Daawwannaa godinaalee Wallaggaa afran xummuranii kan deebi'an pirezidantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa caasaaleen mootummaa aanaalee fi gandaa diigamanii turan deebi'anii ijaarramaniiru jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33XXO2v

BBC News Afaan Oromoo
Shimallis Abdiisaa: "Daawwannaa keenyaan biyyi nagaa ta'uusaa ilaallee jirra"
Daawwannaa godinaalee Wallaggaa afran xummuranii kan deebi'an pirezidantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa caasaaleen mootummaa aanaalee fi gandaa diigamanii turan deebi'anii ijaarramaniiru jedhan.
Oduu Oromoo
Photo
Oromia Broadcasting Network – OBN
Godinaalee Lixa Oromiyaa muraasa keessatti tajaajilli telekoomii addaan citee ture, guyyaa har’aa irraa eegalee hojiitti deebi’uu isaa Pireezedaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa himan.
https://www.obnoromia.com/wp-content/plugins/page-views-count/ajax-loader.gif

Pirezidaantiin bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsa miidiyaaleef kennaniin tajaajilli telekoomii guyyaa har’aa irraa eegalee hojii idileetti akka deebi’uuf hojiin Mootummaa Naannoofi Federaalaatti hojjetamaa ture xumuramee, tajaajila idilee akka kennu murtaa’uusaa eeraniiru.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/SHAMUR2-300x152.png
The post Godinaalee Lixa Oromiyaa muraasa keessatti tajaajilli telekoomii addaan citee ture, guyyaa har’aa irraa eegalee hojiitti deebi’uu isaa Pireezedaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa himan. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

Pireezedaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa haala yerooratti ibsa kennaniin waan jedhan keessaa kanniin ijoon.

-Godinaalee Lixaatti nageenyi guutummaan mirkanaa’eera.
– Kanas eenyumtuu qaamaan argamee mirkaneeffachuu danda’a jedhan.
– Ittisa vaayirasii koronaatiif hojii kamuu caalaa xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa jiraachuu dubbatan.
– Balaa vaayirasichi qaqqabsiisu jalaa baraaramuuf of eeggannaa cimaa qochuun murteessaadhas jedhan.
– Sochii geejibaafi dhaabbilee amantiirrattis of eeggannoo guddaa gochuu barbaachiisa jedhan pireezedaant Shimallia.
– Tajaajilli lammummaas cimee ittif ufuu qaba.
– Ogeessonni fayyaa galata guddaa qabdu.
– Ummanni murtii mootummaan dabarsu kabajuu qaba.
– Ummanni Of eeggannaa gochaa kadhannaasaa cimsee akka ittifu fi
– Sochiin dinagdee akka hin dhaabanneef of eeggannaa gochuu qabna jechuun dhaaman Pireezedaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/SHAMUR-300x155.png
The post Pireezedaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa haala yerooratti ibsa kennaniin waan jedhan keessaa kanniin ijoon. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

OMN (Youtube)
OMN Marii Dhimma Dhibee Covid 19 yookaan kiroonaa viyraasii irrati

YouTube
OMN Marii Dhimma Dhibee Covid 19 yookaan kiroonaa viyraasii irrati
Koronaavaayiras: Biyya Awurooppaa tokkittii waa'ee Covid-19 yaaddoo hin qabne
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2WXBvZB

Lammileen magaalaa guddoo biyyattii Deelhii keessatti hojii humnaa hojjechuun jiraatan kumaatamaan lakkaa'aman erga manaa bahuun dhorkameen booda gara ganda itti dhalataniitti galuuf jecha manaa bahani.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3dF5U4R

Warri Duukam nama sababa koronaavaayirasiitiin hojii dhiisee mana oolaa jiru kiraa manaa kanfalchiisuu dhaabaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2R1ut1Z

