Sinqii baraa
780 subscribers
238 photos
5 videos
12 files
675 links
Ofii keeti amani
Hundinuu akka danda'amu bekki
Jireenyi kee Karaa hundaan guutuu haa tahuuAbdii hinkutatiin.Hin danda'u Waanti jedhu si dhaabbu hinqabu.Jechoota ergaa of keessaa qabanii fii irraa barataan isin biraan..
Leave jechuun dhorka


@DeraraM7
Download Telegram
Sheekhul Islaam Ibnu Teymiyaan( rt) akkana je'e:

" Namni qabeenya Duniyaa akka harree yaabbatee deemuunii ykn mana fincaanii kan itti dhimma bahuutti fudhatuu qaba.
Duniyaa dantaa dhabuu jechuun isa kana.
  Harki guddaan arra qabeenya  kaayyoo jiraatuuf godhannaan horiin isaan yaabbate.
Garguddaa yaada isaanii godhatan waan taheef kheyriin hedduun isaan dabarti.๐Ÿ—๐Ÿฌ๐Ÿฃ๐Ÿฆฎ๐Ÿซ
Speak the truth, Even if your voice Shakes.
Dhuggaa dubbadhu osuma sagaleen ke kan ollatu ta'e
ู‚ูู„ ุงู„ุญู‚ูŠู‚ุฉ ุญุชู‰ ูˆุฅู† ูƒุงู† ุตูˆุชูƒ ูŠุฑุชุฌู
โœ” Waan barbaaddu tokko jala yoo hin deemne, goonkuma hin argattu.

โœ” Yoo hin gaafatin, Yeroo hunda deebin "NO" dha.

โœ” Yoo fulduratti hin tarkaanfanne,  Yeroo hunda bakkuma tokko teessa.
Kanaaf ilaalcha kee sirreffatte ful-duratti tarkanfachuu qabda
AMALOOTA GAMMACHUUF

1. Gaarummaa qabaadhu
2. Nyaata gaarii nyaachuu
3. Sochii qaamaa gochuu
4. Xiinxala
5. Dhugaa dubbadhu
6. Abjuu guddaa abjuu
7. Obsa qabaadhu
8. Yeroo baayyee kolfaa
9. Of jaalladhu
10. Dhiifama casily
11. Galata argisiisi
12. Waan gaarii yaadi
13. Bishaan baayโ€™ee dhuguu
14. Ofitti amani
15. Sammuu banaa qabaadhu
16. Fedhii kee dursi
17. Cxcuses hin godhinaa
18. Waaโ€™ee namoota biroo gaarii dubbadhu
19. Hubachuuf dhaggeeffadhu
20. Sodaa irra amantii filadhu
21. Ammatti akka gaariitti fayyadami
@ofiiyaadi
@ofiiyaadi
#jion_us_for_more๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ
@yeroo kee borii keetiif itti fayyadamii ..gubi๐Ÿ’ช santu seeraa
@ofiiyaadi
๐Ÿ‘‰ Kayyoo kee daqiqaaโฐ takka fillee hin irraanfatiin.
Stay with your Goole, dream, hope. & Stay with yourself ๐Ÿ˜Š


@ofiiyaadi
@ofiiyaadi
waan boriif si fayyadu irraati busy of godhi.
hilmoocheee๐Ÿ˜ฑ
hilmoocheee๐Ÿ˜ฑ
hilmoocheee๐Ÿ˜ฑ
I'm waiting for you ๐Ÿ˜˜
@ofiiyaadi
@ofiiyaadi
โ˜‘๏ธBarnoota Jireenyaa muraasa


Namoota waa'ee mul'ataa fi yaada dubbatan malee waa'ee namoota biroo hin dubbataniin of marsi.

Jireenya kee keessatti namni ati argite hundi waan tokko si barsiisuu danda'a. Barumsa sana barachuun faayidaa siif ta'a.

Namoota gaarii naannoo keenya jiraachuun gatii guddaan waan isaan irraa argannu osoo hin taane sababa isaanii qofaan nama fooyya'aa ta'uudha. Kun humna waldaati.

Hammam gaarii yoo taate namoonni miiraa fi fedhii isaanii irratti hundaa'uun sitti murteessu.

Of kunuunsuun yeroo barbaachisu boqonnaa fudhachuu, Wantoota nu gammachiisan hojjechuu, Hariiroo badaa dhiisuu, Malu ta'uu keenya hubachuudha.

