Dubartiin lammii Hindii abbaa warraashee cidha booda bakka bashannanaaf deemaniitti haala suukaneessaan ajjeesuun hordofamaa turte achi buuteen ishee erga dhabamee booda harka kennitte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/91wNrEF

BBC News Afaan Oromoo
Misirroon cidha booda abbaa warraashee ajjeesuun shakkamtee to'atamte
Dubartiin lammii Hindii abbaa warraashee cidha booda bakka bashannanaaf deemaniitti haala suukaneessaan ajjeesuun hordofamaa turte achi buuteen ishee erga dhabamee booda harka kennitte.
Arsenaal goolii eegaa haaraa adamsuu eegale, Niiwkaasil Mohaammad Kuddus fiduuf socho'aa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/z2fFIbx
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/z2fFIbx
BBC News Afaan Oromoo
Oduu Jijjiirraa: Arsenaal goolii eegaa Niiwkaasil immoo Mohammad Kuddus adamsaa jira
Arsenaal goolii eegaa haaraa adamsuu eegale, Niiwkaasil Mohaammad Kuddus fiduuf socho'aa jira.
Humnoota Tigraay keessaa bahanii waraana ofii ijaaraa kan jiran Birgaader Janaraal G/Igzaaber Bayyanaa (Waddi Anxiruu) ''waan haaraa uumuuf'' gara gammoojjii seenuu dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZinkERu
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZinkERu
BBC News Afaan Oromoo
Janaraalli TPLF mormuun qabsoo hidhannoo eegalan maal jedhu?
Humnoota Tigraay keessaa bahanii waraana ofii ijaaraa kan jiran Birgaader Janaraal G/Igzaaber Bayyanaa (Waddi Anxiruu) ''waan haaraa uumuuf'' gara gammoojjii seenuu dubbatan.
Qabeenyishee nama abbaa warraashee tureen jalaa fudhatamuufii haqa dhabuushee miidiyaatti baatee kan dubbate Atileet Galatee Burqaa ijoo dubbii miidiyaalee taaterti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3LwjH1x
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3LwjH1x
BBC News Afaan Oromoo
"Akka federeeshiniittis akka dhuunfaattis Atileet Galatee Burqaa cinaa jirra"

Fiilimii Afaan Oromoo mata-dureen isaa 'Solannee' jedhu tibbana badhaasa sadarkaa idil-addunyaa' Charlottes Black Film Festival' jedhu injifate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yp2LT0Q

Fiilmii badhaasa sadarkaa addunyaa injifate kan barreessite Keeyeroon Darajjee maal himti?
Fiilimii Afaan Oromoo mata-dureen isaa 'Solannee' jedhu tibbana badhaasa sadarkaa idil-addunyaa' Charlottes Black Film Festival' jedhu injifate.
Peep Gaardiyoolan guyyaa har'aa Yuunivarsiitii Manchestaritti argamuun badhaasa kennameef yeroo fudhatu ijji isaa imimmaanin guutee waa'ee Gaazaa dubbate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/o1L28dK
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/o1L28dK
BBC News Afaan Oromoo
Gaardiyoolan badhaasa digrii kabajaa kennameef irratti waa'ee Gaazaa imimmaanin dubbate
Peep Gaardiyoolan guyyaa har'aa Yuunivarsiitii Manchestaritti argamuun badhaasa kennameef yeroo fudhatu ijji isaa imimmaanin guutee waa'ee Gaazaa dubbate.
Osmaan Dembeelee badhaasa kubbaa miilaa guddicha Ballon d'Or Fulbaana keessa gaggeeffamurratti taphattoota mo'achuu malu jedhamanii maqaan isaanii ka'aa jiru keessaa durarra jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YeRJUBE
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YeRJUBE
BBC News Afaan Oromoo
Taphataa haati-warraa bakka kufee kaastee hanga Ballon d'Or kaadhimamuutti geessifte

Pirezidantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad namoota MM Abiy Ahimad gara aangootti dhufusaanii hordofuun aangoo olaanaa mootummaa qabatan keessaa tokko.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3agBkz2

Naannoo Somaaleetti ''miirri foxxoquu hafeera jechuun ni danda'ama'' - Pir. Musxafee
Pirezidantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad namoota MM Abiy Ahimad gara aangootti dhufusaanii hordofuun aangoo olaanaa mootummaa qabatan keessaa tokko.
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa waggoota darban gabaasa waldhahu baasaa ture jechuun qeeqan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CdWFp5w
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CdWFp5w
BBC News Afaan Oromoo
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gabaasa waldhahu baasaa ture - MM Abiy
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa waggoota darban gabaasa waldhahu baasaa ture jechuun qeeqan.
Jaarmiyaan UN dhimma fayyaa walhormaataa irratti hojjetu- UNFPA uummata addunyaa keessaa miiliyoonaan kan lakkaa'aman daa'imman hanga fedhan godhachaa hin jiran jechuun kanaanis yaadda'uu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RUz12hl
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RUz12hl
BBC News Afaan Oromoo
Addunyaarratti hormaatni maaliif 'haala hin eegamneefi nama yaaddessuun' hir'ate?
Jaarmiyaan UN dhimma fayyaa walhormaataa irratti hojjetu- UNFPA uummata addunyaa keessaa miiliyoonaan kan lakkaa'aman daa'imman hanga fedhan godhachaa hin jiran jechuun kanaanis yaadda'uu ibse.
Ameerikaafi Israa'eel marii dhimma nikularaa fayyadamuun kiyyoo keessa galchuuf barbaadaa akka jiran Iraan himatte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EI8wfDt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EI8wfDt
BBC News Afaan Oromoo
'US fi Israa'el maqaa marii nikularaa jedhuun kiyyoo na galchuu barbaadu' - Iraan
Ameerikaafi Israa'eel marii dhimma nikularaa fayyadamuun kiyyoo keessa galchuuf barbaadaa akka jiran Iraan himatte.
Osmaan Dembeelee badhaasa kubbaa miilaa guddicha Ballon d'Or Fulbaana keessa gaggeeffamurratti taphattoota mo'achuu malu jedhamanii maqaan isaanii ka'aa jiru keessaa durarra jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YeRJUBE
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YeRJUBE
BBC News Afaan Oromoo
Taphataa haati-warraa bakka kufee kaastee hanga Ballon d'Or kaadhimamuutti geessifte
Osmaan Dembeelee badhaasa kubbaa miilaa guddicha Ballon d'Or Fulbaana keessa gaggeeffamurratti taphattoota mo'achuu malu jedhamanii maqaan isaanii ka'aa jiru keessaa durarra jira.
Baajata waliigalaa mootummaa federaalaa bara itti aanuuf qabame keessatti haala hin baratamneen deeggarsi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee osoo hin dabalamiin dhiyaateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WnJX6iQ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WnJX6iQ
BBC News Afaan Oromoo
Bajata ALI 2018f qabame keessatti deeggarsi Oromiyaa biliyoona 108 gahe, Finfinneef hin qabamne
Baajata waliigalaa mootummaa federaalaa bara itti aanuuf qabame keessatti haala hin baratamneen deeggarsi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee osoo hin dabalamiin dhiyaateera.
Gareen biyyaalessaa Senegaal tapha michoomaaf gara Ingilaand imalee dirree Siity Giraawunditti 3-1n injifate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8K1gpPM
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8K1gpPM
BBC News Afaan Oromoo
Senegaal Ingilaandiin injifachuun biyya Afrikaa jalqabaa taate

Israa'elitti Ambaasaaddarri Ameerikaa Maayik Hakaabii gara fuulduraatti biyyya Filisxeem hundeessuuf ''biyyoonni Musliimaa" lafa isaaniirraa hanga muraasa kennuufii qabu jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OdvUieH

'Biyyoonni Musliimaa lafa Filisxeemiif haa kennan'- Israa'elitti Ambaasaaddara Ameerikaa
Israa'elitti Ambaasaaddarri Ameerikaa Maayik Hakaabii gara fuulduraatti biyyya Filisxeem hundeessuuf ''biyyoonni Musliimaa" lafa isaaniirraa hanga muraasa kennuufii qabu jedhan.
Du'aa kaadhimaasaa kan turte shamarree Qananii Addunyaatiin shakkamuun Bitootessa darbe poolisiidhaan kan too'atamee Artist Andu'aalam Gosaa wabiidhaan bahe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XkJfUgD
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XkJfUgD
BBC News Afaan Oromoo
Artist Andu'aalam Gosaa turtii ji'oota sadii booda wabiidhaan hidhaarraa bahe
Du'aa kaadhimaasaa kan turte shamarree Qananii Addunyaatiin shakkamuun Bitootessa darbe poolisiidhaan kan too'atamee Artist Andu'aalam Gosaa wabiidhaan bahe.
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad nageenya biyyattii booressuu keessatti dureeyyiin harka 60 caalaa qooddatu jedhan
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/d4Wltaw
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/d4Wltaw
BBC News Afaan Oromoo
'Isin bosonatti maallaqa hin erginaa, nuti ammoo kan karaa nagaan dhufu ni simanna'- MM Abiy
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad nageenya biyyattii booressuu keessatti dureeyyiin harka 60 caalaa qooddatu jedhan
Du'a kaadhimaa isaa Qananii Addunyaan shakkamee ji'a sadii mana murtii kan deddeebi'aa ture Artist Andu'aalam Gosaa wabiidhaan bahuu isaa akka morman maatiin Qananii BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CS0c3Ej
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CS0c3Ej
BBC News Afaan Oromoo
'Qananii lammaffaa ajjeesan, dhiigas dhugaas hin arganne' - Obbo Addunyaa