Odaa Technology Team
2.15K subscribers
1.23K photos
92 videos
5 files
1.24K links
Barnoota Teknolojiin wal qabatan hundaa asii argattu.
Download Telegram
Kun Raajiidha!!
Dhalli namaa kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu nama jechisiisa.
Namni suuraa irratti argitan kun #AlexHonnold jedhama. Lammii biyya Ameerikaati. Biyya #taiwan tti gamoo #taipei jedhamuun beekamu kan meetira 508 ykn darbii 101 lafarraa ol fagaatu gargaarsa meeshaa tokkoo malee gamicha ala isaarra deemuudhaan koree addunyaa dinqisiise.

Ani yoo xiqqaate viidiyoo sana yeroo heddu deddebi'ee ilaalee kanaafan namni kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu jedhe. Mee tilmaamaa gamoo 508m ol fagaatu miti, mana 4m lafarraa fagaatu koranii gadi ilaaluun hammam akka namatti ulfaatu. Alex garuu gamoo kana erga koree fiixee isaarra bahee booda kolfaa selfie ka'aa ture. Namni kun kanaan duras dhagaa qilee dheerina meetira 915 qabuu koree addunyaa ajab jechiisisee tire.

Waa'ee nama kanaa maal jettu? Maaltu isinitti dhaga'ame.
Nagaa bultanii?
Naannoo isin jiraattanitti bunni siiniin tokko eessa gahe?
Nu biraa 40 bira darbee 60 gahuufi🤔
Ramadaanni guyyaa borii akka eegalamu ifoomeera.

Obboleewwan keenya muslimaa hundi Ramadaan Mubaarak!🙏🙏🙏
3👍2
OF EEGGANNOO❗️❗️❗️❗️

*Very Very Urgent !*

Please pass this message to your family and friends now.
People have been receiving calls from these numbers:- 
       Tel: +947
       Tel: +371
       Tel: +371
       Tel: +563
       Tel: +370
       Tel: +255
or any number starting from +371 +375 +381

These guys only ring once and hang up. If you call back, they can copy your contact list in 3sec and if you have a bank or credit card details on your phone, they can copy that too.

   +375 code is for Belarus.
   +371 code is for Latvia. 
   +381 Serbia.
   +563 Valparaiso.
   +370 Vilnius.
   +255 Tanzania.

Don't answer  or Call back.
Also, Don't Press
#90  or  #09
on your Mobile when asked by any caller. 

It's a new trick which is being used to access your SIM card, make calls at your expense and frame you as a criminal.

PLEASE FORWARD this message to as many friends as you can to stop any intrusion!!!

From

Cyber Crime Department
7