Yeroo Jireenyaa hunda itti gammadaa. Hin Qusatin.

#hubachuu
#barnoota jireenyaa
@siinqii_baraa
@ofiiyaadi
๐Ÿ’ฏ
ยฐ โ€ขstop overthinking and enjoy the present
moment before it becomes a memory<<<<๐ŸคŽ
แด€า“า“แด‡แด„แด›ษชแดษดTM kan jedhu:
๐Ÿฆ‹ยฐโ€ขMiira kee eeggachuu wayya
Garaa kee keessaa, .
Namoonni akka gaarii miti
Akkuma isinitti fakkaate.๐Ÿ˜ฐ

Xalayaa โ€œfuture-selfโ€ mataa keetii barreessuudhaaf yaaluun gorsa tokko tokko kunooti:
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Waan yaadachuu barbaaddu barreessi.

Waan yaadachuu hin barbaanne barreessi.

Waa'ee wantoota jaallattu barreessi.

Yeroo ammaa kana maaltu akka sitti dhagaสผamu yaadannoowwan barreessi.

Barumsa baratte barreessi.

Amma akkamitti adda akka taate ofii kee gara fuula duraa gaafadhu.

โœจJaalala
Forwarded from Personal Development (Ijarsa Sammuu)
โœ…๐——๐—ผ๐—ด๐—ผ๐—ด๐—ด๐—ผ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ Dhala Namaa ๐—ฏ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚ muraasa dubbisaa
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
โถ. ๐—ž๐—ฎ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚
Boqonnaan karoorfamuu qaba. Yoo kana hin taane, yeroo boqonnaa kee hunda siree irra ciisee, walduraa duubaan dura balaadhaaf saaxila. Daqiiqaa boqonnaa hunda barreessuun si hin barbaachisu, garuu yoo boqochuu barbaadde, yoo xiqqaate mulโ€™anni waliigalaa jiraachuu qaba.

โท.๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฎ๐—ป ๐˜๐˜‚๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚
Ayyaanni yeroo maatii fi hiriyootaaf of kennuudhaaf mijataa dha. Torban hojiitti hojiin sitti baayสผatee namoota si jaallatan wajjin yeroo dabarsuu hin dandeessu. Kanaaf dhuma torbanitti beenyaa kaffali, yoo kana hin taane namoota beektu fi hiriyoota kee dhabuudhaaf saaxilamta.

โธ.๐—ง๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐—ป๐—ผ๐—ผ๐—น๐—ผ๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ต๐—ถ๐—ฟ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚
Hawaasummaa keessa taa'aa.  networks guyyaa torbanittis ni dandeessu. Namoota deebii kennuu akka hin dandeenye beektu akeekkachiisi sammuu fi ija kee xiqqoo boqonnaa kenni.  Fakkeenyaaf, hojii bohaartii hawwataa taสผe of barbaadi ykn ispoortiidhaaf seena.

โน.๐—š๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚
Dhuma torbee boqonnaa qofa osoo hin taane, miira nama gammachiisu akka ta'e hin dagatinaa. Yeroo kanattidha ati, gaabbii malee, bashannana. Waan gammachuu guddaa siif fiduuf yeroo murteessii itti gammadi.

โžŽ.๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐—ต๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ฟ๐—ฎ๐—ณ๐˜‚๐˜‚
Namoota baay'eedhaaf dhuma torbee yeroo itti hirriba qabanidha. ฮ—o kanaan garmalee hin deeminaa. Walakkaa guyyaa rafuun humna akka hin daballee fi torban itti aanuuf humna akka si hin kaffalchiifne beekamaadha.

โž.๐—•๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐—ถ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ด๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ
Bashannanaa fi bashannanni yeroo hunda qisaasama maallaqaa miti. Hiriyyoota keessan waliin boqochuu ykn sagantaa bilisaa tokko tokko irratti hirmaachuu dandeessu. Maallaqa kee ogummaadhaan bulchi, waan xiqqoo irratti hin qisaasessin.

โž.๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป
Dhuma torbee irratti waa'ee jireenya kee yaaduu, bu'aa torban sanaa gabaabsuu, galma haaraa kaa'uu fi waan adda addaa qofa yaaduu qabda. Kanaaf yeroo ramaduu hin sodaatinaa.

