Haagiyaa Soofiyaa: Turki iddoon kun muuziyeemii/masjiida akka ta’uuf murteessuufi.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38soOcY

BBC News Afaan Oromoo
Haagiyaa Soofiyaa: Muuziyeemii moo Masjiida?
Haagiyaa Soofiyaa: Turki iddoon kun muuziyeemii/masjiida akka ta’uuf murteessuufi.
Ji’oota lama darbanitti Bootsiwaanaa keessatti duuti arboota dhibbaan lakka’amanii ‘gaaffii uumeera’.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38lo4WN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38lo4WN
BBC News Afaan Oromoo
Hibboo Arboota dhibbaan lakkaa’aman du’anii argamanii
Ji’oota lama darbanitti Bootsiwaanaa keessatti duuti arboota dhibbaan lakka’amanii ‘gaaffii uumeera’.
OMN (Youtube)
OMN Sirna Awwalcha Gooticha Haacaaluu fi Hidhamuu Jawaarfaa

YouTube

Ajjeechaa Hacaaluu fi hidhamuu Jawaar fa’aa irratti

OMN: Haala Oromiyaan Itti Jirtu
OMN: Haala Oromiyaan Itti Jirtu
YouTube
OMN: Haala Oromiyaan Itti Jirtu
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
OMN: Oolmaa Oromiyaa bakkoota adda addaa

OMN: Oolmaa Oromiyaa bilbilaan
OMN: Oolmaa Oromiyaa bilbilaan
YouTube
OMN: Oolmaa Oromiyaa bilbilaan
Weellisaa Haacaaluu Hundeessaa ajjeefamuu hordofee Kutaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti hookkara dhalateen lubbuun namoota 80 olii darbuu mootummaan ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31K2Gcq
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31K2Gcq
BBC News Afaan Oromoo
Ajjeechaa Haacaaluu: Rakkoo nageenyaa tibbanaan walqabatee Oromiyaafi Finfinneen maal keessa jiru?
Weellisaa Haacaaluu Hundeessaa ajjeefamuu hordofee Kutaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti hookkara dhalateen lubbuun namoota 80 olii darbuu mootummaan ibseera.
Obbo Jawaariifi Obbo Baqqaalaan mana murtiitti dhiyaatanii guyyaa gara garaatti bellamaman
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38oAkpq

Oduu Oromoo
Photo
Oduu - Voice of America
"Ajjeechan Haacaaluu Qabsoo Oromoo Duubatti Hin Deebisu"
Dura teechonni paartii mormiituu Oromoo an Koongresii Federaalaa Oromoo fi Adda Bilisummaa Oromoo ajjeechaa artiist Haacaaluu Hundeessaa booda Oromiyaa keessa rakkoo baayyeen jiraachuu dubbatan.
Dura ta’aan Koongresii Fedeeraalaa Oromoo, Dr. Mararaa Guddinaa, hooggansa paartii isaanii keessaa Obboo Baqaalaa Garbaa fo Jawaar Mohaammad akkasumas gaazexeessaa Hamzaa Booranaa to'annaa jala oolfamuu malee bakka jiran akka in beekne dubbatanii, ajjeechan artiist Haacaaluu qabsoo oromoo duubatti in deebisu jedhan.
Hogganaan Adda Bilisummaa Oromoo, Obboo Daawud Ibsaa gama isaanitiin Ajjeefamuun artiistii kanaa rakoo jabaa biyyatti muudate ta'uu himan. Haala biyya keessa jiru gaafatamanii interneetiin cufamuu fi bilbillis rakkoo godhachuurraa an ka’e waan jiru qulqulleefachuuf hoggansa dhaabichaatti rakko ta’u dubbatan.

