Kuusaa meeshaa waraanaa Kiiv irratti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 37 du'anii dhibbaan lakkaa'aman ammoo baqqifamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/86L0Jxg

BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa Raashiyaa hordofee, meeshaleen waraanaa naannawa mana jireenyatti kuusuunYukireenitti dheekkamsa kaase
Kuusaa meeshaa waraanaa Kiiv irratti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 37 du'anii dhibbaan lakkaa'aman ammoo baqqifamaniiru.
Balaa lolaa Neppaal fi Tibeet mudateen lakkoofsi namoota du'anii 700 caaleera. Kanneen dhabaman ammoo 2,400. Chaayinaan lammiilee alaa dhabaman keessaa eenyummaa namoota 261 adda baasteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Wg1GhpQ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Wg1GhpQ
BBC News Afaan Oromoo
Balaa lolaa Neppaaliin lakkoofsi namoota du'anii 750 caale, namoonni 3,000 dhabaman - BBC News Afaan Oromoo
Balaa lolaa Neppaal fi Tibeet mudateen lakkoofsi namoota du'anii 750 caaleera. Kanneen dhabaman ammoo 3,000. Chaayinaan lammiilee alaa dhabaman keessaa eenyummaa namoota 261 adda baasteetti.
Xaafii irraa kaasee hanga Mooringaa, miishiingaa dabalatee, goosti midhaanoota Afrikaa soorataaf oolfaman hedduun faayidaa fayyaa baay'ee qabaachuu isaaniitiin beekamu. Dubbiifadhaa kunooti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5iqGjzL
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5iqGjzL
BBC News Afaan Oromoo
Soorata Afrikaa shan saayinsiin fayyaaf gaarii ta'uu ibse kanneen beektuu?
Xaafii irraa kaasee hanga Mooringaa, miishiingaa dabalatee, goosti midhaanoota Afrikaa soorataaf oolfaman hedduun faayidaa fayyaa baay'ee qabaachuu isaaniitiin beekamu. Dubbiifadhaa kunooti.
❤2🔥1
Jeef Beezoos dureeyyii addunyaa kanaa keessaa tokko yoo ta'u, qabeenyi isaas gara doolaara biiliyoona 269 hanga biiliyoona 290 gidduutti tilmaama. Qabeenyaan kunis akka tasaa kan argame miti. Mee wantoota 10 sooramuuf isin gargaaran muuxannoo isaa irra kunooti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XbsmlCe
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XbsmlCe
BBC News Afaan Oromoo
Dhimmoota dureessa ta'uuf isin gargaaran 10 kanneen beektuu?
Jeef Beezoos dureeyyii addunyaa kanaa keessaa tokko yoo ta'u, qabeenyi isaas gara doolaara biiliyoona 269 hanga biiliyoona 290 gidduutti tilmaama. Qabeenyaan kunis akka tasaa kan argame miti. Mee wantoota 10 sooramuuf isin gargaaran muuxannoo isaa irra kunooti.
❤2
Yeroo jaarraa tokkotti siquuf jabinni meeshaa waraanaa humnaan, dhohiinsa uumuun, guddinaan, fageenya dheeraa imaluufi haleellaa raawwatuun madaalamaa yoona ga'eera. Har'a garuu osoo adda waraanaatti meeshaan tokko hin mul'atin waraanni balaafamaan gaggeeffama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kcZySoP
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kcZySoP
BBC News Afaan Oromoo
Teeknooloojiiwwan waraanaa haaraa egeree lolaa geeddaraa jiran sagal
Yeroo jaarraa tokkotti siquuf jabinni meeshaa waraanaa humnaan, dhohiinsa uumuun, guddinaan, fageenya dheeraa imaluufi haleellaa raawwatuun madaalamaa yoona ga'eera. Har'a garuu osoo adda waraanaatti meeshaan tokko hin mul'atin waraanni balaafamaan gaggeeffama.
Humni US laawoncharoota Iraan lama Odola Laraak irra jiru haleeluu aanga'oonni biyyattii himan. Kun ammoo erga dhuma Adoolessaa as haleellaa Ameerikaan Iraan irratti gaggeessite isa jalqabaati jedhameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Kdr7hEa
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Kdr7hEa
BBC News Afaan Oromoo
US laawoncharii Iraan Odola Laraak jiru haleelte - BBC News Afaan Oromoo
Humni US laawoncharoota Iraan lama Odola Laraak irra jiru haleeluu aanga'oonni biyyattii himan. Kun ammoo erga dhuma Adoolessaa as haleellaa Ameerikaan Iraan irratti gaggeessite isa jalqabaati jedhameera.
Taateen wal xaxaan taphataan kubbaa harkaan tuquun uumamu yeroo mara osoo hin taane darbee darbee waan mudatuudha.Taateen sun Dilbata galgala Oldi Tiraaforditti mudateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jobFTeC
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jobFTeC
BBC News Afaan Oromoo
Gooliin kubbaa Maguwaayer 'harkaan tuqe' irraa argame maaliif hin haqamne?
Taateen wal xaxaan taphataan kubbaa harkaan tuquun uumamu yeroo mara osoo hin taane darbee darbee waan mudatuudha.Taateen sun Dilbata galgala Oldi Tiraaforditti mudateera.
Akkuma sirnawwan awwaalchaafi gaddawwan biroo sagantaa kanarratti ilmi isaaa aangoo isaa dhaale Mojtaabaa Kameenii bakka kanatti qaamanis hin argamne, sagaleen isaas, suurriifi viidiyoon isaas tasa hin mul'anne.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HvasITt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HvasITt
BBC News Afaan Oromoo
'Icciitii haala fayyaafi mana Mojtaabaa Kameenii jiruu'
Akkuma sirnawwan awwaalchaafi gaddawwan biroo sagantaa kanarratti ilmi isaaa aangoo isaa dhaale Mojtaabaa Kameenii bakka kanatti qaamanis hin argamne, sagaleen isaas, suurriifi viidiyoon isaas tasa hin mul'anne.
❤1
Barreessaan humna Waraanaa Ameerikaa Daan Diriskool gara ji'oota 18 aangoo irra turee, waldhabdee ji'ootaaf ture booda aangoo gadhiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9mB7SC0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9mB7SC0
BBC News Afaan Oromoo
Qondaalli waraanaa Ameerikaa aangoo gadhiise
Barreessaan humna Waraanaa Ameerikaa Daan Diriskool gara ji'oota 18 aangoo irra turee, waldhabdee ji'ootaaf ture booda aangoo gadhiise.
Dhuma baatii Adoolessaa keessa joornaalii saayiinsii beekamaa "Nature" jedhurratti qorannoon maxxanfame gosti dhibee busaa Itoophiyaa keessatti dhalate baayyeen isaa kan qoricha dandamatu akka ta'e ibsuun akeekkachiiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mdmj6RQ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mdmj6RQ
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo
Dhuma baatii Adoolessaa keessa joornaalii saayiinsii beekamaa "Nature" jedhurratti qorannoon maxxanfame gosti dhibee busaa Itoophiyaa keessatti dhalate baayyeen isaa kan qoricha dandamatu akka ta'e ibsuun akeekkachiiseera.
Jijjiirraan taphattootaa Waxabajjii 15 eegale halkan kana xumuramuu dura kilaboonni Piriimer Liigii hedduun ammallee taphataa iji isaanii irra bu'e adamsaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XJhpZoN
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XJhpZoN
BBC News Afaan Oromoo
Alvaareez gara Arsenaal moo Barseloonaa? Jijjiirraan cufamuu dura waan beekuu qabdan

Meesii:- 'Gaggeessuu hin danda'u' jedhamuu irraa hanga olaantummaa ajaa'ibaa galmeessuutti
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DNS1ReY

Tibba kana pirezidantii mootummaa naannoo Amaaraa kan turaniifi Ministirri Dhimma Alaa duraanii Itoophiyaa Obbo Gadduu Andaargaachoo biyya Ameerikaatti wayita hojii paarkingii (konkolaataa toora qabsiisuun dhaabsisuu) hojjetan mul'isu miidiyaa hawaasaarratti qoodame ijoo dubbii ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yYtH6Sb
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yYtH6Sb
BBC News Afaan Oromoo
'Ministirri Dhimma Alaa duraanii Itoophiyaa Obbo Gadduun hojii paarkingiitti gammadanii jiraatu'
Tibba kana pirezidantii mootummaa naannoo Amaaraa kan turaniifi Ministirri Dhimma Alaa duraanii Itoophiyaa Obbo Gadduu Andaargaachoo biyya Ameerikaatti wayita hojii paarkingii (konkolaataa toora qabsiisuun dhaabsisuu) hojjetan mul'isu miidiyaa hawaasaarratti…
Biyyootni miseensa gamtaa Awurooppaa 22 akkasumas imbaasiiwwan UK, Noorweeyii fi Kaanaadaa, jaarsummaa mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraayi (TPLF) gidduutti Gamtaan Afrikaa (AU) taasisaa jiru akka deeggaran ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WZq1coV
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WZq1coV
BBC News Afaan Oromoo
Biyyoonni lixaa tattaaffii marii AUn Kaaba Itoophiyaatti taasisu akka tumsan ibsan
Biyyootni miseensa gamtaa Awurooppaa 22 akkasumas imbaasiiwwan UK, Noorweeyii fi Kaanaadaa, jaarsummaa mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraayi (TPLF) gidduutti Gamtaan Afrikaa (AU) taasisaa jiru akka deeggaran ibsan.
Abbaan Gadaa duraanii Booranaa Liiban Jaldeessaa uummata Oromoo, keessatti, Oromoo Booranaa biratti akka Abbaa Gadaa qofatti osoo hin taane, akka goota gameessaa, abbaa, gameessa siyaasaatti ilaalamu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FtzwQIM
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FtzwQIM
BBC News Afaan Oromoo
Seera Daawwee haquu hanga duula waraanaa - Seenaa Liiban Jaldeessaa ittiin yaadataman shan
Abbaan Gadaa duraanii Booranaa Liiban Jaldeessaa uummata Oromoo, keessatti, Oromoo Booranaa biratti akka Abbaa Gadaa qofatti osoo hin taane, akka goota gameessaa, abbaa, gameessa siyaasaatti ilaalamu.
❤1
Godaantonni Itoophiyaa gammoojjii Sa'udi Arabiyaa keessatti gareen wal ijaaranii nama ajjeesan to'atamaa akka jiran Embasiin Itoophiyaa Riyaaditti argamu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rL6NCYc
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rL6NCYc
BBC News Afaan Oromoo
Godaantonni Itoophiyaa Sa'udiitti gareen wal ijaaranii wal ajjeesan to'atamu eegalan
Godaantonni Itoophiyaa gammoojjii Sa'udi Arabiyaa keessatti gareen wal ijaaranii nama ajjeesan to'atamaa akka jiran Embasiin Itoophiyaa Riyaaditti argamu beeksise.
Biyyoonni naannoo Baha Afrikaa keessa jiran hedduun samii isaanii eeguu fi balaa nageenyaa ofirraa qolachuuf xiyyaara waraanaa, balaliistoota, sirna hordoffii, leenjii fi teeknooloojii irratti invastimantii gochaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RB35usr
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RB35usr
BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaarota waraanaa shanan Baha Afrikaa keessatti saffisa ajaa'ibaa qaban
Biyyoonni naannoo Baha Afrikaa keessa jiran hedduun samii isaanii eeguu fi balaa nageenyaa ofirraa qolachuuf xiyyaara waraanaa, balaliistoota, sirna hordoffii, leenjii fi teeknooloojii irratti invastimantii gochaa jiru.
Aniisoo Muhaammad Abdullaa jedhama. Waraqaa irraa saamunaa qulqullina qabu omishuun gabaaf dhiyeessuu dubbata. Hojiisaa kanaafis qaama dhimmi ilaalurraa beekamtii abbummaa itti argachuu hima.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P5bF1zq
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P5bF1zq
BBC News Afaan Oromoo
Dargaggooon saamunaa waraqaa irraa hojjate maal hima?
Aniisoo Muhaammad Abdullaa jedhama. Waraqaa irraa saamunaa qulqullina qabu omishuun gabaaf dhiyeessuu dubbata. Hojiisaa kanaafis qaama dhimmi ilaalurraa beekamtii abbummaa itti argachuu hima.
Iraan buufata waraanaa US Iraaq fi Yordaanos keessa jirurratti haleellaa banuu miidiyaan mootummaa fi Humnoonni Yordaanos hidhatan mirkaneessan. Tarkaanfiin erga humnoonni Ameerikaa Kibxata Iraan irratti haleellaa gaggeessaniidha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jnusvPS
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jnusvPS
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa US raawwatteen namoonni shan cidharratti ajjeefamuu hordofee Iraan haaloo baate - BBC News Afaan Oromoo