โž‘.๐—ช๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ ๐—ต๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐˜†๐—ฒ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฎ ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚
Yeroo boqonnaa kee waa'ee hojii akka hin yaadne yaali. Yookiin karoora baasuu fi dhimmoota ariifachiisaa irratti yaaduuf yeroo murtaaโ€™e ramaduu. Akkasumas dhuma torbaniitti boqochuun akka si barbaachisu hin dagatinaa.

โž’.๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—ณ๐—ถ ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ
Torban cimaa booda ciiftee boqochuu qofa barbaadda. Kana of hin dhohin, garuu garmalee akka hin dabarre yaali.  Yoo hojii malee ta'uun nuffisiisaa fi dhimmamuu dhabuu fide - hatattamaan waan tokko hojjechuu jalqabi.  Yoo kana hin taane dhuma torbee qisaasessuu fi torbee hojii albuuda dhadhaa qabuun jalqabuu balaadhaaf saaxilamta.

โž“.๐—ง๐—ผ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ป ๐—ฑ๐—ต๐˜‚๐—ณ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚
Sana booda Wiixata karoora baafachuu fi galma torban sanaa kaaโ€™uu qabda. Tarree hojiiwwan hojjechuu qabdu tolchi, hangam gara galma keetii tarkaanfachuu akka qabdu barreessi. Milkaa'inaaf tarkaanfii jalqabaa kan ta'u karoora baasuudha. Isaan hin tuffatiinaa.

๐Ÿ‘‡โœ… Hojii eegalaa Odeeffannof join godhaa gaaffii qabdanis nu gaafadhaa Xiqqoon egaalaa Dursa leenji'uun gara isa itti Aanuttis daebaan dhaamsa Keenya

๐Ÿ‘‡โœ… Discuss nu waliin godhaa
https://t.me/+ymxQ2uHGnaljYjlk
Forwarded from Personal Development (Ijarsa Sammuu)
#Carraatti cimseen amana, yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkan argadhus nan amana.โ€ Toomaas jeefersen.

Sababa #shakkiin carraa argame of hin dabarsiin; carraan akka qoosatti har'a of dabarsite bor deebi'ee dhufuu dhiisuu mala waan taheef! Jireenya kee jijjiruuf hin sussukiin; ariifadhu! Guyyoonni akka milkaa'ina siif fidaniif teessee hin eegiin; guyyaa keessaatti milkaa'ina uumuuf tattafadhu!

Addunyaa gama hundaan fiigaa jirtu keessa taa'uun, wallaalummaa yoo ta'e malee beekumsa miti. Keesumaa dargaggoonni yeroo humna jabaa qabnu kanatti yoo fiigne nurraa bareeda! Haa tattafannu, fedhii jijjiramaa, fedhii guddachuu, fedhii nama dhiibbaa gaarii uumu ta'uu haa qabaannu!

Jireenyi filannoodha malee dirqii miti. Dirqiin kan rakkoo keessa gad si teesisu hin jiru, yoo si ta'e malee! Ati ofirratti dammaqnaan kan deebi'ee si raffisuu danda'u Suma mata keeti. Atimmoo maaf of raffiftaree? Maaf of gufattaree? Maaf diina ofitti taataree?

Lakki kun hin ta'u! Fira ofiif taatee waan siif malu argachuu qabda; jireenya siif malu jiraachuu qabda!... Hubaadhu ati kan duutu, gaafa dhaabbanniis ta'e, mootummaan si qacaruu dhiisu utuu hin taane gaafa ofii Kee irratti abdi kutattuudha! Amma abdi qabdutti hojii qabda!....Waan kamiyyuu Dhabi, abdi ofirraa hin kutiin...rakkoo hin qabu hiriyyaa, maatiif, namoota kan biroo irraa abdi kutadhu garuu matumaa Uumaaf ofii Kee irraa abdi kutachuu hin qabdu!

Sababni isaa Your are boss of your life! #Jijjiiramni waan namni dhuunfaan tokko yookaan qaamni biraan wayii namaaf hiixatu yookaan namaaf bocu osoo hintaane, ifaajaafi fedhii ofiitiin kan namaa argamudha.
Namoonni tokko tokko akka ati waliin turtuuf kan si eegan gammachuu dhiisun kan siif dhiphatan, irra deddeebin kan si kadhatan nama dhabanii ykn siin ala jiraachuu dadhabanii osoo hin taane, jaalalli kee waan booji'eefi/moo'ateefi. Ati garuu osoo kuni siif hin galin kan itti boontu taanan guyyaa tokko guyyaa murteesse, si yaaduu mitii akka ati uummamtellee dagachuu danda'a.

