Oduu Oromoo
Photo
Oduu - Voice of America
Dubartiin Akka Fakkeenya Milkaa'ina Jireenya Baqattotaatti Ilaalaman Xaaliyaanii Keessatti Ajjeefaman
Robii darbee jechuun Muddee 30 bara 2020 biyya Xaaliyaanii keessa baqattuu ta'uun kan jiraattu Aaddee Aagituu Guddataa mana ofii keessatti duutee argamuu polisiin Xaaliyaanii ibsee jira.
"Lammii biyya Gaanaa kan Aaddee Agituuf hojjataa tureetu ajjeesuun gudeedee," kan jedhu polisiin Xaaliyaanii namnii gocha kana raawwate to'annaa jala ooluu beeksise.
Aaddee Aagituun ammaan dura gaazexxessotaaf akka ibsanti dhalattonni biyya Xaaliyaanii tarkaanfii hinaaffaa kan irratti fudhatan ta'u fi garuu namnii jabaatee hojjate injifatee akka ba'u ibsanii turan.
Xaaliyaanti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Obbo Dassaaleeny Makonnin gadda itti dhaga'ame ibsanii Aaddee Agituun aadaa biyya ormaatti madaqanii hojii gaarii gaggeessauun nama beekaman jedhan.
Xaaliyaaniin uggura weerara vaayrasii Koronaa jala jiraattuus haga danda'ameetti waa'ee sirna awwaalchaa, namichii yakka raawwate murtii argachuu fi waa'ee qabeenyaa Aaddee Agituu maatii wajjiin dubbanna jedhan.
Waldaan hawaas Oromoo magaalaa Romaa fi naannoo ishee gadda itti dhaga'ame ibsuun Laftii Aaddee Agituun itti lubbuu dhaban kaaba biyyatti baadiyyaa keessa ta'u ibsuun akka yaadameetti waan irra eegamuuf danqamuu dubbatee jira.
Dhaabnii baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa(UNHCR) gama isaan ibsa baaseen duutii Aaddee Agituu Guddataa kan nama dhukkubsuu jedhee hojiin jabinaan hojjataa turte baqattonni hawaasa isaan simatee keeessatti kan gumaachan agarsiisa jedha.
Jireenyii Aaddee Agituu haala akkasiin darbuun gaddisiisaa ta'uus akka mallattoo fixaan ba;uumsaatti kan galmee irra ka'amuu kan jedhe dhaabnii baqattootaa kun hawaasa hin beekne keessatti hojjachuun akka danda'amu kan agarsisuu fi baqattoota biyya namaatti jireenya haaraa jalqaban kan jajjabeessu jedhee jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa.
Kana irratti jaallanneen itti gaafatamaa hawaasa oromoo magaalaa Romaa fi naannoo ishee Obbo Mohammed Aagaa fi odeeffannoo kanneen biroo dabaluun kan qindeessite qabdi. Kunoo

Seennin Bara Haaraa Akka Durii Walitti Yaa'un Hin Kabajamne
Uummatni addunyaa irraa biliyoona toorbaa fi qabxii saddeet tahu, sababaa Vaayirasii Koronaaf jecha otuu akka durii walitti yaa’ee hin ayyaaneffatiin, bara 2020tti nagaa dhaamee, bara haaraa – 2021tti cehe. Raashiyaa keessatti ayyaaneffannaan waggaa haaraa silaa uummatni walitti yaa’ee geggeeffatu baay’een ni haqame. Garuu, magaalaa ayyaaneffannaa jala-bultii bara haaraa akka taatetti ka beekamtu – Kaluugaa keessatti, jiraattonni akka sirnawwan ayyaaneffannaa akka haqaman fedhaniyyuu, tuuristootaaf sirni ayyaaneffannaa geggeessamee jira.
Moskoo irraa gama Kibba Lixaatti, kiiloo-meetira 150 irratti argamti, magaalaan Kaaluugaa.
Turkiin, guyyoota afuriif waan hundinuu akka cufamu labsuudhaan bara haaraa – 2021 simatte. Prezidaantiin biyyattii – Resep Tayip Erdogaan, yoo hoteelota keessatti seeraa-ala ayyaaneffannaaleen geggeessaman akka humnoonni naga-eegumsaa tarkaanfii fudhatan akeekkachiisan. Brussels irraa, haga magaalaa Jarman – Berliinittis sababaa Vaayirasii Koronaatiin, ayyaaneffannaan ugguramee jira.
Faransaayis, akka namni walitti yaa’ee hin ayyaaneffanne humnoota naga-eegumsaa dabalataa kuma dhibba tokko bobbaasuu ishee beeksiste.
Biyyoota addunyaa hedduu keessatti simannaan bara haaraa bara kanaa calleensaan dabre.

