Qataletech
4.1K subscribers
93 photos
2 videos
1 file
180 links
Join our Telegram channel for
Job vacancy , Scholarship and News
https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk
website :https://qatale.com
Download Telegram
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Guyyaan qormaata bahiinsaa ifoomeera!!

Qormaanni ba'iinsa kan walakkeessa waggaa bara 2018 kennamu gaafa guyyaa Guraandhala 16- 27, 2018 akka kennamu Tajaajilli madaalli barnootaa fi qormaataa beeksiseera.

Haaluma kanaan barattoonni qormaaticha fudhachuuf galmooftan akka itti qophooftan isin hubachiifna.

@tikvahethafaanoromoo
Eid Mubarak to you all!
Warra hogguu Gammachuun iidu nu haa godhu obboleeyyan Yeroo dheeraa telegram kanarratti wal baeeynu hundi keessan 🕋🤲
2👏1
🎉 Welcome to Ads Galaxy!

Your channel has been successfully connected. Start earning by posting quality ads.

How it works:
Get matched with quality ads
Post ads on your schedule
Earn instantly

Earning Potential:
💰 10K subscribers = up to $20/day
💰 50K+ subscribers = up to $50+/day

No upfront costs. No stress. Just post and earn! 💵
Join now
https://t.me/Ads_Galaxy_bot?start=ref_9453099F
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Waraanni Israa'el, Ameerikaa fi Iraan Lubbu namoota meeqa balleesse?

Waraanni Baha Giddugaleessaa Israa’eel –Ameerikaa fi Iraan gidduutti eegale guyyoota 25 kan lakkoofsise yoo ta'u, hanga ammaatti lubbuu namoota 2,660 yoo balleessu, namoota kuma 28, 280 ol ammoo madeessuun ibsameera.

Haaluma kanaanis:-

👉Iraan irraa:- namoonni 1,500ol du'aniiru.
- namoonni 18,551 madaa'aniiru.

👉 Liibaanos irraa:- namoonni 1039 du'aniiru.
- namoonni 2,876 miidhamaniiru.

👉 Iraaq irraa:- namoonni 61 du'aniiru.
                         - hedduun miidhamaniiru.

👉 Israa'eel irraa:- namoonni 18 du'aniiru.
- namoonni 4,829 miidhamaniiru.

👉 Ameerikaa irraa:- Loltoonni 13 du'aniiru.
                         - Loltoonni 200 miidhamaniiru.

Akkasumas Lammiileen Sooriyaa 4, kan Paalaastaayin 4, Kuweeti 6, Bahireen 2, Saa’uud Arabiyaa 2, Imireetoota Araba Gamtoomanii 8, Oomaan 3 waraana kanaan yoo ajjeeffaman, Kaatarii fi Joordaan dabalatee biyyoota kanneen keessatti lammiileen 240 miidhamuu ibsameera.

Waraanichi miidhaa lubbuu, qaamaa fi diinagdee olaanaa kan qaqqabsiisee yoo ta'u, lammiileen Libaanoos miiliyoonni 1 ol qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniiru.

#TikvahAfaanOromoo
Bitootessa 15, 2018
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo
2
Junior Full Stack Engineer
Company: Fayda National ID

“Fayda National ID is looking for a Junior Full Stack Engineer to join our team in Addis Ababa, Ethiopia. The successful candidate will support the development, integration, and maintenance of both...

- Salary: Monthly
- Job Type: On-site - Permanent (Full-time)
- Deadline: April 9th, 2026

Source: freelance_ethio
#FullStack #JuniorDeveloper #AddisAbaba #DigitalID #Ethiopia
Barattootni kutaa 12ffaa barana 2018 qoraman hundinuu onlinen qoramu jedhameera 🙏
Guyyaan qormaata kutaa 12ffaa itti kennamu ifa ta'e!

Qormaanni xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17 bara 2018tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii barnootaa fi Qormaataa Ityoophiyaa beeksiseera.

Gama biraatiin:-
* Qormaanni sagantaa barnoota Remediyaalii Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 tti kennama.

* Qormaanni ba’umsaa (Exit Exam) yunivarsitii Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 tti kennama.

*Qormaanni seensaa barnoota digrii lammaffaa (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 tti kennama.

*Madaallii dandeettii dubbisuu fi herregaa bu’uuraa (qorannoo madaallii) ammoo Ebla 26 hanga Caamsaa 7, 2018tti akka kennamu ibsameera.

@qataletech
1
Namoonni hin jalqabne Ammuma jalqabaa 100% ni kafala.
Link 👇
https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=396614841
100% Amansiisaadha kunoo ragaa 👇
https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=396614841
Forwarded from Harmeejobs.com
GRANT OPPORTUNITY IN ETHIOPIA 🇪🇹

📢 Catalyzing Climate-resilient Energy Access and Inclusive Finance for Agricultural Transformation in Ethiopia
💰 Funding Agency: Swedish International Development Agency (Sida)
💰 Grant Amount:
USD 250,000 – 400,000
📅 Application Deadline: 7 August 2026
📍 Location:
Ethiopia

🔗 View Full Details & RFP Document :
https://ethioworks.com/resilient-agriculture-and-energy-access-initiative-grant-opportunity-2026/

🎓 More Scholarships & Opportunities :
https://ethioworks.com/category/scholarships/

📢 Join our Telegram Channel:-
https://t.me/scholarshipsee
💡 Success in programming isn't about being the smartest. It's about being consistent.
Write code.
Make mistakes.
Fix bugs.
Learn.
Repeat.
Every expert developer started exactly where you are today.
Keep coding. Keep growing. 💙
Share @qataletech
2
Channel delalalink jedhu kana Join godhaa 🏠
Qataletech pinned Deleted message
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#EthiopianAirlines🇪🇹

Daandii Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsa irra akka jiru beeksiseera.

​Daandiin qilleensichaa gara Awustiraaliyaatti balallii eegaluuf fedhii guddaa akka qabuufi gabaan isaas akka jiru hubachuu isaa Hoogganaa ol'aanaa Daandii Qilleensichaa Obbo Masfin Xaasaw dubbataniiru.

​Haa ta'u malee, ammattaatti gara Awustiraaliyaatti balalii eegaluuf "xiyyaara hin qabnu" jedhaniiru.

​Kanaafis xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsi godhamaa akka jiru eerameera.

​Daandiin qilleensichaa Amajjii 2020 (A.L.I) irraa eegalee xiyyaarota haaraa lakkoofsaan hedduu ta'an dhaabbilee Booyingi (Boeing) fi Eerbaas (Airbus) irraa kan fudhatu waan ta'eef, daandii Awustiraaliyaa sanaaf balalli eegaluuf qophiin akka godhamu ibsaniiru.

#TikvahAfaanOromoo
Adoolessa 29, 2018
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo