Mootummaan Itoophiyaa waraanaa waggaa lamaaf kaaba biyyatiitti ture dhaabuuf jecha humnootii Tigraay waliin waliigaltee nagaa Sadaasa keessa mallatteesseera. Haata'u malee hojjattoonni deeggarsa namoomaafi jiraattoonni BBCtti akka himaniitti, miidhaan namoota nagaa irra gahu, keessattuu miidhaan saal-quunnamtii dubartootarra gahu, ammalleen hin dhaabanne.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/S29blm6
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/S29blm6
BBC News Afaan Oromoo
'Nagaan bu'ullee ammayyuu loltoonni Eertiraa dubartoota gudeedaa jiru'
Mootummaan Itoophiyaa waraanaa waggaa lamaaf kaaba biyyatiitti ture dhaabuuf jecha humnootii Tigraay waliin waliigaltee nagaa Sadaasa keessa mallatteesseera. Haata'u malee hojjattoonni deeggarsa namoomaafi jiraattoonni BBCtti akka himaniitti, miidhaan namoota…
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/TDqkBNi
BBC News Afaan Oromoo
Peep Gaardiyoolaan Arsenaalitti dhaadate
Peep Gaardiyoolaan Arsenaalitti dhaadate
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Horn ODUU ( Gurraandhala 15,2023)
● WBO'n dhiifama gaafatame.
● Hammeenya A/Alaagaa dureettii
OMN Horn ODUU ( Gurraandhala 15,2023)
● WBO'n dhiifama gaafatame.
● Hammeenya A/Alaagaa dureettii
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN ዕለታዊ ዜና (February 15, 2023)
● የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ይቅርታ ተጠየቀ
● ለሰው ልጅ የማይገባ ስቃይ በአርሲ ዞን ጃጁ ወረዳ አላጋ ዱሬቲ
OMN ዕለታዊ ዜና (February 15, 2023)
● የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ይቅርታ ተጠየቀ
● ለሰው ልጅ የማይገባ ስቃይ በአርሲ ዞን ጃጁ ወረዳ አላጋ ዱሬቲ
Naannoo Kibbaa, godina Guraagee magaalaa Walqixxeetti rakkooo dhiyeessii bishaanii ji’ootaaf mudateeen furmaatni akka isaanii kennamuuf namoota hiriira bahan irratti humnoota nageenyaan dhukaasa banameen lubbuun namootaa darbuufi miidhaan qaamaa gahuu jiraattonni BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gKBwDAJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gKBwDAJ
BBC News Afaan Oromoo
Walqixxeetti jiraattota hiriira bahan irratti dhukaasa banameen lubbuun namootaa darbe
Walqixxeetti jiraattota hiriira bahan irratti dhukaasa banameen lubbuun namootaa darbe
Naannoo Tigraay keessatti sanadni mootummaan haaraan itti hundaa’u torban dhufu akka ifa taasifamu ibsame. Sanada bulchiinsa mootummaa yeroo hundeessuuf gargaaru marii paartilee siyaasaafi qaamolee hawaasaa garagaraan waliin taasisuun qopheessuuf koreen hundaa’eera. Kana ilaalchisee kooree dhimma kana gaggeessu BBCtti dubbateera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/yAhb4qI
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/yAhb4qI
BBC News Afaan Oromoo
'Tigraayitti mootummaa haaraa hundeessuuf sanadni qophaa'e torbee dhufu ifa ta'a'
Naannoo Tigraay keessatti sanadni mootummaan haaraan itti hundaa’u torban dhufu akka ifa taasifamu ibsame. Sanada bulchiinsa mootummaa yeroo hundeessuuf gargaaru marii paartilee siyaasaafi qaamolee hawaasaa garagaraan waliin taasisuun qopheessuuf koreen hundaa’eera.…