433 US
2.78K subscribers
1.37K photos
167 videos
222 links
Welcome to 433 american! We provide comprehensive coverage of global football. From USπŸ‡ΊπŸ‡Έ

#unofficial
Download Telegram
Warrior ! πŸ”₯πŸ‡΅πŸ‡Ή
πŸ”₯1
Who says No? πŸ’™β€οΈ
βœ…Taphni Supar Kaappii Awurooppaa PSG fi Tootenhaam gidduutti kan taphatamu ta'a.
❀4
βœ…Fooddaan jijjiirraa taphattootaa bara 2025 ifatti banameera !
πŸ‘4
πŸ† CHAMPION πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ…πŸ…πŸ…

Poorchugaal Liigii Biyyoota Awurooppaa bara 2024/25 πŸ”₯πŸ”₯ πŸ† injifataa ta'uu ishee mirkaneessite

Deeggartoonni Poorchugaal hundi baga gammaddan πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ«‘
❀3
Champions❀️πŸͺ„πŸͺ„πŸ†πŸ†
❀8
Waggoota 19 dura guyyaa har'aa Kiristiyaanoo Roonaaldoon goolii jalqabaa isaa waancaa addunyaa irratti lakkofsiisuu danda'ee ture.
Cr_7πŸ”₯πŸ‘πŸ‘πŸ‘
πŸ₯°6❀2
🚨BREAKING

Oduu Gaddaa😭

Taphataan sarara fulduraa Liivarpuul lammii Porchugaal kan tahe Diyaagoo Jootaan balaa konkolaatan lubbuun isaa akka darbe gabaafameera
😒35❀1
433 US pinned a photo
Guyyaa 5 duraπŸ˜­πŸ’”
😒6
πŸ‡΅πŸ‡Ή Kiristiyaanoo Roonaaldoo fuula Instaagiraama isaa irratti:

''Hiika tokkollee hin qabu. Dhiheenya kana garee biyyaalessaa keessatti waliin turre, dhiheenya kana gaa'ela dhaabbatte. Wantoonni akkamitti battalumatti jijjiiramuu akka danda'an nama gaddisiisa; Maatii keessan, haadha manaa keessanii fi ijoollee keessaniif gadda guddaan qaba. Yeroo hundumaas isaan waliin akka taatan mirkanaa'adha. RIP Diyeegoo fi Andiree, yeroo hunda isin dhabna.''
❀6
βœ…Balaa konkolaataa cimaa Diyeegoo fi obboleessa isaa muudate. Akkuma argitan konkolaatichi guutumaan guututti badeera. Wanta namni irraa ni hafa jedhamee hin yaaddamne πŸ’”
❀7
βœ…Tapha xummuraa geeba kilaboota Adunyaa

04:00 πŸ”° Chelsii PSG waliin

πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
❀6
Arsenaal fi Ispoortiing dhimma jijjiirraa Viktor Yookereesh irratti waliigaltee irra gahuuf dhiyaataniiru, amma bonasii dabalataa irratti marii irra jiruu jedhameera.

#DaavidOrnsetin
πŸ”₯6
Arsenaal fi Ispoortiing dhimma jijjiirraa Viktor Yookereesh irratti waliigaltee irra gahuuf dhiyaataniiru, amma bonasii dabalataa irratti marii irra jiruu jedhameera.

#DaavidOrnsetin
❀13
Carraan Roodrigoon Riyaal Maadriid gad dhiisuuf qabu bal'achaa dhufeera, garuu rakkoon bakka bu'aan taphatichaa Abbaa isaati,Abbaan isaa nama jijjiirraa taphattoota irratti muxannoo hin qabne waan ta'eef, taphicha Riyaal Maadriid keessatti hidhamee turaa akka jiru gabaafameera, Liivarpuul kilaba taphaticha fudhachuuf fedhii ol'aanaa qaban keessaa tokkoodha.

✍️ Been Jacobs
❀16
βœ…οΈKylian mbappen real madrid keessatti uffata lakkoofsa 10 akka uffatu murtaa'eera jechuun Fabrizio romanon gabaasera.


β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•    βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰  αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ‘28❀19πŸ‘7πŸ”₯3