Oduu Oromoo
Photo
Oduu - Voice of America
Ministarri Nagaa Itiyoophiyaa Dargaggoota Kuma Kudhan Hojii Tola-ooltummaaf Leenjisuufi
Ministarri Nagayaa dargaggoota kuma kudhan (10,000) hojii tola-ooltumaatti hirmaatuuf jiran gara leenjiitti galchuuf akka jiru beeksise.
Duula tola-ooltumaa guutuu biyyaa kanaan dargaggooni kuma dhibba tokkoo fi kuma kudha jahaa (116,000) kan galmaa’an yoo ta'uu hunduu dhawaataan keessummeeffamu, jedha ministirichi.

Oromia Broadcasting Network – OBN
Ibsa Komiishinii Poolisii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa.

Oromia Broadcasting Network - OBN
Ibsa Komiishinii Poolisii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa. - Oromia Broadcasting Network - OBN
Ibsa Komiishinii Poolisii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa. Humni Nageenyaa Aggaammii Humnoota Badii Maseensuudhaan Nageenyaafi Tasgabbii Waaraa Mirkaneessuuf Boqonnaa Malee Hojjechuuf Murteesseera. Akka naannoo fi biyyaatti jijjiirama rog-daneessa keessummeessuu…
Viidiyoon daa'imni Quwaadin Bayiles gabaabbachuusaatiif qoccolameera jedhe-tumsa namoota hedduu argate
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2SPxFzd

BBC News Afaan Oromoo
Quwaadin Bayiles: Awustiraliyaatti daa'imni gabaabbachuusaaf qoccolame tumsa birmannaa hedduu argate
Viidiyoon daa'imni Quwaadin Bayiles gabaabbachuusaatiif qoccolameera jedhe-tumsa namoota hedduu argate
Senaaterri Dimokiraatotaa deeggarsa filannoo irratti yaada Raashiyaan isa deeggaruuf dhiyeessite akka hin fudhanne hime
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/37QLwt4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/37QLwt4
BBC News Afaan Oromoo
Filannoo Ameerikaa: Barnee Saanders yaada Raashiyaan duula filannoo irratti isa deeggaruuf dhiyeessiteef deebii kennan
Senaaterri Dimokiraatotaa deeggarsa filannoo irratti yaada Raashiyaan isa deeggaruuf dhiyeessite akka hin fudhanne hime
Lixa fi Kibba Oromiyaatti erga ji'a tokkoo as waraanni mootummaa hidhattoota shiftaa jedhee waamu dhabamsiisuuf tarkaanfii jajjabaa fudhachaa akka jiru ajaja itti aanaan Raayyaa Ittisa Biyyaa jeneraal Birhaanuu Juulaa BBC'tti himaniiru. Turtii addaa BBC waliin taasisaniin dhimmoota ijoo hedduu ifa ta'uu qaban gaafanneerra. Itti dhihaadhaa!
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3c0YpEc
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3c0YpEc
BBC News Afaan Oromoo
Jeneraal Birhaanuu Juulaa: 'Marroon dhokatee jira, hanga ammaa rasaasa tokkollee hin dhukaafne'
Lixa fi Kibba Oromiyaatti erga ji'a tokkoo as waraanni mootummaa hidhattoota shiftaa jedhee waamu dhabamsiisuuf tarkaanfii jajjabaa fudhachaa akka jiru ajaja itti aanaan Raayyaa Ittisa Biyyaa jeneraal Birhaanuu Juulaa BBC'tti himaniiru. Turtii addaa BBC waliin…
Itaamaazhor shuumiin Itti -aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Janaraal Birhaanuu Juulaa oppireeshinii waraanni mootummaa gama Lixaafi Kibba Oromiyaatti taasisaa jirun milkaa'aa jira jechuun BBC'tti dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2PgARl3
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2PgARl3
BBC News Afaan Oromoo
Gaaffiifi deebii Janaraal Birhaanuu Juulaa waliin taasifame - BBC News Afaan Oromoo
Itaamaazhor shuumiin Itti -aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Janaraal Birhaanuu Juulaa oppireeshinii waraanni mootummaa gama Lixaafi Kibba Oromiyaatti taasisaa jirun milkaa'aa jira jechuun BBC'tti dubbatan.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** OBN Gur.13,2012- Ibsa Komiishinii Poolisii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa. Humni Nageenyaa Aggaammii Humnoota Badii Maseensuudhaan Nageenyaafi Tasgabbii Waaraa Mirkaneessuuf Boqonnaa Malee Hojjechuuf Murteesseera. https://t.co/MGFfXL1zVo
Twitter
OBN
OBN Gur.13,2012- Ibsa Komiishinii Poolisii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa. Humni Nageenyaa Aggaammii Humnoota Badii Maseensuudhaan Nageenyaafi Tasgabbii Waaraa Mirkaneessuuf Boqonnaa Malee Hojjechuuf Murteesseera.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** OBN Gur 14, 2012 - Ijaarsi Wiirtuu To'annoo Tiraafikaa Finfinnee eegalame. Ijaarsicha kan eegalchiisan itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaati. https://t.co/Z1RcKlTqyP
Twitter
OBN
OBN Gur 14, 2012 - Ijaarsi Wiirtuu To'annoo Tiraafikaa Finfinnee eegalame. Ijaarsicha kan eegalchiisan itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaati.
Haleellaa kaleessa Buraayyuutti raawwatee lubbuu namaa galaafateen shakkamuun namootni to'ataman poolisiidhaan qoratamaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Oromiyaa himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2v5WygV
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2v5WygV
BBC News Afaan Oromoo
Obbo Geetaachoo Baalchaa: Haleellaa Buraayyuutti raawwatee lubbuu namaa galaafateen shakkamtootni qoratamaa jiru
Haleellaa kaleessa Buraayyuutti raawwatee lubbuu namaa galaafateen shakkamuun namootni to'ataman poolisiidhaan qoratamaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Oromiyaa himan.
Joosippaa Lisaak ayyaana simannaa pireezidaantii haaraa Kirooshiyaa irratti sirba ijoo dubbii tahe sirbite
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2T3qEcQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2T3qEcQ
BBC News Afaan Oromoo
Sirbituun Kirooshiyaa faaruu alaabaatti qoosse himatamte
Joosippaa Lisaak ayyaana simannaa pireezidaantii haaraa Kirooshiyaa irratti sirba ijoo dubbii tahe sirbite
OMN (Youtube)
OMN:Finfinnee show Turtii Artistii Kadijaa Hajjii Waliin Kutaa 1ffaa { Gurraandhala22,2020}

