Awustiraaliyaa keessatti kanaan booda yeroo hojiin alatti ergaa qaama isaan qacare irraa ergamuufitti dhiphachuun hafeera. Lammiileen biyyattii mirga akkanaa argataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x1QsfCT

BBC News Afaan Oromoo
Lammiileen Awustiraaliyaa sa'aatii hojiin alatti mirga 'hariiroo hojii adda kutuu' argatan
Awustiraaliyaa keessatti kanaan booda yeroo hojiin alatti ergaa qaama isaan qacare irraa ergamuufitti dhiphachuun hafeera. Lammiileen biyyattii mirga akkanaa argataniiru.
Intarneetiin sababii mootummoota abbaa hirree ykn miidhaa shaarkiitiin akkasumas dogongora nama dhunfaa tokkootiin rakkoon mudachu danda’a.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3UiGWFs
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3UiGWFs
BBC News Afaan Oromoo
Osoo tajaajilli interneetii adda citee addunyaan maal fakkaachuu dandeessi?
Intarneetiin sababii mootummoota abbaa hirree ykn miidhaa shaarkiitiin akkasumas dogongora nama dhunfaa tokkootiin rakkoon mudachu danda’a.
Hamaasiifi Israa'el gidduutti waraanni erga eegalee ifatti Hamaasiin jajjabeessaa kan ture Hezbollaan, dachee Libaanos keessaa haleellaa darbee darbee gara Israa'elitti taasisu Dilbata kaleessaa sadarkaa biraatti guddiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aq5k8H7
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aq5k8H7
BBC News Afaan Oromoo
Netaaniyaahuufi hogganaan Hezbollaa Hasan Nasrallaa duula walitti banuu booda maal jedhan?
Hamaasiifi Israa'el gidduutti waraanni erga eegalee ifatti Hamaasiin jajjabeessaa kan ture Hezbollaan, dachee Libaanos keessaa haleellaa darbee darbee gara Israa'elitti taasisu Dilbata kaleessaa sadarkaa biraatti guddiseera.
Tibba kana Itoophiyaatti imaltootni xiyyara keessatti jeequmsa uuman himatni yakkaa irratti gaggeeffamaa jira. Ofii wantootni buufata xiyyaaraa keessatti isin danquu danda'an maal fa'i?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9rPNwHt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9rPNwHt
BBC News Afaan Oromoo
Wantoota saddeet buufata xiyyaaraatti si danquu danda'an
Tibba kana Itoophiyaatti imaltootni xiyyara keessatti jeequmsa uuman himatni yakkaa irratti gaggeeffamaa jira. Ofii wantootni buufata xiyyaaraa keessatti isin danquu danda'an maal fa'i?
Uummanni naannoo miidhaan itti qaqqabee waraabessa 14 kan ajjeesan yemmuu ta’u, har’as guyyaa lammaffaaf adamsaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5ZD8wQX
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5ZD8wQX
BBC News Afaan Oromoo
Magaalaa Shaggaritti waraabessi lubbuu daa’imaa galaafannaan hawaasni waraabessa adamsuu eegale
Uummanni naannoo miidhaan itti qaqqabee waraabessa 14 kan ajjeesan yemmuu ta’u, har’as guyyaa lammaffaaf adamsaa jiru.
Ministirri Muummee Abiy balbala bishaan ittisuu fi dhangalaasuu to'achuuf hojjetame (spillways) wayita hojii eegalsiisan bishaanni biyyoota yaa'a gadiirraa hir'atu akka hin jirre dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/05KswqR
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/05KswqR
BBC News Afaan Oromoo
Hidhi haaromsaa sekondiitti bishaan meetir kuubii 2,800 gadhiisu akkamiin Masrii fi Sudaaniif oduu aagaa ta'e?
Ministirri Muummee Abiy balbala bishaan ittisuu fi dhangalaasuu to'achuuf hojjetame (spillways) wayita hojii eegalsiisan bishaanni biyyoota yaa'a gadiirraa hir'atu akka hin jirre dubbatan.
Qondaaltonni akka jedhanitti ga'eessi umrii waggaa 39 kun kan to'atame ergaawwan karaa toora Telegram waliif ergamaniin walqabatee akkaataa qabiinsa iccitii dhuunfaarratti dabi raawwatameera kan jedhuun yoo ta'u, poolisiinis ajaja hidhaa irratti ba'e qabatee nama kana eeguun to'ate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TK69x8S
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TK69x8S
BBC News Afaan Oromoo
Hundeessaan Telegiraamii Paaveel Duroov eenyu?
Qondaaltonni akka jedhanitti ga'eessi umrii waggaa 39 kun kan to'atame ergaawwan karaa toora Telegram waliif ergamaniin walqabatee akkaataa qabiinsa iccitii dhuunfaarratti dabi raawwatameera kan jedhuun yoo ta'u, poolisiinis ajaja hidhaa irratti ba'e qabatee…
Raashiyaan haleellaa walirraa hin cinne Yukireen irratti gaggeessaa jirtu guyyaa lamaaf itti fufteetti. Ganama kana akeekkachiifni qilleensaa haleellaan gaggeeffamaa kan dhaga’ame yoo ta’u, xiyyaarri Raashiyaa misaa’eloota hayipparsoonik dhukaasuu isaa hordoffii taasisaa jirtuun Yukireen hubatteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cKAygvY
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cKAygvY
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Raashiyaa-Yukireen: Haleellaa jabaa Raashiyaan Yukireen irratti gaggeessitu guyyaa lamaffaa itti fufeera - BBC News Afaan…
Raashiyaan haleellaa walirraa hin cinne Yukireen irratti gaggeessaa jirtu guyyaa lamaaf itti fufteetti. Ganama kana akeekkachiifni qilleensaa haleellaan gaggeeffamaa kan dhaga’ame yoo ta’u, xiyyaarri Raashiyaa misaa’eloota hayipparsoonik dhukaasuu isaa hordoffii…
Magaala Haramayaatti dhalatee Kan guddate wellisaa Elemoo Alii tibbana albama sirbaa 14ffaa ‘Teenya Urjiin’ jedhu yeroo duraaf biyya keessatti eebbisiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/opzaQxW
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/opzaQxW
BBC News Afaan Oromoo
'Kana booda ofii sirbuurra warra duubaa dhufu karaa agarsiisuurrattin hojjedha' - Art Eelemoo Alii
Magaala Haramayaatti dhalatee Kan guddate wellisaa Elemoo Alii tibbana albama sirbaa 14ffaa ‘Teenya Urjiin’ jedhu yeroo duraaf biyya keessatti eebbisiise.
Haata’u malee, Itoophiyaatti miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamu bakka waraanniifi walitti bu’insi jiru keessatti qofa miti. Yeroo walitti bu’insi hin jirrettis Itoophiyaa keessatti irra deddeebiin miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y1oWCSZ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y1oWCSZ
BBC News Afaan Oromoo
Daa’ima Heevanii hanga haadha ijoollee lamaa Ayyaantuutti miidhaa saalaa dubartootaa ‘dhaga’uuf gurratti ulfaatan’

Daandiin Qillensaa Itoophiyaa imala gara Hargeessaa godhu irratti ibsa maqaa fayyadamu akka sirreessu gaaffii mootummaan Somaaliyaa dhiyeesse simatee sirreefama godhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OeinfWK

Waamama Hargessaarratti komii Somaaliyaan dhiyeessite Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa simate
Daandiin Qillensaa Itoophiyaa imala gara Hargeessaa godhu irratti ibsa maqaa fayyadamu akka sirreessu gaaffii mootummaan Somaaliyaa dhiyeesse simatee sirreefama godhe.
Hoteelli qarqara galaanaa odola Ayiil of Maan jedhamu keessatti argamu cancala yakkaa doolaara miiliyoonaan lakkaa'amu lammiilee Chaayinaarraa waliin dhahu qabaachuu qorannoon BBC gabaaseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7XH2E9R
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7XH2E9R
BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbata Chaayinaa odola xiqqootii km8000 irraa doolaara miiliyoonaan waliin dhahu BBC'n saaxile
Hoteelli qarqara galaanaa odola Ayiil of Maan jedhamu keessatti argamu cancala yakkaa doolaara miiliyoonaan lakkaa'amu lammiilee Chaayinaarraa waliin dhahu qabaachuu qorannoon BBC gabaaseera.
WBO waamicha nagaa uummata Shawaa Kaabaa ilalachise ibsa baaseen waamichi nagaa qaamolee mootummaan qindaa'ee jedhe. Manneen barnootaa gube jedhamuus olola jechuun fudhatama dhabsiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K9gYuMb
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K9gYuMb
BBC News Afaan Oromoo
WBO waamicha nagaa uummata Shawaa Kaabaafi himanna manneen barnootaa gubuuf deebi kenne
WBO waamicha nagaa uummata Shawaa Kaabaa ilalachise ibsa baaseen waamichi nagaa qaamolee mootummaan qindaa'ee jedhe. Manneen barnootaa gube jedhamuus olola jechuun fudhatama dhabsiise.
