akkumaa guyyaa sagantaa saniitttii midgaa bareeedac kottaa, obbolleeeyan keenyaas wajjiin haa bareechiinu
Forwarded from Shureeymi Musxafa
Sagantaa kennaa certificate fi dhaamsa amiira keenya kana fakkaata maashaa allaah maashaa
🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR JEMEA MUSLIM STUDENTS obboolleeyan kiyyaa qallii ,bagaa gammaadan bagaa nayaan guyyaa kanaa geessaan hundumaana keessaani 🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR JEMEA MUSLIM STUDENTS
👍1
🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR JEMEA MUSLIM STUDENTS obboolleeyan kiyyaa qallii ,bagaa gammaadan bagaa nayaan guyyaa kanaa geessaan hundumaana keessaanu
🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR my brother and sister . Baga Rabbiin iffaaji waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gayee,
Baga Gammaadaan
Baga Gammaadaan
Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻⭐️🌟🌟🎗
Gammaachuun teesan, Gammachuu Teenya.
Gammachuu obboleeyan kenyaa , gammaachuu teenya , Waliin Qoodachuu kiyyaaf gammaachuu dangaa hin qabneetu nattii dhagahamaa irraa deedebiie baga gammaadan "Baga Rabbiin iffaaji waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gahee,
Baga Gammaadaa ,
Congratulations .
እንኳን ደስ አለዎት እንኳን ደስ አለዎት
Baga gammaddan! Baga gammane jechaa, eebbifamtoota bara 2017 hundaaf gammachuu fi dinqisiifannoo keenya ibsina. Asumaan Ibsa Galateeffannaa Kabajamtoota fi Jalaatamtoota obboolleeyan kiyyaa Qallii kan Gammaachuu teenya nuu wajjiin qodaatanii ,gammaachuu keessaa keessaaniti dhagahamee ibsaachaa jirtaan, gumaachaa isiini taasisitaan kanini jechaan ibisuun nattii xiqqaata, ammaas irraa deebi’e Guddaa takka galatoomaa, Rabbiin addunyaa fi aakhiratti milkii walitti isiniif haa qabu .
carraa kanaan fayyadamee galateeffaann fi dinqisiifannaa onnee irraa maddee kan isin yeroon hin raafamne ibsuun barbaada.
Galatoomaa!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻🎗🎓🎓🎓🎓

Gammachuu
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🌲🌳🌲🌳🌳🌲🌲🌳🌳🌲🪷🌙🌾💐🌻🌞🌞🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR JEMEA MUSLIM STUDENTS obboolleeyan kiyyaa qallii ,bagaa gammaadan bagaa nayaan guyyaa kanaa geessaan hundumaana keessaanu
🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR my brother and sister
Baga Rabbiin iffaaji waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gahee, obbolleessaa kiyyaa qallii, obboolleettii tiyyaa qallii,
Baga Gammaadaan
Baga Gammaadaan
Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻⭐️🌟🌟🎗
Gammaachuun teesan, Gammachuu Teenya. Akkasumas osoo gammaachuu qabdani ,gammaachuu teenya fi tan obboolleeyan keenyaa ibsuuttii jirtaan, wly dhugaa dubbbaachuuf obboolleessatu obboolleesaf dawiitidhaa, dhugaa tauu hojjii agaarsistan,anii akkaan ittii ibsituu nattii ulfaate, anii duraanu isiini jaalaadha garuu amaa kan duruu caala akkaan isiin jaaladhuu naa gottaani , Rabbiin waliin umrii nuu haa dheeresuu, namnii kayyoo qabuu yommiiyyu qilleenisii isaa raasuu, dhugaa duubateeti ,dhugaaf jiraatan, kana jechaan osoo taane gochaa fi jechaan argiisitaani naaf jiraadha, Anii isiini jaalaadha wly billaaya Rabbiif jechaa, hamaan lubbuun addunyaa taan gubbaa jiraadhuuti waliiin jiraan inshaallaah yommiiyyuu issiin hin daagaadhuu,kayyoo qabnee lafaa kanee hammaa galmaan geenyuuti of duuba deebinuu jabbaadha, ammaa kun takkaa lammaa jechaa garaa fullaa hawwaasati gad bahuuf deemsaa egaale jiraa ,kayyoo ummaata keenya dhugoomsuuf kuttaannoo fi murannoon ittii seenu feesisaa,

