuf hawwii guddaa qabu baay'eedha.#Jaalala kee isa dhuma hin qabne hundaaf kenni!
#Milkaa'inni Jaalala keessa keessa jira. Onnee Jaalalaa qabaadhu!!!
@Dujabewa
@Bedadina
@Saayikoloojii