Maatii Itoophiyaarraa kan dhalatan Ambaasaaddar Yohaannis Abrahaam ce'umsa pireezidantummaa kaadhimamtuu dhaaba Dimookraatotaa Kaamlaa Hariis akka hoogganan filataman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4C1fvX0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4C1fvX0
BBC News Afaan Oromoo
Ce'umsa pireezidantummaa Kaamlaa Hariis akka hogganan kan filataman Yohaannis Abrahaam eenyu?
Maatii Itoophiyaarraa kan dhalatan Ambaasaaddar Yohaannis Abrahaam ce'umsa pireezidantummaa kaadhimamtuu dhaaba Dimookraatotaa Kaamlaa Hariis akka hoogganan filataman.
Biiroon Fayyaa naannoo Somaalee nama Maaree Jaldeessaa (Mpox)iin qabamuu hin oolle jechuun shake adda baafamee akka turu gochuu beeksis.Mpox yaaddoo fayyaa hawaasaati jedhamuun Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO)n labsameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0oCT78G
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0oCT78G
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa Naannoo Somaaleetti namni Maaree Jaldessaan qabamuu shakkame adda baafame
Biiroon Fayyaa naannoo Somaalee nama Maaree Jaldeessaa (Mpox)iin qabamuu hin oolle jechuun shake adda baafamee akka turu gochuu beeksis. Mpox yaaddoo fayyaa hawaasaati jedhamuun Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO)n labsameera.
Itoophiyaatti ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa dhimmoota yeroo TPLF fi naannoo Tigiraayirratti aanga'oota naannichaa waliin mariyachaa jiraachuu waajirri pirezidantii bulchiinsa yeroo naannichaa Obbo Getaachoo Raddaa beeksiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/53OYhjd
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/53OYhjd
BBC News Afaan Oromoo
Ambaasaaddarri Ammerikaa dhimmoota yeroo TPLF fi Tigraayirratti aanga'oota naannichaa waliin dubbachaa jiru
Itoophiyaatti ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa dhimmoota yeroo TPLF fi naannoo Tigiraayirratti aanga'oota naannichaa waliin mariyachaa jiraachuu waajirri pirezidantii bulchiinsa yeroo naannichaa Obbo Getaachoo Raddaa beeksiseera.
Dhaabbileen tikaa fi odeeffannoo Itoophiyaafi Keeniyaa, hooggantootaa fi hidhattoota garee daangaa irratti akkasumas Keeniyaa keessatti hojii shororkeessummaa raawwatan qolachuurratti oppireeshinii gaggeessaa turan cimsanii itti fufuuf kallattii kaa'atan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LNje9iW
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LNje9iW
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan WBO lammiilee biyya alaa bute jechuun himatte, Waraanichi dhara jedhe
Dhaabbileen tikaa fi odeeffannoo Itoophiyaafi Keeniyaa, hooggantootaa fi hidhattoota garee daangaa irratti akkasumas Keeniyaa keessatti hojii shororkeessummaa raawwatan qolachuurratti oppireeshinii gaggeessaa turan cimsanii itti fufuuf kallattii kaa'atan.
Haata’u malee, Itoophiyaatti miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamu bakka waraanniifi walitti bu’insi jiru keessatti qofa miti. Yeroo walitti bu’insi hin jirrettis Itoophiyaa keessatti irra deddeebiin miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y1oWCSZ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y1oWCSZ
BBC News Afaan Oromoo
Daa’ima Heevanii hanga haadha ijoollee lamaa Ayyaantuutti miidhaa saalaa dubartootaa ‘dhaga’uuf gurratti ulfaatan’
Haata’u malee, Itoophiyaatti miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamu bakka waraanniifi walitti bu’insi jiru keessatti qofa miti. Yeroo walitti bu’insi hin jirrettis Itoophiyaa keessatti irra deddeebiin miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamaa jira.
Xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Booying 737 Max 8 balaa mudateen dura rakkoo elektirikaa qabaachuu ragaan agarsiisu dhoksuu hoji-gaggeessaan duraanii Booying beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UVhX5ij
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UVhX5ij
BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaarrii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa balaan caccabe rakkoo elektirikaa qabaachuu Booying dhokseera jedhame
Xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Booying 737 Max 8 balaa mudateen dura rakkoo elektirikaa qabaachuu ragaan agarsiisu dhoksuu hoji-gaggeessaan duraanii Booying beeksisan.
Namoonni jaha xiyyaara Itoophiyaa gara Maqalee imalu keessaa bu’uu diduun falmii kaasan yakka shororkeessummaan qoratamuu hin qaban jechuun abukaatonni isaanii mana murtitti falman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gq9blh5
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gq9blh5
BBC News Afaan Oromoo
Joon Daani'el fa'i shororkeessummaan gaafatamuu hin qaban jechuun abukaaton falman