๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
42.7K subscribers
29.6K photos
524 videos
39 files
12.9K links
Download Telegram
โญ๏ธGet money even if you win or lose!

Guyyaa guyyaan hanga 12%  cashback 
Taphni kan keessan  badhaasni kan keessan jechuun ni danda'ama ๐ŸŽฎ๐Ÿ’ฐ.

Link โžก๏ธ https://shr.et/HabtamOroArs

๐Ÿ’ฏ๐Ÿ˜€ Mo'attus mo'amtus yeroo hunda nu waliin mo'ataadha! Taphadhaa guyyaa guyyaan hanga 12% cashback argadhaa.

Odeeffannoo fi gaaffii yoo qabaattan kara  bilbiila ๐Ÿ‘‰0989544444kana irratti Nuuf bilbilaa!

โ€”โ€”โ€”๐Ÿ‘‰โ—๏ธ| Bet Responsibly | 21+โ—๏ธ ๐Ÿ‘ˆโ€”โ€”โ€”

habtam.bet
Telegram โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ | Facebookโค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ | Tiktok
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Our Best Goalkeeper ๐Ÿฅฐ

YOU TUBE ORO ARSENAL๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Raayis Instagram irratti Maxxansa Gyokeres Like godhee jira
Hawwii hunda keenyaa!๐Ÿ˜ณ
Waan hundumaafuu galatoomi KTโค๏ธ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐ŸšจMaaks Doowmaan bara itti aanu uffannaa lakkoofsa 99 uffachuu danda'a jechuun [AFN] gabaasee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Taphattoota ciccimoo bara kanaa deeggartootaaf kilaba keenya irraa taphattoonni 5 kaadhimamanii jiru!


โœ… Deeviid Raayaa
โœ… Gaabreel
โœ… Wiiliyaam Saalibaa
โœ… Deeklaan Raayis
โœ… Bukaayoo Saakaa


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Happy Birthday to Our former goalkeeper Petr Cech, who turns 43 today! ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฟ
Forwarded from Quality Button
Suuraawwan quality 4k ta'an argachuuf

Suuraawwan wallpaper bilbilaa fi 'PC' f ta'an kan taphattootaa fi kilaba keenyaan wal qabatan argachuu ni barbaadduu?

Chaanaalli kun isiniif๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/+QdER71p69QM3ZGE0
https://t.me/+QdER71p69QM3ZGE0
๐ŸšจArsenal Duo Max Dowman (15) fi Jack Porter (16) garee England U17 UEFA Euros Albaaniyaatti geggeeffamuuf Waamamaniiruโœ…๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ

โŒ› Tapha jalqabaa England harโ€™a saโ€™aa 1:00 (LT)irratti Belgium waliin ni taphata.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸšจAndrea Bertaan Taphattoota sarara fuulduraaf namoota 15 ol dubbisee jira.

[Hands of Arsenal]
๐Ÿšจ||Torbee kana mariin waliigaltee Toomaas Paartee waliin taasifamaa ture cimee jira. Bakka bu'aan Paartees tapha Dilbaata irratti argameera. Gama lachuu furmaata barbaaduuf hojjechaa jiru.

Waliigaltee irra yoo hin geenyellee parteen Landan turu barbaada!

[Chaarlis Waatis].

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Top 5 Central midfielders 2024/25
According to Score 90 โญ๏ธ

5th Place๐Ÿ˜” #DR41

โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Merinoo hadhaa warraa isaa waliin Instagram irratti

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โœ…Gaareen Dubartootaa Arsenaal Guyyaa 4 boodaa Baarseloonaa waliin Taphaa xummuraa Shaampiyoonsi liigii nii Taphaatu

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Channel Member 15K olii fi View 1k per day kan qabdan @Abi_Jss irra naaf barreessaa!
Andiree Bertaan torbeewwan dura waa'ee haala Roodriigoo odeeffannoo kilabicha gaafate. Taphataan kun murtee osoo hin murteessiin dura Xaavii Aloonsoo waliin ni haasa'a. Riyaal Maadriid taphaticha gurguruuf yoo murteessan paawundii miiliyoona 80 ni barbaadu

- hand of Arsenal
โญ๏ธGet money even if you win or lose!

Guyyaa guyyaan hanga 12%  cashback 
Taphni kan keessan  badhaasni kan keessan jechuun ni danda'ama ๐ŸŽฎ๐Ÿ’ฐ.

Link โžก๏ธ https://shr.et/HabtamOroArs

๐Ÿ’ฏ๐Ÿ˜€ Mo'attus mo'amtus yeroo hunda nu waliin mo'ataadha! Taphadhaa guyyaa guyyaan hanga 12% cashback argadhaa.

Odeeffannoo fi gaaffii yoo qabaattan kara  bilbiila ๐Ÿ‘‰0989544444kana irratti Nuuf bilbilaa!

โ€”โ€”โ€”๐Ÿ‘‰โ—๏ธ| Bet Responsibly | 21+โ—๏ธ ๐Ÿ‘ˆโ€”โ€”โ€”

habtam.bet
Telegram โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ | Facebookโค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ | Tiktok
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Rice Rice Baby ๐Ÿคโค๏ธ
Eddie Nikeetaa' n tapha amma taphatamaa jiru irratti galchii 2 walitti aansuun lakkoofsise