Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa misooma kooridarii magaalota 58 keessatti gaggeessaa jiru ''atattamaan'' akka dhaabu dhaabbatni mirga namoomaaf falmu gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ow1SElu

BBC News Afaan Oromoo
Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa misooma kooridarii fi buqqaatii namaa akka dhaabu Aministiin gaafate
Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa misooma kooridarii magaalota 58 keessatti gaggeessaa jiru ''atattamaan'' akka dhaabu dhaabbatni mirga namoomaaf falmu gaafate.
Qabsoo hidhannoo Oromootti makamee umurii dheeraa osoo hin turin qondaalota olaanoo ABO gara Somaaliyaa osoo imalanii Shinniga bakka jedhamutti dhuman keessaa Magarsaa Barii tokkoodha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RlPwZXI
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RlPwZXI
BBC News Afaan Oromoo
Magarsaa Barii: Gaggeesaan ABO qondaalota olaanoo wajjin Shinnigatti ajjeefame eenyu?
Qabsoo hidhannoo Oromootti makamee umurii dheeraa osoo hin turin qondaalota olaanoo ABO gara Somaaliyaa osoo imalanii Shinniga bakka jedhamutti dhuman keessaa Magarsaa Barii tokkoodha.
Ofii dandeettiin waraana Itoophiyaa biyyoota ollaa kan akka Ertiraa, Sudaan, Sudaan Kibbaa, Keeniyaa, Somaaliyaa fi Jibuutiin wal birratti yoo qabamte maal irratti argamtii?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tiGqQjn

Humni waraana Itoophiyaa biyyoota ollaa waliin sadarkaa maal irratti argama?
Ofii dandeettiin waraana Itoophiyaa biyyoota ollaa kan akka Ertiraa, Sudaan, Sudaan Kibbaa, Keeniyaa, Somaaliyaa fi Jibuutiin wal birratti yoo qabamte maal irratti argamtii?
Leenjisaan Astoon Viilaa Unaayi Emiree tapha deebii Viilaa Paarki irratti PSG waliin gaggeesinu irratti taphattoonni koo seenaa kilebichaa keessatti maqaa isaanii galmeessuuf taphachuu qabu jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eC3xRQL
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eC3xRQL
BBC News Afaan Oromoo
Taphattoonni Aston Viilaa galmee seenaa irratti of galmeessuuf taphatu- Unaay Emiree
Leenjisaan Astoon Viilaa Unaayi Emiree tapha deebii Viilaa Paarki irratti PSG waliin gaggeesinu irratti taphattoonni koo seenaa kilebichaa keessatti maqaa isaanii galmeessuuf taphachuu qabu jedhe.
Obbo Getaachoofi Pirof. Kindiyyaan qondaalota Tigraay mootummaa federaalaa waliin hariiroo gaarii qabu jedhamaniidha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EqKc4nB
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EqKc4nB
BBC News Afaan Oromoo
Obbo Getaachoofi Pirof. Kindiyyaan aangoo federaalaatti muudamuun TPLF biratti miira akkamii uume?
Obbo Getaachoofi Pirof. Kindiyyaan qondaalota Tigraay mootummaa federaalaa waliin hariiroo gaarii qabu jedhamaniidha.
Gabaasni Opta dorgommii kanarratti amma dura yeroo 47 gareen tokko tapha jalqabaa goolii 3 fi isaa oliin injifatee beeka, isaan keessaa yeroo afur qofa qabxiin kun jijjiirameera jedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Iz8MhyE
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Iz8MhyE
BBC News Afaan Oromoo
Gareen Shaampiyoonsi Liigiin sadiifi isaa oliin mo'amee tapha lammataa injifatee darbe jiraa?

Itoophiyaan bara haaraa dhufu irraa eegaluun boba'a biyya alaatii gara biyyaatti galchitu guutumatti baabura qofaan geejjibsiisuuf ta'uu waldaan Aksiyoona daandii baaburaa Itiyoo Jibuutii BBC'f mirkanneesse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EVcO1B0

Itoophiyaan bara dhufurraa eegalee boba'a guutumatti baabura qofaan gara biyya keessaatti fe'uuf
Itoophiyaan bara haaraa dhufu irraa eegaluun boba'a biyya alaatii gara biyyaatti galchitu guutumatti baabura qofaan geejjibsiisuuf ta'uu waldaan Aksiyoona daandii baaburaa Itiyoo Jibuutii BBC'f mirkanneesse.
