Oduu Oromoo
15.2K subscribers
12.4K photos
1.89K videos
40 files
37.9K links
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
Download Telegram
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
OMN - ODUU IJOO ( AMAJJII 16, 2022)

OMN - ODUU IJOO ( AMAJJII 16, 2022)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN Horn Odeessaalee Har'aa (AMAJJII 13, 2022)


√ "Waraana Tigraay dhaabnee waraana Oromiyaa itti fufna" PP Oromiyaa
√ "Waraana dhaabun gaafatamummaa Abiy" Koree badhaasa Nobeelii
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN - ODUU ( AMAJJII 16, 2022)


OMN - ODUU ( AMAJJII 16, 2022)
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN-Mil'uu Tibbanaa Amajjii 16.2022


OMN-Mil'uu Tibbanaa Amajjii 16.2022
Oduu Oromoo
Photo
OMN (Youtube)
OMN_Turtii Gaazexeessaa Mallasaa Diribsaa Walii (Jan 16 2022)
Pirofesarri saayinsii xiinsammuu yuunvarsiitii Haarvaardi Istiiven Piinker hudhaalee akka yaada gaarii hin qabaanne godhanii fi karaatti maqsuun danda'amu irratti ibsaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ntQvec
Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaa magaalaa Maqiitti dhalatee guddatee fi ammas achuma kan jiraatu Nagawoo Jimaa, sababa dheerina hojjaasaa rakkoo hawaasummaaf saaxilamuu hima.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34YSEbl
Dhaadannoon Maartin Luuter Kiing, ''abjuun qaba'' jedhu Ameerikaa keessatti namni hunduu wal qixa jechuun labsaa ture, dubbii jabduu hanga ammaatti nama jajjabeessu, dhiibbaa uumuu danda'uu fi nama onnechiisu tahee itti fufeera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FB16tZ
Lammiin UK maqaansaa Maalik Faa'isaal Akraam jedhame tokko Sambata erga mana amantaa Ameerikaa tokko keessatti namoota afur ukkaamseen booda dhukaasa poolisoota waliin waliitti baneen ajjeeffame. Amma gochaa sana hordoofee dargaggoonni lama UK keessatti to'annoo jala oolfaman.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qwOgIT
Namoonni sooreeyyii addunyaa kanaa ta'an caalatti qabeenyi isaanii weerara koronaa vaayirasitiin booda akka dabalu yoo ta'u, namoonni baayyeen immoo gara hiyyummaatti akka galan godheera jedha gabaasni dhaabbata miti mootummaa Oksfaam.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qwQSXe
Itoophiyaan bara 2021 keessa interneetii cufuudhaan maallaqa dolaara miliyoona 164.5 kan dhabde yoo ta'u, Afrikaa keessatti ammoo biyyoota gar-malee miidhaman keessaa lamaffaa taateetti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3IeuGa6
Koriyaa Kaabaa torban lama keessatti si'a afur misaa'ela dhukaasteetti - kun haala kanaan dura hin baramneen bara kana keessa yeroo kanatti kan ta'edha.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3I90MnS
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
OMN - ODUU IJOO ( AMAJJII 17 , 2022)

OMN - ODUU IJOO ( AMAJJII 17 , 2022)
Jalqabumaa gammachuu deeggartoota kilabicha malee hojii leenjisummaa Evertaniif kan qacaraman Raafa'el Benitez qabxii barbaadamu galmeessuu dhabuun ari'aman.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nAvoqm