Assalamu'aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuh Kabajamtoota fi Jaalatamtoota Hordoftoota Channel Fi Group Hundi Kessanii Baga Guyyaa Hawwii Eegaa Turtanii Nagahaa ittin isin Gahee Nagahaa Dabarsitanii
#CONGRATULATIONS To All Our Jemea Muslimaa STUDENTS Obboleessa kiyyaa qaallii Obboleettii Too Qaalii ,Bagaa Gammaadan Bagaa Nayaan Guyyaa kanaa Geessaan Biraa Dabartanii Hundumaana Keessaanu Kaanii Gammachuu Obboleeyyanii Qodaa irraa Fudhatee Fii Kan Ofii isaatti Eebbifamaa Tahee Hundumaan Keessanuu irraa Deb’ee Bagaa Gammadanii Jechaa Garaa Ergaa Kooti Achii Darbuu Barbaadaa Innis Galateeffanna Jabaa Ofii Abbaa Jabeeffachuu Qaba Waa Jedhuu irraa Kan Kaayyeffate Guyyaa Kaleessa Hoggana Kenyaa Kan Duraanii #Amira_RVUHC_Muslima_Jemea Kenyaa Kalaqa Addaa #Kitaaba_Of_Haraomsuu Jedhuu kaanii inni Fuulaa Duraatti Nuufi Gumaachaa Godhuufii Haalduree Waanii Barbachisuu Hundaa Xumuree Yeroo Muraasa Bodaa Nuu Biraa Nii Gahaa Jennee kan Egaa Jiruu Fii Bifaa Hawata Taheen Sagalee Ta’uun Guyyaa Kaleessaa #Hoggantoonni_Kenyaa Fi Koreen Eebba Akka Sagalee Dhadannoo tti Dhamsa Dabarsanii Turanii Galatomaa Jennan Maliif Jennaan Jabaa Ofi Abbaa Jabbefata Waan Jedhu irraa Kan Kaee Fardaa Abbaa Dikee Darbatee Abbiti Dhagaan Ati Waan Jedhaniif RVUHC Namoota Osoo Barachuu Jiruu Hawaasaaf Gumachaa Godhu Jalqabe Qabachuu Kenyaaf Guddaa Takkaa Nuu Boonsite Jabadhu Jedhanii Akkasuma
#Hoggantootaa_RVUHC_fi_Koree+Eebbaa Kan Taatanii Martinuu Guddaa Takka Galatoma Galatoomaa Jiraadhaa Bagaa Obbolessa Kenyaa Kabajamoo #AMIRA_KENYAA_Kadiirr_Yaqub Abba Kitaabaafi Sagalee Tattaaffii Nuufi Tattanif Guddaa Takka Nuufi Galatoomaa Jechuun Barbaada Haaraa Waan Takkaa Harawaa Nama Biraa Gahuu Duraa Guraa Hawaasaatti Gahuu Jabaataa Yeroo San Gaadii Baasuun Duraa Gurra Hawaasa Biraa Gahee Waa Jiruuf Jechaa Hamilee Namaafii Taha Namni Kan Arguufi Kan Dhagahuu Jabadhu Abshir Jadhanii isin Har'a #Akka_Biyyaatti_Osoo_Hin_Tane_Akka_Gutuu_Adunyaa_Sagalee Walii Gahuu Godhu Kessaniif Guddaa Galatoomaa Jechuun Barbaada Yeroon Achii Ofii Gubbaa Photo Kitaaba Arguu Gammachuu Hammana Hin Jedhamine Gammadee Maalifi Jeennaan Gammachuu Obboleessa Gamachuu Kooti Jechuufi #GALATOOMAA_GALATOOMAA NAGAHA Jiradha Yoo Jecha Fii Gochaa Dogoggora Tahee Lubbuu koo fii Sheeyxaanaa irraa hii Ergasii Yoo Haqaa Quname Tahee Fedha Rabbi Koo irraa Hii Nagaa Jiradha

Forwarded from RVUHC MUSLIM JEMEA OFFICIALS ☪️ (Kedir Yakob)
Namoonii certificeete keessaan fidani wan jennee ittii guttachuu barbaadan eessati fidaan jettaani hin yaadin billbillaa asii gadi kan irraatti billbiluu Nii Dandeessani Eessa Jette Hin Rakkatin Nuu Qunamuu Bilbilaa Lks
1. Arif Abrahiim Amira 0948372216
2. Muraad Jundii ittii Anaa Amira. +251 91 058 3418
3. Kadir Yakuub 0915243815
4. Shureyimi musxaf 0915191983
5. Kammal Shamshuu. +251 96 170 8707
6. Bayaan Yusuf 0921406443
Nuu Qunama ulagallee hundaa guttaadha Jedhaa Galatoomaa Yoo Dogoggoraa Tahee Lubbuu koo Fi Sheeyxaanaa irraahi #Yoo_Haqa_Quname Tahee Fedha Rabbi Kooti

𝐀𝐬 𝐖𝐫 𝐖𝐛 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐢𝐧𝐬𝐡𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐡 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐠𝐚𝐲𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐮 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 𝐝𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐚𝐢𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐲𝐮 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚 𝑯𝒐𝒋𝒊𝒊 𝑲𝒆𝒚𝒓𝒊𝒊 𝑻𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒅𝒉𝒆 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒆𝒆𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒍𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒔𝒆 𝒃𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒕𝒂𝒏𝒊 𝒐𝒏𝒍𝒊𝒏𝒂𝒏 degaruu 𝒏𝒊 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 RVUHCMJ Jama'aa wan Rabbiin siif lafaasen
Account asii gadii kaneen irratti erguu nii dandeesuu, 𝒌𝒂𝒏 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒏𝒚𝒆𝒔 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒖𝒏 𝒐𝒃𝒃𝒐𝒍𝒆𝒘𝒘𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒊 𝒂𝒕𝒊𝒊𝒔 𝒂𝒋𝒓𝒊𝒊 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒕𝒕𝒂𝒂
ﻭَﻣَﺎٓ ﺃَﻧﻔَﻘْﺘُﻢ ﻣِّﻦ ﺷَﻰْﺀٍۢ ﻓَﻬُﻮَ ﻳُﺨْﻠِﻔُﻪُۥ ۖ ﻭَﻫُﻮَ ﺧَﻴْﺮُ ﭐﻟﺮَّٰﺯِﻗِﻴﻦَ
“ Wanta kam irraayyu waan isin kennattan Inni (Rabbiin) bakka ni buusa. Innis irra caalaa warra
soorata kennaniiti .” Suuratu saba 34:39. RIFT VALLEY UNIVERSITY HARAR CAMPUS MUSLIM JEMEA.
CBE
#1000626341636.
ZamZam Bank.
#_0020890720101.
Hijira Baankii.
1000038590001.
Gafii keessaan irraa kaneeti isiinif maxansiinee kanaaf jechaa waan Rabbiin siif laafisee erguu nii dandeessaa.
RVUHC Muslim Jama'aa. ergaa
Mallaqa ergitanis screenshot isaa https://t.me/RVUJM.Telegram, ykn What'upps karaa keessatti kanniin irratti ergaa.

Forwarded from Kedir Yakob
Jireenya keeysatti Nama haala ammala fi xabi'aan teeysan wal taatu,kan sadarkaan jireenya keeysanii wal fakkaattu ykn walitti dhihtu filadhu,
Nama sii olii ykn sii olitti of yaadutti hin rarra'in
Mormaatu si capha!
Hariiroo namaa waliin qabdu keeysatti madaala eeggadhu, nama tokko qadrii fi sadarkaa isaatii oliis ol hin fuudhin, waan isa irraa eegamuu oliis irraa hin eegin, gaafa bikka itti yaaddee dhabde akka qalbiin si hin caphne,
Haaja fi rakkoo tee rabbi malee ilma namaa irraa dhooyfadhu
Irra hedduun ilma namaa rakkoo tee itti gammda,sababa rakkatteen isatti haajamnaan yoo tarii waa siif godhellee waan siif godhe san si tuffatuu fi si xiqqeeysuuf itti fayyadama! Haguma isatti haajamaa deemtu hagasuma takka sadarkaa fi qadriin kee isa biratti gad bu'aa deema! Si tuffatuu fi waan barbaade siin jechuufiis itti gadoodha!