#Breaking
#Kutaa_12ffaa
Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 qabiyyeewwan kam kam of keessatti hammata?
Barattoota kutaa 12ffaa bara 2018 hundaaf share taasisaa!
Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018;
โข Bu'uura sirna barnootaatiin qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kutaa 9ffaa hanga 12ffaa tti kan hammatu yoo ta'u, barattoonni qabiyyeewwan baratan kan qoraman ta'u.
โข Kutaa 10ffaa hanga 12ffaa qabiyyee sirna barnootaa haaraa bu'uura kan godhate yoo ta'u
โข Bara 2015 Manneen Barnootaa yaalii kutaa 9ffaa sirna barnoota haaraatiin, kanneen biroo ammoo sirna barnootaa isa duriitiin kan baratan waan ta'eef qormaanni sirna barnootaa lamaan irraayyuu qabiyyeewwan waloo ta'aniin cuunfamee kan ba'uudha .
kana beekuudhaan ammumaa kaasaa sirriitti qopha'aa isiniin jenna.
Join ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/educationexplained
https://t.me/educationexplained
Join ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/knwldger

Telegram
Education explained ๐
Education made simple
โก Daily clear explanations & study tips
๐ฏ Learn faster. Score higher.
https://t.me/boost/educationexplained
@educationexplainedbot
โก Daily clear explanations & study tips
๐ฏ Learn faster. Score higher.
https://t.me/boost/educationexplained
@educationexplainedbot
Forwarded from Manch
Helloo family mee channel kanatti ida'amaatii irraa baradhaa๐ฅฐ
๐kunoo ol seenaa๐
https://t.me/+tDECiH81RM1iZjI0
๐kunoo ol seenaa๐
https://t.me/+tDECiH81RM1iZjI0
Rakkoo keessa jirru nuf Rabbiittu beeka #infinix wajjin๐ฅฒ mudannoo kenya kana fakkaata
1. Yoo bishaan tuqe โmataan dhaabbadhuโ jedhee fatherโf message erga ofii isaanโน๏ธ
2. Yeroo TikTok ilaaltee keessaa baatu ati cufteetta inni ammayyuu ni iyya๐
3. Yeroo aduu keesaatti bilbila haasoftu hooโitee gurra si diimessiti๐
4. Yoo facebook seente โnan maraadheโ jedhee post godha ofumaan๐คฆ
5. Gaafa chaarjii irraa buqqistu inni ammayyuu mataa isaarraa ifee chaarjii fudhachaa jira siin jedha๐
6. Gaafa video tokko ilaaltu utaaleema keessaa baโee wallpaper kee sitti agarsiisa๐
7. Gaafa namni gadda wayii post godhu innimmo congra jedhee comment kenna๐ญ
8. Baayโee busy taโuusaarraan kan kaโe application hunda isaa wal faana bana๐ซ
9. Yeroo kiisii keessaa keessee deemtu of banee pattern isaa jijjiiree si eega๐
Anis rakkooma kana keessa jira๐๐ญ
@bohartii

โ
Milkaa'inni waantota sadiidha
โ1. Eessa akka jirtu beekuudha
โ2. Eessaa deemuu akka barbaaddu murteessuu Fi
โ3. Haala amma irra jirturratti hundooftee bakka deemuu barbaaddu deemuudha.
โก๏ธNamni baay'een eessa akka jiru hin beeku; eessa akka deemuu barbaadus hin murteessu. Ganama kana yeroo ka'u garama akka deemu dalga Itti gala.

แ2018 แฉแแจแญแฒแฒ แแแฅแซ แฐแแณแแฝ แแแซแ แแ
แฅแซแแแฝแ แจแแณแแแ แตแ แแญแฅ แปแแแฝ แแแฅแแน แตแแณแแนแข
๊ฑแดฉแดษด๊ฑoreแด สส @Model_Exam
แฅแซแแแฝแ แจแแณแแแ แตแ แแญแฅ แปแแแฝ แแแฅแแน แตแแณแแนแข
๊ฑแดฉแดษด๊ฑoreแด สส @Model_Exam
แ แชแ view แซแแแ Educational แจแแ แปแแ แฅแ แแฉแ แแแแต แแแแ Dm me! @BizFuad
๐Eubacteria
1.Which of the following is a characteristic of Eubacteria?
