ORO MANCHESTER CITY
16.8K subscribers
11.9K photos
99 videos
7 files
1.47K links
╔╦╦═╦╔╦═╦═╦═╦═╦═╦═╗
║BAGA NAGAAN DHUFTAAN   
╚══╩═╩═╩╩╩╩═╩--╩═╩═╝
Welcome to Oro Manchester City fan's official Telegram channel

Waa'ee Mancity fi taphattoota kilabicha
Tapha Mancity kallattiin

👉Yaadaf @Namakayyo & @galma_dhugaaa
Group @Lammiwaan
Download Telegram
Waggaa 6 dura har'a dargaggeessi ganna 18 Erlin Braut Haaland tapha tokko irratti goolii 9 galcheera.🔥🔥🔥
Antooniyoo Koonteen turuu erga murteessee booda Naapooliin dursa itti aanu yeroo dhiyootti waliigaltee Keevin De Bruyne mallatteessuudha.

Daarektarri Naapoolii Maannaa: "Waliigaltee Keevin De Bruyne xumuruuf akka dhihaanne nutti dhaga'ama. Walitti dhihaachuun keenya hin oolu".

KDB 🥹🥹🥹🥹🥹
Forwarded from AYYUU BOT
Wow wow wow wow wow


Oduun jijiraa Taphatootaa DILBATA dhuftu ni jalqabaa


Dafaa join godhadhaa
Breaking; manchester city fi ac milan jijjirraa Tijjani Reijnders irratti sa'atiwwan darban keessatti waliigalteerra akka ga'an Fabrizio'on gabaaseera. city'n gatii ka'umsa $70 boonasi dabalate dhiheessera


Share➠@oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Gaffii hirmaachisaa

Taphaatan kun enyuu
Enyuu fi Enyuudha
Haland bara kana
Goolii meqa lakkofsise ?
Kubba goliif tatu meqa mijese late ?

Namni dafee debisee badhasa qaba
Raayan Cheerkiin gaaffii jijjiirraa Maanchistar Siitii irraa dhiyaatef akka fudhatu hime jira.

[#Santi Aouna]
📸 Taphattoonni keenya waancaa Kilaboota Addunyaaf suuraa ka'an.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯
@oromanchestercity
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯
@oromanchestercity

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
The 2025/26 Man City away kit, according to Opaleak. ⚫️⚪️
Maanchistar Siitiin dhiheenya kana gargaartota leenjistoota isaa waliin kan addaan ba'e yoo ta'u, Liivarpuul keessatti gargaaraan Kilooppii Peep Liyaandarii fi Koloo Tuure qaama garee leenjistoota Peep Gaardiyoolaa ta'uuf dhihaateera.
Officially: Goolii dinqisiisaa MARMOUSH Bournemouth irratti galchee goolii bareedduu bara dorgommii 2024/25 ta'uun filatamteetti. 🔥🔥🔥🔥

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kaalviin Filiips miidhaan Achilles irra gahe baqaqsanii hodhuu kan taasise yoo ta'u, ji'a Hagayyaa keessa deebi'ee fayyaa ta'ee jira jedhamee eegama. Taphataan ganna 29 kun karoora Peep Gaardiyoolaa Maan Siitii keessatti kan hin hirmaanne yoo ta'u, liqiidhaanis ta'e dhaabbataadhaan tapha irraa fagaachuu barbaada. Isin maal jettan liqiidhaan haadeemumo dhabataan haadeemu
Gooliin Omaar Maarmuush Boornemaawuz irratti galchee goolii baaredu Piriimiyerliigii bara 2024/25 ta'uun filatame.🚀
Haaland... 😅🦞