South East Zone Industry & Interp. Office
606 subscribers
5.21K photos
67 videos
1.48K files
120 links
Hojii
Download Telegram
Photo from Mamaabdullahi
DOC-20261029-WA0007.xlsx
97.1 KB
Taargeetii TEI, Dhaweesummaafi QCT Kilaastara Gindhiir
Targeetii_Aanaalee_fi_Magaalaa_Karoora_Bara_2019_Damee_Ogummaa_11.xlsx
97.1 KB
Share 'Targeetii_Aanaalee_fi_Magaalaa_Karoora_Bara_2019_Damee_Ogummaa-11.xlsx'
Guyyaa 20/02/2019
Mariin hojjattootaa fi Leenjifamtoota KP. Gindhiir waliin taasifame.
Haala Raawwii hojii hanga ammaa jiruu ilaaluun hanqina hojii mul'atee fi qindoominaan hojii akka hojjatamiin mariin bal'aa erga taasifameen booda hanqina kana keessaa akka itti bahuun danda'anirratti mariin taasifameera.
Forwarded from Minda Mekonnen
Forwarded from South East Zone Industry & Interp. Office (Mama Abdullahi)
Guyyaa 20/02/2019
Mariin hojjattootaa fi Leenjifamtoota KP. Gindhiir waliin taasifame.
Haala Raawwii hojii hanga ammaa jiruu ilaaluun hanqina hojii mul'atee fi qindoominaan hojii akka hojjatamiin mariin bal'aa erga taasifameen booda hanqina kana keessaa akka itti bahuun danda'anirratti mariin taasifameera.
Forwarded from Minda Mekonnen
Forwarded from Minda Mekonnen
Guyyaa 20/02/2019
Godina Kibba Baha Oromiyaa Kilaastara Gindhiiritti Leenjistoota,Hojjatootaa fi Manajmantii Kolleejjii Poolii Teeknika Gindhiir Wajjiin Marii Bilchinaa fi iftoomina qabu taasifame Jira.
Waltajjii Hardhaa kanaan Ciminni fi Hanqinni Hojii Gadi fageenyaan ilaallame Jira.
Itti Aansuudhaan Ciminni akka itti fufu,Hanqinni mul'ate Fooyya'uu qaba jedhame.
Xummura irratti Kallattiin Hojii kennamee Jira.