Miseensi Mana-maree Bakka-bu’ootaa Itoophiyaa, Dr. Adihaanaa Hayilee Du’aan Boqatan
Miseensi Mana-maree Bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaa – Dr. Adihaanaa Hayilee, umurii isaanii waggaa toorbaatamaatti du’aan boqochuu isaanii, maatiin isaanii beeksisanii jiran. Dr. Adhaanaan, Minister-Deetaa Ministara Barnootaa tahuudhaanis hojjetanii turan.
Ilmi isaanii, Biruk Adaanaa Hayilee akka jedhetti, Dr. Adhaanaan, otuu miseensonni IHADEG Mana-maree bakka-bu’ootaa keessaa hin ba’iin, dhukkubsatanii wal’aansa irra ka turan yoo tahu, achii boodas fayyaan isaanii hin wayyaa’iin hafee du’aan boqotan. Sirni awwaalcha isaanii Finfinneetti ka geggeessamu tahuunis beekamee jira.

Haalli Itti Barataan Qaro-dhabeessi Tokko Magaalaa Finfinnee Keessatti Du’e Mormii Kaasee jira
Haala barataan Yunivarsitii Finfinnee qaroo dhabeessaa tahe Abrahaam Dureessaa itti du’e mootummaan akka qoratee if taasisu Federeeshiniin Waldoota Qaama-miidhamtootaa Itiyoophiyaa gaafatee jira.
Magaalaa Finfinnee keessatti ture barataan qaro-dhabeessi kun ka du’e. Poolsiin magaalaa Fifinnee akka dhimmicha qorataa jiru dubbata.
Gabaasaa guutuu caqasaa

Qondaalonni ABO Lama Manni-murtii Walaba Gad-lakkise Ammallee Harka Poolsiii Jiru
Mudde 16 bara 2013 manni murtii waliigala Oromiyaa qondaaltota siyaasaa, kan Adda Bilisummaa Oromoo obbo Lammii Beenyaa fi Daawit Abdataa walaba taasisuun gadi lakkisee ture.
Haa ta’u malee poliisiin ajaja mana murtii fudhachuu waandideef namoonni kun mana hidhaa Aanaa Sabbataa Hawaasitti argamu jedhan Abukaatoon isaanii obbo Tuulii Baay'isaa.
Gorsaan seeraa fi abukaatoon namoota kanaa obbo Tuulii Baay'isaa akka Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanitti namootni biroo hedduun poolisiin ajaja mana murtii hojii irra oolchuu dhabuurraa akka mana hidhaa keessa jiran dubbatanii jiru.

Koomishiina Mirga Namooma Itoophiyaa;Nagaa eegdoti biyyatii ijjeechaa Hacaaluu Hundeessaa duuba nama 75 caala galaafatani hedduu madeessan
Akka Koomishiina miga namaa Itoophiyaatti gabaasa haaraa baaseen jedhetti ijjeechaan gosaa tun tun jeequmsa Waxabajjii fi Adoolessaa keessa
Jeequmsa gaafasiitiin akka gabaasa kanaatti namii gareen wal ijaaree nama fixa, dhaanaa,saamaa ture.Nama 30 caalaa gorra’an akka hamaa dhaananii maqaa gosaatiin arrabsaa karaa irra harkisan.
Akka kanaan naannoo wal dhabii gosaa keessatti hammaatetti nama 123 fixan nama 500 caalaatti miidhame jedha.
Wanjala ilmee namaa irratti hojjatan kana malaa gara garaatiin fayyadamanii akka malee baballisan jedha gabaasii koomishinichaa.
Waan muummee minsitera Itoophiyaa Noobel badhaafame, Abiy Ahmed rakkise keessaa innii guddaan akka gabaasa koomishiinii mirga namaa Itoophiyaatti jeequmsa gosaati. Innii ammoo akka ummatii walii obsee wal dandahu fedha jedha.
Jeequmsaa fi ijjeeechaan tun Waxabajjii fi Adoolessa keessaa eegi weellisaa Oromoo beekamaa, Hacaaluu Hundeessaa ijjeesanitti aante.
Jeequmsaa fi ijjeechaa Hacaaluutiin duubatti kdhufteen akka gabaasii koomishiinii mirga namaa Itoophiyaa jedhetti nama hedduutti mana ufii keesastti miidhame.
Gareen wal jaaranii nama dhaanaa,kaan dhagaan kaan ammoo shiboo elektirikiitiin dhaanaa, kaan agaraan kaan,kaan billaan waraanaa kaan ammoo karaa irratti ijjeesaa turan jedha.
Jeequmsa kanaan nama 6,000 caalaatti baqae qabeenna 900 caalaa saaman, gubanii balleessan jedha gabaasii kun.
Akka gabaasa koomishiinii mirga namaa Itoophiyaa kanaatti jeequmsii kun gosa Amaaraatii fi amantii Ortodoksii irratti xiyyeeffate.
Warrii nagaa eegu saatii akkasiitti hujii jabduu qabaatullee akkaataan isaan itti nagaa eegan,humnitii isaan ittiin deeman saatii akkasii sunitti waan akka malee nama shakkisiisaa qaba, jedha gabaasii kun.Nama rasaasaa mataa dhawan,qoma dhawan,dudda duubaan dhawan faatti jira.
Namii hagii tokko ka hiriira keessa hin jirre,wal dhaba araarsaa ture,jaarsa, namoota balbaluma irratti rasaaaan dhawaman,nama mataan fayyaa hin tahin rasaasaan dhahan faatti jira. Poolisiilleen warra I’ijeesan keessaa jiru.
Poolisii fi bulchootilleen ummata iyyatee gargaarsa gaafate dafanii yeroo isaan hin dhaqqabinitti jira dhufanillee dhaabatanii yeroo ilaalanitti jira jedha gabaasii kun.
Gabaasii kun karaan biyyiti irra deemte nama yaaddessa jedhe. Waan gabaasa kanaa irratti yoosuma deebii hin kennine.
Koomishiinii mirga namaa Itoophiyaa qorannoo tana fulaa gara garaa 40 keessaa ummataa irraa qorate.
Akkaataan nama itti ijjeesan, waltitti qabanii fixuu,gara hammeennaan fixuu mumullatuu kanaan ummatii miidhamuu hin qabu jedha koomishiinii kun.