A. Lack of cell wall
B. Presence of peptidoglycan
C. Multicellular
D. Eukaryotic cells
Answer: B. Presence of peptidoglycan
2.What is the shape of cocci bacteria?
A. Rod-shaped
B. Spiral-shaped
C. Spherical
D. Filamentous
Answer: C. Spherical
3.Which of the following is a common method for classifying Eubacteria?
A. By color
B. By shape
C. By size
D. By habitat
Answer: B. By shape
4.What type of bacteria can perform photosynthesis?
A. Anaerobic bacteria
B. Cyanobacteria
C. Chemoautotrophic bacteria
D. Pathogenic bacteria
Answer: B. Cyanobacteria
5. Which of the following is NOT a way bacteria can reproduce?
A. Binary fission
B. Budding
C. Fragmentation
D. Mitosis
Answer: D. Mitosis
๐Archaea
6. Archaea are known for thriving in what type of environments?
A. Extreme environments
B. Temperate environments
C. Polluted environments
D. Aquatic environments
Answer: A. Extreme environments
7.Which of the following best describes the cell membranes of Archaea?
A. Composed of phospholipids only
B. Composed of ether-linked lipids
C. Composed of cholesterol
D. Composed of peptidoglycan
Answer: B. Composed of ether-linked lipids
8.Which group of Archaea is known for producing methane?
A. Halophiles
B. Thermophiles
C. Methanogens
D. Acidophiles
Answer: C. Methanogens
9.What distinguishes Archaea from Eubacteria at a genetic level?
A. Differences in ribosomal RNA sequences
B. Presence of peptidoglycan in cell wall
C. Similar cell membrane structure
D. Lack of circular chromosomes
Answer: A. Differences in ribosomal RNA sequences
10.Which of the following Archaea can thrive in salty environments?
A. Psychrophiles
B. Halophiles
C. Thermophiles
D. Methanogens
Answer: B. Halophiles
๐Fungi
11.What is the primary structure of fungi?
A. Cells with chloroplasts
B. Hyphae
C. Mycelium
D. Spores
Answer: B. Hyphae
12. Which of the following is NOT a characteristic of fungi?
A. Eukaryotic cells
B. Photosynthetic
C. Heterotrophic
D. Cell walls made of chitin
Answer: B. Photosynthetic
13.Fungi reproduce asexually by producing: A. Seeds
B. Spores
C. Buds
D. Conjugation
Answer: B. Spores
14.Which type of fungi forms a symbiotic relationship with plants?
A. Saprophytic fungi
B. Lichens
C. Mycorrhizal fungi
D. Parasitic fungi
Answer: C. Mycorrhizal fungi
15.What is the role of fungi in the ecosystem?
A. Producers
B. Consumers
C. Decomposers
D. Primary producers
Answer: C. Decomposers
๐Protozoa
16.Protozoa are primarily classified as:
A. Multicellular organisms
B. Prokaryotic organisms
C. Unicellular eukaryotic organisms
D. Photosynthetic organisms
Answer: C. Unicellular eukaryotic organisms
17.Which structure helps some protozoa move?
A. Cilia
B. Cell wall
C. Hyphae
D. Spore
Answer: A. Cilia
18.Which of the following is a parasitic protozoan?
A. Amoeba
B. Paramecium
C. Plasmodium
D. Euglena
Answer: C. Plasmodium
19.Protozoa can reproduce by:
A. Only sexual reproduction
B. Only asexual reproduction
C. Both asexual and sexual reproduction
D. Budding
Answer: C. Both asexual and sexual reproduction
20.What type of nutrition do most protozoa use?
A. Autotrophic
B. Heterotrophic
C. Decomposers
D. Photosynthetic
Answer: B. Heterotrophic
Channel๐
https://t.me/educationexplained
Group๐
https://t.me/explaineducation
1.Which of the following is a characteristic of Eubacteria?
A. Lack of cell wall
B. Presence of peptidoglycan
C. Multicellular
D. Eukaryotic cells
2.What is the shape of cocci bacteria?
A. Rod-shaped
B. Spiral-shaped
C. Spherical
D. Filamentous
3.Which of the following is a common method for classifying Eubacteria?
A. By color
B. By shape
C. By size
D. By habitat
4.What type of bacteria can perform photosynthesis?
