#Nama #Cimaa #Ta'i
#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!
#Share and #Join
πππππππππ
https://t.me/Bedadina

Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
#Dhaabachuun hin Jiru!
#Wantoonni oliif gadi deemaa jiraachuu danda'u, haala itti fufuu caalaa dhaabuun gaarii fakkaatu keessa jiraachuu dandeessa, garuu harka kennachuun salphaadha. #Humna walitti qabanii itti fufuun ulfaataadha!
#Yaa Fira koo kan ati ofiifis taatee sana booda warra jaallattu biras ga'uu dandeessu osoo abdii hin kutatin yoo itti fufte qofa. #Kanaaf egaa jabaa ta'uu kan qabdu. #Waan dhiifte amma fudhadhu itti fufi dhaabachuun fala hin ta'u waan ta'eef ka'i!!!πππ
@Bedadina
@Saayikoloojii

πββπββπββπββπββπββπββπββ
#Kufuu Fi Ka'uu
#Ilmaan Namaa Gidduutti garaagarummaa Kan uumu kufuu isaanii miti;Kufanii achumaan #hafuu Fi deebi'anii #Ka'uu isaaniiti.
#Yaa Qomoo koo! yoo kufte Addunyaa kana irraa ati nama yeroo jalqabaaf kufte miti. Miliyoononni kufaniiru. #Warri Kufanii ka'an seenaa hojjetu; isaan achiin hafan immoo sammuu seenaa keessaa irraanfatamaniiru. #Kanaaf atis akkuma namoota Kufanii ka'anii seenaa hojjetanii kuftee kaatee siidaa seenaan ittiin si yaadachaa hafu ijaartee darbuuf carraa qabda.
#Joinπππ
@Saayikoloojii
#Kufuu Fi Ka'uu
#Ilmaan Namaa Gidduutti garaagarummaa Kan uumu kufuu isaanii miti;Kufanii achumaan #hafuu Fi deebi'anii #Ka'uu isaaniiti.
#Yaa Qomoo koo! yoo kufte Addunyaa kana irraa ati nama yeroo jalqabaaf kufte miti. Miliyoononni kufaniiru. #Warri Kufanii ka'an seenaa hojjetu; isaan achiin hafan immoo sammuu seenaa keessaa irraanfatamaniiru. #Kanaaf atis akkuma namoota Kufanii ka'anii seenaa hojjetanii kuftee kaatee siidaa seenaan ittiin si yaadachaa hafu ijaartee darbuuf carraa qabda.
#Joinπππ
@Saayikoloojii
#Nama #Cimaa #Ta'i
#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!
#Share and #Join
πππππππππ
https://t.me/Saayikoloojii

#Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.

#Waan dandeessu hojjedhu!
#Wanti hundi kan ta'uuf sababa qaba. Wantoota jijjiiruu hin dandeenyeef hin dhiphatin! Yoo akkas gochaa jirta ta'e qilleensa hordofaa jirta jechuudha. Akkana taanaan eessayyuu hin geessu. #Yaa qomoo koo isa kaan dhiisii ββof ilaali! Waanti si fayyadu waa'ee egeree kee yaaduudha!
#Yeroo gaarii isiniif hawwina!
ππππππ