ORO ARTS๐ŸŽผ๐ŸŽธโœ
1.04K subscribers
838 photos
13 videos
10 files
1.93K links
aartiin guddinaafi
aartiin jaalalaafi
aartiin misoomaafi
aartiin nageenyaafi
aartiin qabsoofi
aartiin bilisummaafi
aartiin tokkummaafi...

Aartii keenya waliin haguddisnu.
Download Telegram
Artist Jaafaar Yusuuf irratti himannaan shorokeessummaa banameโ€ผ๏ธ

Tibbana hidhaa guyyaa tokkoon booda wabiidhan kan hiikame Artist Jaafaar Yusuuf himannaan shororkeessummaa akka irratti baname FB isaa irratti akkaataa armaan gadiitin ibseera.๐Ÿ‘‡

"Shororkeessa naan jedhani himata narratti banani. Bilbila kiyyallee paternii irra kaasi naan jedhani narra fuudhani. Akka himata kiyyaatiif hin bahuun ture garuu tattaaffi abbootiin qabeenya , Artistoonni oromoo , Aktivistoota oromoo, Gazixeessitootafi Uummanni Oromoo godhaniin wabiidhaan gadhiifamee akkan fiilmi kiyya eebbisu godhaniiru. Kan borii rabbitu beeka. Balinaanimmoo yeroo biraa isiniif ibsa. Sanbata dhufaa jiru kana guyyaa bitootessa 1, 2011 waaree booda sa'aa 7:00 tti Galma Giddu Gala Aadaa Oromootti wal-agarra. #siribii "

โœ Jafar Yusuf