Itoophiyaa fi waraana- Gaa'ila Hiikkaa barbaadan jechuun tibbana kitaaba isaanii kan maxxansiisan Let Jeneraal Yohaannis Gabremasqel Itoophiyaan seenaa ishee keessatti waraana malee jiraattee hin beektu jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZPdueKC
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZPdueKC
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa fi waraanni 'hiikkaa gaa'ilaa' raawwachuu qabu- Let Jen. Yohaannis G/Masqal
Itoophiyaa fi waraana- Gaa'ila Hiikkaa barbaadan jechuun tibbana kitaaba isaanii kan maxxansiisan Let Jeneraal Yohaannis Gabremasqel Itoophiyaan seenaa ishee keessatti waraana malee jiraattee hin beektu jedhan.
Gabaasni Opta dorgommii kanarratti amma dura yeroo 47 gareen tokko tapha jalqabaa goolii 3 fi isaa oliin injifatee beeka, isaan keessaa yeroo afur qofa qabxiin kun jijjiirameera jedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Iz8MhyE
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Iz8MhyE
BBC News Afaan Oromoo
Gareen Shaampiyoonsi Liigiin sadiifi isaa oliin mo'amee tapha lammataa injifatee darbe jiraa?
Gabaasni Opta dorgommii kanarratti amma dura yeroo 47 gareen tokko tapha jalqabaa goolii 3 fi isaa oliin injifatee beeka, isaan keessaa yeroo afur qofa qabxiin kun jijjiirameera jedha.
Elan Maask dureessa addunyaa kanaati. Nama teeknolojiidhaan hojiiwwan uumeefi dureeyyota gola angaa'ota siyaasaa olaanoo aangorra jiranii seenan muraasa keessaayi. Abbaan isaanii Erool Maask waa'ee ilmasaanii kana waan himan qabu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6YFXrWp
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6YFXrWp
BBC News Afaan Oromoo
Abbaan Elon Maask waa'ee ilmasaanii maal jedhan?
Elan Maask dureessa addunyaa kanaati. Nama teeknolojiidhaan hojiiwwan uumeefi dureeyyota gola angaa'ota siyaasaa olaanoo aangorra jiranii seenan muraasa keessaayi. Abbaan isaanii Erool Maask waa'ee ilmasaanii kana waan himan qabu.
Bara 2012 ture Ganatii Alamuu shamarreen ganna 15 hojjettee ofiisheefi maatiishee gargaaruuf mana warrasheetii baatee gara Magaalaa guddoo Libaanos Beeruutitti kan imalte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wlWEYI2
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wlWEYI2
BBC News Afaan Oromoo
'Mucaankoo maatii gargaaruuf biyyaa baatee achumaan dhabamte'- maatii
Bara 2012 ture Ganatii Alamuu shamarreen ganna 15 hojjettee ofiisheefi maatiishee gargaaruuf mana warrasheetii baatee gara Magaalaa guddoo Libaanos Beeruutitti kan imalte.
Godina Arsii Aanaa Jajuutti miseensi milishaa mana mana riifeensaatti namaa rifeensa muraa ture maaliif walgahii hin baane jechuun rasaasa itti dhukaasuun ajjeesse adabame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4smRc8o
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4smRc8o
BBC News Afaan Oromoo
Arsiitti milishaan nama rifeensa muraa ture 'maaf walgahii hinbaane' jechuun kilaashiin ajjeese akkamiin adabame?
Godina Arsii Aanaa Jajuutti miseensi milishaa mana mana riifeensaatti namaa rifeensa muraa ture maaliif walgahii hin baane jechuun rasaasa itti dhukaasuun ajjeesse adabame.
Aanaa Aleeksaandiroovaan garuu ergaa farra waraanaa omaatuu akka hin maxxansine himuun, dhimmichi waldhabdee lafaatiin kan kaka'ee ta'uu cimsitee dubbatte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JygCawV
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JygCawV
BBC News Afaan Oromoo
Raashiyaatti dubartiin ollaasheen waldhabde waa'ee waraana Raashiyaa oduu sobaa babl'isuun eeramte hidhaa buute
Aanaa Aleeksaandiroovaan garuu ergaa farra waraanaa omaatuu akka hin maxxansine himuun, dhimmichi waldhabdee lafaatiin kan kaka'ee ta'uu cimsitee dubbatte.
