Oduu Oromoo
15.2K subscribers
12.4K photos
1.89K videos
40 files
38.1K links
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
Download Telegram
Waajjirrii Dhimma Nageenya Biyya Keessaa Ameerikaa (DHS) lammiilee Itoophiyaa sababii waraanaatiin biyyatti deebii’u hin dandeenyeef Sadarkaa Eeguumsa Yeroo baatiiwwan 18’f kennuu beeksiise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/9nG2IRk
Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNSC) dhimma waraana Itoophiyaatti gaggeeffamaa jiruu irratti Onkoloolessa 21, 2022 balbala cufachuun kora gaggeeffatee ture. Haa tahu malee, yaada furmaataa dhiyaate irratti osoo walii hin galamiin hafuutu himame.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/8n0BCVi
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** Prime Minister Abiy Ahmed, First Lady Zinash Tayachew, and senior government leadership have arrived in Jimma. They inaugurated one of the schools built by the Office of the First Lady. https://t.co/CagQYplwRY
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman cimsuun dhaloota kennawwaan qaban misoomaaf oolchan ijaaruuf ni hojjetama jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad. https://t.co/KlfmnxoQkD
OMN (Youtube)
OMN - ODUU ( ONK 22, 2022)


OMN - ODUU ( ONK 22, 2022)
OMN (Youtube)
OMN ዕለታዊ ዜና (October 22, 2022)


OMN ዕለታዊ ዜና (October 22, 2022)
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** The agricultural activities conducted by Bonga University in conjunction with the teaching & learning process are outstanding. Using improved seeds, the institution grows teff, coffee, other fruits and dairy products while conducting livestock and fish farming. https://t.co/eAHvUr6m4E
OMN (Youtube)
OMN Horn: Odeessaalee (Onkololeessa 22 2022)


● Afaan Oromoo Yun. Staanfoord
● Haleellaan droonii eenyu miidha?
● Hiriironni asiin duraa maal buusan?
Sent by @TheFeedReaderBot
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
Biyya Ameerikaatti Yuunivarsiitiin Istaanfoord Afaan Oromoo barsiisuu eegaluu ibse

Biyya Ameerikaatti Yuunivarsiitiin Istaanfoord Afaan Oromoo barsiisuu eegaluu ibse
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
Saasiggaatti haleellaa tibba kana hidhattoonni naannoo Amaaraatii dhufan raawwatan hordofuun

Saasiggaatti haleellaa tibba kana hidhattoonni naannoo Amaaraatii dhufan raawwatan hordofuun hawaasni rakkoof saaxilamuun himame.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
የአፋን ኦሮሞ ቋንቋ በአሜሪካን በስታንፎርድ ዩኒቨርስቲ

የአፋን ኦሮሞ ቋንቋ በአሜሪካን በስታንፎርድ ዩኒቨርስቲ