Barri 2020 bara mormiin haqaa uummanni Afrikaa fi guutuu Addunyaa keessatti gochaa ture namoota ispoortii keessa turaniin humna itti argate ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n50C5Z

BBC News Afaan Oromoo
Bara 2020 keessa akka itti humni ispoortii addunyaa jijjiire
Barri 2020 bara mormiin haqaa uummanni Afrikaa fi guutuu Addunyaa keessatti gochaa ture namoota ispoortii keessa turaniin humna itti argate ture.
Baatii Muddee keessa qofa Itoophiyaatti balaawwan ibiddaa baayyee bakkeewwan gargaraatti qaqqabeera. Sababa kanaanis qabeenyi miiliyoonaan lakkaa’amu barbaada’eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3b1u9Lm
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3b1u9Lm
BBC News Afaan Oromoo
Baatii Muddee keessa qofa Itoophiyaatti balaan ibiddaa meeqa akka qaqqabe beektuu?
Baatii Muddee keessa qofa Itoophiyaatti balaawwan ibiddaa baayyee bakkeewwan gargaraatti qaqqabeera. Sababa kanaanis qabeenyi miiliyoonaan lakkaa’amu barbaada’eera.
Intarneetii irratti kallattiin viidiyoo akka daawwattan ykn geemii akka taphattan kan isin gargaaraa ture 'Adobe Flash' amma booda hin jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3b0ZNJ5
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3b0ZNJ5
BBC News Afaan Oromoo
Sirni awwaalcha 'Adobe Flash' raawwate
Intarneetii irratti kallattiin viidiyoo akka daawwattan ykn geemii akka taphattan kan isin gargaaraa ture 'Adobe Flash' amma booda hin jiru.
Amajjii 20 Joo Baayidan ifatti pirezidaantii Ameerikaa ta'uun waadaa galu. Sirna aangoo walitti dabarsuu pirezidaantii Ameerikaa ilaalchisee waan baruu qabdan muraasa akkasiin qindeessineera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3b2b5wO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3b2b5wO
BBC News Afaan Oromoo
Guyyaa Baayidan ifatti aangoo fudhatu Tiraampi ni argamaa laata?
Amajjii 20 Joo Baayidan ifatti pirezidaantii Ameerikaa ta'uun waadaa galu. Sirna aangoo walitti dabarsuu pirezidaantii Ameerikaa ilaalchisee waan baruu qabdan muraasa akkasiin qindeessineera.
Atakaaroon niikularaa Iraan ammallee dhuma hin arganne. Inumayyuu biyyattiin yeroo ammaa kana gabbisa Yuraaniyemii gara %20'tti guddistee jirti jedha UN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ndvO3e
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ndvO3e
BBC News Afaan Oromoo
Niikulara Iraan: Teehraan gabbisa Yuraaniyeemii gara %20’tti guddisuufi jedhe UN
Atakaaroon niikularaa Iraan ammallee dhuma hin arganne. Inumayyuu biyyattiin yeroo ammaa kana gabbisa Yuraaniyemii gara %20'tti guddistee jirti jedha UN
OMN (Youtube)
OMN: የኢትዮሳት(EthioSAT) ድብቅ አጃንዳና OMN በብሄር ብሄርሰቦች

YouTube
OMN: የኢትዮሳት(EthioSAT) ድብቅ አጃንዳና OMN በብሄር ብሄርሰቦች
Manni murtii ol iyyannoo US abookaatoowwan iyyata komii galfatanu, Lisaa Montigoomerii Ammajjii 12 du'aan akka adabamtu raggaasise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2X4blDe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2X4blDe
BBC News Afaan Oromoo
Dubartii tokkittii adabbii du’aa eeggachaa turterratti guyyaan itti duutu murame