YouTube

Gabaasni magaalaa guddoo biyyattii Seehuul irraa bahe namooti vaayirasichaan hubaman 229 argamuun lakkoofsa dhukkubsattootaa 433 geessiseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/37MHMJ5
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/37MHMJ5
BBC News Afaan Oromoo
Koroonaavaayirasii: Kooriyaa Kaabaatti lakkoofsi namoota koroonaavaayirasiin hubaman guyyaatti dachaan dabale
Gabaasni magaalaa guddoo biyyattii Seehuul irraa bahe namooti vaayirasichaan hubaman 229 argamuun lakkoofsa dhukkubsattootaa 433 geessiseera.
Oduu Oromoo
Photo
Oromia Broadcasting Network – OBN
Badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf hundu waltumsuun hojjechuu akka qabuu pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dubbatan.
https://www.obnoromia.com/wp-content/plugins/page-views-count/ajax-loader.gif

Obbo Shimallis Abdiisaa wayita jiddu gala gabaa ‘Alfoz Plaza’ jedhamu eebbisan akka jedhanitti badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf abbootiin qabeenyaa akka warra abbaa ‘Alfoz’ magaalaadhaa bahuun kara baadiyyaa Oromiyaattis hojjeechuu qabu jedhan.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa abbootii qabeenyaa akka shee Alii Huseen of jijjirani biyyaas jijjiruu danda’aniif tumsa guddaa kan godhu tahuu dubbataniiru.
Keessattuu abbootii qabeenyaa misoomaa beeladaa iratti hirmaataniif tumsi cimaan kan godhamuuf tahuu pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dubbataniiru.
Giddugalli gabaa ‘Alfoz Plaza’ Finfinnee iddoo Garjii jedhamutti lafa kaaree meetira 3000 irratti ijaarame.
Giddugalli gabaa kuni darbii 8 kan qabu yoo ta’u, suuqiiwwan daldalaa 400 fi kutaalee waajjiraaf tahan 300 qaba.
Masfin Tashomaatu gabaase.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/02/alf1-225x300.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/02/alfoz3-300x225.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/02/alfoz2-300x225.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/02/alfe-300x159.png
The post Badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf hundu waltumsuun hojjechuu akka qabuu pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dubbatan. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

Dhaabbanni lafa miidhame bayyanachiisuurratti hojjetu “Forest landscape Restoration and conservation” jedhamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti lafa heektaara 7.5 irratti biqiltuu mukkeen gara garaa misoomsaa akka jiru hime.

Dhaabbati kun bara 2008 ogeessota gara garaa 11’n kan hundaa’e yoo ta’u Marsaa jalqabaan Aanaa Adaamaa gandoota lafti miidhame deebisee bayyanachiisuuf hek 25 irratti misoomsuuf karoorfatee hojjetaa akka jiru Hoji Gaggeessaan waldichaa ,Dr Taammanaa Fixee himaniiru
Jijjiirama qilleensa yeroo ammaa yaaddoo ta’aa jiru kana ittisuuf lafa miidhame deebisanii bayyanachiisuun naannoon jiraannu jireenyaaf mijataa gochuuf xiiqeffatee hojjetaa akka jirus himameera.
Dhaabbati kun UNDP’tti Sagantaa “GEF-Small Grants” jedhamu waliin qindoomee hojjetaa akka jirus himameera.
Dhaabbanni kun hojii lafa manca’e deebisanii dandamachiisuu cinaattis gidduu gala bashannanaa babal’isuu,gidduu gala qorannoo hundeessuu,humna aannisaaf kan ta’u itaanoolii oomishuun cirama bosonaa hambisuu bira darbee meeshaa boceerraa itaanoolii kana oomishu galchuuf hojjetaa jira jedhame.
Kun immoo miidhaa summiin magarsinni kun qaama bishaanii biyyattii dhabamsiisuuf deemu ittisuuf gargaara jedhame.
Kana malees carraa hojii babal’isuu fi hawaasaaf hojii hubannoo uumuu hojjechuuf karoorfateera.
Walitti qabaan Boordii dhaabbatichaa, Obbo Beyyenee Toleeraa hojii karoorfatan fiixaan baasuuf tumsi uummataa fi mootummaa akka isaan barbaachisu gaafataniiru.
Dhabbanni kun qaama seerummaa argatee erga hundaa’e bubbulus bakka dhimmamtoonni argamanitti sagantichi Magaalaa Adaamaatti ifaan banameera.
Lammaa Xiyyeetu gabaase.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/02/lem1-300x225.jpg “Forehttps://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/02/lem2-300x225.jpg st landscape Restoration and conservation”
The post Dhaabbanni lafa miidhame bayyanachiisuurratti hojjetu “Forest landscape Restoration and conservation” jedhamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti lafa heektaara 7.5 irratti biqiltuu mukkeen gara garaa misoomsaa akka jiru hime. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** OBN Gur.14,2012 - Riik Machaar itti anaa Pireezidantii Sudaan kibbaa ta’un filaman. Pireezidantiin Sudaan Kibbaa Saalvakir dursaa garee mormiitoota duraani kan turan Riik Machaar itti anaa pireezidantii gochuun mudan. https://t.co/jVppegPZXS
Twitter
OBN
OBN Gur.14,2012 - Riik Machaar itti anaa Pireezidantii Sudaan kibbaa ta’un filaman. Pireezidantiin Sudaan Kibbaa Saalvakir dursaa garee mormiitoota duraani kan turan Riik Machaar itti anaa pireezidantii gochuun mudan.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** OBN Gur.14,2012- Artiistoota, qabsaa'onni mirga namaa fi Aktiifiistoonni Oromoo qabsoof biyyaa bahaan waggoota dheeraa booda har'a gara biyya Abbaa isaanitti Ameerikaa fi Siwiidinii yammuu deebi'an Abbootii Gadaa fi qondaaltoota mootummaan simataman. https://t.co/gMsPuFcdLC
Twitter
OBN
OBN Gur.14,2012- Artiistoota, qabsaa'onni mirga namaa fi Aktiifiistoonni Oromoo qabsoof biyyaa bahaan waggoota dheeraa booda har'a gara biyya Abbaa isaanitti Ameerikaa fi Siwiidinii yammuu deebi'an Abbootii Gadaa fi qondaaltoota mootummaan simataman.