Oduu Oromoo
15.3K subscribers
12.4K photos
1.89K videos
40 files
38.1K links
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
Download Telegram
Ertiraan sochii waraanaa daangaa Itiyoophiyaatti taasisaa jirtu US duuka buutee hordofaa akka jirtuu fi cimsitee akka balaaleffattu Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa US kan ta'an Maayik Hamar ibsan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/DR8hjme
OMN (Youtube)
OMN - ODUU IJOO ( FULB 21, 2002)


OMN - ODUU IJOO ( FULB 21, 2002)
Oduu - Voice of America
Jilli Buttee Dhaabuu Godinaa Booranaa, Areerootti Geggeessamaa Ture Xumurame

Jilli Buttee Dhaabuu ka wagga saddeetitti al tokko Gadaa Booranaa keessatti raaw’atamu, Areerotti gaggeessamee xumuramuu Abbootiin Gadaa, Sagalee Ameerikaatti himanii jiran. Sirna kana Gadaan haaraan Baalli fudhatu kan gaggeessu ta’uu ka dubbatan qorataan seenaa fi aadaa booranaa, Obbo Jaatanii Diidaa “Ka baranaas ji’a tokkoo oliif Aanaa Areerotti gaggeeffamaa ture torbee kana xumurame,” jedhan. Hoongeen naannicha keessatti hammaatus jilli kun haga danda’ame sirnumaan geggeessame, jedhu abbootiin Gadaa sirnichatti hirmaatan.
OMN (Youtube)
ምልከታ (Sep21 -2022) ኢሬቻ 2022 እና አዲሱ የትምህርት ስረአት


ምልከታ (Sep21 -2022) ኢሬቻ 2022 እና አዲሱ የትምህርት ስረአት
OMN (Youtube)
OMN/ አዲሱ የትምህርት ስርአት የብሄሮችንና ብሄረሰቦችን ማንነት ለማደብዘዝ ታልሞ የተዘጋጀ እንደሆነ ተገለፀ።


OMN/ አዲሱ የትምህርት ስርአት የብሄሮችንና ብሄረሰቦችን ማንነት ለማደብዘዝ ታልሞ የተዘጋጀ እንደሆነ ተገለፀ።
OMN (Youtube)
OMN - ODUU ( FULB 21, 2022)


OMN - ODUU ( FULB 21, 2022)
OMN (Youtube)
OMN DESK ( Sep 21,2022)


OMN DESK ( Sep 21,2022)
OMN (Youtube)
OMN ዕለታዊ ዜና (September 21, 2022)


OMN ዕለታዊ ዜና (September 21, 2022)