Torban dabre keessa jiraataan magaalaa Adaamaa kan gannisaa 61 ta'e, koronaavaayirasiif qoratamee pozatiivii tahuu gabaafamee ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2X4kZqN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2X4kZqN
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayiras: Adaamaatti hojiin namoota Covid19n qabaman waliin tuttuqqaa qaban hordofanii adda baasuun maalirra jira?
Torban dabre keessa jiraataan magaalaa Adaamaa kan gannisaa 61 ta'e, koronaavaayirasiif qoratamee pozatiivii tahuu gabaafamee ture.
Oduu Oromoo
Photo
Oromia Broadcasting Network – OBN
Har’a ganama Koree Ministrootaa ‘COVID-19’ ittisuuf hundaa’e waliin marii intarneetiidhaan gooneen raawwii hojii gamaaggamneerra jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad
https://www.obnoromia.com/wp-content/plugins/page-views-count/ajax-loader.gif
Har’a ganama Koree Ministrootaa ‘COVID-19’ ittisuuf hundaa’e waliin marii intarneetiidhaan gooneen raawwii hojii gamaaggamneerra jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.
Korichi gabaasa dhiyeesseen haalli rakkisaa guddaan gargar fageenya qaamaa hojiirra oolchuu dadhabuudha.
Torbeen lamaafi sadan dhufan miidhaa hamaa dhukkubichi geessisuu danda’u yeroo itti mul’atudhas jedhan.
Kanaafuu lafa gabaafi tajaajila geejjibaatti namni hunduu qaamaan gargar akka fagaatu gaafatameera.
Mootummaan kun hojiirra ooluu isaa dirqama karaa seera kabachiiftota ni hordofa. Namni hundi dhuunfaadhaan nageenya isaatiif ittigaafatamummaa qabas jedhan dhaamsa fuula feesbuukii isaaniratti dr. Abiyyi barreessaniin.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/SHAMUR-300x155.png https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/kore1-300x200.jpg
The post Har’a ganama Koree Ministrootaa ‘COVID-19’ ittisuuf hundaa’e waliin marii intarneetiidhaan gooneen raawwii hojii gamaaggamneerra jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

Namootni sadii dabalataan Vaayirasii koronaan qabamuun himame.

Inistitiyuutiin Fayyaa hawaasa Ittophiyaa qorannoo namoota 1,013 taasise keessaa 66irratti sa’a 24 darban keessatti qorannoo taasifameen namootni sadii vaayirasiin korona irratti mul’achuun isaa mirkanaa’eera.
Kunis baay’inni namootni vaayirasichaan qabamanii 25 akka ga’u godheera. Dukkubsattuun 16 ffaa qorannoo laboraatorii si’a sadii godhameen vayirasicharraa bilisa ta’uun himameera.
Namoota vaayirasiin kun irratti mul’ate keessaa lama lammiilee Itoophiyaa umriin waggaa 30 fi 36 Bitootessa 15/2012 Dubaay irraa gara biyyaa galan yoo ta’u, iddoo kophaatti baa’un i, mallattoo isaan irratti mul’ateen qorannoon taasifamee vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa’eera.
Namni sadaffaan jirattuu Magaalaa Finfinnee umriin waggaa 60 yoo taa’an, Bitootessa 6 bara 2012 Faransaay irraa kan deebi’an fi iddoo turmaataatti hordoffiin taasifamaafii tureen vaayirasiin kun irratti argamee jira.
Yeroo ammaa kana sadan isaaniiyyuu wiirtuu wal’aansa addaatti tajaajila wal’aansaa argachaa jiru.
Yeroo ammaa kana namootni wiirtuu wal’aansa addaattii yaalamaa jiran namoota 21 yoo ta’an; lama immoo iddoo namootni dhibeen itti cime keessatti wal’aanamaa jiru.
Hawaasni bal’aanis tamsa’ina vaayirasii kanaa ilaalcha keessa galchuudhaan tooftaalee ittisa isaa fi qajeelfamoota mootummaa biraa ba’an xiyyeeffannoodhaan hojii irra oolchu akka qabu Ministeerri Fayyaa hubachiiseera.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/ENG1-300x300.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/nowehi1-300x300.jpg
The post Namootni sadii dabalataan Vaayirasii koronaan qabamuun himame. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

Baankoonni fi dhaabbileen garaagaraa ittisa weerara vaayirasii Koronaatiif Kan oolu birrii miliyoona 47 ol gumaachan.

Baankoonni fi dhaabbileen garaagaraa ittisa weerara vaayirasii Koronaatiif Kan oolu birrii miliyoona 47 ol gumaachan. gumaachan.
Baankoonni fi dhaabileen garaagaraa weerara vaayirasii koronaa ittisuuf waamicha Biyyaaleessaa taasifamee irratti hundaa’uun deeggarsa maallaqaa fi gamoo taasisaniiru.
Haaluma kanaan Baankiin Intarnaashinaalii Oromiyaa birrii miliyoona 5, Baankiin Daashiin birrii miliyoona 10 akkasumas Baankiin Dabuub Giloobaal birrii miliyoona 2,Inshuraansiin Awaash birrii miliyoona 3, Baankiin Abbaay birri miliyoona 3,dhaabbanni Midirook birrii miliyoona 10,fi kuma 800, Korporeeshiniin Manneenii Federaalaa birrii miliyoona 10, Dhaabbanni Iyyarusaaleem Mataasabiyaa 200,000 ,Tireediingii Horaa birrii miliyoona 1, Tireediingii Tiraakoon birrii miliyoona 1,Dhaabbanni Samtaa Maaryaam konistraakshinii miliyoona 1, Akkaadaamii Beeteeli birrii Kuma 50 guyyaa har’aa koree walittiqabaa deeggarsaa biyyaaleessaatti kennaniiru.
Kana malees Dhaabbanni Beeteel Akkaadaamii gamoo Abbaa darbii lamaa ,Dhaabbanni konistraakshinii Samtaa Maaryaamii gamoo Abbaa darbii shanii iddoo tursiisaa akka ta’uuf gumaachaniiru.
Deeggarsa taasifameefiis koree walitti qabàa deeggarsaa biyyaaleessaatti ,dura ta’aan koree diinagdee,Ambaasaadar Misgaanuu Araggaa dhaabilee arjooman galateeffataniiru.
Girmaa Hundeetu gabaase.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/ghd3-300x225.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/ghd2-300x225.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/ghd1-300x225.jpg
The post Baankoonni fi dhaabbileen garaagaraa ittisa weerara vaayirasii Koronaatiif Kan oolu birrii miliyoona 47 ol gumaachan. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

Tatamsa’ina Dhibee vaayirasii koroonaa ittisuuf sirni amantii masjiidatti gaggeeffamu martuu yeroof akka dhaabbatu Gumiin Olaanaan Dhimmoota Islamummaa Oromiyaa murteessuu beeksise.

Kunis seeraafi qajeelfama amantaa yeroo qormaataa bu’uura kan godhate yoo ta’u,Bu’uuruma kanaan
1 – Sirni amantaa kamuu kan namoota baay’ee walitti fidu masjiidatti hin gaggeeffamu.
2- Masjiinni kophaa akka hin taane eegichi jabaan ni taasifama.
3- Sal’aanni yeroo yeroosaatti marsaa jiruun manatti kan gaggeeffamu yoo ta’u, maatii waliin rakkoon akka hin mudannetti eeggannoodhaan ni sagadama.
4-Azaaniin bahu kan itti fufu yoo ta’u, hiikkaan isaa sagada mantti gaggeeffamuuf malee kan masjiidaa akka hin taane hubatamuu qaba.
5- Barnoonni amantaa kamuu kan jamaa walitti fidu akka dhaabbatu murtaa’e, filannoo miidiyaalee hawaasaa adda addaafi kan birootiin ni kennama.
6- Konfiransiifi waltajjiin marii dhimma amantaa kamuu hin gaggeeffamu.
7- Qajeelummaadhaan namoota miidhamaniif arjoomuufi gaabbiin badiisa adunyaatiif kadhaan cimee itti fufa.
Asfaw Lammaatu Finfinnerraa gabaase.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/leensa1-300x169.jpg
The post Tatamsa’ina Dhibee vaayirasii koroonaa ittisuuf sirni amantii masjiidatti gaggeeffamu martuu yeroof akka dhaabbatu Gumiin Olaanaan Dhimmoota Islamummaa Oromiyaa murteessuu beeksise. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.

Dhaabbanni biyya Chaayinaa Itiyoophiyaa keessatti hojiilee invastimantii gara garaa irratti hirmaatee jiru, Garee Hujuwaan jedhamu haguggii afaanii fi funyaanii(masks) kuma 30 Ministeera Barnootaaf gargaarsaan kennera.

Yeroon kun manneen barnootaa cufamani jirutti ta’uus, hooggansa manneen barnootaa fi seektarichaa keessatti hojii itti fufiinsaan hojjachaa jiraniif raabsama jedhmeera.
Naannoolee fi Bulchiinsa magaalotaa lameenifis ni qoodama. Leensaa Baqqalaatu gabaase.
https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/st4-300x225.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/st3-300x225.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/st2-300x225.jpg https://www.obnoromia.com/wp-content/uploads/2020/03/st1-300x225.jpg
The post Dhaabbanni biyya Chaayinaa Itiyoophiyaa keessatti hojiilee invastimantii gara garaa irratti hirmaatee jiru, Garee Hujuwaan jedhamu haguggii afaanii fi funyaanii(masks) kuma 30 Ministeera Barnootaaf gargaarsaan kennera. appeared first on Oromia Broadcasting Network - OBN.