OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Jiraattonni Magaalaa Aggaaroofi aanaalee ollaa shan irraa hirmaatan gocha biyya ganuufi diiguu garee shoororkeessitoota TPLFfi ABO Shanee balaaleffataan. https://t.co/tZv4DUOlyw https://t.co/NwV8nvVmeJ https://t.co/OIEePa2g1E https://t.co/371eYwJ1Jq https://t.co/AdSBFaYvUC https://t.co/azPolHfQlI
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Magaalaa Finfinneetti hiriirrii uummataa Mata Duree’’Aarsaa nan kanfala, Biyyaa koo nan eegaa’’ jedhuun Onkol.28 2014, ganamaa sa’aa tokkoo jalqabee gaggeeffamuufi jedhame. https://t.co/tZv4DUOlyw https://t.co/NwV8nvVmeJ https://t.co/371eYwJ1Jq https://t.co/AdSBFaYvUC https://t.co/8yEoOyhwLv
apha darbii Maanchister har'a gaggeeffamu haalaan kan eegamu taha. Taphni kun injifannoo Yuunaayitidiin kan xumuramu yoo tahu dhiibbaan Ole Gunar Soolshayer irra jiru ni salphata.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31rGnKA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31rGnKA
BBC News Afaan Oromoo
Tapha Maanchister Yuunaayitid v Maanchister Siitii, wantoota beekuu qabdan
apha darbii Maanchister har'a gaggeeffamu haalaan kan eegamu taha. Taphni kun injifannoo Yuunaayitidiin kan xumuramu yoo tahu dhiibbaan Ole Gunar Soolshayer irra jiru ni salphata.
Mootummaan Itoophiyaa dhaamsi eembasiiwwan biyya alaa dhaamaa jiran qajeelfama dippiloomasii kan sarbuu jedhe, miidiyaaleen hawaasaas madaala eegaa hin jiran jechuun balaaleffate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kar4fQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kar4fQ
BBC News Afaan Oromoo
Siyaasa Itoophiyaa: Ergaa eembasiiwwaniifi miidiyaalee hawaasaa irratti mootummaan Itoophiyaa maal jedhe?
Mootummaan Itoophiyaa dhaamsi eembasiiwwan biyya alaa dhaamaa jiran qajeelfama dippiloomasii kan sarbuu jedhe, miidiyaaleen hawaasaas madaala eegaa hin jiran jechuun balaaleffate.
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Horn: Odeessaalee Har'aa SADAASA 6, 2021
√ Gamtaan Humnoota Federaalawaa maali?
√ Oduu sobaa fi Jibbiinsaa qondaalota Itoophiyaa
OMN Horn: Odeessaalee Har'aa SADAASA 6, 2021
√ Gamtaan Humnoota Federaalawaa maali?
√ Oduu sobaa fi Jibbiinsaa qondaalota Itoophiyaa
Ministirri MUmmee Iraaq Musxaffaa Al- Kaadiimii haleellaa mana saanii Baagdaadiitti argamurratti gaggeeffame jalaa miidhaan osoo irra hingahiin bahuun himame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qeYaiz
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qeYaiz
BBC News Afaan Oromoo
MM Iraaq, Musxaffaa al-Kadiim, haleellaa diroonii manasaaniirratti raawwatame jalaa miliqan
Ministirri Mummee Iraaq Musxaffaa Al- Kaadiimii haleellaa mana saanii kan Baagdaadiitti argamurratti dirooniidhaan gaggeeffame jalaa miidhaan osoo irra hingahiin bahuun himame.
Seenaa dubartii milishoota Islaamist Bookoo Haraam waliin Kaaba Baha Naayijeeriyaatti Bosona keessa jiraachaa turtee kunis gaazexeessituu fi barreesituu Afrikaa Trisia Niwawubani yaalii dheeraan booda kan dubbistee qindeesitedha. Isheenis maaliif akka deebiitee Bookoo Haraamiitti makkamteefi attamiin akka miliqxe dubatti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mP0Cu4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mP0Cu4
Ispeen keessatti buufataalee daandiiwwan qilleensaa imaltoonni itti baayyatan keessaa tokko kan ta'etti, Jibaata darbe yaalii imaltoonni seeraan ala gara biyyattii galuuf taasisaniin wal qabatee buufanni daandii qilleensaa sa'aatii dheeraaf cufamun ibsame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GYePgf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GYePgf
BBC News Afaan Oromoo
Sababii imaltoota xiyyaara keessaa bu'uun baqatanitiin buufanni daandii qilleensaa Ispeen cufame
Ispeen keessatti buufataalee daandiiwwan qilleensaa imaltoonni itti baayyatan keessaa tokko kan ta'etti, Jibaata darbe yaalii imaltoonni seeraan ala gara biyyattii galuuf taasisaniin wal qabatee buufanni daandii qilleensaa sa'aatii dheeraaf cufamun ibsame.
