Oromia Land - ๐ŸŒ€
145 subscribers
135 photos
16 videos
22 files
79 links
Channel keenyaa Oromia Devilopment Media oromoo fi Addaa oromoo kan barsisuudha. Kottaa irraati baradha.
Download Telegram
Suuraa fi Barreeffamoota armaan gadii kana Seenaaf ol kaawwadhaa!

Guyyaan itti Wol gaafannu fagoo miti.
Kan mataan yaaduu fi kan miilaan yaadu heddu Adda baafachaa jirra!
Forwarded from Huzee Entertainment 1
Watch "Video Addaa Hacaaluu Hundeessaa Geerarsa ๐Ÿ˜ญ Imimmaan Qabachuun dandeenye || Super Star" on YouTube #SUBSCRIBE
https://youtu.be/1GdVnispBRQ
Raajii Baraa!!!!!!

Yeroo paastaan mooqa mooqu
jabaatee Akka mukaa
Raajii bra kanaa
Milli mataa hooqa

Dubbiin Gara galee
doofaan beekaa qeeqa
Waanuma hin jirre
jaamaan argee seeqa

Duudaan dhaggeefatee
wajjiniin shubbisa
Ofii Dogongoree
Namatti hirkisa


@oromiaodm
@oromiaodm
@oromiaodm
Cinaachi miidhamee..
Mataan eessan rafa.
Walloon achii tuqamee
akkamittin irraa hafa.

Walloo koo

Dhiira ilma warqituu.
Sin beeka duruu gad jattee
Diinaaf garaan hirtuu.
Akkuma aadaa keetii
Finiinsi qabsoo itti jirtu.

Itti fakkaatte malee
Si jilbiiffachiisun fagoodhaa.
Gadheen haa bartu
Irraan hafu Anis walloodhaa.

@oromiaodm
@oromiaodm
@oromiaodm
Forwarded from Soor-qalbiiอ™ แดฌแถ แตƒแตƒแถฐ แดผสณแต’แตแต’แต’ (๊งSอœอกeอœอกyอœอกfอœอกaอœอกlอœอก Iอœอกsอœอกlอœอกaอœอกaอœอกmอœอก๊ง‚)
Quuqaa Laphee Jalaa (kuusaa walalo01).pdf
1.9 MB
Quuqaa laphee jalaa Ammuma buusaa Dubbisaa

๐ŸŒนYeroo Gaarii๐ŸŒน
ILMA ABBAA GADAA
โฌ›๐ŸŸฅโฌœ
Sanyii Jeneraal Taaddasaa Birruu
Sanyii Jaal Nadhii Gammadaa
Sanyii Jeneraal Waaqo Guutu
Sanyii Jaarraa Abbaa Gadaa
Sanyii Agarii Tulluu
Sanyii Elemoo Qilxuu
Sanyii Abbishee Garbaa
Sanyii Jaal Laggaasa Wagii
Sanyii Huseen Bunee
Sanyii Bakar Waare
Sanyii Eebbisaa Addunyaa
Sanyii Haacaaluu Hundeessaa
Sanyii Baayisa Taaddasaa
Sanyii Magarsaa Barii
Sanyii Baaroo Tumsaa
Sanyii Mucee Ahmed Mucee
Sanyii Dirribee Jifaar
Sanyii Jaagamaa Badhaanne
Sanyii Tigist Maammoo
Sanyii Alamuu Qixxeesaa
Sanyii Oliqaa Dingil
Sanyii Kabbadaa Buzuneesh
Sanyii Abdataa Olaansa
Sanyii Gaaddisaa Hirphaasaa
Sanyii Kumaala Guddisaa
Sanyii Abdiisa Guutu
Sanyii Maammoo Mazamiir
Sanyii Roobaa Buttaa
Sanyii Abdiisa Agaa
Sanyii Leenjisoo Diggaa
Sanyii Tasfahuun Cammadaa
Sanyii Hajii Adaam Saaddoo
Sanyii Mulโ€™ata Fayyisoo
Sanyii Guddinaa Tumsaa
Sanyii Guutamaa Hawaas
Sanyii Haaylee Fidaa
Sanyii Usmaayyoo Mussaa
Sanyii Geexee Tafarii
Sanyii Garasuu Dhukii
Sanyii Sheek-Bakarii Saphaloo
Sanyii Dagaa Doone
Sanyii Alammayyoo Garbaa
Sanyii Jaarsoo Waaqo
Sanyii Hussein Abbaa Bulguu
Sanyii Abbaa Faaroo
.
.
.
.
Sanyiin gootaa gootuma.
Goota keenya nuuf hiikaa.
Gootoota keenya nuuf hiikaa
๐ŸŸฅ๐ŸŸฉ๐ŸŸฅ
#FreeJawarMohammed
#FreeAlloromoPoliticalPrisoners
Maaltu Deemaa Jira?

-Oromiyaa
WBO fi loltoota garee mootummaa Biltsiginnaa gedduutti lola deemaa jiruun torbee kana keesa qofa loltonno mootummaa 180 caalan ajjeefaman.

- Tigraay
Lola torbee kanaan qofa waraanni Shaabiyaa fi mootummaa federaalaa 1700 caalu ajjeefame. 2000tti kan dhiyaatan madoo ta'aniiru. Karaan magaalota akka Aksum, Adawaa, Shiree, Hawuzeen fi Wuqroofaa geessu sababa waraana kanaan cufameera.

- Amaaraa
Mormiin sirna mootummaa Biltsiginnaa irratti eegale itti fufee jira. Magaalonni hedduun karaa nagaan mormii isaanii gegeessaa kan jiran tahus, Bahaardar keessatti diddaa ummataa ka'een daandiin cufameera, qabeenya irras miidha qaqqabe.

-Beenishaangul Gumuz
Hidhattoonni Gumuz godina Kamashii aanota adda addaa keessatti lola bananiin uummanni buqqa'aa jira. Magaalonni godinichaa tokko tokkos humna hidhate kanaan too'atamaa jiru.

-Finfinnee
Finfinneetti MM Abiyyi Ahimad Aaddee Burtukaan Miidhaksaa waliin dhimma filannoo irratti mari'ataa oolan. Filannoon kun garuu guutuu biyyattii