Oduu Oromoo
Photo
Oduu - Voice of America
Kamilaa Haariis Faransaayiin daawwachaa jiru
Prezidaanti Itti anntuun yunaayitid Isteets Kamilaa Haariis daawannaa guyyaa afuriitiif biyya Faransaay yemuu seenaan prezidaantiin Faransaay Emaanu’eel Makiroon masaraa mootummaa biyyatiitti simannaa taasisaniiruf.
Hoggantoonnii biyyotan lammanii waa’ee jijirama qileensaa, diinagdee, dhimma fayyaa adduunyaa fi walti hidhata daddarbiinsa omishaa irratti marii taasisu jedhameera.
Waltii dhufeenyii U.S fi Faransaay yeroo kamiinuu caalaa qileensii akka keesa seenu kan taasise , dhiheenyaa kana U.S., Biriteenii fi Awustiraaliyaan bidiruu Nukileerii baatee galaanaa jala deemuu waloodhaan hojachuudhaaf walgaltee biyyoottan sadan taasisaaniidhaa.
Awustiraaliyaan U.S fi Biriteenii waliin waligaltee keessaa seenuu isheetiin duratti, Faransaayii wajjin walii galtee uumte diiguun ishee faransaayiin akka aarse gabaasameera.
Haanga’aa gameessaa bulchiinsa mootummaa U.S kan ta’an kaleessa akka gabaastotatti himanitti, wal gahiin Faransaayi fi U.S barbaachisaadha. Sababini isaas, walti dhufeenyi biyyoottan lamanii walitti dhufeenyaa adduunyaati. Faransaayiif froottaan U.S wareen Awurooppaa egeree U.S fi barbaachisoodha.
Kaamilaa Haaris daawwanaa abbaa warraa isaanii waliin taasisaa jiran kanan bakka sayintistoonni U.S fi Faransaay Kooviid 19 irraatti qorannoo taasisan Paaster Inistiitiyuut akka daawwatan gabaasameera.
Guyyaa borii U.S keessatii isa kabajamee oolu guyyaa Gadamoojjii waraanaa sababeeffachuudhaan Emanu’eel Makiroon fi Kamilaa Haariis bakkaa awwaala Amerikaanotaa isa magaalaa paarisii alaatti argamu akka daawwatan ibsameera.

Maynamar Gaazexeessaa U.S himatte
Mootummaan Maynamar Gaazexeessaa lammii U.S shororkeessumaadhaa fi seeraa imigreshiinii biyyatti cabsuudhaan mormiitootaa mootummaa wajjin wal argee namoota mootummaa irrati kakasuudhaan himatera.
Gaazexeesaa Daaniiy Feenster gulaalaan barruulee Frontier Myanmar jedhamuu Caamsaa 24 yemmuu gara U.S ti imaluuf deemu buufata Xiyyaaraa Yaangon irratti qabamee ti kan mana hidhaa seene.
Akka Abukaatoon gaazexeessichaa jedhanitti, yoo himannaa haaraa irratii dhihaatee isa shororkeessumaa fi kakaasuutiin yakkamaadha jedhame hidhaan waggaa 30 itti murtaa’uu danda’a. Himannaa haaraa ka

Itiyoophiyaaf Furmaata Siyaasaa Arguuf Carraan Jiru Cufamaa Jira Jedhu Taajjabdonni.
Itiyoophiyaan guutuummaatti wal waraansa sivilootaatti ituu hin seeniin dura, walitti bu'iinsa Tigraay keessaaf furmaata siyaasaa arguuf yeroo gabaabbataa kan jiru ta'u bakka buutonni golli naga eegumsaa kan Tokkummaa Mootummootaa ibsanii jiru.
Akeekkachiisi kun kan kenname sababaa mootummaan gargaarsa dhala nagaa akka hin seenne ittisuu isaan kan ka'e uummanni Tigraay keessa jiraatu nyaataa fi boba'aa dhabee rakkataa jiruu tti.
Gbaasa Siindii Seeyiin Caqasaa.

Nasa'n karoora deebi'ee Addeessarra qubachuuf bara 2024'tti qabatee ture waggaa tokkoon fuulduratti butuu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ofLK7C

BBC News Afaan Oromoo
NASAn karoora gara Addeessaa deebi'uuf qabate bara 2025'tti dabarse
Nasa'n karoora deebi'ee Addeessarra qubachuuf bara 2024'tti qabatee ture waggaa tokkoon fuulduratti butuu beeksise.