Seraaliyoon, Firiitaawon keessatti konkolaataan boba'aa fee'e konkolaataa biraa waliin waliitti bu'een namoonni hedduun lubbuu dhaban.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3wolQlt
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3wolQlt
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee kumaatamaan lakkaa'aman magaalaa guddoo biyyattii, Finfinneetti bahuun, motummaa federaalaa kan kaaba biyyatiitti gareewwan finciltootaatiin wal waraanaa jiruuf deeggarsa isaanii mul'isan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3bLXKYn
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3bLXKYn
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Finfineetti namoonni kuma hedduutti lakkaa'aman mootummaa deeggaruun hiriira bahan
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee kumaatamaan lakkaa'aman magaalaa guddoo biyyattii, Finfinneetti bahuun, motummaa federaalaa kan kaaba biyyatiitti gareewwan finciltootaatiin wal waraanaa jiruuf deeggarsa isaanii mul'isan.
Bulchiinsi Sudaan gara dimookraasitti ce’eefu ture, foncolcha mootumma humna waraanaan erga gufatee booda, daandileewwan magaalaa gudditti Kaartuum akkuma uugguramniitti jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2ZZnduS
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2ZZnduS
BBC News Afaan Oromoo
'Hunda keenya ajjeesuu hin danda’an'- mormitoota fonqolcha Sudaan
Bulchiinsi Sudaan gara dimookraasitti ce’eefu ture, foncolcha mootumma humna waraanaan erga gufatee booda, daandileewwan magaalaa gudditti Kaartuum akkuma uugguramniitti jiru.
Ijoollummaa keenyarraa kaafnee yeroo fakkii Biiftuu kaasaa jedhamnu halluu Keelloodhaan fakkeessina. Yeroo bahaa fi lixa biiftuu agarsiisuu barbaannu ammoo haalluu Diimaa xiqqoo itti makna.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nZSypE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nZSypE
BBC News Afaan Oromoo
Haalluun Biiftuu keelloo maaliif hin taane?
Ijoollummaa keenyarraa kaafnee yeroo fakkii Biiftuu kaasaa jedhamnu halluu Keelloodhaan fakkeessina. Yeroo bahaa fi lixa biiftuu agarsiisuu barbaannu ammoo haalluu Diimaa xiqqoo itti makna.
Atileetiin Itoophiyaa Daawiit Siyyuum dorgommii fiigicha dubartootaa kan fageenya kiiloomeetira shanii (mixed race) jedhamuun beekamuufi Faransaayiitti gaggeeffameen riikardii cabsuun ishee gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3CUwYt0
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3CUwYt0
BBC News Afaan Oromoo
Atileet Daawit Siyyum fiigiicha kiiloomeetira shaniin riikkardii cabsite
Atileetiin Itoophiyaa Daawiit Siyyuum dorgommii fiigicha dubartootaa kan fageenya kiiloomeetira shanii (mixed race) jedhamuun beekamuufi Faransaayiitti gaggeeffameen riikardii cabsuun ishee gabaafame.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Hiriirri garee shororkeessaa TPLF fi Shanee balaaleffatuu fi Raayyaa Ittisa biyyaa deeggaru Magaalaa Harar Istaadiyeemii Imaam Ahmaditti bahameera. https://t.co/p0sJQzbvpg
Twitter
OBN
#OBN Hiriirri garee shororkeessaa TPLF fi Shanee balaaleffatuu fi Raayyaa Ittisa biyyaa deeggaru Magaalaa Harar Istaadiyeemii Imaam Ahmaditti bahameera.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Aanaa Harannaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffannaa Garee TPLF fi Shanee bahameera. https://t.co/mVh5a00lwj
Twitter
OBN
#OBN Aanaa Harannaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffannaa Garee TPLF fi Shanee bahameera.