@hiriyyaa2
@hiriyyaa2
Forwarded from Walaa_Meme
Ashama jira jirtu kabajamtoota hordoftoota channel @walaa_meme nagaa keysanii?



Arra wan isin fayyadu barreeda takka qabannee dhufne jira.


Telegram yaroo amma kana akka malaqa irrati dalagan meeqa keysanii beeka jaalan keenya yaroo tun isin hin dabriini itti fayyadama

Warrii akka itti dalagan hin beynee akkasuma namni barachuu feetan comment nuuf godhaa .


Shear godhaati hiriyoota keysan kan jaalataniif gahaa

Galatooma
Forwarded from FAYYAA SAMMUU (Tolasaa Burqaa)
Dhiirotni hin fuune Shamarree kana yoo argitan..
1. Durba nama kamiyyuu biratti akka si jaallattu dubbachuudhaf kan ija hin laafne.
2. Durba fageenya kamirayyuu yoo jiraatte sirrati nama kan biraa kan hin daballe.
3. Durba akka hiriyaatti utuu hin taanee, akka abbaa manatti si kabajju.
4. Dubra akka Mootitti si kunuunsitu.
5. Durba hojii kamiyyuu, salphaa illee yoo ta'e sababii yaadakee kabajju qofaaf dursitee si mariisistu.
6. Durba hojjettee jijjiiramuutti kan amantu.

Kan harka jirtu waan kana hunda keessa 4 ol yoo qabaatte qabaa tolchi.
Yoo naannookee jiraatte ijakee banii ilaali.
Namni siif ta'u faanakee jala jiraachuu danda'a.
Wan sadii qofaan waan gaa'illikee borii jannata ta'uu hin danda'u.

#Waan namni biraan akka siif godhu barbaaddu dursii namaaf godhi.

Hospitalaa Amaanuโ€™el irraa

Join
@sammuukoof
@sammuukoof
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_577462374 ๐ŸŽ +2.5k Shares as a first-time gift
Forwarded from Walaa_Meme
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jira jirtu kabajamtoota fi jaalatomtoota hordoftoota keenya kuno Arra #Air drop takka list ta'e jira nutti

Eegala jannee wani isin Qadhacha jiruuf akka irra fayyadamtaniifi kuno Gatii Ajaa'ibatin List ta'e jira warri hanga amma

Air drop takka Hin eegalin Yoo jirtaan Link as jala isiniif keenya seenati irra fayyadam guyyaa dhiyoo keysati kan list ta'u ni jira link as jala jiruun dafaa egala ilmaan oromo


Mojor link๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡kuno

https://t.me/major/start?startapp=696932100

Hamster combat ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡kuno


https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId696932100

Citizen link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡kuno

https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=rp_24127070


Yaada fi Gaafi yo qabaatan keysan nu duubisa
Aswrwb
Akkam nagaa jirtuu
Forwarded from Sof Omar Tech Academy
๐Ÿ’ก Oduu Gammachiisaa โญ๏ธ
 
๐ŸŽ‰ Sof Omar Tech Academy โ€“ Tajaajila Barnoota Tekinooloojii Sadarkaa Addunyaa yeroo jalqabaatiif !

Akkaataa barnoota haaraa fi hojiirra oolmaa qabuun, mana barumsaa tekinooloojii biyya keessatti sadarkaa olaanaa taโ€™e Sof Omar Tech Academy magaalaa Roobee keessatti hundeeffameera.

Barnoonni keenya: โœ… Kutaa keessatti (in-person) ni kennama akkasumas โœ… Online (e-learning) irratti, marsariitii keenya academy.sof-omar.com fayyadamuun ni kennaama.

Muuxannoo barnootaa sadarkaa addunyaa taโ€™e argachuuf carraan ammayyaa kun isin hin darbin !

Barnoonni gurguddaan Sof Omar Tech Academy dhaan kennaman:


๐Ÿ’ป - Website Development

๐Ÿค– - Mobile Application Development

๐Ÿ’Ž - Artificial Intelligence (AI)

๐ŸŽ† - Graphic Design

๐ŸŒ‰ - Video Editing

โŒš๏ธ - Ogummaa Dijitaalaa (Digital Skills) garagaraa.

Ammuma galmaa'aa !!

๐Ÿ“ฑ Telegram: @sof_omar2
๐ŸŒ Website: academy.sof-omar.com

Sof Omar Tech Academy โ€“ Buโ€™uura Beekumsaa fi Hojii!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM