Waraanni Kaaba Itoophiyaa kan Sadaasa 4, 2020 naannoo Tigraay keessatti eegale amma naannoolee ollaa Amaaraafi Affaaritti babal'achuun ammiileen miliyoonotaan lakkaa'aman akka buqqa'aniif sababba ta'aa jira.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kiJZVP

BBC News Afaan Oromoo
Waraanni Tigraay yoom, eessarraa kahee eessa gahe? - BBC News Afaan Oromoo
Waraanni Kaaba Itoophiyaa kan Sadaasa 4, 2020 naannoo Tigraay keessatti eegale amma naannoolee ollaa Amaaraafi Affaaritti babal'achuun ammiileen miliyoonotaan lakkaa'aman akka buqqa'aniif sababba ta'aa jira.
Ajajaan waraana Sudaaniifi kan fonqolcha motummaa dhiheenya biyyatiitti gageeffame olaantummaan dursan, Janaraal Abdul Fattaah al-Burhaan ce'umsaan booda qaama motummaa akka hintaane turtii Al Jaaziraa waliin taasisaniin himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GVwrJL
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GVwrJL
BBC News Afaan Oromoo
Sudaan: Jeneraal Abdul Fattaah al-Burhaan mootummaa Sudaan ittaanu keessatti hin hirmaadhu jedhan
Ajajaan waraana Sudaaniifi kan fonqolcha motummaa dhiheenya biyyatiitti gageeffame olaantummaan dursan, Janaraal Abdul Fattaah al-Burhaan ce'umsaan booda qaama motummaa akka hintaane turtii Al Jaaziraa waliin taasisaniin himan.
Gaaffii fi deebii addaa Ajajaa Ittaanaa WBO waliin taasifamun qindaa'ee kanas gaazexessituun BBC Kaatiriin Baayiruhaangaa, hidhattoota kanneen bakka jiranitti deemuun akkasiin dubbiste jirti. Himannaa isaan dhiyeessan irratti mootummaan Itoophiyaa ammaatti deebii hin kennine. Garuu yeroo kamittuu gama motummaa irraa yoo dhimma kanarratti yaada argannee ni keessumeessina.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3bUtDOJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3bUtDOJ
BBC News Afaan Oromoo
Ajajaa Ittaanaa WBO Gammachuu Abbooyyee: 'Galmi keenya xumuraa Finfinnee qabachuudha'
Gaaffii fi deebii addaa Ajajaa Ittaanaa WBO waliin taasifamun qindaa'ee kanas gaazexessituun BBC Kaatiriin Baayiruhaangaa, hidhattoota kanneen bakka jiranitti deemuun akkasiin dubbiste jirti. Himannaa isaan dhiyeessan irratti mootummaan Itoophiyaa ammaatti…
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Horn Oduu (SADAASA 08, 2021)
√ Qe'een Maatii Daawud ibsaa gubate
√ WBO fi TDF gara Finfinnee qajeelaaru.
OMN Horn Oduu (SADAASA 08, 2021)
√ Qe'een Maatii Daawud ibsaa gubate
√ WBO fi TDF gara Finfinnee qajeelaaru.
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN_Faana Haqaa Haleellaa drone walloo ummata nagaa irratti (Nov 8 2021)
OMN_Faana Haqaa Haleellaa drone walloo ummata nagaa irratti (Nov 8 2021)
Oduu Oromoo
Photo
Oduu - Voice of America
Sambaataa fi Dilbata wal morkiin fiigichaa taasifamaniiru
Sanbataa dheengaddaatii fi dilbata kaleessaa dorgommiin fiigichoon sadarkaa adda addaa , biyyoottan adda addaa keessatti taasifamaniiru.
Kanneen keessaa as U.S magaalaa Niwu Yoorkitti fiigichii maaratoonii taasifamae isa tokko.
Maaratooniin Magaala Niwu yoork inni baranaa isa wagga waggaadhaan taasifamu qofa miti. Maaratoonichii erga jalqabamee waggaa 50 guuteera. Inni jalqabaa Fulbaana 13 bara 1970 taasifame.
Yemoo sana namootaa 127 qofatu irrati hirmaate. Bara darbe sababa Kooviid 19n kan ka’e ittu hin taasifamin hafe male wagga waggaadhaan ittu wal irraa hin citin barana gaheera. Fiigicha guyyaa kaleessaa taasifame irraati gara nama 30,000 tu hirmaate.
Figicha baranaa irratti dorgommii dhiiraatiin ni moo’atu jedhamanii atileetotaa eegaman keessaa Qananiisaa Beqqalaa tokko ture. Haa ta’u malee Qananiisaadhaaf hin taaneef. 2:12:52n xumuruudhaan 6ffaa baheera. 2:08:22n xumuruudhaan kan 1ffaa bahee lammii keeniyaa Albert Koririi ti.
Wal dorgommii dubarootaatin 2:22:39 xumuruudhan kan 1ffaa baate lammii keeniyaa Perees JepChirchir. Atileetin kun dorgommii Olompiiki bara kana Jaappaan keessatti geggeefamee irratti maaratoonidhaan 1ffaa baatee moo’uun ishee hin yaadatama.
2ffaa kan baates lammii keeniyaa yemmuu taatu, Abaabel Yeshaaneh 3ffaa baateetti. Abaabel rekoordii walakkaa maaratoonii qabatte kan turteedhaa.
Maaratooni Niwu yoorki rakkoo dhibee koovidii as deebi’ee jalqabamuu isaatiif jiraattonni magaalatti itti gammaduu isaanii ibsaniiru.
Karaa biraatiin fiigichaa kiiloo meetirii 5 sambataa dheengaddaa biyyaa Faransaay magaala Liil jedhamtu keessatti taasifameen dhiraa fi durbaan lammiileen Itiyoophiyaa milkaa’aniiru.
Fiigichaa dorgommii walmakaa ykn Mixed race jedhamee beekamu kanaan Daawit Siyyum daqiiqaa 14 fi sakoomdii 41n xumurudhaan rekooridii haara galmeesite mooteetti.
Atileet Meskerem Maammoo 3ffaa baatee ti. Dorgommii dubartootaa kiiloomeetirii 10,000n 1ffaa dhaa amma 6ffaati kan bahan keessaa lammiilee keeniyaa 5tu argamu. Aberaash Minseewo Itiyoophiyaa irraa 4faa baatee ti.
Dorgommii dhiiraa Kiiloomeetirii 5000 tin Berihu Aregawii daqiiqaa 12:52n 1ffaa bahee moo’era. Yaasin hajii 3ffaa baheera. Dorgommii biyyaa Faransaayitti taasifame kana irratti kan hirmaate Cimdeessaa Dabalee Guddataa daqiiqaa 27:16n xumuruudhaan 1ffaa baheeraa. Aadelaadelewu Maammoo 2faa ta’eera.
Dilbata Fiigichaa maaratoonii biyya Turkii magaala Istaanbul keessatti taasifameen dubartootaan lammiin Itiyoophiyaa Ayyaantuu Abdii 3ffaa baateetti.
Dilbataa biyya speen magaala Baarseloonaatti dorgomii maaratoonii taasifameen wal morkii dubartootaatiin lammiin Itiyoophiyaa Taadduu Teshoomee 1ffaa yemmuu baatu, Siisaay Meseret 2ffaa, Meseret Beletee 3ffaa Bekelech Guddata 4ffaa bahuudhaan walti aansanii moo’aniru.
Magaala biyya Ispeen biroo San Sebastiyaan keessatiis Dilbata dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyaa taasifamee ture. Dubartootaan Zenebu Feqaaduu Moo’icha gonfatteetti.

Komiishinni Mirga Namaa Itiyoophiyaa Namoonni Sababaa Eenyummaa Ofiif Hidhamaa Jiraachuu Adda Baafadhe Jedha
Komiishinni mirga namaa Itiyoophiyaa sababaa labsii yeroo muddamaan kan ka’e namoonni hidhamaa jiraachuu ilaalchisee yaaddoo qabu ibsee jira.
Labsiin yeroo hatattamaa, humnoonni seera eegsisan shakkamtoot gareelee shororkeessummaan ramadaman waliin hojjetan akka hidhaniif mirga kennuuf iyyuu, komiishinichi akka jedhutti hidhaan sun gosaan adda ba’ee ijoollee hanga umuriin isaanii waggaa kudhanii ta’uu fi harmoolii maanguddoota ta’an of keessaa qabaachuu isaa adda baafadhera jedhan. Miseensonni maatii namoota kanaa akka isaan hin gaafanne dhorkamuunis na yaaddesseera jedha komiishinichi.
Akkuma kanaan, poolisiin Dirree Dhawaa shakkamtoot 200 ol kanneen garee shorokeessummaan ramadaman waliin hojjetan jedhe to’annaa jala oolchuu isaa beeksisee jira.

Jilli Gamtaa Afriikaa Prezidaantiin Naayijeeriyaa Duraanii Maqalee Daawwatan
Jilli addaa kan Gamtaa Afriikaa Oluugeeguun Obaasaanjoo kaleessa gara Tigraayitti imaluu dhaan Maqalee keessatti Dr. Debretsiyoon Gerbrmikaa’el waliin mari’achuu isaanii dubbi himaan paartichaa ergaa twitter maxxansaniin beeksisaniiru.
Getaachoo Redaa akka jedhanitti jilli addaa gamtaa Afriikaa kan ammaa Obaasaanjoon Dr. Debretsiyoon waliin marii bu’a qabeessa geggeessaniiru. Dubbi himtuun dura taa’aa gamtichaa Ebbaa Kolondoo illee imala Maqalee kana mirkaneessaniiru. VOAf bilbilaan ibsa kennaniin, jilli addaa kun Maqalee keessatti marii erg geggeessanii booda Finfinneetti deebi’aniiru jedhan. Ibsa itti dabalaa garuu hin kennine.
Dubbi himtuun kun itti dabaluu dhaan gumiin nagaa fi nageenyaa illee dhimma itiyoophiyaa irratti har’a marii ni geggeessa jedhan. Mootummaan Itiyoophiyaa akka jedhetti, imalli Obaasaanjoon Maqaleetti geggeessan qaama hawaasa addunyaaf ibsa kennuuf ragaa barbaacha jedhan.
Har’a VOAf ibsa kan kennan minister deettaan dhimmootii kominikeeshinii mootummaa aadde Selaamaawit Kaasaa, imalli sun kan marii araaraa akka hin ta’in ibsaniiru.

Hiriirri Mormii Farra Bulchiinsa Waraanaa Sudaan Keessatti Geggeessame
Deggertoonni dimokraasii kanneen Sudaan keessaa, fonqolcha mootummaa mormuuf jecha mormii guyyoota lamaa fi hokkara hoji dhaabinsaa geggeessanii jiran. Hirmaannaan hiriirichaas sababaa tajaajilli interneetii fi bilbilaa addaan citeef murtaa’aa ture. Ebla bara 2019 prezidaant al Bashiriin aangoo irraa kan darbe hookkara uummataa kan hoogganan koreewwan mormii naannoo fi waldaan ogeessota Sudaan aangoo waraanaa sana garagalchuuf hiriira sana qopheessan.
Uummanni Dilbata kaleessa magaalaalee kaartuum keessa hiriiree jira, garuu hagas baay’ee akka hin ta’in jiraattonni dubbataniiru. Miseensonni waldaa barsiistotaa akka jedhanitti humnoonni naga eegumsaa mormii uummati biilsa ministrii barnootaa kan Kaartuum fuullee taa’ee dhageessisaa ture dhaabsisuuf gaazii imimmaansu fayyadaman. Namoonni 87 ta’an illee to’annaa jala ooluu waldichi beeksisee jira.
Ganda Burrii jedhamu kan kaartuumii fi naannoo laga Ombada kan Omdurmaan keessatti illee mormii geggeessame bittinneessuuf poolisiin gaazii imimmaansu fayyadamuu kanneen ijaan argan dubbataniiru. Magaalaalee kan akka Medani, Nyala fi Atbaraa keessaas mootummaa nannoo keessatti kanneen Bashiriif amanamoo ta’an deebisanii muudamuu isaanii mormuun hiriira geggeessuu kanneen ijaan argan dubbataniiru.

Biyyoonni Gama Dhiyaa Qoranaa Walitti Bu’iinsa Tigraay Keessatti Geggeessame Deggaruun Ibsa Baasan

VOA

Austraaliyaa, Beeljiyem, Kanaadaa, Deenmaark, Ferensaay, Jarman Iceland, Irlaand, Luxemborg, Nezelands, New Ziilaan, Norway, Sweden , Ynited Kingdom fi Yunaayitid Isteetis, komiishinni mirga namaa kan tokkummaa mootummootaa fi komiishinni mirga namaa Itiyoophiyaa…
Oduu - Voice of America
Ameerikaan Sababaa COVID-19n Uggura Imalaa Keesse Kaaste

Yunaayitid Isteetis uggura imalaa ennaa weerara vaayiresii koronaa keesse, waggaa tokkoo fi walakkaa booda ka’ee jira. Imaltoonni naannoo addunyaa jiran kanneen talaallii fudhatan imala gara Yunaayitid Isteesitti geggeessan itti fufuu kan danda’an ta’uun…