#Oduu_Gaddaa😭😭
Abbaan barataa qaxalee #Kaalid Obbo Bashiir Hasan du'aan addunyaa kanarraa darban. Baayyee nama gaddisiisa, rabbi maatiifi firoottan maraaf jajjabina haa kennu!!

"Using the uploaded pictures 100% exactly faces A couple, one person standing behind the other with their arms around them, both looking at the camera. The person in front is wearing a floral dress, and the person behind is wearing a plain t-shirt. They are in an indoor setting with a simple, slightly blurred background.
❤2
#Namummaa🙏🙏🙏🙏🙏
#humanity
"Dhukkubbii haadha deessuu fe’ee jiruu argee dhiisuu hin dandeenye. Imimmaan ishee yeroon argu baay'een dadhabe. Achi taa'ee boo'e. Garuu boo'ichi koo daa'ima baraaruu hin dandeenye. Baay'een gadde." - Konkolaachisaa Ambulaansii
Godina Goofaa naannoo Meloo Gadaa keessatti konkolaachisaan ambulaansii tokko haadha tokko gara hospitaalaatti geessaa utuu jiruu ambulaansii isaa dhoqqee keessatti qabamte. Suuraan konkolaachisaan kun dhoqqee keessa taa'ee erga ishee baasuuf waan danda'u hundaan godhee booda taa’ee boo'u dha.
Please share share godhaa nama irraa barate haadha ulfaaf garaa laafu tokkotu jiraachuu danda'a🙏🙏🙏🙏

👍1
👇👇👇👇👇👇👇
This is my face, use the character in the image, dont change the face. Hyper-realistic stylish fashion editorial photo of a boy model wearing an oversized red sweatshirt and white sweatshorts, paired with red sneakers. A soft green studio backdrop with soft cinematic lighting, highlighting textures, futuristic editorial style, model sittang elegantly, head slightly tilted, relaxed posture. Vertical 4:10

❤3
#SEERRI_HAARAAN_MAAL_OF_KEESSAA_QABA❓
➊ ➡️ Ministeerri Barnootaa qajeelfama baaseen barattoonni dubaraa wantoota nam tolchee , rifeensaafi funyaan akka hin uffannee, ijaa fi rifeensa ijaa akka hin buqqifne, akkasumas faaya hin barbaachifne uffachuun mana barumsaa akka hin deemne dhorke.
➋ ➡️ Wixineen qajeelfama Ministeerri Barnootaa amala barattootaa to’achuuf qopheesse keessatti barattoonni rifeensa uumamaa isaanii malee rifeensa namtolchee uffachuu akka hin dandeenye ibsa.
➌ ➡️ Kana malees, qajeelfamni kun manneen barnootaa keessatti ayyaanota hin barbaachifne aadaa Itoophiyaa hin calaqqisiifne, keessumaa ayyaanota akka guyyaa maraataa, guyyaa dulloomaa, guyyaa daa'imaa, guyyaa timaatima, guyyaa halluu, guyyaa jaalalaa fi ayyaanota biroo kabajuu dhorka.
➍ ➡️ Qajeelfama uffata mana barumsaa sirnaan akka uffatu baheen dubartoonni uffata dheeraa dheerinni jilba gadi ta'e uffachuun dirqama.
➏ ➡️ Gochoota mana barumsaa keessatti dhorkaman keessaa: barsiisota mana barumsaa, bulchitoota mana barumsaa, hojjettoota, fi miseensota hawaasa mana barumsichaa biroo arrabsuu, arrabsuu, xiqqeessuu, fi miidhaa qaamaa raawwachuu.
➐ ➡️ Wixineen qajeelfamaa kun mooraa mana barumsaa keessatti bilbila harkaa ykn mobaayilaa fi meeshaalee muuziqaa dhaggeeffachuuf gargaaran qabachuu dhorka.
➑ ➡️ Wantoota xuraa’oo jechaan, sochii qaamaatiin ykn barreeffamaan ibsuu; mana barumsaa keessatti fakkiiwwanii fi barreeffamoota uumamaan safuu hin qabne, amantii ykn siyaasaa ta’an qabachuu fi raabsuun hin hayyamamu.
➒ ➡️ Mooraa mana barumsaa keessatti waaqeffannaa amantii ykn sochii siyaasaa gosa kamiyyuu gaggeessuun dhorkaadha.
1️⃣0️⃣ ➡️ Barataan kamiyyuu qaama isaa irratti wantoota gatii biyyaalessaa hin taanee fi kan biyya alaa ta’aniin mallattoo akka hin goone dhorkaadha; mallattoolee biyya alaa gadhee ta’an kanneen gatii biyyaalessaa faallessan tattoo gochuu, agarsiisuu, hojjechuu ykn fayyadamuun guutummaatti dhorkaadha jedha wixineen qajeelfama kanaa.
➊➊ ➡️ Qajeelfamni kun barataan tokko harka diimaan qabamee adeemsa barnootaa jeequun yoo argame hanga murtoon kennamutti mana barumsaa irraa dhorkamuu akka danda’us ni ibsa.
➊➋ ➡️ Wixineen qajeelfama kana keessatti barattoonni irra deddeebiin yakka raawwatan ta’uun isaanii argame, keessumaa barattoonni kutaa 7 hanga 12tti argaman, cimina yakkicha irratti hundaa’uun hanga waggaa 1tti mana barumsaa irraa dhorkamuu akka danda’an ibsameera.
✏️ Gama biraatiin manneen barnootaa fi naannawaatti dhimmoota barnootaan jeeqaman ittisuu fi to’achuuf wixineen Mana Maree Ministirootaaf qophaa’ee jira.
➊➌ ➡️ Wixineen kun mooraa mana barumsaa keessatti tamboo (sigaaraa, shiishaa), Caatii, alkoolii, qoricha sammuu namaa hadoochu fi saayikootroopikii balaafamaa fi qoricha araada namatti fidu mooraa mana barumsaa keessatti akka hin gurguramne dhorka.
➊➍ ➡️ Manneen dhugaatii fi mana raabsaa, manneen sigaaraa, manneen shiishaa, manneen chaatii fi mana dhugaatii, galma shubbisaa; Dhaabbilee qumaaraa; manneen keessummootaa fi manneen masaajii manneen barnootaa irraa meetira 500 keessatti banamuu hin danda’an.
➊➎ ➡️ Manneen fiilmii, mana Play Station, mana DSTV, Karanbula, Pool, Jotney, Bingo fi manneen betting ispoortii naannoo manneen barnootaa akka hin banamne dhorkamaniiru.
Maddi :- (Raadiyoo Sheger)
Seera Lakkoofsa meeqa irra jiruutu isinitti tole ❓
#SHARE

❤6