A. Anaerobic bacteria
B. Cyanobacteria
C. Chemoautotrophic bacteria
D. Pathogenic bacteria
5. Which of the following is NOT a way bacteria can reproduce?
A. Binary fission
B. Budding
C. Fragmentation
D. Mitosis
Answer: D. Mitosis
๐Archaea
6. Archaea are known for thriving in what type of environments?
A. Extreme environments
B. Temperate environments
C. Polluted environments
D. Aquatic environments
7.Which of the following best describes the cell membranes of Archaea?
A. Composed of phospholipids only
B. Composed of ether-linked lipids
C. Composed of cholesterol
D. Composed of peptidoglycan
8.Which group of Archaea is known for producing methane?
A. Halophiles
B. Thermophiles
C. Methanogens
D. Acidophiles
9.What distinguishes Archaea from Eubacteria at a genetic level?
A. Differences in ribosomal RNA sequences
B. Presence of peptidoglycan in cell wall
C. Similar cell membrane structure
D. Lack of circular chromosomes
10.Which of the following Archaea can thrive in salty environments?
A. Psychrophiles
B. Halophiles
C. Thermophiles
D. Methanogens
๐Fungi
11.What is the primary structure of fungi?
A. Cells with chloroplasts
B. Hyphae
C. Mycelium
D. Spores
12. Which of the following is NOT a characteristic of fungi?
A. Eukaryotic cells
B. Photosynthetic
C. Heterotrophic
D. Cell walls made of chitin
13.Fungi reproduce asexually by producing: A. Seeds
B. Spores
C. Buds
D. Conjugation
14.Which type of fungi forms a symbiotic relationship with plants?
A. Saprophytic fungi
B. Lichens
C. Mycorrhizal fungi
D. Parasitic fungi
15.What is the role of fungi in the ecosystem?
A. Producers
B. Consumers
C. Decomposers
D. Primary producers
๐Protozoa
16.Protozoa are primarily classified as:
A. Multicellular organisms
B. Prokaryotic organisms
C. Unicellular eukaryotic organisms
D. Photosynthetic organisms
Answer: C. Unicellular eukaryotic organisms
17.Which structure helps some protozoa move?
A. Cilia
B. Cell wall
C. Hyphae
D. Spore
18.Which of the following is a parasitic protozoan?
A. Amoeba
B. Paramecium
C. Plasmodium
D. Euglena
19.Protozoa can reproduce by:
A. Only sexual reproduction
B. Only asexual reproduction
C. Both asexual and sexual reproduction
D. Budding
Answer: C. Both asexual and sexual reproduction
20.What type of nutrition do most protozoa use?
A. Autotrophic
B. Heterotrophic
C. Decomposers
D. Photosynthetic
Channel๐
https://t.me/educationexplained
Group๐
https://t.me/explaineducation
Telegram
Education explained ๐
Education made simple
โก Daily clear explanations & study tips
๐ฏ Learn faster. Score higher.
https://t.me/boost/educationexplained
@educationexplainedbot
โก Daily clear explanations & study tips
๐ฏ Learn faster. Score higher.
https://t.me/boost/educationexplained
@educationexplainedbot
Forwarded from @educationexplainedbot
History mid exam by afan oromo
Argachuuf as tuuqaa ๐
Argachuuf as tuuqaa ๐
Forwarded from 5G official (Einstein โจ๏ธ)
โ"๐ต๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐ #๐ญ๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐
๐.
๐
๐ญ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐ ๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐."
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://t.me/oromoodha
https://t.me/oromoodha
๐
๐ญ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐ ๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐."
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://t.me/oromoodha
https://t.me/oromoodha
#RemedialExam
Qormaanni xumuraa barattoota riimiidiyaalii kan bara 2018, kan Ministeera barnootaatiin kennamu, giddu-galeessa jiโa Caamsaa irraa eegalee akka kennamu eegama.
Ministeerichi hanga ammaatti yeroo qormaanni xumuraa barattoota riimiidiyaalaa itti kennamu ifatti kan hin ibsine yoo ta'e iyyuu; odeeffannoon yunivarsiitiiwwan irraa argame akka mulโisutti, qormaanni kun Caamsaa 17โ20 bara 2018tti akka kennamu eegama.
Barattoonni riimiidiyaalaa bara 2018 kun, giddu-galeessa jiโa Sadaasaa irraa eegalee barnoota irratti akka argaman beekamaadha.
