ORO SKY SPORT ™️
18.3K subscribers
2.1K photos
4 videos
1 file
901 links
Oduu gammmachiisa jalaatoota kubba miila hundaaf
Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi odeeffannoo kilaabaa
Premier league 🇬🇪
Laliga 🇪🇦
Seria Italy🇮🇹
Bundesliga jarmanii🇧🇪
Ceo @Ebesrl
Download Telegram
🟢Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 24ffaa.

✔️Sambata
12:00 🔰 Biraayteen Everteen waliin
12:00 🔰 Liids Arsenaal waliin
12:00 🔰 Wolviis Bornmaawuz waliin
02:30 🔰 Cheelsii Westhaam waliin
05:00 🔰 Livarpuul Niwkastil waliin

✔️Dilbata
11:00 🔰 Astonvilaa Bireentfoord waliin
11:00 🔰 Maan Yunaayitid Fulhaam waliin
11:00 🔰 Notinghaam Kiristal Palaas waliin
01:30 🔰 Tootenhaam Maan Siitii waliin

✔️Wiixata
05:00 🔰 Sandarlaand Barnileey waliin
4👍2🔥1
This dance🩸🩸
👍2🤣21
🟢Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 25ffaa.

📅Jimaata
05:00 🔰 Liids Notinghaam waliin

📅Sambata
09:30 🔰 Maan Yunaayitid Tootenhaam waliin
12:00 🔰 Bornmaawuz Astonvilaa waliin
12:00 🔰 Arsenaal Sandarlaand waliin
12:00 🔰 Barnileey Westhaam waliin
12:00 🔰 Fulhaam Everteen waliin
12:00 🔰 Wolviis Cheelsii waliin
02:30 🔰 Niwkastil Bireentfoord waliin

📅 Dilbata
11:00 🔰 Biraayteen Kiristal Palaas waliin
01:30 🔰 Livarpuul Maan Siitii waliin
2👍1
🎙Maatiyaas Kuunihaa waa'ee deggaraa Yunaayitid rifeensa mataa isaa sirreeffachuf taphni tokko hafef irratti:

"Inni dhimma koo miti namoonni tokko tokko waa'ee kilabichi taphoota 5 walitti aanse injifatee qabxii 15 argachuu dhiisee, waa'ee namichaa yaada."

"Nuti xiyyeeffannoon keenya injifannee qabxii 3 argachuudha!
🥰4👍1
🚨Gabatee sadarkaa Pirimeer Liigii Ingilaand torbee 25ffaa bodaa🔥
👍32
Channel photo removed
#Hubachiisa!⚠️

Kabajamtoota Maatii Oro sky ispoort odeeffannoo daqiiqaa muraasa dura arganne irratti hundaa'uun namoonni dhuunfaa hin beekamne tokko tokko asxaa ykn piroofaayilii chaanaalii buufachuun hanna chaanaalii ykn dabarsuu abbummaa raawwachaa jiru, akkasumas chaanaaliin sun kan isaanii ta'uu isaa Dhaabbata Telegiraamiif gabaasa dhiyeessaa jiru. Hanga Telegram gama kanaan ibsa ofiisaa baasutti asxaa chaanaalii keenyaa haqnee akka jirru isin beeksifna.
👍1
Channel photo updated
🇬🇧Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 26ffaa har'a taphataman.

🗓Kibxata
04:30 🔰 Totenhaam Niwkastil waliin
04:30 🔰 Cheelsii Liids waliin
04:30 🔰 Everteen Bornmaawuz waliin
05:15 🔰 Westhaam Maan Yunaayitid waliin
👍21
🟢Tootenhaam Moorgaan Roojers Astonvilaa irraa fudhachuuf feedhii qabu.

#FabrizioRomano
🔥4
Ezeen taphoota 15 darban dorgommii hunda irratti hirmaatee.

✓ Goolii 0
✓Mijeessee 0
👍2🥴2🥱1
Giroonaan taphoota 3n darban keessaa tapha tokkollee hin injifanne, garuu kaleessaa galagalaa Baarseloonaa injifatee gara injifannootti deebi'aniiru.
👍2🤣2
Hordoftoota Amantaa islaamaa hundaaf baga ji'a kabajamaa RAMADAANAATIIN isin gahe, ramadaanni kan milkii fi kan gammachuu isiniif haa ta'u,

RAMADAAN MUBAARAK
1👍1
Today
1:00
Budapest under night 🌙
1🔥1
🔥OFFICIAL

Taphoonni Maanchistar Yunaayitid ifoomee jira.
👍1
🔴OFFICIAL

▫️Saganata Piriimeer Liigii Inglaand torbe 1ffaa kana fakkata.
👍31
🚨BREAKING

Jijjiraa Ederson gara Maanchistar Yunaayitid deemuuf ture addaa citera kunis taphatichi qoranoo fayya isaa darbu dhabu isaatini.

Maanchistar Yunaayitid jijjiirraan kun guutummaatti addaan cituu Atalantaatti beeksiseera.

Faabriiziyoo Roomaanoo
💔1
🚨🚨 || 𝗞𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗼𝗼𝘀 𝗭𝗼𝗼𝗹𝗶𝗶𝘀 𝗴𝗮𝗿𝗮 𝗔𝗿𝘀𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹

𝗛𝗘𝗥𝗘 𝗪𝗘 𝗚𝗢!

[𝗙𝗮𝗯𝗿𝗶𝘇𝗶𝘆𝗼𝗼 𝗥𝗼𝗼𝗺𝗮𝗮𝗻𝗼𝗼]
👍1🔥1
🟢Atleetikoo Maadriid taphataan sarara fuunduraa isaanii Juliyaan Alvaareez tasuma ganna kana kilabii isaanii akka hin gadhiisne ifa godhaniiru.
🔥1