Humni Addaa Sudaan (RSF) mootummaa Sudaan Humna Waraanaan hogganamu cinaatti mootummaa biraa hundeessuu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TiMyxq7
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TiMyxq7
BBC News Afaan Oromoo
Humni Addaa Sudaan (RSF) mootummaa ofiisaa hundeessu ibse
Humni Addaa Sudaan (RSF) mootummaa Sudaan Humna Waraanaan hogganamu cinaatti mootummaa biraa hundeessuu beeksise.
Arsenaal Roobii har'aa gara Ispeen imalee Riyaal Maadriid waliin falmata, torbee darbe marsaa jalqabaan goolii 3 fi 0 dhaan injifate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ARaX9Un
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ARaX9Un
BBC News Afaan Oromoo
Chaampiyoonsi Liigii: Pirimer Liigii keessaa Arsenaal qofatu hafe, dorgommiin walakkaa xumuraa garamitti qajeela?
Arsenaal Roobii har'aa gara Ispeen imalee Riyaal Maadriid waliin falmata, torbee darbe marsaa jalqabaan goolii 3 fi 0 dhaan injifate.
Keeniyaatti namoonni afur kan goondaa baay'ee barbaadamaa ta'an dhibbaan lakkaa'aman gara biyya biraatti dabarsuuf yaalan jedhaman yakki urratti murtaa'e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/M0ya2qI
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/M0ya2qI
BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaatti namoota goondaa dhibbaan lakka'aman hataniitti murtaa'uun ibsame
Keeniyaatti namoonni afur kan goondaa baay'ee barbaadamaa ta'an dhibbaan lakkaa'aman gara biyya biraatti dabarsuuf yaalan jedhaman yakki urratti murtaa'e.
Kileboota biyyoota shanii waliin waancaa 20 kan mo'ate Kaarloo Anchelootii Riyaal Maadirid waliin seenaa haaraa galmeessuuf jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m5i8Hdb
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m5i8Hdb
BBC News Afaan Oromoo
'Kaarliittoo', leenjisaan Riyaal Maadirid Arsenaal haaloo bahuuf dhaadatan Anchelootiin eenyu?
Kileboota biyyoota shanii waliin waancaa 20 kan mo'ate Kaarloo Anchelootii Riyaal Maadirid waliin seenaa haaraa galmeessuuf jedhan.
Ameerikaan imbaasii ishee Ertiraa jiru dabalatee waajjiraalee dippiloomaasii addunyaa mara irraa qabdu cufuuf akka jirtu Rooyitarsi sanada waajjira dhimma alaa biyyattii wabeeffachuun gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xFrc0Rt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xFrc0Rt
BBC News Afaan Oromoo
US Ertiraa dabalatee imbaasiiwwan fi qontsilaawwan biyyoota 27 keessaa qabdu cufuuf
Ameerikaan imbaasii ishee Ertiraa jiru dabalatee waajjiraalee dippiloomaasii addunyaa mara irraa qabdu cufuuf akka jirtu Rooyitarsi sanada waajjira dhimma alaa biyyattii wabeeffachuun gabaase.
Tibba kana Maadriiditti jechi afaan Ispeeni 'La Remontada' jedhu irra deddeebiin deeggartoota Riyaal Maadriidiifi taphattoota garichaarraa dhagaahama. Hiikni isaa dubbii garagalchuu akka jechuuti. Maadriid ni milkaahaa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mrWOzYw
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mrWOzYw
BBC News Afaan Oromoo
'La Remontada', qabxii garagalchuu- jecha Maadriiditti miira ho'aan dhagaahamu
Tibba kana Maadriiditti jechi afaan Ispeeni 'La Remontada' jedhu irra deddeebiin deeggartoota Riyaal Maadriidiifi taphattoota garichaarraa dhagaahama. Hiikni isaa dubbii garagalchuu akka jechuuti. Maadriid ni milkaahaa?
Qabsoo hidhannoo Oromootti makamee umurii dheeraa osoo hin turin qondaalota olaanoo ABO gara Somaaliyaa osoo imalanii Shinniga bakka jedhamutti dhuman keessaa Magarsaa Barii tokkoodha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/J0VWBtd