Singaappor keessa nama qoricha daddabarsuun yakkamaa ta'e du'aan adabuun biyyattii keessa waan ajaa'ibaa miti. Haa ta'u malee dhimmi dargaggoo kanaa ijoo dubbii ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/30jpMIO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/30jpMIO
BBC News Afaan Oromoo
Nagentiraan: Yakkamaa IQ xiqqoo qabu fannifamuuf jedhu kadhaan maatii hambisaa laata?
Singaappor keessa nama qoricha daddabarsuun yakkamaa ta'e du'aan adabuun biyyattii keessa waan ajaa'ibaa miti. Haa ta'u malee dhimmi dargaggoo kanaa ijoo dubbii ta'eera.
Biyyoonniifi dhaabbileen idil addunyaa garaa garaa hojjettootaafi lammiilee isaanii Itoophiyaa keessaa baasutti jiru. Taateen kuni yeroo waraanni Kaaba biyyattiitti hammaatetti mul’achuu eegale. Adeemsi kuni haala biyyattiin itti jirtu maal hima?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qp3lwj
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qp3lwj
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Biyyootniifi dhaabbileen alaa maaliif namoota isaanii Itoophiyaa keessaa baasaa jiru?
Biyyoonniifi dhaabbileen idil addunyaa garaa garaa hojjettootaafi lammiilee isaanii Itoophiyaa keessaa baasutti jiru. Taateen kuni yeroo waraanni Kaaba biyyattiitti hammaatetti mul’achuu eegale. Adeemsi kuni haala biyyattiin itti jirtu maal hima?
Guyyaa namoota jaalallee hin qabne (Singles' Day) irratti namootni jaalallee hin qabne, qophaa ta’uu isaanii akka kabajanii fi guyyaa itti of kunuunsan akka ta’uuf uumame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3c06XfM
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3c06XfM
BBC News Afaan Oromoo
Guyyaa namootni jaalallee hin qabne kophummaa isaanii itti kabajatan
Guyyaa namoota jaalallee hin qabne (Singles' Day) irratti namootni jaalallee hin qabne, qophaa ta’uu isaanii akka kabajanii fi guyyaa itti of kunuunsan akka ta’uuf uumame.
Addunyaarratti biyyoonni lamaan CO2 gara qilleensaatti gadhiisuun faalama hunda caalaa qaqqabsiisaa jiran Chaayinaafi US kora dhimma jijjiirama haala qilleensaa, COP26, irratti akka waltumsan beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/30npUXD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/30npUXD
BBC News Afaan Oromoo
COP26: Chaayinaafi US dhimma jijjiirama haala qilleensaarratti waltumsuuf waliigalan
Addunyaarratti biyyoonni lamaan CO2 gara qilleensaatti gadhiisuun faalama hunda caalaa qaqqabsiisaa jiran Chaayinaafi US kora dhimma jijjiirama haala qilleensaa, COP26, irratti akka waltumsan beeksisan.
Boeing maatiiwwan balaa xiyyaataa Itoophiyaa Boeing 737 max bara 2019’tti lubbuu namoota 157 galaafate waliin waligalteerra ga’eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n4K2Xh
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n4K2Xh
BBC News Afaan Oromoo
Boeing maatiiwwan miidhamtoota balaa xiyyaara Itoophiyaa waliin waliigalteerra gahe
Boeing maatiiwwan balaa xiyyaataa Itoophiyaa Boeing 737 max bara 2019’tti lubbuu namoota 157 galaafate waliin waligalteerra ga’eera.
Qondaalonni mootummaa Itoophiyaa dhalattoota Tigiraay maqaa gurguddaa qaban hojii gaggeesitoota baankiitii hanga lubootaatti finciltoota TPLF deeggaru jedhanii shakkan hidhaa jiraachuu namootni isaan hidhamanitti dhiyeenya qaban himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n5jhlj
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n5jhlj
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Qeesii dabalate Tigroonni hidhamaa jiraachu maddeen ibsan
Mootummaa Itoophiyaa dhalattoota Tigiraay qeesii bataskaanaatii kaasee kanneen waajjiraalee garaa garaa keessa hojjatan finciltoota TPLF deeggartu jechuun shakkee hidhaa jiraachuu maddeen beeksisan.