Obbo Baqqalaa Garbaa dhiibbaan dhiigaa isaanii waan ol ka'eef qoricha isaanii akka fidaniif Poolisiin bilbilee itti himuu Haatiwarraan isaanii Aadde Haannaa Raggaasaa BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2NP47hF
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2NP47hF
BBC News Afaan Oromoo
''Ijoolleen keenya eessa, maal keessa akka jiran hin beeknu'' -Haadha Warraa Obbo Baqqalaa
Obbo Baqqalaa Garbaa dhiibbaan dhiigaa isaanii waan ol ka'eef qoricha isaanii akka fidaniif Poolisiin bilbilee itti himuu Haatiwarraan isaanii Aadde Haannaa Raggaasaa BBC'tti himan.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
OMN (Youtube)
Ajjeechaa Hacaaluu fi hidhamuu Jawaar fa’aa irratti rogeessota Oromoo waliin

''Dhumaatiin Finfinneetti yaadamee ture fashalaa’eera''- Taakkalaa Uumaa
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38uoU3O
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38uoU3O
BBC News Afaan Oromoo
'Dhumaatiin Finfinneetti yaadamee ture fashalaa’eera'- Taakkalaa Uumaa
''Dhumaatiin Finfinneetti yaadamee ture fashalaa’eera''- Taakkalaa Uumaa
Oduu Oromoo
Photo
Oduu - Voice of America
Ol aantummaan Seeraa Kabajamuu Qaba: Haadha Alangaa Adaanech Habebee
Haati alangaa mana murtii ol aanaa Itiyoopiyaa aadde Adaanech Abebe kaleessa tuuta oduuf ibsa kennaiin du’uu jaal’atama fi beekamaa artist Haacaaluu Hundeessaan gadda guddaa nutti dhaga’ame irra deebi’uu dhaan maqaa, koo fi maqaa mana murtii abbaa alangaa maatiiuummata itiyoophiyaa fi jaal’attoota isaaf ibsuun fedha jedhan.
Hacaaluun kan du’e akka nama dhuunfaatti miti kan jedhan aadde Abebech, dargaggoota fi uummata Oromoo birati qabsaa’aa bilisummaa ta’uu isaan kabajaa fi jaalala guddaa horateera.
Hacaaluu ajjeesuu jechuun uummani Oromoo dheekkamee uummata obbolaa ka biroo waliin walitti bu’iinsa akka uumuu fi biyyattiin akka hin tasgabboofne gochuuf kan raawwatame gocha qaanessaa dha jedhan.
Hacaaluu ajjeesuu dhaan jeeqama kana uumuun yeroo Itiyoophiyaan muddama keessa jirtu, sababaa hidha laga Abbayyaan haleellaan ala irraa yeroo itti aggaamamee jirutti haala isaa daran hammaa taasisa jedhan aadde Abebech.
Akkuma sabaa himaa adda adda irratti dhageenye Jeeqama Finfinnee keessatti eegalame Finfinnee keessatti xumurra ka jedhu dhaga’aa turre. Haa ta’u malee nama qulqulluu irratti hin raawwaama hin seene jedhan. Ragaan nu dhaqqabaa hoji geggeessitoota mootuammaa ajjeesuu dhaan uummata gidduutti walitti bu’iinsa uumuu dhaan haalli biyya keessaa akka hin tasgabboofne duula hojjetamaa jiru.
Du’i haa caaluu hedduu nu gaddisiisus ol aantummaa seeraa eegsisuun dirqama jedhan. Kanaaf du’uu Haacaaluutti shakkamanii kanneen to’annaa jala oolan jiru, shakkamtoota itti dabalaas barbaadamaa jiru.
Haacaaluu al tokko dhabnee jirra, garuu kabajaan awwaalamuu utuu qabu, reeffi isaas kabajaan utuu geggeessamuu qabuu hiraarfamni raawwatameeraa, kanaan wal qabatees lubbuun namaa badeera jedhan. Qabeenyaan barbadaa’eera. Waamichi hookkara kaasuu geggeessameera.
Dheebuun dimokraasii biyya kana keessa waan jiruuf jecha uummatis haa ta’u miidiyaaleen yaada isaanii walabaan haa ibsan qeeqa mootummaa irratti qabanis walaba ta’anii haa dubbatan jechuun balleessaan utuu jiruu utuma arginuu beekaa akka hin arginitti bira darbaa turre jedhan. Amma garuu yeroo ni ga’a jennu ga’eera jedhan. Ol aantummaan seeraa kabajamuu qaba jedhan.