PEACE MESSAGE 📡🛰️🔊📜
3.03K subscribers
750 photos
191 videos
13 files
370 links
وَٱللَّهُ يَدْعُوٓا۟ إِلَىٰ دَارِ ٱلسَّلَٰمِ وَيَهْدِى مَن يَشَآءُ إِلَىٰ صِرَٰطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Yunus 10:25

For contacts 👉 @Wayof_jannah
Download Telegram
Yugaandaatti kan dhalate Zohran Mamdaanii filannoo kantiibaa magaalaa Niiw Yoork injifate

Zohran Mamdaanii jedhamuun beekama

💬
“Nuti bakka hundarraa dhufna, garuu waliin ijaarra.” —
Zohran Mamdaanii jedhamuun beekama
Kantiibaa Niiw Yoorkii ganna 34 kun bara 1991 Yugaandaa Kaampaalaatti haadha fi abbaa Hindii irraa kan dhalate yoo ta'u, ijoollummaa isaatti abdii maatii godaantota haqaa fi carraatti amanan qabatanii gara Ameerikaa kan deeman yoo ta'u ::

Mallattoo dandamachuu kan ta'e Zohran Mamdani, Tiraamp dabalatee mormitoota isaa illee injifachuun kantiibaa Musliimaa jalqabaa New York ta'eera!

Rabbiin nama haqummaa fi bilisummaa amantaa islaamaatiif nama bu'aa buusu isa haa godhu.


https://t.me/peacetv0

#newyork
#zohran
🏆54
{إِنَّ ٱللَّهَ وَمَلَٰٓئِكَتَهُۥ يُصَلُّونَ عَلَى ٱلنَّبِيِّۚ يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ صَلُّواْ عَلَيۡهِ وَسَلِّمُواْ تَسۡلِيمٗا}
(سورة الأحزاب)
1
PEACE MESSAGE 📡🛰️🔊📜
Photo
Salaata Subhii Manaa Bahanii Ishaa'ii galan.
Maqaan Isaanii Sheek Ahmad Shaamil jedhamu Godina Arsii Aanaa Sirkaa Magaalaa Gobeessaatti diin barsiisaa jiru.
Sheekni Kun sheeka Addaa kan Rabbiin hikmaa addaatin faayedha.
Karaa yoo deeman Mana namaa hin bulan manni Rabbii osoo jiruu mana namaa hin bulu jechuun masjida bulanii halkan ka'anii Fuula rabbii isaanii dhaabbatu.
Godina arsii aanaa jajuu cinaa magaalaa boollootti barsiisaa turan, booda irra ammoo gara Aanaa sirkaa Magaalaa Gobeessaatti deemun achi qubatanii hanga har'aatti barsiisaa jiru.
Goota Toowhidaati Takkaa Ati biratti waan diin faallessu dubbattee osoo isaan irraa deebii hin argatin hin haftu.
Magaalaa Gobeessaatti Ganama saa'aa 10:00 tti Manaa bahanii salaata subhii masjidatti salaatanii achumaan warroota kitaabota olaanoo qara'an barsiisan.
Cireen achumatti dhufa gara manaa hin galan, achumaan barattoota kitaabota gara garaa qara'an hanga saa'aa 10:00 tti barsiisu.
salaata asrii Booda ammoo Imaamman Naannoo sanaa kan masjida ollaa magaalaa gobeessaatti tajaajilaa jiran kitaabota gorsaa naamusa khuxbaa hanga salaanni magribaa dhihaatuf barsiisan.
Salaata Magribaa booda Hawaasa magaalaa Gobeessaa warra guyyaa daldalaa fi waan gara garaa irra Oolan Tafsiiraa fi gorsa gara garaa kennan.
Manaa bahanii ishaa'ii salaatanii manatti galan, Takkaa jireenyi duniyaa isaan yaachisee hin beeku, ganda hunda ulamaa'ii qubsiisun beekaman bakki namni isaan irraa barate hin jirre baayyee waan jiru hin fakkaatu.
Umrii dheertuu Naa jedhaanii..


https://t.me/peacetv0
5👍3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🏆31
جزاك الله خيرًا 🌹
إليك نص الحديثين اللذين طلبت بالعربية:


---

١ ـ النور (An-Nūr – The Light)

قال النبي ﷺ:
«إنَّ هذا القرآنَ هُوَ النُّورُ المبينُ، والحبلُ المتينُ، والصراطُ المستقيمُ»
— رواه الإمام أحمد في المسند (حديث رقم 6469) باختلاف يسير في الألفاظ


---

٢ ـ الفرقان (Al-Furqān – The Criterion)

قال النبي ﷺ:
«تركتُ فيكم أمرينِ، لن تضلُّوا ما تمسَّكتم بهما: كتابَ اللهِ وسنَّةَ نبيِّه»
— رواه مالك في الموطأ (حديث رقم 1594)، والحاكم في المستدرك


---

هل تريدني أن أضع لك أيضًا التخريج وحكم العلماء على صحة كل حديث (صحيح / حسن / ضعيف) مع المصدر الكامل؟
5👍2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
👍43💯1
"Doyna namaa jechuun nama ani isa biratti dubbatamee rahmata narratti hin buufneedha."
Rasuul (SAW )

"Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaanni keessan narra fidamtii."
Rasuul (SAW)

Guyyaa Jum'aa keessa jirra. Kanaafuu Ergamaa Rabbiirratti rahmata haa buufnu.

اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه
👍51
{إِنَّ ٱلَّذِينَ قَالُواْ رَبُّنَا ٱللَّهُ ثُمَّ ٱسۡتَقَٰمُواْ فَلَا خَوۡفٌ عَلَيۡهِمۡ وَلَا هُمۡ يَحۡزَنُونَ}
5👍1
Irra Caalaan Guyyoota Torbaanii Kam Akka Tahe Beeytaa ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

• Rabbiin keenya Subhaanahuu Wata’aalaa torbaan keessa Guyyaa 7 uumee Guyyoota San keessaa Guyyaa Jumu’aa irra caalchise.

• Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam “irra caalaan guyyaa aduun keessa baatee Guyyaa Jumu’aati, Guyyaa kana keessa Abbaan keenya Aadam Uumame, guyyuma Kana keessa Jannata seensifame , Guyyuma kana keessa ammaas Jannata keesaa baafame. Guyyaan Qiyaamaatiis Guyyuma kana keessa tahuuf taa’a” jechuun nuuf himan.

• Sadarkaa Guyyaa kanaatiif Suuraan Qur’aanaa takka Suuratul Jumu’aa jechuun yaamamte.

• Guyyaan Jumu’aa Sayyida Guyyaati. Guyyaa kana keessa muslimni torbaan guutuu wal hin arkin Masjiida Rabbiitti walitti qabamee Salaata Jumu’aa wajjiin salaatee gammada. Ammallee Guyyaan Jumu’aa iidaa torbaanii kan Ummata Muslimaati.

• Guyya Jumu’aa kana keessa Yeroo Takka tan Gabrichi isii keessa Du’aa’ii godhate waan kadhate Rabbirraa arkatuutu jira Yoo haraam taate malee.

• Obboleeyyam Islaamaa walumaa galatti Guyyaan Jumu’aa sadarkaalee Gurguddoo asii olitti dubbanne Kanaaf ammallee kanneeen hafan hedduudha Qaba, Kanaaf Guyyaa kana keessa akkaan Rabbitti dhihaannee kheeyrii haa oomishannuu.

• Nuti hundi haajaa qabnaa guyyaa kana keessa ibaadaa, salaata, zikrii, Du’aa’ii, sadaqaa, fii akkasuma ibaadaalee biraa heddummeessuun kheeyrii guyyaan Kun Qabu irraa qooda haa fudhannuu.

• Rabbiin Warra Guyyaa kana keessa isa kadhatee milkaawe Irraa Nu Haa Taasisuu. Rabbiin yaadaa fii muraada keenya hunda nuuf haa guutuu.

Obboleeyyan kiyya barreeffama kana dubbisaatii Share Waliif Godhaa.

Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

By: Ibsaa Dhugaa


https://t.me/peacetv0
https://t.me/peacetv0
8👍1
Ulaagaalee Ibaadaan Ittiin Namarraa Qeebalamtu
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Ibaadaan ykn dalagaaleen gaggaariin gabroottan Rabbii dalagan namarraa qeebalamuuf ulaagaalee Sadii guutuu qabdi.

Ulaagaaleen kanneen yoo hin guutamne ibaadaan takkalleen namarraa hin qeebalamtu.

1: Rabbitti Amantee Isa Tokkichoomsuu

• Ibaadaan tee sirraa qeebalamuuf ati Rabbitti amantee, Shirkii godhuurraa qulqullooyee rabbi tokkichoomsuu qabda. Nama Islaamummaa hin qabne kan Rabbitti hin amanne. Nama Rabbitti hin amanne kan isa hin dhugoomsine isaa ibaadaan irraa hin qeebalamtu.

2: Ikhlaasa:

Ibaadaa daleeydu hunda rabbumaaf jettee qulqullummaan dalaguu. Haa na arkanii, haa na dhagayanii malee, dalagaan Ati Nama agarsiifachuuf daleeydu hundi isii qeebaltii hin qabdu.

3: Waan Rasuulli S.A.W Dhufeen Gaxxamuu

Ibaadaan Nuti daleeynu hundi tan rasuulli godheen wal simachuu qabdi, ofumaaf Guyyaa keessaa waan Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam karaa Nuuf hin godhin uumnee dalaguun hin taatu.

Kanaafuu Yaa obboleeyyan kiyya ibaadaan teenya nurraa qeebalamuuf sharxiilee tana guuttannee jirra moo akkami ? Mee sirritti of haa gaafannuu.

Warra iimaanaan, ikhlaasaan akkasumaas sunnaa rasuulaa wajjiin wal simsiisuun ibaadaa godhee akkasumaas ibaadaan isaanii irraa qeebalamte Rabbi Nu Haa Taasisuu.

Barreeffama kana dubbisaa share waliif Godhaa.

Waan Dubbistaniif Galatoomaa Jazaakumullaahu Kheeyran

By: Ibsaa Dhugaa


https://t.me/peacetv0
https://t.me/peacetv0
6
"Namni salaata subhii jama'aa waliin salaate akka nama halkan guutuu dhaabbateeti." Je'an Nabiin ﷺ


Rabbiin salaata subhii yeroo kaatanii salaatuu isiniif haa laaffisu

@peacetv0
@peacetv0
8👍2
{قَالَ إِنِّي عَبۡدُ ٱللَّهِ ءَاتَىٰنِيَ ٱلۡكِتَٰبَ وَجَعَلَنِي نَبِيّاً} (سورة مريم)
4👍2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
7👍3
32
Assalamualaikum worahmatullaahi Wobarakaatuh

Kabajamtoota hordoftoota channel keenyaa akkuma beekkamu armaan dura barnoota garagaraa kan akka barnoota Ramadaanaa, kurnan Zulhijjaa, Barnoota Dr Zakir Naik, akkasuma seenaa gabaabaa golden (saayintistoota muslimaa fi argannoowwan ) isaanii isiniif dhiheessuun keenya ni yadatamaa

Har'a immoo yaada keessan irratti hundoofnee barnoota isin barbaaddan isiniif dhiheessuu barbaanna . Kanaafuu yaada keessan karaa sanduuqa yaadaa ykn garee channel keenyaa irratti 💌yaada keessan kennadhaa.

@peacetv0
@peacetv0
4👍3
Namni ergaa keessan yookiin gaaffii keessan garee kana irratti maxxansuu barbaaddan nama Shan qofa gara garee kanaatti affeeruun ergaa keessan garee kana irratti ergaa keessan dabarsuu dandeettan


https://t.me/lion_of_daewa
👍32
Namni ergaa keessan yookiin gaaffii keessan garee kana irratti maxxansuu barbaaddan nama Shan qofa gara garee kanaatti affeeruun ergaa keessan garee kana irratti ergaa keessan dabarsuu dandeettan

Haala suuraa irratti muldhatu kanaan add gochuu dandeettaa

https://t.me/lion_of_daewa
https://t.me/lion_of_daewa
https://t.me/lion_of_daewa
2👍1