Join ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/beststady

โค1
โ
๏ธOur greatest aim is having students who can score >500 on entrance
โก If your ambition is to score >500 join our Telegram channel to get amazing information
ใTo get top quality educational contents link @Educationexplained
Join US๐
https://t.me/educationexplained
https://t.me/beststady
Share๐
@ Educationexplained
@Educationexplained
โก If your ambition is to score >500 join our Telegram channel to get amazing information
ใTo get top quality educational contents link @Educationexplained
Join US๐
https://t.me/educationexplained
https://t.me/beststady
Share๐
@ Educationexplained
@Educationexplained
Telegram
Education explained ๐
Education made simple
โก Daily clear explanations & study tips
๐ฏ Learn faster. Score higher.
https://t.me/boost/educationexplained
@educationexplainedbot
โก Daily clear explanations & study tips
๐ฏ Learn faster. Score higher.
https://t.me/boost/educationexplained
@educationexplainedbot
๐1
Forwarded from motivational speaker
Dhugaa jireenyaa hubachuu qabdu;
1. Ati ni duuta, namoonni baayโeen yeroo muraasa booda si hin yaadan.
2. Namoonni hanga ati isaan barbaachistu qofa sitti fayyadamu.
3. Namoonni hedduun icciitiin akka ati kuftu barbaadu.
4. Guyyaa tokko โharโa jalqabuu qaba tureโ jetta.
5. Namoonni baayโeen gammachuu akka qaban fakkeessu, garuu keessoo isaaniitti ni dhiphatu.
6. Namni si baraaruuf dhufu hin jiru.
7. Waan ati gootu hunda irratti sitti murteessu (si qeequ).
8. Fayyaan kee qabeenya kee isa guddaa dha.
9. Gammachuun yeroo gabaabaa dhaโof toโannoon (discipline) garuu yeroo dheeraa dha.
10. Milkaaโinni kan ati yaaddu caalaa yeroo fudhata.
11. Laafinni kabaja hin qabu, yoo namoonni siif gaddani illee.
12. Komachuun wanta tokkollee hin jijjiiru.
13. Namni ati jaallattu hundi si hin jaallatu.
14. Maallaqni rakkoo hunda hin furuuโgaruu hedduu isaa ni fura.
15. Miidiyaan hawaasummaa guyyaa guyyaan si gowwoomsa.
16. Hojii kee keessatti bakka buufamuu ni dandeessa.
17. Jireenyi sirrii mitiโitti madaqi.
18. Gaaf tokko guyyaan kee ni dhuma.
19. Gaabbiin kufaatii caalaa nama dhukkubsa.
20. Sababii kee eenyullee hin dhagaโuโcaalaatti hojjedhu.
~ LIKE & SHARE
โโโโโโโโโโโ
๐@motivationspkear โ ๏ธ

100 SERIES TO WATCH
Looking for your next binge-worthy show? Dive into a curated directory of must-watch series, sorted by genre, popularity, and hidden gems. Want to discover something new tonight? Check reviews, recommendations, spoilers-free tips. ๐ฌ
Find your next obsession in one place.
ะะตัะตะนัะธ ๐ฅ
#ad๐ข InsideAds Free Subscribers

#ad
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Listen - I made โฆ4,200 in 48 hours from a bot most people ignoreโฆand Iโll show the exact 3 steps I used, but first you gotta click. Serious cash, tiny effort. Join the bot Donโt sleep on this.
#ad๐ข InsideAds Free Subscribers
#ad
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
I watched Aso Ebi Diaries with 3 friends - we laughed so hard we missed the wedding dance. This Nollywood rom-com (Rating 7/10) hits every beat: Nancy Isime slays, Jide Kosoko steals scenes, drama + crazy costumes. Want the full chaos and the twist everyoneโs whispering about? Stream it now, bring popcorn. Grab your download here: Aso Ebi Diaries - Watch
#ad๐ข InsideAds Free Subscribers
#ad
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from @educationexplainedbot
Akkamittiin EUEE of qophessuu dandaโaa yeroo hanga hafee kana kessattii?
Namni jettuu telegram kenyaa join gochaa nuu egaa guyyaa arraantana sa'aatii 11:00 local time irratti
Namni jettuu telegram kenyaa join gochaa nuu egaa guyyaa arraantana sa'aatii 11:00 local time irratti