Oduu Oromoo
15.2K subscribers
12.4K photos
1.89K videos
40 files
37.9K links
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
Download Telegram
Godaantonni 1,000 ol ta’an Dilbata garaagarummaa saa’atii muraasaan oddola Xaaliyaan Laampedusaa gahuun qubachuu isaanii miidiyaaleen biyyattii gabaasan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33ud8EL
Gazexxessaa fi Qindeessaa Oromia Broadcasting Network (OBN) kan damee Godina Qeellam Wallaggaa, Sisaay Fidaa balbala mana jireenyaa isaa irratti rasaasaan ajjeefamuu Kantiibaan Magaala Dambidoolloo Obbo Tolasaa Kumsaa BBC'tti himaniiru

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3banVs3
Dubartiin osoo ulfa jirtuu sababa Covidn dhukkubi itti cimee of wallaaltee du'aafi jireenya gidduu turte (koomaa keessa turte) daa’imni ishee erga dhalatee booda akkamiin akka dammaqxe himti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2Su0a7F
Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Birtukaan Miidhaqsaa guyyaa filannoo marsaa 6ffaa dhufu irratti jijjiramni taasifamuu akka danda'u dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eBoai2
Ergamaan Addaa Ameerikaa Gaanfa Afriikaa Ambaasaaddar Jeefrii Feeltimaan hirmaattota marii Hidha Guddicha Abbayyaa kan Itoophiyaa waliin marii taasisan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3vURNRc
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)

OMN: Oduu Ijoo (Caam 10, 2021)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Horn: Oduu (Caamsaa 10, 2021)


* "Filannoo keessaa bahuutti hin gaabbinu." Prof. Mararaa
* Ambaasaddarri US Paatriyaarikichaan mar'atte.
* Loltoonni Itoophiyaa koolu-galtummaa gaafatan.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
OMN Horn: ዕለታዊ ዜና (May 10, 2021)

* የመራጮች ድምጽ መስጫ ቀን ሊለወጥ ይችላል ተባለ
* የአፍጥር ስነስርዓት በመንግስት ተከለከለ
* "ፓርቲያችን ከምርጫ በመውጣት አይቆጨንም" ፕሮፌሰር መራራ ጉዲና
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Horn: ዕለታዊ ዜና (May 10, 2021)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Marii Gaazexeessitootaa (Caam 10, 2021)