Oduu Oromoo
15.2K subscribers
12.4K photos
1.89K videos
40 files
37.9K links
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
Download Telegram
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN ዕለታዊ ዜና (July 13, 2022)


● በምስራቅ ባሌ ዞን የተከሰተው ድርቅ ህብረተሰቡን ለከፋ ችግር እንደዳረገው ተሰማ።
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Horn ODUU (Adoleessa 13, 2022)


● Yaaddoo uummata Walloo
● Hongeen Afrikaa bahaa
OMN (Youtube)
OMN DESK (Ado 13,2022)


OMN DESK (Ado 13,2022)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Hundeeffama waggaa 60ffaa Sochii Afran Qalloo Adoolessa 13, 2022
Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa Aanaa Gurraa Dhaamolee kuma shan ta’an qe'eefi qabeenya isaaniirraa buqqa'uun gara Aanaa Dalloo Mannaatti baqachuu aanga'aan mootummaa BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/EmQBljg
Adeemsi carraa baasuufi sooftiweeriin dhimmi itti baahame rakkoo qabaachuun waan mirkanaa'eef sirni carraa baasuu kun guutummaatti haqamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/7w5BdOW
Pireezdantiin Somaaliyaa haaraa filataman daawwannaa guyyoota afurii Ertiraatti taasisan xumuruun Kibxata darbe erga qe'eetti deebi'anii waa'ee loltoota leenjiif Ertiraatti ergaman jedhamanii maatiitti himaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/mRxneJB