Oduu Oromoo
15.1K subscribers
12.4K photos
1.89K videos
40 files
37.9K links
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
Download Telegram
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Ambaasaaddar Dr. Injinar Silashii Baqqalaa, miseensa Koongireesii Ameerikaa Haal Roojiris waliin mari’atan. Ameerikaatti, Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dr. Injinar Silashii Baqqalaa, miseensa Koongireesii Ameerikaa Haal Roojiris waliin dhimmoota gara garaa irratti mari’atan. https://t.co/Uxr16w7vXc
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Ministiirri Muummee Itti Aanaafii Ministiirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Gamtaa Awurooppaatti Daayrektara Dhimma Afrikaa Tajaajila Alaa Riitaa Laaranjinhaa waliin haala yeroo Itiyoophiyaaarratti mari’ataniiru. https://t.co/iDG5Asw7hb
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Irreechi Tokkummaa Oromoofi Walitti Dhufeenya Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Biyyanaaf Gahee Akkamii Qaba? Tokkummaa Oromoo fi walitti dhufeenya Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota biyya kanaa cimsuu keessatti Ayyaanni Irreechaa iddoo olaanaa qaba. https://t.co/rY7r55Y2KA
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN Fooramiin Mana Maree Kominikeeshinii, Dipiloomaasii Bishaanifi bishaanii qophessummaa Yuunivarsiitii Baahirdaariifi Ministeera Bishaanifi Inarjiitiin Baahirdaaritti taa'amaa jira. https://t.co/pPLoytXqTi
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN GRD: Tokkummaa,Humneessuu fi Irreecha (Fulbaana 15, 2022)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN - ODUU IJOO ( FULB 15, 2022)


OMN - ODUU IJOO ( FULB 15, 2022)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN DAA'IMTUU TORBAANII: DIROONII fi CARRAA MARII (Sep 15, 2022)


* DIROONII fi CARRAA MARII
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN DAA'IMTUU TORBAANII: DIROONII fi CARRAA MARII (Sep 15, 2022)


OMN - ODUU ( FULB 15, 2022)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN ዕለታዊ ዜና (September 15, 2022)


OMN ዕለታዊ ዜና (September 15, 2022)
OMN (Youtube)
Irreecha bara kana dammaqinnaan irratti hirmaachuuf qophiin taasifamaa jira


Irreecha bara kana dammaqinnaan irratti hirmaachuuf qophiin taasifamaa jira.
OMN (Youtube)
Hayyoonni Oromoo adeemsi hawaasni Idil addunyaa itti deemaa jiru Itoophiyaa keessatti nagaa waaraa


Hayyoonni Oromoo adeemsi hawaasni Idil-addunyaa itti deemaa jiru Itoophiyaa keessatti nagaa waaraa busuu hin danda’uu jedhan.
OMN (Youtube)
OMN/ Gabaasa Addaa ( Fulb 15,2022)


OMN/ Gabaasa Addaa ( Fulb 15,2022)