Oduu Oromoo
15.2K subscribers
12.4K photos
1.89K videos
40 files
37.9K links
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
Download Telegram
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN : WEERARA BUSAA (Onk 29,2023)


● WEERARA BUSAA
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN ODUU ONK 29, 2023


Waldaa Haakimoota Oromiyaa
Dhibee busaa Qeellam Wallaggaa
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Marii Oromoo: Hooggantoota Hawaasa Oromoo (Onk 29, 2023)


* Hooggantoota Hawaasa Oromoo
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN ልዩ ዝግጅት: ሰላም (Oct 29, 2023)


ሰላም
Luba Haayiluu Garoo Guutaa fi haadha warraa isaanii Aadde Yashii Ababaa jedhamu. Waggoota 12 darbaniif tajaajila tola-ooltummaan maatiiwwan diigaman 300 ol araarsuun akka deebisanii jireenya isaanii ijaarratan gargaaraniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Qnpu15R
Pirezidantiin Keeniyaa Wiiliyam Ruttoon biyyisaanii Keeniyaan dhuma bara kanaa irraa kaasee dawwattoota Afriikaa hundaaf viizaa akka hin gaafanne himan.‘‘Kunis yeroo itti …dhorkaawwan viizaa ofii keenyarratti qabaachuun ofiirratti hojjachuu ta’u itti hubanneedha,’’ jedhan wayita konfaransii idil-addunyaarratti dubbataniitti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gtRfb76
Lammiin Gaanaa barumsaaf Israa'el deemee bultoo ijaarratee achitti hafe waan Onokoolessa 7 mudate hima. Namni kun yeroo irribaa ka'an lafti akka guyyaa kaanii hin turre. Haleellaan rokkettii qilleensarraan gaggeeffamaa ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T0dY1ok
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN ODUU IJOO ONK 30, 2023


Marii Oromoo fi burjaajjii siyaasaa
Qabsoo OMN fi Miidiyaalee halagaa
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN ዜና (October 30, 2023)


● ፅንፈኛው ፋኖ ወደ ኦሮሚያ በመግባት ጥቃት ማድረሱ ተነገረ
● 5 የአዊ ዞን የመንግስት የስራ ሃላፊዎች መገደላቸው ተሰማ
Pirezidantiin bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaacho Raddaa walgahii ‘‘beekkamtii mootummaa malee waamame’’ jedhaniin irratti kaadireewwan TPLF ajandaa duraan qabame irratti osoo marii hin gaggeessiin adda galuun dhagahame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VyDT0na
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN :Hundee gaaffii Oromoo fi Daayaa - Lammii Beenyaa (Onk 30,2023)


● Hundee Gaaffii Oromoo fi Daayaa, Kitaabota Lammii Beenyaatiin barraa'an
Sent by @TheFeedReaderBot