Oduu Oromoo
Photo
Oduu - Voice of America
Siinqee fi Duula Waraanaa
Siinqeen waraana dubartiiti jedha Oromoo. Dubartonni sinqee qabachuun baanaan lola dhaabsiisu, rooba hamaa dhaabsisu. Sinqeen sirna Ateetee jedhamu dubartootni mirga isaani kan ittin kabajsiifatanis qabu.
Ministeeri Adaafi Turizimii Federaalaa kitaaba qorannaan deeggarame sinqee jedhu keessatti gahee dubartoonni Oromoo nagaa eegisisuu keessatti qaban ibsu maxxansiise jira.
Gaaffi fi Deebii Guutuu Caqasaa

Beneshaanguul Gumuuz Keessatti Angawoonni To'annaa Jala Oolanii Jiru
Manni maree bulchiinsa naannoo Beneshaanguul Gumuuz gumii ariifachisaa guyyaa lamaaf gaggeesseen miseensoota isaa 4 irraa mirga akka hin himatamnee qabaataa turan irraa mulqee jira.
Isaanis Obbo Adagoo Amsaayaa, Obbo Shifarraa Calliboo, Obbo Girmaa Manii fo Obbo Araggaa Baalbiid yoo ta'an yeroo ammaa to'annaa jala ooluun isaanii ibsamee jira.
Akka hin himatamneef mirgi qaban akka irraa kaafamuuf kan gaafatee abba alangaa mummicha yoo ta'u gaaffii kanas manni maree naannichaa sagalee guutuun raggaasisuu afyaa;iin mana maree Obbo Taaddalaa Tarrafaa ibsanii jiru.
Tarkaanfiin kun kanumaan akka hin dhaabannee ta'u ibsanii guyyaa har'a ganama aanaa Dibaaxee ganda Zigii keessatti hidhattonni Gumuuz nama lama ajjeesanii tokko madeessuu isaanii dubbatan.
Gareen mummicha ministeeraaa Abiyyi Ahmadiin hundeeffame kan aangawoota sarkaa olaanaa kan mootummaa fi ajajajoota waraanaa keessa jiran godiina Matakkal keessatti hojii seera eegsisuu guutummaan jalqabuun ibsameera.
Gabaasa Guutuu Caqasaa

Naannoo Affaar fi Somaalee Gidduutti Walitti Bu'iinsii ture Dhaabatee Jira: Angawoota
Bulchiinsoota naannooee Affaar fi Somaalee giddutti guyyaa lamaaf walitti bu'iinsii gaggeeffamaa ture Wiixata kaleessa dhaabachuu isaa waajiroonni komunikeshinii gam lameenii ibsanii jiru.
Dilbata darbee haleellaan ana irratti gaggeeffame jechuun jalqaba kan ibsa baasee waajiira Komunikeeshinii Somaalee yoo ta'u jiraataan aanaa Afdam Xaahir Faaaraah akka jedhanti jiraattoota keessaa 36 ajjefaman jedhu.
Bulchiinsii naannoo Affaar akka jedhutti garu walitti-bu'iinsii kan uumamee Affaar keessa bakka Gawwaanee jedhamtutti jedha.Kan haleellaa kana gaggeessanis humnootii bulchiisa naannoo Somaalee ta'u dubbata.
Badii gam lameen irra ga'e garu waajiroonni gama lameenii hin ibsinee jechuun Addis Chekkol gabaasee jira.

⚠️ The feed "Oromia Broadcasting Network – OBN" doesn't seem to work. Check it, and remove it if necessary

Poolisiin Raashiyaa luba koronaavaayirasiin jiraachuu haalan gadaamii keessaa barbaadani qabuun hidhani.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38MKMIc

BBC News Afaan Oromoo
Lubni 'koronaavaayirasiin hin jiru’ jedhan mana hidhaa buufaman
Poolisiin Raashiyaa luba koronaavaayirasiin jiraachuu haalan gadaamii keessaa barbaadani qabuun hidhani.
Walitti dhufeenyi tibbana Israa'eel Sudaan waliin haaromfattee hawaasa Sudaan muraasaan ni deegarama. Haata'u malee kaaniif oduu gaarii miti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2WSrzzh
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2WSrzzh
BBC News Afaan Oromoo
Waliigalteen Sudaaniifi Israa'el maaliif baqattootatti sodaa uumee? - BBC News Afaan Oromoo
Walitti dhufeenyi tibbana Israa'eel Sudaan waliin haaromfattee hawaasa Sudaan muraasaan ni deegarama. Haata'u malee kaaniif oduu gaarii miti.
Magaala Jimmaatti kan argamu masaraan mootii Abbaa Jifaar deeggarsa Imbaasii Ameerikaatiin suphaan isaa wagga tokkoo fi ji'a afuriin dura eegalamee ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2KDE0wt
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2KDE0wt
BBC News Afaan Oromoo
Ogeessi suphaa Hambaa dhabamuun haaromsa hambaalee Oromiyaatti yaaddoo uume
Magaala Jimmaatti kan argamu masaraan mootii Abbaa Jifaar deeggarsa Imbaasii Ameerikaatiin suphaan isaa wagga tokkoo fi ji'a afuriin dura eegalamee ture.
Loltoonni Sudaan godina lixa Gondar keessattuu aanaalee Matammaafi Lixa Armaacihoo seenuun maasaa qonnaan bultootaa irraan miidhaa qaqabsiisuu fi namoonni buqqa'u aanga'oonni naannichaa BBC'tti himaniiru. Qonnaan bultoonnis miidhamuufi rakkoof saaxilamuu dubbatu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34Xt9nY
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34Xt9nY
BBC News Afaan Oromoo
Qonnaan bultoonni daangaa Itiyoo-Sudaanitti sodaa keessatti argaman maal jedhu?
Loltoonni Sudaan godina lixa Gondar keessattuu aanaalee Matammaafi Lixa Armaacihoo seenuun maasaa qonnaan bultootaa irraan miidhaa qaqabsiisuu fi namoonni buqqa'u aanga'oonni naannichaa BBC'tti himaniiru. Qonnaan bultoonnis miidhamuufi rakkoof saaxilamuu…
Dippaartimantiin Haqaa Ameerikaa qorannoo bara 2014 mucaa dhiiraa gurracha ganna 12 Tamir Raayis ashaangullitii ykn intalashee qawwee fakkaatu baaturratti raawwate cufuu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rOAy2K
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rOAy2K
BBC News Afaan Oromoo
Tamir Raayis: Poolisoota mucaa ganna 12 ajjeesan irratti himatni hin banamu jedhame
Dippaartimantiin Haqaa Ameerikaa qorannoo bara 2014 mucaa dhiiraa gurracha ganna 12 Tamir Raayis ashaangullitii ykn intalashee qawwee fakkaatu baaturratti raawwate cufuu beeksise.
Qorannoon qondaaltoota Chaayinaan taasifame tokko akka mul'iseetti baay'ina mootummaan himamaa ture caalaa namoonni hedduun Wuhaan keessatti vaayirasichaan qabamu akka hinoolle hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34WYs25
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34WYs25
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayirasi፡ Wuhaaniitti namoonni 500,000 Covid-19'n qabamanii turan jedhe qorannoon
Qorannoon qondaaltoota Chaayinaan taasifame tokko akka mul'iseetti baay'ina mootummaan himamaa ture caalaa namoonni hedduun Wuhaan keessatti vaayirasichaan qabamu akka hinoolle hime.
Bara faranjootaa xumuramaa jiru keessatti namoonni Aardii Afrikaatti maqaa guddaa qabaniifi dameewwan adda addaa irraa kan lubbuun darban.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2WRO07A
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2WRO07A
BBC News Afaan Oromoo
Namoota maqaa guddaa Afrikaan bara 2020 keessa dhabde
Bara faranjootaa xumuramaa jiru keessatti namoonni Aardii Afrikaatti maqaa guddaa qabaniifi dameewwan adda addaa irraa kan lubbuun darban.
OMN (Youtube)
EthioSat irratti OMN akka hin darbine maaliif barbaadame?

YouTube
EthioSat irratti OMN akka hin darbine maaliif barbaadame?
Yeroo lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabaman dabale kanatti namoota of eeggannoo hintaasiifne to'achuuf gurgurtaan dhugaatii dhorkameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rDQyUW
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rDQyUW
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayirasii: Afriikaan Kibbaa shayii fakkeessuun alkooliin akka hin gurgurre akeekkachiifte
Yeroo lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabaman dabale kanatti namoota of eeggannoo hintaasiifne to'achuuf gurgurtaan dhugaatii dhorkameera.
Bara faranjootaa xumuramaa jirutti addunyaa guutuutti gaazexessitootni 50 ta'an ajjjeefamuu waldaan Ripportaroota daangaa maleeyyii(reporters without Boarders) ibse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rDifxl
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rDifxl
BBC News Afaan Oromoo
Bara 2020 keessa gaazexessitootni 50 ta'an aajjeefamaniiru jedhe RSF
Bara faranjootaa xumuramaa jirutti addunyaa guutuutti gaazexessitootni 50 ta'an ajjjeefamuu waldaan Ripportaroota daangaa maleeyyii(reporters without Boarders) ibse.
Dubartiin Itoophiyaa waggaa kudhan dura gara Xaaliyaanitti baqachuun re'oota horsiisuun beekamtuu taate kaleessa galgala kutaa ciisichaa isheetti ajjeefamtee argamuu Imbaasiin Itoophiyaa achi jiru mirkaneesse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38PSX6i
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38PSX6i
BBC News Afaan Oromoo
Aggituu Guddataa: Dubartii Itoophiyaa Xaaliyaanitti re'ee horsiisuun gurra horte hojjetaan ishee ajjeesu amane
Dubartiin Itoophiyaa waggaa kudhan dura gara Xaaliyaanitti baqachuun re'oota horsiisuun beekamtuu taate kaleessa galgala kutaa ciisichaa isheetti ajjeefamtee argamuu Imbaasiin Itoophiyaa achi jiru mirkaneesse.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN:Inistitiyuutiin Leenjii Qaamolee Haqaafi Qorannoo Seeraa Oromiyaa bu'aa qorannoo hundeeffama Mana Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaarratti taasifame hojiirra oolchuuf qaamolee mootummaafi Gumii Abbootii Gadaa waliin marii taa'eera. https://t.co/R2JLGjJfke
Twitter
OBN
#OBN:Inistitiyuutiin Leenjii Qaamolee Haqaafi Qorannoo Seeraa Oromiyaa bu'aa qorannoo hundeeffama Mana Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaarratti taasifame hojiirra oolchuuf qaamolee mootummaafi Gumii Abbootii Gadaa waliin marii taa'eera.
OBNOromiyaa Just tweeted ********************************************** #OBN:Itiyoophiyaan albuudawwan uumamaa sona itti dabaluudhaan jireenya namoota karaa aadaatiin albuuda baasaniifi hawaasaa naannoo jijjiiruu danda'an hedduu qabdi jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad. https://t.co/WwCIgGEkmm
Twitter
OBN
#OBN:Itiyoophiyaan albuudawwan uumamaa sona itti dabaluudhaan jireenya namoota karaa aadaatiin albuuda baasaniifi hawaasaa naannoo jijjiiruu danda'an hedduu qabdi jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.