#SEERRI_HAARAAN_MAAL_OF_KEESSAA_QABA❓
➊ ➡️ Ministeerri Barnootaa qajeelfama baaseen barattoonni dubaraa wantoota nam tolchee , rifeensaafi funyaan akka hin uffannee, ijaa fi rifeensa ijaa akka hin buqqifne, akkasumas faaya hin barbaachifne uffachuun mana barumsaa akka hin deemne dhorke.
➋ ➡️ Wixineen qajeelfama Ministeerri Barnootaa amala barattootaa to’achuuf qopheesse keessatti barattoonni rifeensa uumamaa isaanii malee rifeensa namtolchee uffachuu akka hin dandeenye ibsa.
➌ ➡️ Kana malees, qajeelfamni kun manneen barnootaa keessatti ayyaanota hin barbaachifne aadaa Itoophiyaa hin calaqqisiifne, keessumaa ayyaanota akka guyyaa maraataa, guyyaa dulloomaa, guyyaa daa'imaa, guyyaa timaatima, guyyaa halluu, guyyaa jaalalaa fi ayyaanota biroo kabajuu dhorka.
➍ ➡️ Qajeelfama uffata mana barumsaa sirnaan akka uffatu baheen dubartoonni uffata dheeraa dheerinni jilba gadi ta'e uffachuun dirqama.
➏ ➡️ Gochoota mana barumsaa keessatti dhorkaman keessaa: barsiisota mana barumsaa, bulchitoota mana barumsaa, hojjettoota, fi miseensota hawaasa mana barumsichaa biroo arrabsuu, arrabsuu, xiqqeessuu, fi miidhaa qaamaa raawwachuu.
➐ ➡️ Wixineen qajeelfamaa kun mooraa mana barumsaa keessatti bilbila harkaa ykn mobaayilaa fi meeshaalee muuziqaa dhaggeeffachuuf gargaaran qabachuu dhorka.
➑ ➡️ Wantoota xuraa’oo jechaan, sochii qaamaatiin ykn barreeffamaan ibsuu; mana barumsaa keessatti fakkiiwwanii fi barreeffamoota uumamaan safuu hin qabne, amantii ykn siyaasaa ta’an qabachuu fi raabsuun hin hayyamamu.
➒ ➡️ Mooraa mana barumsaa keessatti waaqeffannaa amantii ykn sochii siyaasaa gosa kamiyyuu gaggeessuun dhorkaadha.
1️⃣0️⃣ ➡️ Barataan kamiyyuu qaama isaa irratti wantoota gatii biyyaalessaa hin taanee fi kan biyya alaa ta’aniin mallattoo akka hin goone dhorkaadha; mallattoolee biyya alaa gadhee ta’an kanneen gatii biyyaalessaa faallessan tattoo gochuu, agarsiisuu, hojjechuu ykn fayyadamuun guutummaatti dhorkaadha jedha wixineen qajeelfama kanaa.
➊➊ ➡️ Qajeelfamni kun barataan tokko harka diimaan qabamee adeemsa barnootaa jeequun yoo argame hanga murtoon kennamutti mana barumsaa irraa dhorkamuu akka danda’us ni ibsa.
➊➋ ➡️ Wixineen qajeelfama kana keessatti barattoonni irra deddeebiin yakka raawwatan ta’uun isaanii argame, keessumaa barattoonni kutaa 7 hanga 12tti argaman, cimina yakkicha irratti hundaa’uun hanga waggaa 1tti mana barumsaa irraa dhorkamuu akka danda’an ibsameera.
✏️ Gama biraatiin manneen barnootaa fi naannawaatti dhimmoota barnootaan jeeqaman ittisuu fi to’achuuf wixineen Mana Maree Ministirootaaf qophaa’ee jira.
➊➌ ➡️ Wixineen kun mooraa mana barumsaa keessatti tamboo (sigaaraa, shiishaa), Caatii, alkoolii, qoricha sammuu namaa hadoochu fi saayikootroopikii balaafamaa fi qoricha araada namatti fidu mooraa mana barumsaa keessatti akka hin gurguramne dhorka.
➊➍ ➡️ Manneen dhugaatii fi mana raabsaa, manneen sigaaraa, manneen shiishaa, manneen chaatii fi mana dhugaatii, galma shubbisaa; Dhaabbilee qumaaraa; manneen keessummootaa fi manneen masaajii manneen barnootaa irraa meetira 500 keessatti banamuu hin danda’an.
➊➎ ➡️ Manneen fiilmii, mana Play Station, mana DSTV, Karanbula, Pool, Jotney, Bingo fi manneen betting ispoortii naannoo manneen barnootaa akka hin banamne dhorkamaniiru.
Maddi :- (Raadiyoo Sheger)
Seera Lakkoofsa meeqa irra jiruutu isinitti tole ❓
#SHARE

❤6
Relation Ship xaaliyaanotaa.
●Guyyaa 1ffaa: Wal quunnamtii s*****
●Guyyaa 2ffaa: Wal quunnamtii s*****
'Relation Ship' Faransaayotaa.
●Guyyaa 1ffaa: Fiilmii ilaaluu fi dhungoo.
●Guyyaa 2ffaa: Wal quunnamtii s*****
●Guyyaa 3ffaa: Wal quunnamtii s*****
'Relation Ship' Biritishootaa.
●Guyyaa 1ffaa: Waliin ooluu fi dhungoo
●Guyyaa 2ffaa: Dhungoo fi wal haammachuu
●Guyyaa 3ffaa: Dhungoo, wal haammannaa fi wal
suufuu.
●Guyyaa 4ffaa: Wal quunnamtii s***** fi wal
quunnamtii s***** akka malee.
'Relation ship' Amerikaanotaa
●Guyyaa 1ffaa: Wal beellamuu
●Guyyaa 2ffaa: Wal haammachuu
●Guyyaa 3ffaa: Haalaan wal sukkuumuun wal
haammachuu
●Guyyaa 4ffaa: Dhungoo
●Guyyaa 5ffaa: Dhungoo yeroo dheeraa
●Guyyaa 6ffaa: Wal quunnamtii s*****
'Relation ship' Afirikaanotaa
●Guyyaa 1ffaa: Wal ifachuu
●Guyyaa 2ffaa: Wal baqachuu
●Guyyaa 3ffaa: Wal baqachuu
●Guyyaa 4ffaa: Waliif galuu
●Guyyaa 5ffaa: Wal beellamuu
●Guyyaa 6ffaa: Ammas wal beellamuu
●Guyyaa 7ffaa: Ammas hiriyyoota ishee beela'oo
sadii waliin beellamuu.
●Guyyaa 8ffaa: Beellamanii haammachuu
●Guyyaa 9ffaa: Maddiirra dhungachuu yaalanii
milkaa'uu dhabuu.
●Guyyaa 10ffaa: Maddiirra dhungachuu
●Guyyaa 11ffaa: Hidhiirra dhungachuu yaalanii
milkaa'uu dhabuu
●Guyyaa 12 ffaa: Hidhiirra dhungachuu
●Guyyaa 13ffaa: Wal dhunguu dheeraa
●Guyyaa 14ffaa: Wal quunnamtii s**** gochuuf
yaalanii milkaa'uu dhabuu.
●Guyyaa 15ffaa: wal quunnamtii s*****f yaada
kaasanii wal lolanii gar gar bahuu.
●Guyyaa 16ffaa: waliin ooduu.
●Guyyaa 17ffaa: Hanga guyyaa itti aanuutti walitti
mufachuu.
●Guyyaa 18ffaa: Inni dhiiraa irra deddeebi'ee bilbila,
isheen jalaa hin kaastu.
●Guyyaa 19ffaa: Inni dhiiraa ni bilbila, isheenis
bilbila jalaa kaaftee, "Maal barnaadde? " ittiin jetti.
Inni dhiiraas dhiifama gaafata, Isheenis, "Natri hin
bilbilin kana booda, an Durba kanaaf barbaadamtu
miti!" ittiin jetti.
Inni dhiiraa hanga guyyaa itti aanuutti dhiifama
kadhachuu itti fufa.
●Guyyaa 20ffaa: Isheen dhiifamasaa fudhattiif.
●Guyyaa 21ffaa: Wal haammannaa
●Guyyaa 22ffaa: Walhaammannaa dheeraa
●Guyyaa 23ffaa: Dhungoo
●Guyyaa 24ffaa: Wal dhungoo dheeraa.
●Guyyaa 25ffaa: Wal quunnamtii s***** gochuu
yaala garuu, isheen bilbillishee akka jalaa cabee jiru
kaaftiif. Gurbaanis bilbila haaraa akka bituuf waadaa
seenaaf.
●Guyyaa 26ffaa: Wal quunnamtii s***** gochuu
yaala garuu, isheen hanga bilbila bituufitti akka wal
quunnamtii s****** hin goone itti himti.
●Guyyaa 27ffaa: Wal quunnamtii s***** gochuu
yaala, isheenimmoo 'Meerre Bilbilichi? Ati tirarra hin
jirtu, gaafa tira bartu na waami!' Ittiin jettee ooriti.
●Guyyaa 28: Dirqisiisanii Gudeeduu
●Guyyaa 29: Waajjira Poolisii😂
Jaarraa 19ffaa keessa jirra ammallee!😭

❤4
Iddoo hojii banaa 4000!!!
Dhaabbanni #Bishoftu_air_port hojjechuuf fudhate #Vacancy 4000 ol baase jira. Carraa kanatti fayyadamaa. Asiin galmaa'aa. 👇👇
https://www.facebook.com/share/p/1CK5mRJCmh/

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Account bank keessan ugguramuufi👇
Namoonni guyyaa muraasa keessatti lakkoofsa account baankii waraqaa eenyummaa biyyaaleessaa (Fayda ID) wajjiin waliin wal hin qabsiisne tajaajila baankii kamiiyyuu dhabuuf jirtu. Account keessanis ni uggurama. Kanaaf osuma qaamaan baankii hin deemin idduma jirtan teessanii karaa website baankii fayyadamtan sanaan walqabsiisuu ni dandeessu. Kan.baankii hundaayyuu iddoo tokkotti as isiniif keenye jirra. Itti fayyadamaa. 👇👇👇
https://www.facebook.com/share/r/1G9xAkDWeo/
Wanti isiniif hin galle yoo jiraate commentirratti gaafadhaa.
#commercialbankofethiopia
#cooperativebankoforomia
#DashenBank
#AwashBank
#Siinqee_Bank
#bankofabssinia
#GadaaBank
#bankoforomia

Kun Raajiidha!!
Dhalli namaa kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu nama jechisiisa.
Namni suuraa irratti argitan kun #AlexHonnold jedhama. Lammii biyya Ameerikaati. Biyya #taiwan tti gamoo #taipei jedhamuun beekamu kan meetira 508 ykn darbii 101 lafarraa ol fagaatu gargaarsa meeshaa tokkoo malee gamicha ala isaarra deemuudhaan koree addunyaa dinqisiise.
Ani yoo xiqqaate viidiyoo sana yeroo heddu deddebi'ee ilaalee kanaafan namni kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu jedhe. Mee tilmaamaa gamoo 508m ol fagaatu miti, mana 4m lafarraa fagaatu koranii gadi ilaaluun hammam akka namatti ulfaatu. Alex garuu gamoo kana erga koree fiixee isaarra bahee booda kolfaa selfie ka'aa ture. Namni kun kanaan duras dhagaa qilee dheerina meetira 915 qabuu koree addunyaa ajab jechiisisee tire.
Waa'ee nama kanaa maal jettu? Maaltu isinitti dhaga'ame.

OF EEGGANNOO❗️❗️❗️❗️
*Very Very Urgent !*
Please pass this message to your family and friends now.
People have been receiving calls from these numbers:-
Tel: +947
Tel: +371
Tel: +371
Tel: +563
Tel: +370
Tel: +255
or any number starting from +371 +375 +381
These guys only ring once and hang up. If you call back, they can copy your contact list in 3sec and if you have a bank or credit card details on your phone, they can copy that too.
+375 code is for Belarus.
+371 code is for Latvia.
+381 Serbia.
+563 Valparaiso.
+370 Vilnius.
+255 Tanzania.
Don't answer or Call back.
Also, Don't Press
#90 or #09
on your Mobile when asked by any caller.
It's a new trick which is being used to access your SIM card, make calls at your expense and frame you as a criminal.
PLEASE FORWARD this message to as many friends as you can to stop any intrusion!!!
From
Cyber Crime Department

❤7