Izzii hojiirra olmaa labsii yeroo muddanaa torban darbe biyyattii guutuutti labsame hordofu hojiiwwan hanaga ammaatti raawwataman gamagamuun ajaja dabalataa dabarse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3DaRLbN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3DaRLbN
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: Iiziin Labsii Yeroo Muddamaa ajaja qaamoolee nageenyaa, kireessitoota manaafi baankii ilaallatu baase
Izzii hojiirra olmaa labsii yeroo muddanaa torban darbe biyyattii guutuutti labsame hordofu hojiiwwan hanaga ammaatti raawwataman gamagamuun ajaja dabalataa dabarse.
Isteet Sakireetaariin US Antooniyoo Bilinkan waraana Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru dhaabsisuuf dippilomaasiin ni hojjeta jedheen abdachaa jira jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3BZVLdO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3BZVLdO
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: US dippilomaasiin waraana Itoophiyaa akka dhaabu 'abdiin qaba' jette
Isteet Sakireetaariin US Antooniyoo Bilinkan waraana Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru dhaabsisuuf dippilomaasiin ni hojjeta jedheen abdachaa jira jedhe.
Pireziaantiin duraanii Afrikaa Kibbaa FW de Kilerk umurii waggaa 85tti du'aan boqotan. FW de Kilerk pirezidaantii sanyii adii yeroo dhumaatiif Afrikaa Kibbaa bulachan ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3DlScQR
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3DlScQR
BBC News Afaan Oromoo
Pirezidantiin duraanii Afrikaa Kibbaa FW de Kilerk umurii waggaa 85tti boqotan
Pireziaantiin duraanii Afrikaa Kibbaa FW de Kilerk umurii waggaa 85tti du'aan boqotan. FW de Kilerk pirezidaantii sanyii adii yeroo dhumaatiif Afrikaa Kibbaa bulachan ture.
Daa'imni US ulfa torban 21 qofaa tureen dhalatee fi walakkaa kiiloogiraamaa qofa madaalu ture adunyaa irraa daa'ima osoo yeroon hin gahiin dhalate isa xiqqaa luubbuun oole tahuun galmaa'e.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Ho20fB
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Ho20fB
BBC News Afaan Oromoo
Daa'imni US yeroo ulfaa torban 21'n dhalate lubbuun jiraate, adunyaa irraa kan jalqabaa tahuun waraqaa ragaa argate
Daa'imni US ulfa torban 21 qofaa tureen dhalatee fi walakkaa kiiloogiraamaa qofa madaalu ture adunyaa irraa daa'ima osoo yeroon hin gahiin dhalate isa xiqqaa luubbuun oole tahuun galmaa'e.
Lola Kaaba Itoophiyaa waggaa tokko lakkoofsise ilaalchisee nageenyi akka bu'uuf humnootiin TPLF iddoowwan qabatan gadhiisanii bahuu akka qaban mootummaan Itoophiyaa hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3oiF2xE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3oiF2xE
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: 'Nagaan akka bu'uuf TPLF naannoo Amaaraa fi Affaar gadhiisee bahuu qaba'
Lola Kaaba Itoophiyaa waggaa tokko lakkoofsise ilaalchisee nageenyi akka bu'uuf humnootiin TPLF iddoowwan qabatan gadhiisanii bahuu akka qaban mootummaan Itoophiyaa hime.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN TALK TO OBN| Future Africa| TPLF was working to balkanaize the Horn of Africa: Farah Maalim #Former Deputy Speaker of Kenya Parliament https://t.co/tZv4DUOlyw https://t.co/NwV8nvVmeJ https://t.co/371eYwJ1Jq https://t.co/AdSBFaYvUC https://t.co/1OhArjnJjy
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN All about the GERD, Why Ethiopia is constructing the project: Dr. Tirusew Assefa, an independent Researcher https://t.co/tZv4DUOlyw https://t.co/NwV8nvVmeJ https://t.co/371eYwJ1Jq https://t.co/AdSBFaYvUC https://t.co/sYUKDW2ZvU
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.